Finfinnee kan Oromoo ta'uu Ormi Bareechee beeka, Oromootu hin Amanne Malee!
Waa'een finfinnee akkamiin gaafumaafuu dhihaata? Oromoon akkamiin Finfinneen kan Eenyuuti ja'ee walis Ormas gaafata?
“Finfinneen kan eenyuuti?” gaaffii seenaa qofa miti. Gaaffii waa’ee eenyummaa, duudhaa, lafa, sirna bulchiinsaa fi seenaa uummata Finfinnee keessa jiraachaa tureeti.
FINFINNEEN DURAA MAAL TURTE?
Har’a Addis Ababa jedhamee beekamu kun, bara 1886 dura naannoo Finfinnee jedhamee waamamaa ture. Qorannoowwan seenaa fi qorannoo magaalaa irratti hojjetaman akka agarsiisanitti, naannoon Finfinnee fi lafti magaalaan har’aa irra jirtu, bara 1880 moota dura Oromoo Tuulamaa keessa jiraataniin qabamee ture.
Keessumaa maqaan Gullallee, Galaan fi Ekkaa yeroo seenaa Finfinnee keessatti irra deddeebi’amee ka’u. Qorannoon tokko illee Finfinneen duraan giddugala jireenyaa, dinagdee fi sirna aadaa Oromoo Tuulamaa ta’uu ibsa.
Kana jechuun Finfinneen lafa bosonaa ykn lafa namni hin jirre ture jechuu miti.
Lafa kana irratti:
- Qonnaa fi horsiisaa,
- Walitti dhufeenya hawaasaa,
- Ayyaana fi sirna aadaa,
- Walga’iiwwan hawaasaa,
- akkasumas hojiiwwan sirna Gadaa waliin walqabatan gaggeeffamaa turan.
Qorannoon seenaa magaalaa Finfinnee irratti maxxanfame akka ibsutti, Oromoo Tuulamaa naannicha keessa jiraatan lafa tokko tokko Irreechaa fi walga’ii Gadaa fakkaatanif bakka aadaa fi qulqulluu ta’etti fayyadamu turan.
MAALIIF “FINFINNEE” JEDHAME?
Maqaan Finfinnee naannoo kana keessatti burqaa bishaan ho’aa — hora — hedduu jiraachuu waliin walqabata.
Bakka har’a Filwuhaa/Filwohaa jedhamee beekamu, bishaan ho’aa uumamaa qaba. Bishaan ho’aan kun dur irraa kaasee namoota naannichaa biratti beekamaa ture, namoonni itti fayyadamu turan.
Empress Taytu Betul fi mootummaa Menelik II illee yeroo Entoto keessa turan gara bishaan ho’aa Finfinnee dhufaa turan. Haalli qilleensaa Entotoa qabbanaa’aa fi rakkisaa ta’uu isaa wajjin walqabatee, lafti gadi bu’aan Finfinnee isaan hawwate.
GULLALLEE, GALAAN FI EKKAAN EENYU TURAN?
Seenaa Finfinnee keessatti maqaan gosoota Oromoo hedduu ni argama.
Qorannoowwan tokko tokko akka ibsanitti, Galaan, Gullallee fi Ekkaa naannoo Finfinnee keessatti qubataa turan, keessumaa Gullalleen naannoo Finfinnee bal’aa keessatti jireenya qonnaa fi horsiisaa qabaachaa turan.
Kanaaf, yeroo “Finfinnee duraan eenyutu keessa jiraataa ture?” jedhamee gaafatamu, deebiin ragaa irratti hundaa’e,
Oromoo Tuulamaa, keessumaa gosoota akka Gullallee, Galaan fi Ekkaa, naannoo Finfinnee keessatti uummata jirata turanidha.
YOOMII AKKAMITTI HAALLI JIJJIIRE?
Bara 1870 moota keessa Menelik, yeroo sana mootii Shawaa ture, gara kibbaa babal’achuu fi naannolee Oromoo to’achuu jalqabe.
