Biizinaasii eegaluuf........?
โโโโโโโโโ
1. #Fedhii qabaadhu:- Wanti hundi fedhiirraa madda. Fedhiin ati waan tokko gochuf qabdu milkaaโina keetif murteessadha. Dhugumaan biizinasii eegaluu barbaaddaa?
2. #Kutannoo qabaadhu:- gara daldalaa yoo seentu qormaanni hedduudha. Buโaa-bahii baayโetu jira. Keessattuu biizinasichaaf haaraa yoo taate wanti hundi ni ulfaata. Rakkoowwan akka qulqullina omishaa (product quality), hidhata gabaa (Market linkage), dorgommii (Competition), baasii (cost of production) fi kanneen biroo hedduun ija baasanii si eegu. Kun akka jiru beektee, kutannoo guutun gara biizinasii seenuu qabda.
3. #Obsa qabaadhu:- Hudhaaleen armaan olitti kaโan irra aanuf, obsi (patience) akkaan barbaaachisaadha. Rakkoolee hundaaf furmaata laachaa, nama mariisisaa deemun jala darbuuf yaaludha malee abdii kutachuun hin barbaachisu.
4. #Cichoomina qabaadhu:-
Cichoominni (perseverance) biizinasiis taโee jiruu keenya guyyaa guyyaa keessatti faayidaa olโaanaa qaba. Waan fedhii keetin itti amantee eegalte gufuu xiqqoofis taโee guddaaf hin dhiisin, itti cichi, haga dhumaatti deemi,
5. #Filannoo Biraa (plan B) qabaadhu:-
Gaafa daldala eegaltu waan tokko qofa irratti hin xiyeeffatin. Wantoota lama ykn isaa ol akka filannoo biraatti qabadhu (Business Diversification). Fakkeenyaaf, Yoo mana rifeensa dhiiraa yookiin dubaraa banuu barbaadde, cinaatti dibata gara garaa, urgooftuwwan (shittoo) banii daldali. Yoo qonna jalโisii qotuu barbaadde, loon furdisuu, lukkuu horsiisuu faa akka filannoo biraatti qabadhu.
6. #Galteewwan (Inputs) eenyurraa akka argattu beeki: Daldala keessaatti, waa omishuuf ykn tajaajila (service) wayii kennuuf madda galteewwanii (Sources of Inputs) keetii haalan beekuu barbaachisa. Glateewwan na fayyadan maal faโa? hagamtu na gaha? Eenyurraayyin argadha? Gaaffiwwan jedhan deebisuun dirqama. Inni biraa galteewwan kana haala itti gatii salphaan argachuu dandeessu yookiin karaa ofuma keetii ofii dhiyeessuu dandeessuu irratti itti yaadi. Fakkeenyaaf,
Mana Nyaataa (Hotel) qabda yoo taโe horii qalmaa gabaarraa bituu moo, sangaa isa xiqqaa bittee erga gabbistee booda, qalmaa dhiyeessuu wayya kan jedhu irratti โCost-benefitโ isaa itti yaaduu barbaachisa.
7. #Fedhii fayyadamtootaa (demands) beekuu:- Buโuurri wanta hunda maamila kee waan taโeef fedhii isaanii addaan baastee beekuu barbaachisa. Wanta hawaasni tokko hin feene yoo eegalte hin taโu. Fakkeenyaaf Hawaasa alkoolii hin dhugne keessatti mana dhugaatii banuun faayidaa hin qabu.
8. #Waan addaa (Unique) taโe jalqabi:
Asirratti baayโee yaadun barbaachisaadha. Waan addaa yoo jennu waanuma haaraa qofa jechuu miti. Waanuma jiru bifa adda taโeen dhiyeessuu jechuudha. Fakkeenyaaf, buna jabanaa gurguruu yoo barbaadde, waanuma namoonni biroo kana dura godhan hin godhin. Xiqqoo waa fooyyessii koottu.
