Al Nur ɪsʟᴀᴍɪᴄ ᶜʰᵃⁿⁿᵉ¡
3.77K subscribers
4 photos
7 links
Download Telegram
Dubartii hoggaa jennu dhiira garii biratti namuma alawaadaa/kushiinaa kheessaa nyaata dalaguu fi mana qulqulleessee ilmaan horu qofa itti fakkaatun ni mala

Dubartii hoggaa jennu dhiira garii biratti namuma fedhii dhiiraa guutuf uumame tokko itti fakkaatun ni mala

Garuu yoo galmee seenaa if duuba deebinee laalle silaa dubartiin jiraatuu baattee ilmi namaa wallaala kheessatti akka hafu agarra

Namni yeroo jalqabaatif University jaare dubartii muslimaa Faaximaa Al Fihrii

Narsiin yeroo jalqabaatif qaama namaa wal'aasaaf baqaqsite dubartii islaamaa Rufeeydaa Al Aslaamiyyaa

Barsiistuu waan ittiin madaalamtu hin qabne Aa'ishaa bintu Abubakri RA

Yoom tana qofa dubartii akka Mariyam bintu Imraan haadha Nabi Iisaa (As) ta Rabbiin mu'umintootaf fakkeenya godhuuf uume faatu jira

Aasiyaa haadha manaa fir'oownaa faatu jira ta mana namticha an Rabbi ofiin je'uu san kheessa jiraattee iimaamni isii ida'uu malee osoo takkaa hin hir'isin hoggaa fir'oowni isii ajjeesuf deemu laaltee itti khofalte waan Rabbiin aakhiratti isiif qopheesse waan beeytuf

Wahi hisaabamtee dhumtii tan akka khadiijjaa faatu jira RA haadha qabeenyaa, haadha manaa Rassulaa, haadha ilmaan ergamaa Rabbii ta osoo namni tokko ergamaa Rabbii SAW hin dhugoomsin dhugoomsitee waa hundaan bira dhaabbatte haadha mu'umintootaa

Ta seenaan isii daawwitii namaaf taatu dura teessuu shamarran jannataa Faaximaa ta ifina isiitirraa
A-zzahraa moggaasaniif faatu jira.....arjaa namaa ta waan qabdu guutuu namaaf khennitee ofiif agabuu teessu RA

Hoggaa dubartii jennee maqaa khana yaamnu maqaan khun jecha qubee 8 irraa uumame xiqqaa tokko tahus hiikkaan isaati fi namni jajjabaan addunyaa tanaaf bu'aa buuse kha maqaa khanaan yaamame osoo ni barreessina ja'anii qalamni barreessee fixuu dandahu hin jiru.

Tanaafuu dubartii khabajuun nurratti dirqama.


:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 @HAASINAT join and share
2👍2🥰2
☆Yuunus Bin Ubeeydii Rahimahullaahu Akkana ja'e♡

☆Ilma Namaa Kanaaf wanni lama yoo tole wanni biraa hundinuu isaaf tola!

¹-Salaata isaatiifi
²-Arraba isaati ja'an!

Salaata kheenyaafi arraba kheenyaas rabbi nuuf haa tolchu!🤲


¨·.·¨:
 `·.  ✅️@HAASINAT

   ✈️telegram👇
  ✅️@HAASINAT
Join and share👆
3
🍁𝖭𝖺𝗆𝗇𝗂 𝖻𝖺𝗋𝖺𝗍𝖾 (𝖠𝖺𝗅𝗂𝗆𝗇𝗂) 𝗇𝖺𝗆𝖺 𝗁𝗂𝗇 𝖻𝖺𝗋𝖺𝗍𝗂𝗇𝗂𝗂 𝖿𝗂 𝗇𝖺𝗆𝖺 (𝖺𝗄𝗄𝖺𝗇𝗎𝗆𝖺𝖺𝗇) 𝖠𝗅𝗅𝖺𝖺𝗁𝖺𝖺 𝗀𝖺𝖻𝖻𝖺𝗋𝗎 𝗇𝗂 𝖼𝖺𝖺𝗅𝖺; akkuma 𝖺𝖽𝖾𝖾𝗌𝗌𝗂 𝗀𝗎𝗎𝗍𝗎𝗎𝗇 𝗎𝗋𝗃𝗂𝗂𝗐𝗐𝖺𝗇 𝖼𝖺𝖺𝗅𝗍𝖾𝖾 𝗆𝗎𝗅'𝖺𝗍𝗍𝗎𝗎ti𝗂.


