Gammee Tech๐Ÿ’Ž
173 subscribers
340 photos
7 videos
9 files
283 links
๐Ÿš€ Welcome to Gammee Tips! ๐Ÿš€ Join us
๐Ÿ“Computer Graphics ๐Ÿง‘โ€๐Ÿ’ป
๐Ÿ“Video Editing ๐Ÿ“ฑ
๐Ÿ“Website Development๐Ÿ–ฅ
๐Ÿ“Mobile App Development๐Ÿ“ฒ
๐Ÿ“Online Business Solutions.๐Ÿ’ฐ
โœ๏ธ Entrepreneur || Content creator
โœ๏ธ CEO & Founder of '' Gammee Tips''
โž• More.
๐Ÿ„ท๐Ÿ„พ๐Ÿ„ฟ๐Ÿ„ด โœ…
๐™๐™š๐™˜๐™๐™ฃ?
Download Telegram
10.  Beeksisa (promotion):-  Maallaqa, humnaa fi yeroo kee isa guddaa beeksisaaf oolchi. Beeksifni dirqama karaa reediyoo fi televijinii taโ€™uu hin qabu. Beeksisni inni guddaa fi gatii xiqqaan beeksisuu dandeessu karaa maamiloota kee amanamoo (loyal customers) ti. Maamiloota kee isa tajaajila kee dursanii baran, kan jaalatan fayyadamtee akka isaan namoota beekan (in their circle) tti sii himan (refer) sii godhan amansiifadhu. Namoonni hedduun beeksisa gara reediyoo ykn telejiniin argan caalaa nama amanan irraa yoo waa dhagahan amaninii bitu, jecha nama amananii (word-of-mouth) ni amanu. Namoonni karaa kanaan dhufan immoo maamila kee amanamaa taโ€™u, nama biraas sii fidanii dhufu.

11.  Qulqullina tajaajilaa (service quality):-  yoomuu taanan meeshaan (goods) ykn tajaajilli (service) ati dhiyeessitu qulqulliinni isaa gaaffii keessa galuu hin qabu. Haga dandaโ€™ameen qulqullina sadarkaa olโ€™aanaa taโ€™een dhiyeessuf yaali.

12.  Madda kaappitaala jalqabaa (source of initial Capital):- Rakkoo guddaan nama keenyaa maallaqa waa ittiin jalqabaniidha. Dhugumatti waa jalqabuuf maallaqni ni barbaachisa.  Maallaqni kun eessaa argama? Ka armaan gadii kana taโ€™a

1. ๐Ÿ… ๐Ÿ…๐Ÿ…’๐Ÿ…๐Ÿ…ก๐Ÿ…ก๐Ÿ…˜๐Ÿ…˜
Qaama ta'e wayiif qacaramtee mindaan siif kanfalama.

2. ๐Ÿ…ž๐Ÿ…• ๐Ÿ… ๐Ÿ…๐Ÿ…’๐Ÿ…๐Ÿ…ก๐Ÿ…ค๐Ÿ…ค
Biisinasii dhuunfaa keetii xiqqoo qabda, ofumaaf hojjetta. 

3. ๐Ÿ…๐Ÿ…‘๐Ÿ…‘๐Ÿ… ๐Ÿ…‘๐Ÿ…˜๐Ÿ…˜๐Ÿ…ข๐Ÿ…˜๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ…ข๐Ÿ…˜๐Ÿ…˜
Siistamaan ijaaruu irratti xiyyeeffatta!

4. ๐Ÿ…˜๐Ÿ…๐Ÿ…ฅ๐Ÿ…”๐Ÿ…ข๐Ÿ…ฃ๐Ÿ…๐Ÿ…ก๐Ÿ…
Maallaqa qabda, siistema ijaarame bitta.


Never depend on a single income
make an investment to create a
second source.โ€  Warren Buffett

Madda galii babal'ifachuu
Diversifying income sources

"Gabrummaa hanqina maallaqaa jalaa ba'uun qabsoo madda galii dabalataa gabbifachuu gaafata.

"Dingadeen bilisummaa hin qabdu taanaan siyaasaanis ta'e sammuu kee keessatti bilisummaa qabaachuu hin dandeessu"
"
Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Dr. Gutu Tesso

Wantoota guddina dinagdee
keessatti murteessoo ta'an.

1. Of jijjiiruu
2. Mul'ata qabaachuu fi karooraan jiraachuu
3. Aadaa hojii gaarii gabbifachuu
4. Madda galii babal'ifachuu
5. Amala qusannaa jabaa horachuu
6. Baasii hin malle hir'isuu
7. Idaa hamaa keessa akka hin seenne of-eeguu
8. Qabeenya horachuu
9. Beekumsaan of qaraa adeemu

โœ๏ธโœ๏ธ๐Ÿš€๐Ÿš€
‎Namoonni baayyeen... ๐—๐˜‚๐—ป๐—ถ๐—ผ๐—ฟ ๐—œ๐—ง ๐—”๐˜€๐˜€๐—ถ๐˜€๐˜๐—ฎ๐—ป๐˜ / ๐—œ๐—ง ๐—ฆ๐˜‚๐—ฝ๐—ฝ๐—ผ๐—ฟ๐˜ irratti ๐—ฑ๐—ผ๐—ฟ๐—ด๐—ผ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐˜€... maal irratti qophaa'uu akka qabdan na gaafataa jirtu.