Entoto naannoo Finfinnee olitti argamu keessatti buufata mootummaa fi waraanaa ijaarame. Qorannoon Journal of Oromo Studies tokko akka ibsutti, Menelik erga naannolee kaabaa fi naannoo Shawaa keessatti aangoo isaa cimsatee booda gara Oromoo Tuulamaa, kanneen Finfinnee fi naannawa ishee keessa jiraatanitti xiyyeeffannoo isaa geesse. Entoto’nis buufata waraanaa fi giddugala mootummaa ta’e.
Kana booda, walitti bu’iinsi aangoo fi lafa irratti hundaa’e uumame.
Qorannoowwan ammayyaa tokko tokko yeroo hundeeffama finfinnee ibsan, lafti Oromoo irraa fudhatamuu fi namoonni naannichaa buqqaafamuu isaanii irratti xiyyeeffatu.
👑 BARA 1886: FINFINNEE → ADDIS ABABA
Bara 1886 keessa Menelik II fi Haadha Warraa isaa Taytu Betul Entoto irraa gara lafa gadiitti, bakka Finfinnee jedhamutti xiyyeeffannoo kennan.
Taytu keessumaa bishaan ho’aa Finfinnee jaallatte. Bara 1886–1887 keessa mana ishee naannoo bishaan ho’aa sanaatti ijaaratte, namoonni mootummaa fi waraanaa ishee hordofanii gara lafa gadiitti bu’uu jalqaban.
Maqaan “Addis Ababa”, jechuun “Flower/New Flower”, maqaa haaraa magaalaa guddachaa turteef kenname.

Kana irraa kaasee Finfinneen suuta suutaan gara giddugala mootummaa fi magaalaa guddaa ta’uutti ceete. Maddi seenaa tokko akka ibsutti, bara 1887 irraa eegalee namoonni hedduun Entoto irraa gara Finfinnee gadi bu’anii qubatan, magaalaan sunis yeroo dheeraa keessatti qofa akka magaalaa mootummaa dhaabbataa taatee cimte.
⚫🔴⚪ SIRNI GADAA FINFINNEE WALIIN MAAL WALITTI QABA?
Oromoo Tuulamaa biratti sirni Gadaa sirna hawaasummaa, siyaasaa, seeraa fi aadaa guddaa ture.
Finfinnee fi naannawa ishee keessatti walga’iiwwan hawaasaa fi sirna Gadaa gaggeeffamaa turan. Qorannoon magaalaa Finfinnee irratti hojjetame akka ibsutti, lafti naannichaa bakka qonnaa fi horsiisaa qofa osoo hin taane, Irreechaa fi walga’ii Gadaa tiifis tajaajilaa ture.
Kanaaf, seenaa Finfinnee keessatti:
Finfinnee = lafa qofa miti;
Finfinnee = seenaa, aadaa, sirna Gadaa, jireenya hawaasaa fi eenyummaa uummata naannichaa waliin walqabata.
🏙️ FINFINNEEN AKKAMITTI MAGAALAA TAATE?
Erga bara 1886 irraa kaasee, lafti naannichaa gara magaalaa mootummaa ta’uutti jijjiiramaa dhufe.
Qorannoo seenaa magaalaa finfinnee bara 1886–1910 irratti hundaa’e akka ibsutti, magaalaan sun jalqabarratti akka buufata mootummaa/katamaa guddachaa dhufte, booda immoo gara giddu gala siyaasaa fi bulchiinsa mootummaa Itoophiyaa ceete.
Lafa mootummaa fi namoota aangoo qabanitti qooduunis adeemsa hundeeffama magaalaa keessatti gahee guddaa qabaate. Qorannoo ammayyaa tokko akka ibsutti, bara 1890 moota keessa lafti namoota adda addaatiif qoodamuu fi babal’inni magaalaa naannoo ishee jijjiiruu jalqabe.
BARARAA MAALII ?
Yeroo seenaa Finfinnee dubbannu, maqaan Bararaa yeroo tokko tokko ni ka’a.
Bararaan magaalaa durii naannoo Finfinnee ykn Shawaa keessatti argamte jedhamee qorannoowwan tokko tokko keessatti yaadama. Garuu bakka sirrii Bararaa fi Finfinnee waliin walitti dhufeenya ishee irratti waliigalteen seenaa guutuu hin jiru.
Kanaaf, “Bararaan Finfinnee dha” ykn “Finfinneen Bararaa qofa irraa dhufte” jechuun akka dhugaa mirkanaa’eetti dubbachuun of eeggannoo barbaada.