:¨·.·¨: ❤️:¨·.♡.·¨: 💔💔
`·. 🌹 @HAASINAT join and share
1👍1🥰1
الحمد الله وحده وسلاة وصلام على من لا نبينا بعده..... وبعد

Assalamu'alayikum warahmatullaahi wabarakaatuhu. Alhamdulillahi faarun kan rabbi keenya aalamaati. Nagaanifi rahmanni nabiyyi kenya, itti hidhatamaa kenya irra haajiraatu akkasumas sahaaba isaani aali isaani hundarrattu haajiraatu booda kanaati

Ni'imaa rabbin nurraa qaburratti isa hagalateffannu awwalan alhamdulillah alhamdulillah

كن حامدا على كل شيء
4👍1
Yeroo tokko tokko yaada wahitu sitti dhufaa yaada ati ofiikeeti murteffachuun sirkaa badu garu yaadichi sun sif waan gaari tahu dandahaa ykn waan hin taane tahu dandahaa yeroo yaadni akkasi si mudatu fatawwakkal alallah rabbiketti hirkadhu

وٱفوص أمرك الا الله
👍3
نصيحة لكل فتاة

gorsa wahin qabaa kulli (hunda) dubartoota islaamaatif

اختيار الزوج الصالح
innis maraxachuu abbaa manaa gaari

Bekttaa ukytiko jaarsa gaarifi jaartin gaarin yoo walitti qabaman akka fakkenya lafaati lafti kun yoo bareeda itahe wanti isarraa biqilus waan gaaridha yoommo faallaa sanaa tahe akksuma tahabi ykn cinqi male wanti inni baasu hin jiru kanaafi inni shari'aan maraxachu kaahef

Akkasumalle beeki ukytiko wanti sheri'aan maraxachu ykn filachu erratti nuuf kaahe waa lamaa
1. Diini qabaachu isaa
2. Aklaaqa qabaachu isaa

Akkasuma jara dhiiratifis dubarti kana qabdu akka filatanu kan inni kaahef jecha rasula kenyaati alayihissalaatu wassalaam maal jedhani

تنكح المرأة لأربع ،لمالها ،ولحسبها ، وجمالها ، ولدينها ،فاظفر بذات الدين ،تربت يداك
dubartin tokko waa afurin akka aadaatti fuudhamti. Qabeenya isitin, zarii isitin, bareeduma isitin, diini isitiin jedhani kahani isii diini qabdun milkaahi harkike lafa hadhoftu.

Maalifi baredinni, zarin, qabenyii, duniyaadhuma kana irrtti qofa kan aakiraaf duniyaa si milkessu diini qabaachu keetidha yoo ati diini qabaatte aklaaqa qabaatte, ilmikee sheri'aa nama barattu akkasumas kan haala gaarin guddatte yoo taate na amanii wallaahi rabbin abbaa manaa gaari sif qophessera kanammo hin shakkin. ati qofti dini horadhu, aklaaqa qabaadhu, hijaaba kee uffadhu, haadhaaf abbaake kabaji, gaafasi kan ati jaarsa gaari argattu

Hijaabni nasataraa namni na arge nafudhu hin jiru jette akka hin yaadne yoo ati afiifaa kan of tiskitu yoo taate mana kessatti sif dhufaa😊 abshiri kanaaf filatamtu tahi yeroo hunda malee filachiifamtu hin tahin.