‎Ani barsiisaa ๐—œ๐—ง waanan tureef callisee bira darbuun na dabbare.

‎Qorumsi kanatu isiniif dhufa jedhanii tilmaamuun hin danda'amu.

‎Garuu... akka ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ถ๐—บ๐—ฎ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ ๐—œ๐—ง tokkotti wantoota ijoo ati beekuu qabdu gababaabsee sitti hima.

‎๐—ข๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—œ๐—ง tokkorraa waa ๐Ÿฏ๐˜๐˜‚ eegama. Isaanis:

‎- ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฏ๐—น๐—ฒ๐—บ ๐—ฆ๐—ผ๐—น๐˜ƒ๐—ถ๐—ป๐—ด
‎- ๐—ฆ๐˜†๐˜€๐˜๐—ฒ๐—บ ๐—ฆ๐˜‚๐—ฝ๐—ฝ๐—ผ๐—ฟ๐˜
‎- ๐—ง๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ป๐—ถ๐—ฐ๐—ฎ๐—น ๐—”๐˜„๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ๐—ป๐—ฒ๐˜€๐˜€

‎dandeetti kana sadeen yoo qabaannan... ๐—ฏ๐—ผ๐—ผ๐—บ!

‎Hojiin ogeessa ๐—œ๐—ง, dhaabbaticha keessatti rakkoo teeknikaa yeroo uumame dafee hiikuu fi bakkatti deebisuudha (rakkoo teeknikaatiin hojii akka hin dhaabanne gargaaruudha).

‎Kanaaf... beekumsi armaan gadii baayโ€™ee murteessaadha.


‎๐Ÿญ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ... beekumsa ๐—•๐—”๐—ฆ๐—œ๐—– ๐—–๐—ข๐— ๐—ฃ๐—จ๐—ง๐—˜๐—ฅ qabaachuu qabda.

‎- ๐—–๐—ผ๐—บ๐—ฝ๐˜‚๐˜๐—ฒ๐—ฟ ๐—›๐—ฎ๐—ฟ๐—ฑ๐˜„๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ fi ๐—ฆ๐—ผ๐—ณ๐˜๐˜„๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ jechuun maal akka ta'e sirriitti beekuu qabda.
‎(Hardware: RAM, CPU, HDD/SSD, Motherboard...)

‎- ๐—œ๐—ป๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐——๐—ฒ๐˜ƒ๐—ถ๐—ฐ๐—ฒ๐˜€ jechuun maal akka ta'ee fi eenyu fa'a akka ta'an beekuutu sirraa eegama.
‎(fkn: Keyboard, Mouse, Scanner...)

‎- ๐—ข๐˜‚๐˜๐—ฝ๐˜‚๐˜ ๐——๐—ฒ๐˜ƒ๐—ถ๐—ฐ๐—ฒ๐˜€ jechuun maal akka ta'ee fi eenyu fa'a akka ta'an beekuu qabda.
‎(fkn: Monitor, Printer, Speaker...)

‎Isaan booda... faayidaa isaanii sirriitti hubachuu qabda.

‎Inni biraa... basic computer keessatti beekumsa ๐—™๐—ถ๐—น๐—ฒ ๐—ฆ๐˜†๐˜€๐˜๐—ฒ๐—บ ๐— ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ด๐—ฒ๐—บ๐—ฒ๐—ป๐˜ qabaachuun murteessaadha. Isaanis:

‎- Waa'ee Folder fi subfolders
‎- Gosoota faayilii(.exe, .docx, .pdf, .jpg etc.)
‎- Storage (๐—›๐——๐—— ๐˜ƒ๐˜€ ๐—ฆ๐—ฆ๐——, local vs cloud)

‎Storage keessatti:
‎- garaagarummaa ๐—›๐——๐—— fi ๐—ฆ๐—ฆ๐—— maal akka ta'e beeki.
‎- Akkasumas... garaagarummaa ๐—น๐—ผ๐—ฐ๐—ฎ๐—น ๐˜€๐˜๐—ผ๐—ฟ๐—ฎ๐—ด๐—ฒ fi ๐—ฐ๐—น๐—ผ๐˜‚๐—ฑ ๐˜€๐˜๐—ผ๐—ฟ๐—ฎ๐—ด๐—ฒ beeki (.... faayidaa fi miidhaa isaanii illee bari)

‎... kanneen sirriitti beeknan boom!



‎๐Ÿฎ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ: Waa'ee ๐—ข๐—ฃ๐—˜๐—ฅ๐—”๐—ง๐—œ๐—ก๐—š ๐—ฆ๐—ฌ๐—ฆ๐—ง๐—˜๐—  ykn ๐—ข๐—ฆ beekuun sirraa eegama.

