Jechi โBoruโ jedhu jireenya kee awwaalaa jira!
โYeroo sirriin yommuu dhufu nan jalqaba; haalli mijataa yommuu taโu nan hojjedha; boru itti haa deebinuโ jettee guyyaa guyyaan yeroo kee akka hin qisaasessine of eeggadhu. Dhugaan jiru garuu, guyyaan โboruโ jedhamu namni tokko illee kan irra dhaqe hin jiru; โboruโ jechuun mana dhokataa sababa ittiin of soban qofa.
Dhugaa saayinsii sammuu (Neuroscience) fi saayinsii hubannaa (Cognitive Science) keessatti, sammuu kee hojii ulfaataa gara fuulduraatti tursiisuu (Procrastination) fi amala mijataa taโe keessatti ofumaan akka itti fufu (Autopilot) hojjechaa jira. Qabsoo sammuu keessaa kana yoo hin moโiin, hawwii duwwaa keessa jiraachuun yoo itti fufe, waan argitu guddina umurii kee qofa.
๐Kiyyoo โBoruuโ (The Tomorrow Trap):
Hojii guddaa harโa hojjetamuu qabu fi buโuura cimaa ijaaruu qabu gara boruutti dabarsuu. Buโaan isaa yeroo qisaasessuu, miira gaabbii cimaa fi yaada โutuu akkas hin taโiinโ jedhu umurii guutuu keessa nama hordofuudha.
๐Sirna Ammaa (The Neuron Code Execution):
Yeroo eeggachuu dhiisuu; yeroo xiqqaa fi humna qabdu keessatti sirna hin jijjiiramne (Non-Negotiables) diriirsuun harโuma tarkaanfii fudhachuu!
Galmee Jechoota kee keessaa jecha โBoruโ jedhu haqi; sababni isaa hojii hojjechuu fi buโaa galmeessu kan dandaโu "amma (Harโa) qofa" waan taโeef. Via Keba
#Amma #Murteessuu #Jireenya
Galatoomaa

Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
#Sagantaa_NGAT
Sagantaan Qormaata Biyyaalessaa Seensa Sagantaa Barnoota Digirii Lammaffaa (Postgraduate) kan dhuma bara barnootaa 2018 A.L.I. (NGAT) akkuma armaan gadiiti:
Qormaatichi Hagayya 20 fi 21, bara 2018 A.L.I. ganamaa fi waaree booda, jechuunis marsaa ganamaa fi marsaa waaree boodaatti, ni kennama. #NGAT_Schedule
แจ2018 แ.แ แแจแจแป แแแต แฅแแซแ แจแตแ แจ-แแจแ แแฎแแซแแฝ แจแแแขแซ แแฐแ (NGAT) แจแแฐแ แแตแซ แแญแแแฅแญแฆ
แแฐแแ แ แ แแต แฅแ แ แจแฐแแต แแจแ แแแด 20 แฅแ 21/2018 แ.แ แญแฐแฃแแข

Forwarded from Solomon Debele Lemi (Solomon Debele)
Beeksisa Galmee Yeroo Barnootaa 2019ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee Barattoota Digrii Jalqabaa
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 keessatti barattoota haaraa sagantaa digrii jalqabaa (Undergraduate), sagantaa idilee (scholarship mootummaa fi kaffaltii dhuunfaa), akkasumas sagantaa galgalaa fi itti fufiinsa qabu keessatti simatee barsiisuuf qophii isaa xumureera.
Kanaaf, iyyattoonni ulaagaalee armaan gadii guuttan, guyyaa fi haal-duree ibsame irratti hundaaโuun iyyachuu akka dandeessan isin beeksifna.
Ulaagaalee fi Guyyoota Barbaachisoo
Guyyaa galmee: Hagayya 19, 2018 irraa eegalee hanga Hagayya 29, 2018tti
Ulaagaalee guutamuu qaban:
Bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 keessatti qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa (National Exit Examination) fudhatanii, qabxii seensa yunivarsiitii argatan; yookaan
Sadarkaa 4ffaa xumuranii COC darbanii taโuu qabu.
Guyyaa Qormaata Seensa (UAT):
Qaammee 2 irraa hanga Qaammee 4, 2018.
๐ Galmee Online
Galmeessuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa:
AAU Admission Portal
๐๐๐
https://admission.aau.edu.et