9. #Maamiloota kee yaada gaafadhu (feedback): Yeroo hundaa nama waa sirraa fayyadamee deemu maaltu akka fooyyaโuu qabu gaafadhu. Namoonni baayโen fedhii isaanii sitti himuu dhiisuu dandaโu, garuu dandeettii fuula isaanii irraa waa hubachuu horachuu dandaโuu qabda. Fedhiin maamila dugugguruu dugdaa biizinaii keetii waan taโeef, haaluma kamiinuu fedhii isaa guutuu qabda.
10. #Beeksisa (promotion):- Maallaqa, humnaa fi yeroo kee isa guddaa beeksisaaf oolchi. Beeksifni dirqama karaa reediyoo fi televijinii taโuu hin qabu. Maamiloota kee isa tajaajila kee dursanii baran, kan jaalatan fayyadamtee akka isaan namoota beekan (in their circle) tti sii himan (refer) sii godhan amansiifadhu. Namoonni hedduun beeksisa gara reediyoo ykn telejiniin argan caalaa nama amanan irraa yoo waa dhagahan amaninii bitu, jecha nama amananii (word-of-mouth) ni amanu. Namoonni karaa kanaan dhufan immoo maamila kee amanama taโu, nama biraas sii fidanii dhufu.

10. Beeksisa (promotion):- Maallaqa, humnaa fi yeroo kee isa guddaa beeksisaaf oolchi. Beeksifni dirqama karaa reediyoo fi televijinii taโuu hin qabu. Beeksisni inni guddaa fi gatii xiqqaan beeksisuu dandeessu karaa maamiloota kee amanamoo (loyal customers) ti. Maamiloota kee isa tajaajila kee dursanii baran, kan jaalatan fayyadamtee akka isaan namoota beekan (in their circle) tti sii himan (refer) sii godhan amansiifadhu. Namoonni hedduun beeksisa gara reediyoo ykn telejiniin argan caalaa nama amanan irraa yoo waa dhagahan amaninii bitu, jecha nama amananii (word-of-mouth) ni amanu. Namoonni karaa kanaan dhufan immoo maamila kee amanamaa taโu, nama biraas sii fidanii dhufu.
11. Qulqullina tajaajilaa (service quality):- yoomuu taanan meeshaan (goods) ykn tajaajilli (service) ati dhiyeessitu qulqulliinni isaa gaaffii keessa galuu hin qabu. Haga dandaโameen qulqullina sadarkaa olโaanaa taโeen dhiyeessuf yaali.
12. Madda kaappitaala jalqabaa (source of initial Capital):- Rakkoo guddaan nama keenyaa maallaqa waa ittiin jalqabaniidha. Dhugumatti waa jalqabuuf maallaqni ni barbaachisa. Maallaqni kun eessaa argama? Ka armaan gadii kana taโa
1. ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ก๐ ก๐ ๐
Qaama ta'e wayiif qacaramtee mindaan siif kanfalama.
2. ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ก๐ ค๐ ค
Biisinasii dhuunfaa keetii xiqqoo qabda, ofumaaf hojjetta.
3. ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ๐ ข๐ ๐ ๐ ๐ ข๐ ๐
Siistamaan ijaaruu irratti xiyyeeffatta!
4. ๐ ๐ ๐ ฅ๐ ๐ ข๐ ฃ๐ ๐ ก๐
Maallaqa qabda, siistema ijaarame bitta.
Never depend on a single income
make an investment to create a
second source.โ Warren Buffett
Madda galii babal'ifachuu
Diversifying income sources
"Gabrummaa hanqina maallaqaa jalaa ba'uun qabsoo madda galii dabalataa gabbifachuu gaafata.
"Dingadeen bilisummaa hin qabdu taanaan siyaasaanis ta'e sammuu kee keessatti bilisummaa qabaachuu hin dandeessu"
"
Imala qabsoo #diinagdee keessatti, meeshaa waraanaa dargaggoonni jalqaba irratti hidhachuu qabu ANI NAN DANDA'A isa jedhamuudha"! Dr. Gutu Tesso
Wantoota guddina dinagdee
keessatti murteessoo ta'an.