Yoo dhirrii diinii qabu aklaaqa qabu seera isaa eggate kan dhufe yoo tahe hin didin yeroo ati barbaaddu yeroo isaa eeggate yoo dhufera tahe jechu kooti maalif kabajaa keetin sitti dhufe waan tahef gaafa ati of kabjde namnis si kabajaa eddo siif kennaa.

Ati kanzii ykn qabeenya gaaridha muslima kanaaf isarayyu kan caaltudha warqif birrirra kanaafi inni rasulli siin jedhan (sallallahu alayhi wasallam)

الدنيا متاع ،وخير متاعها المرأة الصالحة

duniyaan kun meeshaadha caalaan meeshaa isimmo gennota gaaridha sin jedhum rasulli... kanarraa kaate dammaqu qabdaa uktiy ishii

ٱحبكم في الله 😍
5👍2
.


Jechatti kana namni argitan utu hin jedhin bira hin darbinaa

Subhaanallah wabi hamdih

Subhaanallahil aziim
10👍1
كلام أعجبني..........


عندما تولد لا تعلم من الذي اخرجك من بطن امك

وعندما تموت لا تعلم من الذي أدخلك الى القبر

عندما ولدت تغسل وتنظف

وعندما تموت تغسل وتنظف

عندما تولد لا تعلم من فرح وستبشر بك

وعندما تموت لا تعلم من بكى عليك وحزن

عجب لك يا ابن آدم

في بطن امك كنت في مكان ديق ومظلم


وعندما تموت تكون في مكان ديق ومظلم

عجب لك يا ابن آدم

عندما ولدت تغطي باالقيماش ليسترك

وعندما تموت تكفن باالقيماش ليسترك

عجب لك تا ابن آدم

عندما ولدت وكبرت يسألك الناس عن شهادتك وجبراتك

وعندما تموت تسألك الملائكت عن عملك الصالح



فماذا اعددت لآخرتك؟؟؟؟؟؟

اللهم ارزقنا حسن الخاتما..... آمين
👍4
Jecha arraba irratti salphattu jechuun isii kan mizaan irrattii immoo ulfaattu kan rabbiin birattii jaalatamtuu kan haa jennuu yaa subhanallah haal kamuu keessa teenyee jechuu dandeenya
🌹subhaanallahi wa bihamdihii subhaanallahil aziim🌹 jechoonni kun rabbiin biratti jaalatamoodha mizaan irrattii immo ulfaatuudha arraba irratti immo laaftuu nama jedhee miindaa guddaa kana argatu rabbi nu haataasisu
👍42
.


Haasaa namarraa dhagesse tokko utu hin hubatin nama biraatif hin dabarsin.atimmo haasaa gaafa namaaf dabarsu kaatu hubadhu kahi himi waan namaan jettu sana
4
.

Du'aayiin jaalalaa namni si jaallatu du'aayi sif godhaa namni du'aayi si godhu sijaallataa. Ati amanamaa tahi namni si jaallataa, ati dhugaa dubbachuf yaali namni si jaallata, ati wareega namaaf waregde gutii namni si jaallataa erra guddaanimmo ati waa hunda caalaayyu rabbike jaalladhu wanti hundinu si jaallataa si mararfata bakka maqaanke itti dhahame hundatti namni maqaake dhagahe si jaallataa ammas gaafa nama jaallattu rabbif jecha jaalladhu. Erra guddaan jaalalaammo kan rabbiti jaalala isaa rabbin nuf hakannuu....
6👍1
Waan namni hin yaadne nama irra kaahun zanni badudha rabbin nuha eegu ((إنَّ بَعصَ اظن إثم))jedha rabbinu gariin yaada masiyadha jedhe erra heddun nama kana kessa jira 😔