🇪🇹 SEENAA FINFINNEE HAR’A MAAL NU BARSIISA?
Seenaa Finfinnee sirriitti yoo ilaalle, seenaa tokko qofa miti.
Inni seenaa:
Oromoo Tuulamaa fi jireenya isaanii durii,
sirna Gadaa fi duudhaa isaanii,
hora Finfinnee, babal’ina mootummaa Shawaa, hundeeffama magaalaa finfinnee bara 1886, fi gara giddu gala siyaasaa Itoophiyaa ta’uutti guddachuu walitti qabuudha.
Kanaaf, seenaa Finfinnee yeroo dubbannu, seenaa bara 1886 qofa irraa jalqabuu irra, seenaa dura ture fi jijjiirama bara 1880 moota keessa dhufe lamaan isaanii waliin ilaaluun barbaachisaa dha.
✍️ Gabaabumatti:
SEENAA FINFINNEE HUBACHUUF SEENAA OROMOO TUULAMAA FI HUNDEEFFEAMA MAGAALAA 1886 LACHUU HUBACHUU QABNA.
📚 Maddoota qorannoo:
Peter Garretson, A History of Addis Ababa from its Foundation in 1886 to 1910; qorannoo Urban Development and the Making of Frontiers in/from Addis Ababa/Finfinne; Journal of Oromo Studies; fi qorannoowwan yunivarsiitiiwwan Itoophiyaa irratti hundaa’an.
#Finfinnee ⚫🔴⚪
Star Media Finfinnee Free Post Ethio-Trends Oromia Communication Bureau Sabontu Ahmed BBC News Afaan Oromoo
#Finfinnee #AddisAbaba #SeenaaFinfinnee #Oromoo #Tuulamaa #Gadaa #Irreechaa #Ethiopia #History

Forwarded from Solomon Debele Lemi (Solomon Debele)
📢 Beeksisa
Qormaata Seensa Sagantaa Barnoota Digrii Lammaffaa Biyyaalessaa (NGAT)
🗓 Hagayya 20 fi 21/2018 E.C. ni kennama.
📌 Hubachiisa Galmaa’tootaaf:
Username, Password fi Entrance Ticket keessan argachuuf teessoo imeelii keessan (Email Address) daawwachuu hin dagatinaa!
⚠️ Qormaata fudhachuuf Entrance Ticket barbaachisaa dha.
#NGAT
አገር አቀፍ የድኅረ-ምረቃ ፕሮግራሞች የመግቢያ ፈተና (NGAT) ነሐሴ 20 እና 21/2018 ዓ.ም ይሰጣል፡፡
ተመዝጋቢዎች Username፣ Password እና Entrance Ticket ለማግኘት የኢሜይል አድራሻችሁን መጎብኘት አትዘንጉ።

BEEKSISA
Barsiisota Jijjiirraa Barbaadan Hundaaf:
------------
BBO - Hagayya 09/2018 Barsiisotni jijjiirraa barbaadan jijjiirraa guutuuf(iyyannoo) mosaajiin 'online'n dhiheeffachuu duraan dursee "User Name fi Password" argachuu akka qabdan ni beekama.
Kanuma bu'uureeffachun, BBOn User Name fi Password" keessan hoggantoota Waajjira Barnootaa Godinaaleefi Bulchiinsa Magaalotaaf torban tokkoon dura raabseera.
User Name fi Passwordiin keessanis waajjira barnootaa aanaalee kan gahe ta'uu beekneera.
Haata'u malee, barsiisotni tokko tokko "UserName fi Passwordiin akka isaan dhaqqabne ibsuun gara hoggantoota BBO dhimmichi hin ilaallannetti bilbiluun ragaa argachuuf rakkataa akka jiran hubanneera.
Kanaafuu, barsiisaan User Name fi Password" hin argatin ykn dhimma Gosa Barnootaan walqabaten irratti sadarkaa WB Godinaa, Bul/Magaalaafi Aanaatti furmaata dhabdan qofti #ogeessota_ICT_BBO bilbilli isaanii asii gaditti kennaman kanneen qofa bira bilbiluun furmaata akka argattan isin beeksifna.