1. Of jijjiiruu
2. Mul'ata qabaachuu fi karooraan jiraachuu
3. Aadaa hojii gaarii gabbifachuu
4. Madda galii babal'ifachuu
5. Amala qusannaa jabaa horachuu
6. Baasii hin malle hir'isuu
7. Idaa hamaa keessa akka hin seenne of-eeguu
8. Qabeenya horachuu
9. Beekumsaan of qaraa adeemu
โ๏ธโ๏ธ๐๐

Namoonni baayyeen... ๐๐๐ป๐ถ๐ผ๐ฟ ๐๐ง ๐๐๐๐ถ๐๐๐ฎ๐ป๐ / ๐๐ง ๐ฆ๐๐ฝ๐ฝ๐ผ๐ฟ๐ irratti ๐ฑ๐ผ๐ฟ๐ด๐ผ๐บ๐๐๐ณ ๐พ๐ผ๐ฝ๐ต๐ฎ๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐๐ฎ๐ป๐ถ๐... maal irratti qophaa'uu akka qabdan na gaafataa jirtu.
Ani barsiisaa ๐๐ง waanan tureef callisee bira darbuun na dabbare.
Qorumsi kanatu isiniif dhufa jedhanii tilmaamuun hin danda'amu.
Garuu... akka ๐ธ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐ต๐ถ๐บ๐ฎ๐บ๐ฎ๐ฎ ๐๐ง tokkotti wantoota ijoo ati beekuu qabdu gababaabsee sitti hima.
๐ข๐ด๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ ๐๐ง tokkorraa waa ๐ฏ๐๐ eegama. Isaanis:
- ๐ฃ๐ฟ๐ผ๐ฏ๐น๐ฒ๐บ ๐ฆ๐ผ๐น๐๐ถ๐ป๐ด
- ๐ฆ๐๐๐๐ฒ๐บ ๐ฆ๐๐ฝ๐ฝ๐ผ๐ฟ๐
- ๐ง๐ฒ๐ฐ๐ต๐ป๐ถ๐ฐ๐ฎ๐น ๐๐๐ฎ๐ฟ๐ฒ๐ป๐ฒ๐๐
dandeetti kana sadeen yoo qabaannan... ๐ฏ๐ผ๐ผ๐บ!
Hojiin ogeessa ๐๐ง, dhaabbaticha keessatti rakkoo teeknikaa yeroo uumame dafee hiikuu fi bakkatti deebisuudha (rakkoo teeknikaatiin hojii akka hin dhaabanne gargaaruudha).
Kanaaf... beekumsi armaan gadii baayโee murteessaadha.
๐ญ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ... beekumsa ๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐ข๐ ๐ฃ๐จ๐ง๐๐ฅ qabaachuu qabda.
- ๐๐ผ๐บ๐ฝ๐๐๐ฒ๐ฟ ๐๐ฎ๐ฟ๐ฑ๐๐ฎ๐ฟ๐ฒ fi ๐ฆ๐ผ๐ณ๐๐๐ฎ๐ฟ๐ฒ jechuun maal akka ta'e sirriitti beekuu qabda.
(Hardware: RAM, CPU, HDD/SSD, Motherboard...)
- ๐๐ป๐ฝ๐๐ ๐๐ฒ๐๐ถ๐ฐ๐ฒ๐ jechuun maal akka ta'ee fi eenyu fa'a akka ta'an beekuutu sirraa eegama.
(fkn: Keyboard, Mouse, Scanner...)
- ๐ข๐๐๐ฝ๐๐ ๐๐ฒ๐๐ถ๐ฐ๐ฒ๐ jechuun maal akka ta'ee fi eenyu fa'a akka ta'an beekuu qabda.
(fkn: Monitor, Printer, Speaker...)
Isaan booda... faayidaa isaanii sirriitti hubachuu qabda.