‎๐— ๐—ถ๐—ฐ๐—ฟ๐—ผ๐˜€๐—ผ๐—ณ๐˜ ๐—ช๐—ถ๐—ป๐—ฑ๐—ผ๐˜„๐˜€ keessatti:

‎- ๐—จ๐˜€๐—ฒ๐—ฟ ๐— ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ด๐—ฒ๐—บ๐—ฒ๐—ป๐˜ (waa'ee local accounts fi admin) sirriitti beekuu qabda.

‎Akkasumas... waaโ€™ee ๐—™๐—ถ๐—น๐—ฒ ๐—ฆ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ถ๐—ป๐—ด fi ๐—ก๐—ฒ๐˜๐˜„๐—ผ๐—ฟ๐—ธ ๐——๐—ฟ๐—ถ๐˜ƒ๐—ฒ ๐— ๐—ฎ๐—ฝ๐—ฝ๐—ถ๐—ป๐—ด sirriitti beeki.

‎Kana malees... waaโ€™ee ๐—ฆ๐˜†๐˜€๐˜๐—ฒ๐—บ ๐—ฆ๐—ฒ๐˜๐˜๐—ถ๐—ป๐—ด๐˜€, ๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ธ ๐— ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ด๐—ฒ๐—ฟ, ๐—˜๐˜ƒ๐—ฒ๐—ป๐˜ ๐—ฉ๐—ถ๐—ฒ๐˜„๐—ฒ๐—ฟ fa'a beeki, adaraa.

‎Dhuma irratti... waa'ee ๐—Ÿ๐—ถ๐—ป๐˜‚๐˜… irratti hubannoo qabaachuun gaariidha (keessumaa basic terminal commands: ๐—น๐˜€, ๐—ฐ๐—ฑ, ๐—ฝ๐˜„๐—ฑ, ๐—บ๐—ธ๐—ฑ๐—ถ๐—ฟ, ๐—ถ๐—ฝ ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฟ).

‎... waa'ee ๐˜๐—ฒ๐—ฟ๐—บ๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—น ๐—ฐ๐—ผ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ป๐—ฑ kanneen yoo hin beekne... ammuma barachuu qabda.

‎Achiin booda... garaagarummaa ๐—ช๐—ถ๐—ป๐—ฑ๐—ผ๐˜„๐˜€ fi ๐—Ÿ๐—ถ๐—ป๐˜‚๐˜… beekuun barbaachisaa ta'a.



‎๐Ÿฏ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ: Dandeettii rakkoo adda baasuu ykn ๐—ง๐—ฅ๐—ข๐—จ๐—•๐—Ÿ๐—˜๐—ฆ๐—›๐—ข๐—ข๐—ง๐—œ๐—ก๐—š ๐—ฆ๐—ž๐—œ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—ฆ qabaachuun sirraa eegama.

‎Gaheen Junior IT yeroo baayโ€™ee:

‎- Computer hin hojjenne ykn slow taโ€™e ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ผ๐—ผ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฑ๐—ฑ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐˜€๐˜‚๐˜‚ ๐—ณ๐—ถ ๐—ณ๐˜‚๐—ฟ๐˜‚๐˜‚๐—ฑ๐—ต๐—ฎ.

‎- Internet hin hojjenne ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ผ๐—ผ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐—ณ๐—ถ ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐˜‚๐˜‚

‎- Printer yoo print gochuu dide ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ผ๐—ผ ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐˜‚๐˜‚

‎- Rakkoo Software/application error ๐—ณ๐˜‚๐—ฟ๐˜‚๐˜‚

‎Akka ogeessa IT tokkootti... tartiiba ykn adeemsa ๐—ง๐—ฟ๐—ผ๐˜‚๐—ฏ๐—น๐—ฒ๐˜€๐—ต๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ถ๐—ป๐—ด ๐—ฝ๐—ฟ๐—ผ๐—ฐ๐—ฒ๐˜€๐˜€ beekuu qabda:

‎ ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฏ๐—น๐—ฒ๐—บ
โฌ‡๏ธ
‎ ๐—œ๐—ฑ๐—ฒ๐—ป๐˜๐—ถ๐—ณ๐˜†
โฌ‡๏ธ
‎ ๐—ฃ๐—ผ๐˜€๐˜€๐—ถ๐—ฏ๐—น๐—ฒ ๐—–๐—ฎ๐˜‚๐˜€๐—ฒ๐˜€
โฌ‡๏ธ
‎ ๐—™๐—ถ๐˜…
โฌ‡๏ธ
‎ ๐—ง๐—ฒ๐˜€๐˜
โฌ‡๏ธ
‎ ๐——๐—ผ๐—ฐ๐˜‚๐—บ๐—ฒ๐—ป๐˜

‎Hiika isaa.... gabaabumatti:

‎- ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฏ๐—น๐—ฒ๐—บ: rakkoo jiraachuu isaa hubachuu
‎- ๐—œ๐—ฑ๐—ฒ๐—ป๐˜๐—ถ๐—ณ๐˜†: rakkoonsaa maal akka taโ€™e adda baasuu
‎- ๐—ฃ๐—ผ๐˜€๐˜€๐—ถ๐—ฏ๐—น๐—ฒ ๐—–๐—ฎ๐˜‚๐˜€๐—ฒ๐˜€: sababoota rakkoo sana qorachuu
‎- ๐—™๐—ถ๐˜…: furmaata kennuu ykn suphu
‎- ๐—ง๐—ฒ๐˜€๐˜: Hojiin kee sirrii ta'uu mirkaneessuu
‎- ๐——๐—ผ๐—ฐ๐˜‚๐—บ๐—ฒ๐—ป๐˜: rakkoonsaa maal akka tare fi akkamitti akka furte galmeessuudha (kuni fuulduraaf wabii ta'a. ykn future reference jedhamee beekama)

‎Fakkeenya:

‎- PC slow = virus / storage full / RAM issue
‎- Internet down = cable / router / IP issue
‎- Printer issue = driver / connection / queue

๐Ÿ‘‰ Kana jechuun... IT jechuun ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ผ๐—ผ ๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐˜‚๐˜‚, ๐—พ๐—ผ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚, ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ถ๐—ป๐—ถ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐—ธ๐˜‚๐˜‚, ๐—ณ๐—ถ ๐—ด๐—ฎ๐—น๐—บ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐˜‚๐˜‚ dha.


‎๐Ÿฐ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ: Beekumsa ๐—ก๐—˜๐—ง๐—ช๐—ข๐—ฅ๐—ž๐—œ๐—ก๐—š ๐—•๐—”๐—ฆ๐—œ๐—–๐—ฆ qabaachuu qabda.

‎- ๐—œ๐—ฃ ๐—”๐—ฑ๐—ฑ๐—ฟ๐—ฒ๐˜€๐˜€ maal akka taโ€™e fi maaliif akka barbaachisu beeki.
‎- Garaagarummaa ๐—ฃ๐˜‚๐—ฏ๐—น๐—ถ๐—ฐ ๐—œ๐—ฃ fi ๐—ฃ๐—ฟ๐—ถ๐˜ƒ๐—ฎ๐˜๐—ฒ ๐—œ๐—ฃ beeki.
‎- Garaagarummaa ๐—ช๐—ถ๐—™๐—ถ fi ๐—Ÿ๐—”๐—ก beeki.
‎- Garaagarummaa ๐—Ÿ๐—”๐—ก fi ๐—ช๐—”๐—ก beeki.

‎isaan booda:
‎- Network devices kanneen jedhaman kanneen akka ๐—›๐˜‚๐—ฏ, ๐—ฆ๐˜„๐—ถ๐˜๐—ฐ๐—ต, ๐—ฅ๐—ผ๐˜‚๐˜๐—ฒr fa'a sirriitti hubadhu.
‎- garaagarummaa isaanii sirriitti beeki.

‎Achiin booda:
‎- Internet troubleshooting commands kanneen jedhaman kan akka ๐—ถ๐—ฝ๐—ฐ๐—ผ๐—ป๐—ณ๐—ถ๐—ด, ๐—ฝ๐—ถ๐—ป๐—ด, ๐˜๐—ฟ๐—ฎ๐—ฐ๐—ฒ๐—ฟ๐˜ fa'a beekuutu sirraa eegama.


‎๐Ÿฑ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ: waa'ee ๐—ข๐—™๐—™๐—œ๐—–๐—˜ ๐—ง๐—ข๐—ข๐—Ÿ๐—ฆ sirriitti beeki, Yaa gurbaa.

‎- Microsoft Excel keessatti waa'ee ๐—ฆ๐—จ๐— , ๐—”๐—ฉ๐—˜๐—ฅ๐—”๐—š๐—˜, ๐—œ๐—™, filtering, sorting fa'a sirriitti beeki.
‎- Data entry fi reporting
‎- Word processing fi documentation.... bla bla.


‎๐Ÿฒ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ: ๐—›๐—˜๐—Ÿ๐—ฃ๐——๐—˜๐—ฆ๐—ž

‎- User request ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฐ๐—ผ๐—ฟ๐—ฑ gochuu danda'u
‎- request dhufeef Priority (๐—›๐—ถ๐—ด๐—ต / ๐— ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐˜‚๐—บ / ๐—Ÿ๐—ผ๐˜„) kennuu danda'u fa'a qabda.