#Bilbilootnis:-
+251 94 774 9960 - Faasikaa
+251 92 319 0980 - Jibriil
+251 91 284 6672 - Hawituu fa'a
bira bilbiluun furmaata gaafachuu ni dandeessu.
Hubachiisa: Mosaajin jijjiirraa fedhiin iddoo duwaa funaanamaa jiru hanga 10/12/2018 waan dheerateef akkuma xumurameen kan gad-dhiisnu waan ta'eef obsaan nu eeggadhaa!

Telegram
Oromia Education Bureau
Get the latest Education News, Exam schedules, Policy Updates, and others announcements.
#Oromia #Education #News.
#Oromia #Education #News.
Forwarded from URJII JOBS 💯
Zero Year - Ethio telecom External Job Vacancy Announcement
✅Position:IT Technical Support Advisor
Job Requirements:
BSc Degree in computer science, computer and electrical engineering, Information Technology, Information system, Information communication Technology or a related field with 0 year experience.
Additional Details:
Support common software applications and remote support tools.
Troubleshooting hardware components Ticketing Systems with IT service management (ITSM) tools and ticketing system.
Support Operating Systems Windows, macOS, and Linux.Basic Networking understanding of networking concepts, including TCP IP
Age: Not greater than 30 years
Location:Addis Ababa
How To Apply?
Online Registration Link:Apply here
https://erp.ethiotelecom.et/OA_HTML/OA.jsp?page=/oracle/apps/irc/candidateSelfService/webui/VisJobSchPG&_ri=821&SeededSearchFlag=N&Contractor=Y&Employee=Y&OASF=IRC_VIS_JOB_SEARCH_PAGE&_ti=355062413&retainAM=Y&addBreadCrumb=N&oapc=4&oas=xk5qBm3JwWSi2tYDZ9yj7Q..
📆Deadline: August 22, 2026
Telegram || Facebook || Website

Forwarded from Info
▪️For Fresh Graduates🎴Ethio telecom 🎴
▪️Job Title: IT Equipment and Tools Z and R O and M IT Technical Support Advisor
Education: BSc Degree in computer science, computer and electrical engineering, Information Technology, Information system, Information communication Technology or a related field with 0 year experience.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/ethio-telecom-august-17-26/
▪️Deadline : August 22, 2026

❤1
Forwarded from Info
በምስራቅ ጎህ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የሳይንስ ልህቀት ማዕከል ለመማር የተመዘገባችሁ ተማሪዎች አስፈላጊ የሆኑ ተጨማሪ መረጃዎችን እንድትሟሉ የከተማ አስተዳደሩ ትምህርት ቢሮ ጠይቋል፡፡
በዚህም bs.ministry.et ላይ በመግባት ስማችሁን ወይም የተመዘገባችሁበትን ስልክ ቁጥር በማስገባት ለፈተና የሚቀርባችሁን ክ/ከተማ እንዲሁም የተማራችሁበትን የትምህርት ቤት አይነት (የመንግሥት ወይም የግል) እንደትሞሉ ተብሏል፡፡
በቀጣይ የተመደባችሁበት የመግቢያ ፈተና መውሰጃ ጣቢያ፣ የፈተና ቀን እና የፈተና ሰዓት የሚገለፅ መሆኑን ቢሮው አሳውቋል፡፡
ትምህርት ሚኒስቴር 💠
🔴ተጨማሪ ትምህርታዊ መረጃ ለማግኘት ቻናላችን ይቀላቀሉ!
✈️https://t.me/Tmhrt_Minister

Forwarded from EffoyJobs - Effoysira.com
🎥 Video Reviewer – Job Vacancy
✅ Position: Video Reviewer (Female)
Working Hours: 8:00 AM – 6:00 PM
Monthly Salary: 10,000–15,000 ETB
Payment Method: Earnings depend on the amount of work completed. The more tasks you complete, the higher your income within the salary range.
Shift Schedule:
- 2 weeks on the day shift
- 2 weeks on the night shift
Requirements
- Basic computer and internet skills
- Good attention to detail
- Ability to work efficiently and meet daily targets
- Willingness to work both day and night shifts
● Only Female Applicants
📩 How to Apply
Anyone interested in working with us can send their CV and phone number through Telegram:
Telegram: @workk1616
Phone: +251 940 068 925
⚠️ Notice: Never pay any fee to apply for or secure a job. All job vacancies shared here are completely free to apply to.