Inni biraa... basic computer keessatti beekumsa ๐๐ถ๐น๐ฒ ๐ฆ๐๐๐๐ฒ๐บ ๐ ๐ฎ๐ป๐ฎ๐ด๐ฒ๐บ๐ฒ๐ป๐ qabaachuun murteessaadha. Isaanis:
- Waa'ee Folder fi subfolders
- Gosoota faayilii(.exe, .docx, .pdf, .jpg etc.)
- Storage (๐๐๐ ๐๐ ๐ฆ๐ฆ๐, local vs cloud)
Storage keessatti:
- garaagarummaa ๐๐๐ fi ๐ฆ๐ฆ๐ maal akka ta'e beeki.
- Akkasumas... garaagarummaa ๐น๐ผ๐ฐ๐ฎ๐น ๐๐๐ผ๐ฟ๐ฎ๐ด๐ฒ fi ๐ฐ๐น๐ผ๐๐ฑ ๐๐๐ผ๐ฟ๐ฎ๐ด๐ฒ beeki (.... faayidaa fi miidhaa isaanii illee bari)
... kanneen sirriitti beeknan boom!
๐ฎ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ: Waa'ee ๐ข๐ฃ๐๐ฅ๐๐ง๐๐ก๐ ๐ฆ๐ฌ๐ฆ๐ง๐๐ ykn ๐ข๐ฆ beekuun sirraa eegama.
๐ ๐ถ๐ฐ๐ฟ๐ผ๐๐ผ๐ณ๐ ๐ช๐ถ๐ป๐ฑ๐ผ๐๐ keessatti:
- ๐จ๐๐ฒ๐ฟ ๐ ๐ฎ๐ป๐ฎ๐ด๐ฒ๐บ๐ฒ๐ป๐ (waa'ee local accounts fi admin) sirriitti beekuu qabda.
Akkasumas... waaโee ๐๐ถ๐น๐ฒ ๐ฆ๐ต๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ป๐ด fi ๐ก๐ฒ๐๐๐ผ๐ฟ๐ธ ๐๐ฟ๐ถ๐๐ฒ ๐ ๐ฎ๐ฝ๐ฝ๐ถ๐ป๐ด sirriitti beeki.
Kana malees... waaโee ๐ฆ๐๐๐๐ฒ๐บ ๐ฆ๐ฒ๐๐๐ถ๐ป๐ด๐, ๐ง๐ฎ๐๐ธ ๐ ๐ฎ๐ป๐ฎ๐ด๐ฒ๐ฟ, ๐๐๐ฒ๐ป๐ ๐ฉ๐ถ๐ฒ๐๐ฒ๐ฟ fa'a beeki, adaraa.
Dhuma irratti... waa'ee ๐๐ถ๐ป๐๐ irratti hubannoo qabaachuun gaariidha (keessumaa basic terminal commands: ๐น๐, ๐ฐ๐ฑ, ๐ฝ๐๐ฑ, ๐บ๐ธ๐ฑ๐ถ๐ฟ, ๐ถ๐ฝ ๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐ฟ).
... waa'ee ๐๐ฒ๐ฟ๐บ๐ถ๐ป๐ฎ๐น ๐ฐ๐ผ๐บ๐บ๐ฎ๐ป๐ฑ kanneen yoo hin beekne... ammuma barachuu qabda.
Achiin booda... garaagarummaa ๐ช๐ถ๐ป๐ฑ๐ผ๐๐ fi ๐๐ถ๐ป๐๐ beekuun barbaachisaa ta'a.
๐ฏ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ: Dandeettii rakkoo adda baasuu ykn ๐ง๐ฅ๐ข๐จ๐๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข๐ง๐๐ก๐ ๐ฆ๐๐๐๐๐ฆ qabaachuun sirraa eegama.
Gaheen Junior IT yeroo baayโee:
- Computer hin hojjenne ykn slow taโe ๐ฟ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ผ๐ผ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐ฎ ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ ๐ณ๐ถ ๐ณ๐๐ฟ๐๐๐ฑ๐ต๐ฎ.