Rabbi nuha eegu obboleyyan muslima hundu🤲🤲🤲
👍2
Kara rabbi kessatti musiibaa si qunnamu hundayyu dendesse dabarfachu qabda. Wanti kara rabbi kessatti gufu namatti ta'us heddudha.kanammo yoo itti beekte erran dabarfanne gufuun hundiyyu si qabe si kuffisa..... kanaaf kara rabbi kessatti kutanno qabadhu
3
BISMILLAAHI RAHMANI RAHIIM
Yaa rabbii haqa haqa ta'usaa nutti agarsiisii hordofuusaa nuu laaffisii nu razzaqii
Yaa rabbii baaxil ykn waan badaa baaxil ta'uusaa nutti agarsiisii erraa fagaachu nu razzaqii
Yaa rabbii haqaa fi baaxiil walirkaa nutti hin makin ..... garii namaatti haqa fi baaxilli Wal makatee dhamaasu keessa jiru rabbii nun dhamaasiin baaxiil haqa fakkatte dhuftu irra rabbiin keenya nu haa eeguu
2
الحجاب نور حياتنا
👍1
Forwarded from Hasinat
يا اختنا با الله لا يغويك ذا شيطان
ان الحجاب فريضة من ربنا المنان

Yane wud ihit shayixan idayi atalilish hijaab langa giddetaa naw ka rabbanachin (almannaan)

Hijaab (jilbaab) langaa wubat kibir indihum ayaa naw lazaa damo jilbaab malbas ka maagbat ayikalaklishim hijaab malbas raasu ibaada naw maagbaat damo ka allah yamimata rizq naw ingide indet ba allah ibaada riz yitatal? Lazi qomm bilash asibibat laanchi yataqamat ayishaagit abshiri ukti anchi ba ibaadash ba ilmish qumii

And misaale lansalachu ignaa mu'uminaat setoch inda iskibrito nan iskibrito kayaachut sost part allaw isum qafow, qalamun yizo yallaw qafo, ina qalamu naw
Qafow= yagnaa hijaab naw

Qalamun yizow yallaw qafo = ignaa raasu nan

Qalmu damo= ilmaachin naw

Silazi qalamu banazi sost nagaroch inji saw ayigazawum lazi damo anchii mulu mahon allabish uktiye

Shukran
👍7
Jannata💖💖


Erra guddaan wanti nu kassaarre jenne yaadu qabnu yoo jannata isa ballinni isaa ardi torbaafi sami torba ta'e sana keessa yoo dhibamnedha

Yaa rahmaana rahmatumma keetin rahmata ke kessa nusensisi rahmata ke sanaanimmo jannata ke nu waffaqii 🤲🤲🤲
Abbo biyya kana rabbin nuhaa dhaabu bakka milli rasulaa sallaallahu alayihi wasallam ejjette ejjechu rabbin nuhaa waffaqu
8👍1
فصبر صبرا جميل ....

gaafas male hin milkoftu gaafa waan argite hundarrattu of cinqite of hiphiste wanti ati fiddu hin jiru qadara rabbi taanan kanaaf sabari sabrii bareddu taate wanti rabbinke hojjetu hundi kayiridha
5
Wallaahi nama rabbif jedhe si jaallate amani waa hundaanu namni rabbif jecha nama jaallatu yeroo hamam qaalidha hin argamu waan tahef ....
2👍1🥰1
Harra guyyaan zulhijja irraa guyyaa 7 dha halkan irraa halkan saddetiti rabbin baga kanaan nu gahe guyyaa idaatinille rabbin nuhaa gahu

Bakka jirtanutti waan kayiiri facaafadhaa haasa gaari , zikrii , qur'aana qarahu daneffadha guyyaattin dhumaarti waan tahef . Warra waan kayiri hojjete hojjaa isaatin ajri argatu rahmaan nuhaa taasisu hundumti kessanu bakka jirtanutti nagaan rabbifi rahmanni isaa isinirra hajiraatu
5