Forwarded from EffoyJobs - Effoysira.com
๐ข Internship Opportunities โ Content Creation Team
Iโm looking for 2 motivated interns to join my content marketing team and gain hands-on experience working on real projects.
โ Position 1. Photography & Video Editing Intern
โ Responsibilities:
โข Photography and video shooting
โข Basics of camera or phone for video shooting and lighting setup
โข Editing short-form videos for social media
โข Adding captions, B-roll, transitions and sound effect
โข Organizing and managing media files
โ Position 2. Copywriting Intern โ Short-Form Video
โ Responsibilities:
โข Writing scripts for Reels, TikTok, and short-form videos
โข Researching content ideas and topics
โข Creating strong hooks and engaging openings
โข Structuring scripts with clear messaging and CTAs
โข Adapting content for different audiences and platforms
โก What Youโll Get
โข Hands-on experience with real client projects
โข Practical training and guidance
โข Experience working within a professional content workflow
โข Opportunity to build your portfolio
โข Learn the fundamentals of content creation and content marketing
๐ Type: Unpaid Internship
๐ Location: Addis Ababa
๐ค Openings: 2
If youโre interested, send me a short introduction about yourself, your relevant skills, and any previous work or portfolio you have.
Telegram or WhatsApp message
0909980000

Forwarded from URJII JOBS ๐ฏ
call_for_original_document_preliminary_physical_screening_et_sponsored.pdf
15.4 MB
โ๏ธ Ethiopian Airlines Calls For Orginal Document & Physical Screening
List of Online Applicants for the Trainee Cabin Crew Position
Call for Original Documents & Preliminary Physical Screening
โ ET-Sponsored Trainee Cabin Crew โ Addis Ababa
Please review the applicant list, important instructions, and your respective schedule carefully.
Join our Telegram Channel
๐ @UrjiiJobs
Good luck to all applicants! ๐๐คโ๏ธ

แแฒแแช 0 แแแต แ แแแซแพแฝ - แจแ แฒแต แ แ แฃ แจแฐแ แ แตแฐแณแฐแญ แแขแแฝ แขแฎ แญแแต แจแตแซ แแตแณแแแซ!!
แแฒแแช 0 แแแต แ แแแซแพแฝ แฅแป แแตแแญแฑแ แจแแณแแ แญแ แแตแณแแแซ แ แ แฒแต แแแ แแแฃ แจแแฃแ แต แแ แแแฎ แฃแแต 6 /แตแตแตแต/ แฐแจแณแณแญ แจแตแซ แแแต แ แขแฎแ แตแจ แแฝ https://aacarb.gov.et/Home/Vacancy/Fresh แ แฆแแแญแ แฅแป แแแแแฅ แจแแตแฝแ แแแแ แฅแแณแแแแแกแก
แจแ แฒแต แ แ แฃ แจแฐแ แ แตแฐแณแฐแญ แแขแแฝ แขแฎ แ แแก แจแตแซ แแฐแฆแฝ แ แแแซแพแฝแ แ แแณแตแฎ แแแ แ แญ แ แ แฒแต แแแ แแแฃ แแแด 16 / 2018 แ.แ แจแแฃแ แต แแ แแแฎ 6 แฐแจแณแณแญ แจแตแซ แแแต แ แแแซแพแฝ แแจแแแฝแ แ แแจแต #แ แฆแแแญแ แฅแป แฅแแฒแแแแกแ แฅแแฒแแณแฐแฉ แฅแแแแแแ แข
โ แฅแแต:325
โ Position:1. Tax Audit Specialist I
โ Position:2. New Tax Debt Follow-up Specialist I
โ Position:3. Outstanding Tax Debt Follow-up Specialist I
โ Position:4. Non-declaring Taxpayer Follow-up Specialist I
โ Position:5. Suspicious Receipt Verification Specialist I
โ Position:6. Receipt and Sales Register Device Inspector I
โ Position:7. Junior Officer for Planning, Budgeting, Monitoring, and Evaluation
โ Position:8. Tax Intelligence Specialist I
โ Position:9. Surveillan
Registration Link : https://aacarb.gov.et/Home/Vacancy/Fresh
๐๐ก๐๐ซ๐ ๐ฐ๐ข๐ญ๐ก ๐ฒ๐จ๐ฎ๐ซ ๐๐ซ๐ข๐๐ง๐๐ฌ
๐๐จ๐ข๐ง ๐๐ฌ ๐ @UrjiiJobs