- Internet hin hojjenne ๐ฟ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ผ๐ผ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฑ๐๐ ๐ณ๐ถ ๐ต๐ถ๐ถ๐ธ๐๐
- Printer yoo print gochuu dide ๐ฟ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ผ๐ผ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐ต๐ถ๐ถ๐ธ๐๐
- Rakkoo Software/application error ๐ณ๐๐ฟ๐๐
Akka ogeessa IT tokkootti... tartiiba ykn adeemsa ๐ง๐ฟ๐ผ๐๐ฏ๐น๐ฒ๐๐ต๐ผ๐ผ๐๐ถ๐ป๐ด ๐ฝ๐ฟ๐ผ๐ฐ๐ฒ๐๐ beekuu qabda:
๐ฃ๐ฟ๐ผ๐ฏ๐น๐ฒ๐บ
โฌ๏ธ
๐๐ฑ๐ฒ๐ป๐๐ถ๐ณ๐
โฌ๏ธ
๐ฃ๐ผ๐๐๐ถ๐ฏ๐น๐ฒ ๐๐ฎ๐๐๐ฒ๐
โฌ๏ธ
๐๐ถ๐
โฌ๏ธ
๐ง๐ฒ๐๐
โฌ๏ธ
๐๐ผ๐ฐ๐๐บ๐ฒ๐ป๐
Hiika isaa.... gabaabumatti:
- ๐ฃ๐ฟ๐ผ๐ฏ๐น๐ฒ๐บ: rakkoo jiraachuu isaa hubachuu
- ๐๐ฑ๐ฒ๐ป๐๐ถ๐ณ๐: rakkoonsaa maal akka taโe adda baasuu
- ๐ฃ๐ผ๐๐๐ถ๐ฏ๐น๐ฒ ๐๐ฎ๐๐๐ฒ๐: sababoota rakkoo sana qorachuu
- ๐๐ถ๐ : furmaata kennuu ykn suphu
- ๐ง๐ฒ๐๐: Hojiin kee sirrii ta'uu mirkaneessuu
- ๐๐ผ๐ฐ๐๐บ๐ฒ๐ป๐: rakkoonsaa maal akka tare fi akkamitti akka furte galmeessuudha (kuni fuulduraaf wabii ta'a. ykn future reference jedhamee beekama)
Fakkeenya:
- PC slow = virus / storage full / RAM issue
- Internet down = cable / router / IP issue
- Printer issue = driver / connection / queue
๐ Kana jechuun... IT jechuun ๐ฟ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ผ๐ผ ๐ฎ๐ฟ๐ด๐๐, ๐พ๐ผ๐ฟ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐, ๐ฟ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ถ๐ป๐ถ๐ฐ๐ต๐ฎ ๐ต๐ถ๐ถ๐ธ๐๐, ๐ณ๐ถ ๐ด๐ฎ๐น๐บ๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐ dha.
๐ฐ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ: Beekumsa ๐ก๐๐ง๐ช๐ข๐ฅ๐๐๐ก๐ ๐๐๐ฆ๐๐๐ฆ qabaachuu qabda.
- ๐๐ฃ ๐๐ฑ๐ฑ๐ฟ๐ฒ๐๐ maal akka taโe fi maaliif akka barbaachisu beeki.
- Garaagarummaa ๐ฃ๐๐ฏ๐น๐ถ๐ฐ ๐๐ฃ fi ๐ฃ๐ฟ๐ถ๐๐ฎ๐๐ฒ ๐๐ฃ beeki.
- Garaagarummaa ๐ช๐ถ๐๐ถ fi ๐๐๐ก beeki.
- Garaagarummaa ๐๐๐ก fi ๐ช๐๐ก beeki.
isaan booda:
- Network devices kanneen jedhaman kanneen akka ๐๐๐ฏ, ๐ฆ๐๐ถ๐๐ฐ๐ต, ๐ฅ๐ผ๐๐๐ฒr fa'a sirriitti hubadhu.