✨የስራ ማስታወቂያ | Job Opportunity - Part Time Tutor ✨
Addis Learning & Events ለተማሪዎች የቤት ለቤት ትምህርት (Home Tutoring)፣ የተለያዩ ትምህርታዊ እንቅስቃሴዎችን፣ ጨዋታዎችን እና የ ኢቨንት ስራዎችን የሚሰራ ድርጅት ሲሆን ከዚህ በታች በተጠቀሰው ክፍት የስራ መደብ ላይ አመልካቾችን ይፈልጋል።
✅ የስራ መደብ: Home Tutor
□ ትምህርት ደረጃ: Bachelor's degree (ተማሪዎች ወይም ተመረቂዎች)
■ የተፈለገው ብዛት: 50
● የስራ ዓይነት: Part-time
▪︎ደመወዝ: በስምምነት (Negotiable)
📌 የማመልከቻ መንገድ:
ለስራ መደቡ ብቁ የሆናችሁ አመልካቾች ይህንን የGoogle Form በመሙላት ማመልከት ትችላላችሁ፦
👉 የማመልከቻ ፎርም:- https://forms.gle/RV7QBuT3iRWZJotYA
⏰ ማመልከቻው የሚዘጋበት ቀን: ነሐሴ 30, 2018 ዓ.ም
For any information contact @yl9206

Kaadhimamtoota NGAT Hundaaf:
Qormaanni Biyyoolessaa Seensa Digrii Lammaffaa (NGAT) Hagayya 20 fi 21, Bara 2018 A.L.I tiitti kan kennamu ta'a.
Adeemsa qormaataa milkaa'aa fi gufuu hin qabne mirkaneessuuf, kaadhimamtootni hundi qajeelfamoota kana gadii hordofuu fi hojiirra oolchuun dirqama:
Waraqaa Eenyummaa: Eenyummaa keessan mirkaneessuuf Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa (Fayda) seensa karra qormaataa fi buufata qormaataatti dhiyeessuu qabdu.
Seensa Dijitaalaa(Digital Credentials) : Qormaata dura maqaa fayyadamaa (username) fi lakkoofsa iccitii (password) dijitaalaa qormaataaf isiniif kenname beekuu keessan mirkaneeffadhaa.
Kaadhimamtoota Hundaaf
Carraa Gaarii Haawwina!
📢 ለሁሉም የብሔራዊ የድህረ-ምረቃ መግቢያ ፈተና(NGAT) ተፈታኞች በሙሉ፦
የብሔራዊ የድህረ-ምረቃ መግቢያ ፈተና (NGAT) ነሐሴ 20 እና 21 ቀን 2018 ዓ.ም ይሰጣል።
የፈተናው ሂደት በስኬት እንዲጠናቀቅ፥ ሁሉም ተፈታኞች የሚከተሉትን መመሪያዎች በጥብቅ መተግበር ይኖርባችኋል ፦
የማንነት ማረጋገጫ ሰነዶች፦ በፈተናው መግቢያ በር እና በፈተናው አዳራሽ ውስጥ ትክክለኛ የብሔራዊ መታወቂያ (ፋይዳ) መያዝ እና ማቅረብ አለብዎት።
ዲጂታል መለያዎች (Credentials)፦ ከፈተናው በፊት የተለየውን የዲጂታል ፈተና መግቢያ የተጠቃሚ ስም (Username) እና የይለፍ ቃል (Password) በይፋ ማወቅዎን እና ዝግጁ ማድረጉን ያረጋግጡ።
ለሁሉም ተፈታኞች መልካም ዕድል እንመኛለን!