Forwarded from Ethio Jobs Hub
[ New ] Jobs by Oromia Bank | Jobs Opportunity AUG 26 | 2026
Bachelorโs degree in Computer Science, Information Technology, Computer Engineering, or other related fields.
Bachelorโs degree in Banking & Finance, Accounting & Finance, Management, Economics, Business Administration/Business Management, or related fields.
Bachelorโs degree in Law or other related fields.
Bachelorโs degree in Architectural Engineering, Urban Planning & Design, Construction Management, or related field.
Bachelorโs degree in Environmental Science, Sustainability Studies, Public Policy, Governance, Social Sciences, Development Studies, Business Administration, Economics, Corporate Governance, or other related fields.
Completion of Grade 10 and a valid driving license
How to Apply
https://elelanjobs.com/jobs-at-oromia-bank/
Deadline: August 28, 2026
แแแ แญแแต แตแซแแฝแ Telegram แแญ แแแแแ แฅแ แตแแแ แแแ website แแญ แ แแแฃแต แจแแตแแแแตแ แจแตแซ แฅแตแ แญแแแจแฑ
Website Link https://elelanjobs.com

Zero Year & Experience- Huawei Technologies Ethiopia Plc Job Vacancy Announcement
โ Position:1.Customer Relationship Management (CRM)
Education & Experience
Bachelorโs degree or above in Computer Science, Information Technology, Telecommunications, Software Engineering, or a related field.
3+ years of relevant experience in Telecom CRM, BSS, system operations, or a related technical field.
Experience in a telecommunications environment is preferred.
โ Position:2.Power Engineer
Education and Major requirements
BSc or above in Electrical Engineering or Electro-Mechanical engineering
Project Experience
5+ years in Telecom power System , & Generator corrective and preventive maintenance
Language Skill
English is a requirement
Skills or Certificate Requirements
Data analysis, Telecom installation
other requirement
Microsoft Excel, & power point
โ Position:3.Product Sales Manager
Requirements:
Bachelorโs degree or above in Engineering, Business, Telecommunications, ICT, or a related field.
3+ years of relevant work experience in sales, business development, telecommunications, ICT, or a related industry.
Strong understanding of the Ethiopian telecommunications or broadband market is an advantage.
โ Position:4.Cloud Solutions Architect
Qualifications
Professional Background & Industry Experience: Bachelorโs degree or above in Computer Science, Software Engineering, IT, or related fields, with 5+ years of experience in cloud architecture design or related domains. Must have prior experience in the financial industry or with a public cloud provider. Candidates should be familiar with financial business scenarios, regulatory compliance, and risk management, or have hands-on experience as a Solutions Architect or Technical Support Expert at major public cloud platforms (AWS, Azure, Alibaba Cloud, Tencent Cloud, etc.), capable of deeply integrating industry know-how with cloud platform capabilities.
โ Position:5.Mid-level Invoice Management Assistant
Education & Major Requirements
Bachelorโs degree or above in Finance, Accounting, or a related field.
Work Experience
1โ3 years of relevant work experience in Accounts Payable (AP), Finance, Accounting, or a related field.
Fresh graduates from 2024โ2026 with a degree in Finance, Accounting, or a related field are also encouraged to apply.
Knowledge Requirements
Basic knowledge of procurement-related Accounts Payable (AP) accounting processes.
Knowledge of invoice management processes and systems, such as AP Workflow.
Language Requirements
Fluent in English, both written and spoken.
How To Apply?
All interested and qualified candidates are invited to submit their applications through ethiojobs.
๐ Apply here : https://ethiojobs.net/companies/huawei-technologies-ethiopia-plc-1/jobs
Applicants are kindly requested to specify the position they are applying for.
If you do not meet the required educational and professional qualifications, or if your degree is in an unrelated field, we kindly ask that you refrain from submitting an application.
Thank you for your understanding and cooperation
๐Deadline: 26 Sept 2026

โ
แ แญแแญ แแแฐแ แชแฐแญแฝ แขแแตแฒแฒแแต แจแตแซ แแตแณแแแซ - แ 0 แ แแต แฅแ แ แแแต
โฆDeadline: August 29, 2026
Armauer Hansen Research Institute invites fresh applicants for the following job positions.
โ Position 1: Junior Researcher (GIS & Remote Sensing)
Job Requirements
BSc/BA in GIS and Remote sensing, Geomatics, Chartography, or a related field with no experience:
โ Zero Year Experience
โ Position 2: Junior Researcher (AI/ML Engineer)
โ Qualifications and Proficiency:
BSc/MSc degree in Computer Science, Software Engineering, Data Science, or Artificial Intelligence (AI) from a recognized university with zero (0) years of work experience;
โ Position 3: Assistant Researcher I โ Statistics and Data Science
โ Required Education and Qualifications:
BSc in Statistics, Data Science with strong quantitative training, or another closely related field. At least two years of relevant work experience in statistical analysis, data science, health research, surveillance, research data management and a comparable quantitative role.
โ Position 4: Researcher II (Laboratory Manager)
โ Educational Qualifications
Required: PhD. with Medical Biochemistry, in Medical Laboratory Science, Biomedical Sciences, Molecular Biology, Microbiology, Biotechnology, or a closely related field with at least 2 years of experience.
How to Apply Online??
๐๐๐
https://effoysira.com/armauer-hansen-vacancy-fresh-graduates
:
๐Telegram:- https://t.me/effoyjobs