- garaagarummaa isaanii sirriitti beeki.
Achiin booda:

- Internet troubleshooting commands kanneen jedhaman kan akka ๐ถ๐ฝ๐ฐ๐ผ๐ป๐ณ๐ถ๐ด, ๐ฝ๐ถ๐ป๐ด, ๐๐ฟ๐ฎ๐ฐ๐ฒ๐ฟ๐ fa'a beekuutu sirraa eegama.
๐ฑ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ: waa'ee ๐ข๐๐๐๐๐ ๐ง๐ข๐ข๐๐ฆ sirriitti beeki, Yaa gurbaa.
- Microsoft Excel keessatti waa'ee ๐ฆ๐จ๐ , ๐๐ฉ๐๐ฅ๐๐๐, ๐๐, filtering, sorting fa'a sirriitti beeki.
- Data entry fi reporting
- Word processing fi documentation.... bla bla.
๐ฒ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ: ๐๐๐๐ฃ๐๐๐ฆ๐
- User request ๐ฟ๐ฒ๐ฐ๐ผ๐ฟ๐ฑ gochuu danda'u
- request dhufeef Priority (๐๐ถ๐ด๐ต / ๐ ๐ฒ๐ฑ๐ถ๐๐บ / ๐๐ผ๐) kennuu danda'u fa'a qabda.
๐ณ๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ: waa'ee ๐ฆ๐๐๐จ๐ฅ๐๐ง๐ฌ ๐๐๐ฆ๐๐๐ฆ. Jechuun:
- Waa'ee ๐ฃ๐ฎ๐๐๐๐ผ๐ฟ๐ฑ ๐๐ฎ๐ณ๐ฒ๐๐ (strong passwords, 2FA) sirratti beeki.
- ๐ฉ๐ถ๐ฟ๐๐ / ๐ ๐ฎ๐น๐๐ฎ๐ฟ๐ฒ
- ๐๐ฎ๐๐ฎ ๐ฝ๐ฟ๐ผ๐๐ฒ๐ฐ๐๐ถ๐ผ๐ป / ๐ฏ๐ฎ๐ฐ๐ธ๐๐ฝ
- ๐ฃ๐ต๐ถ๐๐ต๐ถ๐ป๐ด ๐ฟ๐ฒ๐ฐ๐ผ๐ด๐ป๐ถ๐๐ถ๐ผ๐ป
๐ด๐ณ๐ณ๐ฎ๐ฎ: beekumsa baayyee barbaachisaa ta'e waa'ee ๐๐๐ง๐๐ฉ๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐ง๐ข๐ฅ๐ฌ sirriitti beekuu qabda.
- User account management (๐ฐ๐ฟ๐ฒ๐ฎ๐๐ฒ gochuu, ๐ฟ๐ฒ๐๐ฒ๐ ๐ฝ๐ฎ๐๐๐๐ผ๐ฟ๐ฑ gochuu fa'a beekuutu sirraa eegama)
- Waa'ee Permission control
- Waa'ee Login access troubleshooting
Amma dadhabaan jira...
Nan xumura...
Laal...
Junior IT Assistant jechuun "๐๐ ๐ฝ๐ฒ๐ฟ๐" taโuu osoo hin taane:
"System hubatee problem hiikuu dandaโuudha" jechuudha.
Kanaaf:
- Practice godhi
- Basics sirriitti hubadhu
- Rakkoo solve gochuuf yaali
Carraa gaarii!

โช๏ธFor Fresh graduates๐ดRed Cloud ICT Solutions plc๐ด
โช๏ธJob Position-Junior IT Engineer
Education:Bachelorโs degree in IT, Computer Science, or related field.
โช๏ธFind More Details here
๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง
https://elelanajobs.com/2026/06/19/red-cloud-ict-solutions-plc-3/
โช๏ธDeadline : June 26th, 2026

Elelanajobs.com
Red Cloud ICT Solutions plc - Elelanajobs.com
Of Eeggannoo Eegumsa Akkaawontii Facebook Irratti!