Best and Most Reliable Websites
1. Image to PDF Converter
👉 iLovePDF – https://www.ilovepdf.com/jpg_to_pdf
👉 Smallpdf https://smallpdf.com/jpg-to-pdf
👉 Adobe Acrobat Online – https://www.adobe.com/acrobat/online/jpg-to-pdf.html
2. Word to PDF Converter
👉 Adobe Acrobat Online – https://www.adobe.com/acrobat/online/word-to-pdf.html
👉 iLovePDF – https://www.ilovepdf.com/word_to_pdf
👉 Smallpdf – https://smallpdf.com/word-to-pdf
3. PDF to Word Converter
👉 Adobe Acrobat Online – https://www.adobe.com/acrobat/online/pdf-to-word.html
👉 iLovePDF – https://www.ilovepdf.com/pdf_to_word
👉 Smallpdf – https://smallpdf.com/pdf-to-word
4. PDF Editing
👉 Adobe Acrobat Online – https://www.adobe.com/acrobat/online/pdf-editor.html
👉 Sejda PDF Editor – https://www.sejda.com/pdf-editor
👉 PDFescape – https://www.pdfescape.com/
Share_and_Join_Us
Jobs @UrjiiJobs
CV @ethiocvmakar
𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 𝐰𝐢𝐭𝐡 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐟𝐫𝐢𝐞𝐧𝐝𝐬
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐔𝐬 🔗 @UrjiiJobs

#Finfinnee 💪🏼💪🏼💪🏼
Walmarii biyyaaleessaa guyyoota 37’f gaggeeffameen yaadoota Murtoo argatan:-
1.Finfinneen Magaalaa Guddoo Oromiyaa ta’uu heera Mootummaan akka mirkanaa’u.
2.Afaan Oromoo Afaan Hojii Fedaraalaatti akka ida’amu.
3.Afaan Hojii Magaalaa Finfinneettis Afaan Oromoos akka ida’amu.
4.Heera Mootummaa irratti “Faayidaa addaa” kan jedhamaa ture,qabeenyi Uumamamaa Magaalaa Finfinnee Faayidaa Waloon akka bakka buufamu.
5.Guyyaan Kabaja Irreechaa akkuma Ayyaanoota biyyattiitti gara biroo kalaandara keessatti akka hammatamu fi kkf
Demeke

Bu'aa Qormaataa 💥✍️✍️
~~~~~~~~~~~
Tamsaasa Kallattii Ministeera Barnootaa irraa dhimma qormaata kutaa 12ffaa ilaalchise daqiiqaa muraasa booda kallattiin isin qaqqabsiisfna.
Karaa Teelegiraamaa nu hordofaa.
©️ https://t.me/GammeeTech

Forwarded from Ethio Jobs Hub
[ New ] Jobs by Pitron Tech Solutions | Jobs Opportunity AUG 22 | 2026
Bachelor's degree in Business, Economics, Marketing, IT, Computer Science, Finance, Statistics, or a related field.
How to Apply
https://elelanjobs.com/job/job-at-pitron-tech-solutions/
Deadline : September 22nd, 2026
ሁሉም ክፍት ስራዎችን Telegram ላይ ለመለቀቅ ብዙ ስለሆነ ሁሌም website ላይ በመግባት የምትፈልጉትን የስራ እድል ይመለከቱ
Website Link https://elelanjobs.com

Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
https://result.eaes.et
👇🏾👇🏾👇🏾
TikTok
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
👇🏾👇🏾👇🏾
TikTok
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
Keessan na argachuuf @WABIISG
tiktok.com/@sanyiigudataa2
Galatoomaa
Sanyii Guddataa
Jechi “Boru” jedhu jireenya kee awwaalaa jira!
“Yeroo sirriin yommuu dhufu nan jalqaba; haalli mijataa yommuu ta’u nan hojjedha; boru itti haa deebinu” jettee guyyaa guyyaan yeroo kee akka hin qisaasessine of eeggadhu. Dhugaan jiru garuu, guyyaan “boru” jedhamu namni tokko illee kan irra dhaqe hin jiru; “boru” jechuun mana dhokataa sababa ittiin of soban qofa.
Dhugaa saayinsii sammuu (Neuroscience) fi saayinsii hubannaa (Cognitive Science) keessatti, sammuu kee hojii ulfaataa gara fuulduraatti tursiisuu (Procrastination) fi amala mijataa ta’e keessatti ofumaan akka itti fufu (Autopilot) hojjechaa jira. Qabsoo sammuu keessaa kana yoo hin mo’iin, hawwii duwwaa keessa jiraachuun yoo itti fufe, waan argitu guddina umurii kee qofa.