‎๐Ÿณ๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ: waa'ee ๐—ฆ๐—˜๐—–๐—จ๐—ฅ๐—œ๐—ง๐—ฌ ๐—•๐—”๐—ฆ๐—œ๐—–๐—ฆ. Jechuun:

‎- Waa'ee ๐—ฃ๐—ฎ๐˜€๐˜€๐˜„๐—ผ๐—ฟ๐—ฑ ๐˜€๐—ฎ๐—ณ๐—ฒ๐˜๐˜† (strong passwords, 2FA) sirratti beeki.
‎- ๐—ฉ๐—ถ๐—ฟ๐˜‚๐˜€ / ๐— ๐—ฎ๐—น๐˜„๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ
‎- ๐——๐—ฎ๐˜๐—ฎ ๐—ฝ๐—ฟ๐—ผ๐˜๐—ฒ๐—ฐ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป / ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฐ๐—ธ๐˜‚๐—ฝ
‎- ๐—ฃ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ต๐—ถ๐—ป๐—ด ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฐ๐—ผ๐—ด๐—ป๐—ถ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป


‎๐Ÿด๐—ณ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ: beekumsa baayyee barbaachisaa ta'e waa'ee ๐—”๐—–๐—ง๐—œ๐—ฉ๐—˜ ๐——๐—œ๐—ฅ๐—˜๐—–๐—ง๐—ข๐—ฅ๐—ฌ sirriitti beekuu qabda.

‎- User account management (๐—ฐ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฎ๐˜๐—ฒ gochuu, ๐—ฟ๐—ฒ๐˜€๐—ฒ๐˜ ๐—ฝ๐—ฎ๐˜€๐˜€๐˜„๐—ผ๐—ฟ๐—ฑ gochuu fa'a beekuutu sirraa eegama)

‎- Waa'ee Permission control
‎- Waa'ee Login access troubleshooting

‎Amma dadhabaan jira...

‎Nan xumura...

‎Laal...

‎Junior IT Assistant jechuun "๐—˜๐˜…๐—ฝ๐—ฒ๐—ฟ๐˜" taโ€™uu osoo hin taane:

‎"System hubatee problem hiikuu dandaโ€™uudha" jechuudha.

‎Kanaaf:
‎- Practice godhi
‎- Basics sirriitti hubadhu
‎- Rakkoo solve gochuuf yaali

‎Carraa gaarii!
โ–ช๏ธFor Fresh graduates๐ŸŽดRed Cloud ICT Solutions plc๐ŸŽด

โ–ช๏ธJob Position-Junior IT Engineer
Education:Bachelorโ€™s degree in IT, Computer Science, or related field.
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
https://elelanajobs.com/2026/06/19/red-cloud-ict-solutions-plc-3/

โ–ช๏ธDeadline : June 26th, 2026
Of Eeggannoo Eegumsa Akkaawontii Facebook Irratti!
โ™ฆ๏ธ----------------------------------------------------
FB fayyadamaa jirtaa? Akkaataan ati password 'Facebook' itti fayyadamtu baay'ee murteessaadha. Akka hin hatamne (hack) hin taaneef maloota armaan gadii kana hordofuu qabda:

โ€‹โถ 'Password' jabaa fi adda ta'e fayyadamuu:
โ€‹Gabaabaa hin ta'in. Yoo xiqqaate 'characters' 12 fi isaa ol ta'uu qaba. Ani qubee, lakkoobsaa fi mallattoolee addaa garaa 17 - 24-n fayyadamaa jira.

โท Walitti โ€‹makuun fayyadamuu: Qubee gurguddaa (A-Z), qubee xixiqqaa (a-z), lakkoobsota (0-9), fi mallattoolee addaa kan akka @, #, $, %, *) walitti makaa fayyadamaa. Keessumattuu mallattoon Sharpii fi Doolaaraa murteessaadha.

โธ โ€‹Oduu salphaa dhiisuu: Maqaa kee, guyyaa dhalootaa kee, lakkoofsa bilbilaa kee, jecha salphaa kan akka 1 2 3 4 5 6 yookan 'Password' jedhu, akka jecha darbii (Password)-tti hin fayyadamin.

โน โ€‹Herrega hundaaf adda baasuu: Password Facebook keetiif fayyadamtu, herrega kanneen biroo (kan akka Email, Instagram, Baankii) irratti fayyadamuu dhiisuu.

โบ Linkoota addaa garaa namatti ergamu (Phissing) irraa of qusachuu: linkoonni haakerootaan uummame karaa Telegram, Whatsapp, Messenger fi karaa hedduudhaan namatti ergama.

Gaafa linkii sana tuqan fb si galchee 'Login' akka gootu si gaafata. Bakka 'Gmail & Password' qopheessee waan sitti dhufuuf, ati hundasaa itti galchitee 'Login' jennaanin nyaatamtee jirta.

Liinkii sitti ergamu kamiyyuu irratti password kee hin galchin. Yeroo hundaa weebsaaytii sirrii www.facebook.com & https://www.facebook.com ta'uu isaa mirkaneeffadhu.

โ€‹โป Bilbila yookan Kompiitera nama biroo irratti of eeggannoo gochuu: โ€‹Bilbila nama biraatiin yoo seente, yommuu xumurtu 'Logout' gochuu hin dagatin.

โ€‹'Remember Password' (Password yaadadhu) kan jedhu yoo si gaafate "No" yookan "Never" kan jedhu filachuu qabda. 'Yes & Save' kan jedhu tuqnaan, akkawontii fb-kee namichaaf kennitee deemteerta. Gmail isaatiin wal qabataaf jechuudha. Yoo dogoggortee kana goote immoo, ariitiin 'Password' fb-kee jijjiiri.