โฆ๏ธ----------------------------------------------------
FB fayyadamaa jirtaa? Akkaataan ati password 'Facebook' itti fayyadamtu baay'ee murteessaadha. Akka hin hatamne (hack) hin taaneef maloota armaan gadii kana hordofuu qabda:
โโถ 'Password' jabaa fi adda ta'e fayyadamuu:
โGabaabaa hin ta'in. Yoo xiqqaate 'characters' 12 fi isaa ol ta'uu qaba. Ani qubee, lakkoobsaa fi mallattoolee addaa garaa 17 - 24-n fayyadamaa jira.
โท Walitti โmakuun fayyadamuu: Qubee gurguddaa (A-Z), qubee xixiqqaa (a-z), lakkoobsota (0-9), fi mallattoolee addaa kan akka @, #, $, %, *) walitti makaa fayyadamaa. Keessumattuu mallattoon Sharpii fi Doolaaraa murteessaadha.
โธ โOduu salphaa dhiisuu: Maqaa kee, guyyaa dhalootaa kee, lakkoofsa bilbilaa kee, jecha salphaa kan akka 1 2 3 4 5 6 yookan 'Password' jedhu, akka jecha darbii (Password)-tti hin fayyadamin.
โน โHerrega hundaaf adda baasuu: Password Facebook keetiif fayyadamtu, herrega kanneen biroo (kan akka Email, Instagram, Baankii) irratti fayyadamuu dhiisuu.
โบ Linkoota addaa garaa namatti ergamu (Phissing) irraa of qusachuu: linkoonni haakerootaan uummame karaa Telegram, Whatsapp, Messenger fi karaa hedduudhaan namatti ergama.
Gaafa linkii sana tuqan fb si galchee 'Login' akka gootu si gaafata. Bakka 'Gmail & Password' qopheessee waan sitti dhufuuf, ati hundasaa itti galchitee 'Login' jennaanin nyaatamtee jirta.
Liinkii sitti ergamu kamiyyuu irratti password kee hin galchin. Yeroo hundaa weebsaaytii sirrii www.facebook.com & https://www.facebook.com ta'uu isaa mirkaneeffadhu.
โโป Bilbila yookan Kompiitera nama biroo irratti of eeggannoo gochuu: โBilbila nama biraatiin yoo seente, yommuu xumurtu 'Logout' gochuu hin dagatin.
โ'Remember Password' (Password yaadadhu) kan jedhu yoo si gaafate "No" yookan "Never" kan jedhu filachuu qabda. 'Yes & Save' kan jedhu tuqnaan, akkawontii fb-kee namichaaf kennitee deemteerta. Gmail isaatiin wal qabataaf jechuudha. Yoo dogoggortee kana goote immoo, ariitiin 'Password' fb-kee jijjiiri.
โโผ Email fi lakkoofsa bilbilaakee haaromsi: โHerrega Facebook kankeetti 'Email' fi lakkoofsa bilbilaa yeroo ammaa fayyadamaa jirtu qofa hidhi. Yoo akkaawontiikee rakkoon mudate, salphaatti deebifachuuf si gargaara.
โโฝ Mirkaneessa Addaa Lammaffaa (Two-Factor Authentication - 2FA) banachuu: โKun baay'ee murteessaadha! Namni tokko password kee yoo bekeeyyuu, bilbilakeetin malee seenuu hin danda'u.
โAkkaataan inni itti banamu: Facebook keessatti gara Settings & Privacy -> Meta Accounts Center -> Password and Security -> Two-Factor Authentication banta.
โFilannoo SMS ykn Authentication App kan akka 'Google Authenticator' jedhu keessaa tokko filadhu. Yoo SMS filatte salphaadhumatti yeroo fb login gootu OTP-tu sii gala.