EffoySira.com
Armauer Hansen Vacancy Fresh Graduates
Latest Job From Armauer Hansen Research Inistitute, Fresh Graduates Jobs
Forwarded from EffoyJobs - Effoysira.com
โ Ethiopian Academy of Sciences (EAS) Job Vacancy
โฆApplication Deadline: September 9, 2026
The Ethiopian Academy of Sciences (EAS) is a non-profit, merit-based, and autonomous institution.
โ Position 1: Creative Art Center Assistant
โ Position 2: IT Officer
โ Position 3: Science Center Assistant
โ Position 4: HR and Administrative Officer
โ Position 5: Science Center Director
How to Apply Online??
๐๐๐
https://effoysira.com/ethiopian-academy-of-sciences-eas-job-vacancy/
::

Ethiopian Academy of Sciences (EAS) Job Vacancy
Latest Job From Ethiopian Academy of Sciences (EAS)
Forwarded from Josad Digital Jobs
Graphics Designer
Deadline: August 29th, 2026
Salary: Fixed (One-time)
Job Type: Remote - Contractual
#freelance_ethio #graphics #designer #josad #tech_jobs
@josad_digital | josad.net
Deadline: August 29th, 2026
Salary: Fixed (One-time)
Job Type: Remote - Contractual
We are looking for a creative Graphic Designer with strong design and branding skills.
Requirements
- Proficiency in Adobe Photoshop, Illustrator, and InDesign
- Strong understanding of bran
#freelance_ethio #graphics #designer #josad #tech_jobs
@josad_digital | josad.net
Forwarded from Ministry Of Education News
#Advertisement
แ แตแธแณแญ แญแแต แจแตแซ แแตแณแแแซ
09 34 94 01 02
09 02 55 42 07
โโโโโโโโโโ
แ แแ 25/12/ 2018) แจแแฃ
โฝ Ngo แ แแแ
๐๏ธแจแตแซ แแแต แกแจ0 แ แแต แแแฎ
๐๏ธแแณ แแแต/แดแต
๐๏ธแจแต/แต แฐแจแ:-dip/digre/แแตแฐแญแต
๐๏ธแฐแแ:- 28,000-45000+แฅแ แแฅแ แ
โโโโโโโโโ
โฝ accountant/marketing /managment
๐๏ธแจแต แฐแจแ:- dip/degree
๐๏ธแจแตแซ แแแต :-0แ แแต
๐๏ธแแณ :-แด/แ
๐๏ธแฐแแ แก 15000-20,000+
โโโโโโโโโ
โฝ แแณแญ แ แตแแแ
๐๏ธแจแต แฐแจแ:- 8/dip-degree
๐๏ธแจแตแซ แแแต:- 0-แ แแต
๐๏ธแแณ:- แด/แ
๐๏ธแฐแแ 10000-14,000+แฎแแฝแ
โโโโโโโโโ
โฝ แตแแญ แฆแแฌแฐแญ partime/แ แแ/แ แแแฝ แแ
๐๏ธแจแต แฐแจแ แก8+
๐๏ธแแณ :-แด/แ
๐๏ธแฐแแ แก 10,000---13000
โโโโโโโโโ
โฝ แฎแซ/แซแ/แแจแแต/แแ/แแญแ แขแแฑแตแตแช
๐๏ธแจแต แฐแจแ แก10_12
๐๏ธแแณ แด/แ
๐๏ธ11000-140000+แฅแ แแฅแ แ
โโโโโโโโโ
โฝ แฝแซแญ
๐๏ธแจแต แฐแจแ แก 10
๐๏ธแจแตแซ แแแต แก 0 แ แแต(แแแฃแ แแแฝ)
๐๏ธแแณ :แด/แ
๐๏ธแฐแแ แก 10500+แฎแแฝแ
โโโโโโโโโ
โฝ แฆแแฌแฐแญ แแซแญแต/แตแญแ แต/แตแฌแฒแ/
๐๏ธแจแตแซ แแแต แก10/diger/diploma
๐๏ธแฐแแ: 10,000-15000+
โโโโโโโโ
โฝ Reception/ /แ แฝแแต/แ แแ แแ
๐๏ธแแณ แดแต
๐๏ธ10+
๐๏ธแฐแแ 8,000+แฅแ แแฅแ แ
โโโโโโโโ
โฝ แ แณแต แ แฐแแแช แฃแแญ/แตแญแ แต/แแดแ/แตแฌแฒแ/แแตแแณแ/NJo lay
๐๏ธแจแต แฐแจแ แก 8+
๐๏ธแฐแแ : 80000+แฅแ แแฅแ แ
๐๏ธ แแณ: แด
โโโโโโโโโ
โฝ engineering แ แแแ/ computer scince /it
๐๏ธแจแต แฐแจแ แก Degre/diploma
๐๏ธแแณ: แด/แ
๐๏ธแจแตแซ แแแต แก 0แ แแต
๐๏ธแฐแแ :15000-20,000+แฅแ แแฅแ แ
โโโโโโโโโ
โฝ แแจแแ แแแแ แ แซแซแ/
๐๏ธแจแต แฐแจแ แก 10-degre/Dip
๐๏ธแจแตแซ แแแต แก 0แ แแต
๐๏ธแฐแแ แก 18000+
โโโโโโโโโ
โฝ แแญแต, แแฅ แดแญแแบแซแแ HO
๐๏ธแจแต/แต แฐแจแ:degre /diploma
๐๏ธแแณ แด/แ
๐๏ธแฐแแ-15000--20000
โโโโโโโโโ
โฝ /HR/mangre/Supervisor
๐๏ธdegree /Dip
๐๏ธ0 แ แแต แแณ แด/แ
๐๏ธแฐแแ 13,000_25,000+แฅแ แแฅแ แ
โโโโโโโโโ
โฝ แ แจแญ แแแแต แฝแซแญแ แซแ แ แแซแ
๐๏ธแจแต/แต แฐแจแแก 10_12+
๐๏ธแฐแแแก15000+
๐๏ธแแณแก แด/แ
โฝ แแแ แญ แ แแแแแ
๐๏ธแจแต/แต แฐแจแแก-dip/digre
๐๏ธแจแตแซ แแแตแก-0 แ แแต
๐๏ธแฐแแแก -10500-15,000
๐๏ธแแณแกแ/แด
โฝ แฃแต แแญ แตแฌแฐแญ
๐๏ธแจแต/แต แฐแจแแก 8แ
๐๏ธแฐแแแก 10000_15000
๐๏ธแแณแก แแแต/แด
---โ-------------------------------โ---โ------
๐ แ แตแซแป:-22 แแแแ แฒแฐแญแฑ แญแฐแแแข
๐ พ๏ธ แแ แแ แแจแ ๐ พ๏ธ๐๐๐๐
๐0934940102
๐0902554207