โ€‹โผ Email fi lakkoofsa bilbilaakee haaromsi: โ€‹Herrega Facebook kankeetti 'Email' fi lakkoofsa bilbilaa yeroo ammaa fayyadamaa jirtu qofa hidhi. Yoo akkaawontiikee rakkoon mudate, salphaatti deebifachuuf si gargaara.

โ€‹โฝ Mirkaneessa Addaa Lammaffaa (Two-Factor Authentication - 2FA) banachuu: โ€‹Kun baay'ee murteessaadha! Namni tokko password kee yoo bekeeyyuu, bilbilakeetin malee seenuu hin danda'u.

โ€‹Akkaataan inni itti banamu: Facebook keessatti gara Settings & Privacy -> Meta Accounts Center -> Password and Security -> Two-Factor Authentication banta.

โ€‹Filannoo SMS ykn Authentication App kan akka 'Google Authenticator' jedhu keessaa tokko filadhu. Yoo SMS filatte salphaadhumatti yeroo fb login gootu OTP-tu sii gala.

Yoo 'Google Authentication' filatte immoo, appii isaa playstore irraa buufatta. Linkii bakka 'meta account center' jedhu sana copy taasifattee, Google Authentication seenta. Mallattoo '+' tuquudhaan linkicha duraan 'copy' taasifatte sana 'past' itti gootee maqaa (Rename) adda tae itti moggaafatta.

Sana booda yeroo fb-nkee login ta
u OTP dijiitii jaaha gaafata. OTP-n kun Authentication uumte kanarratti 'authomatical system' taee sii dhufa. Gadi qabdee 'copy' gochuudhaan, bakka gaafatamte sanatti 'Past' itti goota. Kun mala cimaa fi amansiisaadha.

Hubachiisa: Malli kun hundinuu kan nama fayyadu. Yoo 'Gmail & Password' ofii sirreessanii beekan qofa. Namoonni 'Gmail & Password' keessan hin beekne seeraan baraa.

'Gmail' ofii wallaallan salphumatti data fi miidiyaa hawaasaakee hunda too
achuu hin dandeessu. Nama maalummaa 'Gmail' beekutu si tooachaa jira. Keessumattuu bara kana 'Gmail' biyya keenya keessatti baankii waliinuu walitti hidhamee tajaajila kennuu eegaleera.

Kanaafuu namni hundinuu 'Gmail & Password' isaa beekuu qaba. Yoo kana hin beekne bilbila 'smart phone' qabachuu fi miidiyaa hawaasaa ittiin banachuun isaaf rakkisaadha. Iccitiin namoota hedduullee karaa kana baa
a.
Mee haakeroonni akkaawontii dubaraa seentanii, iccitii ishee baaftanii salphiftanii fi waan hin taane fb isheetin maxxansitan, na biraa koottaa fb kiyya kana cabsaa seenaakaa. Silaa fedhiikootin marfata (Adebabey) Birbirsa Goorottan isiniif fan*n*nifama!

Ijoolleen Durbaa garaa laafu. Wantan amma haasae kana hundas hin beekan. Kanaafuu warri bilbila irratti beekkumsa xiqqoo qabdan, obbolaa keessan qusadhaa. Micayyoon hara "Lubbuukoo of balleessuun qaba" jettee fb ishee irratti maxxansite, rakkoodhuma akkasii kanatu muudateeti jechuufi.

Iccitii kaameraa bilbilaa keessa jiru, suuraa fi video iccitii addaa garaa immoo, bilbilaan of waraabanii erga 'delate' keessaa godhaniyyuu, eessatti akka inni miliqee hafu, maxxansa biraatiin walitti himna.

Turtii gaarii qabaadhaa!๐Ÿ’ฅ๐Ÿ™
#Gatii_Madaalawaan
Omishaafi Tajaajila keessan
Miliyoonatti beeksifadhaa!

#Beeksisaalee Omisha keessan ittiin Uummata biraan geessaniif, Bu'aa oomisha keessanii firii isaa daftanii akka argattaniif isiin beeksisan.

Akkuma beekamu #daldala, #biizinaasii fi hojii kamuu keessatti beeksifni maallaqa caalaatti murteessaa akka ta'e ogeessonni diinagdee fi hayyoonni ni himu.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
โ–ช๏ธFor Fresh and Exp๐ŸŽดModern Tech Technologies plc๐ŸŽด

โ–ช๏ธJob Position-Junior Data Analyst
Education: Bachelorโ€™s Degree in Statistics, Data Science, Computer Science, Information Technology (IT), Management Information Systems (MIS), Mathematics, Economics, Accounting and Finance, Business Analytics, or a related field
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
https://elelanajobs.com/2026/06/29/modern-tech-technologies-plc-2/