🎁Kiyyoo “Boruu” (The Tomorrow Trap):
Hojii guddaa har’a hojjetamuu qabu fi bu’uura cimaa ijaaruu qabu gara boruutti dabarsuu. Bu’aan isaa yeroo qisaasessuu, miira gaabbii cimaa fi yaada “utuu akkas hin ta’iin” jedhu umurii guutuu keessa nama hordofuudha.
🎁Sirna Ammaa (The Neuron Code Execution):
Yeroo eeggachuu dhiisuu; yeroo xiqqaa fi humna qabdu keessatti sirna hin jijjiiramne (Non-Negotiables) diriirsuun har’uma tarkaanfii fudhachuu!
Galmee Jechoota kee keessaa jecha “Boru” jedhu haqi; sababni isaa hojii hojjechuu fi bu’aa galmeessu kan danda’u "amma (Har’a) qofa" waan ta’eef. Via Keba
#Amma #Murteessuu #Jireenya

#Sagantaa_NGAT
Sagantaan Qormaata Biyyaalessaa Seensa Sagantaa Barnoota Digirii Lammaffaa (Postgraduate) kan dhuma bara barnootaa 2018 A.L.I. (NGAT) akkuma armaan gadiiti:
Qormaatichi Hagayya 20 fi 21, bara 2018 A.L.I. ganamaa fi waaree booda, jechuunis marsaa ganamaa fi marsaa waaree boodaatti, ni kennama. #NGAT_Schedule
የ2018 ዓ.ም መጨረሻ ዓመት ብሔራዊ የድኅረ-ምረቃ ፕሮግራሞች የመግቢያ ፈተና (NGAT) የፈተና መስጫ መርሐግብር፦
ፈተናው በጠዋት እና በከሰዓት ፈረቃ ነሐሴ 20 እና 21/2018 ዓ.ም ይሰጣል።
Sagantaan Qormaata Biyyaalessaa Seensa Sagantaa Barnoota Digirii Lammaffaa (Postgraduate) kan dhuma bara barnootaa 2018 A.L.I. (NGAT) akkuma armaan gadiiti:
Qormaatichi Hagayya 20 fi 21, bara 2018 A.L.I. ganamaa fi waaree booda, jechuunis marsaa ganamaa fi marsaa waaree boodaatti, ni kennama. #NGAT_Schedule
የ2018 ዓ.ም መጨረሻ ዓመት ብሔራዊ የድኅረ-ምረቃ ፕሮግራሞች የመግቢያ ፈተና (NGAT) የፈተና መስጫ መርሐግብር፦
ፈተናው በጠዋት እና በከሰዓት ፈረቃ ነሐሴ 20 እና 21/2018 ዓ.ም ይሰጣል።
Forwarded from Solomon Debele Lemi (Solomon Debele)
Beeksisa Galmee Yeroo Barnootaa 2019ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee Barattoota Digrii Jalqabaa
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnootaa 2019 keessatti barattoota haaraa sagantaa digrii jalqabaa (Undergraduate), sagantaa idilee (scholarship mootummaa fi kaffaltii dhuunfaa), akkasumas sagantaa galgalaa fi itti fufiinsa qabu keessatti simatee barsiisuuf qophii isaa xumureera.
Kanaaf, iyyattoonni ulaagaalee armaan gadii guuttan, guyyaa fi haal-duree ibsame irratti hundaa’uun iyyachuu akka dandeessan isin beeksifna.
Ulaagaalee fi Guyyoota Barbaachisoo
Guyyaa galmee: Hagayya 19, 2018 irraa eegalee hanga Hagayya 29, 2018tti
Ulaagaalee guutamuu qaban:
Bara 2015, 2016, 2017 fi 2018 keessatti qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa (National Exit Examination) fudhatanii, qabxii seensa yunivarsiitii argatan; yookaan
Sadarkaa 4ffaa xumuranii COC darbanii ta’uu qabu.
Guyyaa Qormaata Seensa (UAT):
Qaammee 2 irraa hanga Qaammee 4, 2018.
🔗 Galmee Online
Galmeessuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa:
AAU Admission Portal
👇👇👇
https://admission.aau.edu.et