โค1
#Barattoota kolleejjii fi yunivarsiitiif labtop akkamii qabachuutu gaariidha?
Laptop qaalii qofa osoo hin taane, performance, battery, storage fi portability ilaaluun barbaachisa.
๐ป #Laptop barattootaaf gorfamu
#Wantoota ilaaluu/beekuu qabnu
Processor Intel Core i5 / AMD Ryzen 5 ykn ol
RAM 8GB minimum; 16GB recommended
Storage 512GB SSD recommended
Display 14" ykn 15.6" Full HD
Battery Sa'aatii 6โ10 ykn ol yoo danda'ame
Operating System Windows 11
Graphics Integrated graphics hojii barnootaa idileef ga'a
Weight 1.3โ1.8 kg yoo baay'ee socho'an
๐ #Akka damee barnootaatti
1. #Business, Accounting, Management, Law, Education
Core i3/i5 ykn Ryzen 3/5
RAM 8GB
SSD 256โ512GB
โก๏ธ Word, Excel, PowerPoint, browsing fi online learning irratti gaarii.
2. #Computer Science, IT, Networking
Core i5 / Ryzen 5 ykn ol
RAM 16GB
SSD 512GB
Virtualization support qabaachuu qaba
โก๏ธ Programming, Cisco Packet Tracer, VirtualBox/VMware, Windows Server fi Linux irratti caalaatti mijata.
3. #Engineering, Architecture, Graphics
Core i5/i7 ykn Ryzen 5/7
RAM 16GBโ32GB
SSD 512GBโ1TB
Dedicated GPU yoo AutoCAD, Revit, SolidWorks, 3D modeling fi hojii graphics cimaa hojjetan.
โ ๏ธ #Laptop bituuf yeroo deemtu
CPU maqaa qofa hin ilaali. Generation, RAM, SSD, battery health (yoo used ta'e), keyboard, screen, charger fi ports isaa qoradhu.๐ฅ๐