โ–ช๏ธDeadline : July 15th, 2026
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
iSON Xperience`s Ethio-call plc. is interested to hire 25 enthusiastic and customer-focused applicants to handling customer queries and providing resolution of complaints, and requests via phone, or chat in a professional and courteous manner in Addis Ababa.
Job Details
Location: Addis Ababa
Application Deadline: Urgent!
Number of Positions: 25
Education: Bachelorโ€™s Degree in any field.
Languages Required: Afan Oromo and English
ROLE AND RESPONSIBILITY
ยท      Handling customer queries and providing resolution of complaints, and requests via phone, or chat in a professional and courteous manner,
ยท      Responsible to maintain clear and effective communication with customers,
ยท      Adherence to call center process guidelines - Update customer records accurately on systems and databases including following any procedures end to end,
ยท      Accuracy and integrity of Customer data,
ยท      Ensuring to understand the information provided
ยท      Maintain accurate customer information and data into the system and
ยท      Any other duty assigned by the Team Leader
WORK CONDITIONS:
โ€ข  Ability to work any shift work environment including odd hours; weekends and public holidays.
โ€ข To reside within reasonable travel distance to the office, as defined by the Company; to facilitate ease of transport arrangements โ€“ where applicable May be required to undergo periodic medical examination to assess own suitability for continued employment at the Call Center.
How to Apply:
Submit your application, updated CV and supporting credentials via Google form. https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSdCwuzUJGGu0O6e2Tfb6YWPBI60NqP2AeiK2jEp-79BiqWnPg/viewform?usp=publish-editor
 โ€œOnly shortlisted candidates will be contactedโ€


๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ
TikTok
Namoota #100 barbaada๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ZamZam Bank invites competent and qualified candidates for the following positions.

Position: Internship/On the job training

โœ”๏ธMinimum Academic Qualification: Bachelor's Degree in any Social and Natural Science field from a recognized higher education institution with a minimum CGPA of 2.5 or equivalent.

โœ”๏ธGraduation Recentness: Graduated within the last three (3) calendar years.

Examination: Successful completion of the National Exit Examination (for domestic graduates).

Work Experience: Prior work experience is Not Mandatory. This opportunity is intended for graduates who demonstrate strong potential, learning agility, and a willingness to develop a career in the banking industry.

Interest in Interest Free Banking(Ethical Banking): Demonstrated interest in ethical and Sharia-compliant banking practices, with a strong willingness to learn and develop knowledge of IFB products, and services through the Bank's training and development programs.

Digital Competency: Basic proficiency in digital tools and applications, including MS Office, email, internet usage, and other technology-enabled work platforms.

Communication and Interpersonal Skills: Strong verbal and written communication skills in English.

Location:Addis Ababa
Apply:
https://docs.google.com/forms/d/1JGWhrtPhWE1RlTJlIYGgLqtqSN352HREN0c1dqtkbdA/viewform?edit_requested=true within 10 days from the date of announcement.
Only shortlisted applicants will be communicated.

Deadline : July 09, 2026
โ˜… Temer Properties Job Vacancy

โ™ฆDeadline: July 10, 2026

Temer Properties looking for qualified applicants for the following job positions.

โœ” Position 1: Junior Functional Consultant

โ‡๏ธ Qualifications & Experience:
Bachelorโ€™s degree in IT, Computer Science, Business IT, or related field with 0โ€“2 years of experience (internship or project experience is acceptable).

โœ” Position 2: Associate Functional Consultant

โ‡๏ธ Qualifications & Experience:
Bachelorโ€™s degree in IT, Computer Science, Business Information Systems, or related field, 2-4 years of experience in ERP.

๐ŸŒ€How to Apply Online??
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://ethiojobshub.com/temer-properties-job-vacancy-2026-8/

Share to your friends

@ethio_job_vacancy1
@ethio_job_vacancy1
Forwarded from Sanyii Guddataa (Firoomin๐Ÿพ Isan)
โ–ช๏ธReq No: 300)๐ŸŽดZamZam Bank SC๐ŸŽด๐ŸšฉFresh graduates

โ–ช๏ธPosition- Graduate Trainee

Education:Bachelor's Degree in any Social and Natural Science field from a recognized higher education institution with a minimum CGPA of 2.5 or equivalent.
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
https://elelanajobs.com/2026/06/29/zamzam-bank-12-july-1-26/

โ–ช๏ธDeadline : Open now
Forwarded from Info
โ˜… แ‰ แŠข.แŒ.แ‹ฒ.แˆช แ‹จแˆ˜แˆถแ‰ฅ แŠ แŒˆแˆแŒแˆŽแ‰ต แ‹จแˆตแˆซ แˆ˜แ‹ฐแ‰ฅ แˆ‹แ‹ญ แˆฐแˆซแ‰ฐแŠžแ‰ฝแŠ• แŠ แ‹ˆแ‹ณแ‹ตแˆฎ แˆ˜แ‰…แŒ แˆญ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ:
 
๐Ÿ”ปDeadline: July 17, 2026

FDRE MESOB Service is seeking qualified candidates for Senior Management, Mid-Level Management, and Expert positions in both Administrative and Core Business areas.

โ€‹โ–  Video Editor/Photographer
โ–  Frontend Developer
โ–  Backend Developer
โ–  DevOps Engineer
โ–  Network Engineer
โ–  Electrical Engineer
โ–  Senior Backend Developer
โ–  Senior Network Engineer
โ–  Senior Budget & Planning Expert
โ–  Facility Team Leader
โ–  Human Resource Team Leader
โ–  Monitoring & Evaluation Team Leader
โ–  Stakeholder Engagement Coordinator
โ–  Legal Affairs Director
โ–  Public Relation & Communication Director
โ–  Procurement Director
โ–  Human Resource Administration Director
โ–  Enterprise Manager
โ–  Chief Manager

How to Apply Online??
-๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://effoysira.com/fdre-mesob-service-job-vacancy-2026/
Forwarded from Ethio Jobs Hub
[ Fresh Graduates ] Jobs by United Nations Development Programme | Jobs Opportunity July 13 | 2026

Enrolled in or recently graduated from a Bachelorโ€™s or Masterโ€™s programme in IT, Computer Science, Engineering, Data Science, Policy, or related fields

How to Apply

https://elelanjobs.com/job/united-nations-development-programme-internship/

Deadline: October 1, 2026

แˆแˆ‰แˆ แŠญแแ‰ต แˆตแˆซแ‹Žแ‰ฝแŠ• Telegram แˆ‹แ‹ญ แˆˆแˆ˜แˆˆแ‰€แ‰… แ‰ฅแ‹™ แˆตแˆˆแˆ†แА แˆแˆŒแˆ website แˆ‹แ‹ญ แ‰ แˆ˜แŒแ‰ฃแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแˆแˆแŒ‰แ‰ตแŠ• แ‹จแˆตแˆซ แŠฅแ‹ตแˆ แ‹ญแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ฑ

Website Link https://elelanjobs.com
Forwarded from Info
Vacancy at Nib Insurance Company(For Fresh Graduate)

๐Ÿ”ถ Nib Insurance invites qualified and competent applicants for the following vacant position ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โœ… Position 1: Information Technology Support Officer
โœ…Experience 0 year
โ–  Qualification: B.Sc. Degree in Computer Science or Software Engineering or Information Technology or MIS or in related fields.

โœ… Position 2: Junior Auditor
โœ…Experience 0 year
โ–  Qualification: BA Degree in Accounting or Accounting and Finance or Management or in related fields.

โœ… Position 3: Senior Underwriting Officer

โ–  Qualification: BA/BSC Degree in Banking & Insurance or Management or Accounting & Finance or Economics or Statistics or Mathematics or in related fields.

โœ… Position 4: Senior Ethics, Risk and Compliance Officer

โ–  Qualifications: BA Degree in Banking and Insurance or Management or Accounting or Economics or in related


How to Apply
Interested applicants who fulfill the above requirements are invited to submit their CV and copies of non returnable credentials along with application letter within seven working days to the following address :-

HRM & Property Administration Department

Nib Insurance Company (S.Co.)

Dembel City Center, 11th floor (please use Lift No.2 or 3)

๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ
Forwarded from Sanyii Guddataa (Firoomin๐Ÿพ Isan)
โ–ช๏ธRemote Job ๐ŸŽดUnited Nations Development Programme (UNDP)๐ŸŽด

โ–ช๏ธ๐ŸšฉFor Fresh graduates

โ–ช๏ธPosition - Paid Internship (Fullโ€‘time)
Education: Enrolled in or recently graduated from a Bachelorโ€™s or Masterโ€™s programme in IT, Computer Science, Engineering, Data Science, Policy, or related fields.
โ–ช๏ธFind More Details here
          ๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง๐Ÿ’ง
https://elelanajobs.com/job/united-nations-development-programme-undp-july13-26/

โ–ช๏ธDeadline: October 1, 2026

๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ
TikTok

Sanyii Guddataa
Forwarded from Ethio Jobs Hub
[ Fresh Graduates ] Jobs by Global Bank Ethiopia | Jobs Opportunity July 13 | 2026

1: Junior Attorney
2: Junior Risk Officer
3: Junior Compliance Officer
4: Junior Internal Auditor
5: Junior IT Auditor

Qualifications: LLB in Law /Accounting, Business management, Management/Computer Science or related fields

Experience : 0 year and above

Salary: Based on the bank salary scale.

Location : Head Office

How to Apply

https://elelanjobs.com/job/global-bank-ethiopia-jobs-opportunity-july-13-2026/

Deadline Date July 17, 2026

แˆแˆ‰แˆ แŠญแแ‰ต แˆตแˆซแ‹Žแ‰ฝแŠ• Telegram แˆ‹แ‹ญ แˆˆแˆ˜แˆˆแ‰€แ‰… แ‰ฅแ‹™ แˆตแˆˆแˆ†แА แˆแˆŒแˆ website แˆ‹แ‹ญ แ‰ แˆ˜แŒแ‰ฃแ‰ต แ‹จแˆแ‰ตแˆแˆแŒ‰แ‰ตแŠ• แ‹จแˆตแˆซ แŠฅแ‹ตแˆ แ‹ญแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ฑ

Website Link https://elelanjobs.com