Yoo 'Google Authentication' filatte immoo, appii isaa playstore irraa buufatta. Linkii bakka 'meta account center' jedhu sana copy taasifattee, Google Authentication seenta. Mallattoo '+' tuquudhaan linkicha duraan 'copy' taasifatte sana 'past' itti gootee maqaa (Rename) adda ta

e itti moggaafatta.
Sana booda yeroo fb-nkee login tau OTP dijiitii jaaha gaafata. OTP-n kun Authentication uumte kanarratti 'authomatical system' taee sii dhufa. Gadi qabdee 'copy' gochuudhaan, bakka gaafatamte sanatti 'Past' itti goota. Kun mala cimaa fi amansiisaadha.
Hubachiisa: Malli kun hundinuu kan nama fayyadu. Yoo 'Gmail & Password' ofii sirreessanii beekan qofa. Namoonni 'Gmail & Password' keessan hin beekne seeraan baraa.
'Gmail' ofii wallaallan salphumatti data fi miidiyaa hawaasaakee hunda tooachuu hin dandeessu. Nama maalummaa 'Gmail' beekutu si tooachaa jira. Keessumattuu bara kana 'Gmail' biyya keenya keessatti baankii waliinuu walitti hidhamee tajaajila kennuu eegaleera.
Kanaafuu namni hundinuu 'Gmail & Password' isaa beekuu qaba. Yoo kana hin beekne bilbila 'smart phone' qabachuu fi miidiyaa hawaasaa ittiin banachuun isaaf rakkisaadha. Iccitiin namoota hedduullee karaa kana baaa.Mee haakeroonni akkaawontii dubaraa seentanii, iccitii ishee baaftanii salphiftanii fi waan hin taane fb isheetin maxxansitan, na biraa koottaa fb kiyya kana cabsaa seenaakaa. Silaa fedhiikootin marfata (Adebabey) Birbirsa Goorottan isiniif fan*n*nifama!
Ijoolleen Durbaa garaa laafu. Wantan amma haasa
Iccitii kaameraa bilbilaa keessa jiru, suuraa fi video iccitii addaa garaa immoo, bilbilaan of waraabanii erga 'delate' keessaa godhaniyyuu, eessatti akka inni miliqee hafu, maxxansa biraatiin walitti himna.
Turtii gaarii qabaadhaa!๐ฅ๐
Ijoolleen Durbaa garaa laafu. Wantan amma haasa
e kana hundas hin beekan. Kanaafuu warri bilbila irratti beekkumsa xiqqoo qabdan, obbolaa keessan qusadhaa. Micayyoon hara "Lubbuukoo of balleessuun qaba" jettee fb ishee irratti maxxansite, rakkoodhuma akkasii kanatu muudateeti jechuufi.Iccitii kaameraa bilbilaa keessa jiru, suuraa fi video iccitii addaa garaa immoo, bilbilaan of waraabanii erga 'delate' keessaa godhaniyyuu, eessatti akka inni miliqee hafu, maxxansa biraatiin walitti himna.
Turtii gaarii qabaadhaa!๐ฅ๐
#Gatii_Madaalawaan
Omishaafi Tajaajila keessan
Miliyoonatti beeksifadhaa!
#Beeksisaalee Omisha keessan ittiin Uummata biraan geessaniif, Bu'aa oomisha keessanii firii isaa daftanii akka argattaniif isiin beeksisan.
Akkuma beekamu #daldala, #biizinaasii fi hojii kamuu keessatti beeksifni maallaqa caalaatti murteessaa akka ta'e ogeessonni diinagdee fi hayyoonni ni himu.

Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
โช๏ธFor Fresh and Exp๐ดModern Tech Technologies plc๐ด
โช๏ธJob Position-Junior Data Analyst
Education: Bachelorโs Degree in Statistics, Data Science, Computer Science, Information Technology (IT), Management Information Systems (MIS), Mathematics, Economics, Accounting and Finance, Business Analytics, or a related field
โช๏ธFind More Details here
๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง
https://elelanajobs.com/2026/06/29/modern-tech-technologies-plc-2/
โช๏ธDeadline : July 15th, 2026

Modern Tech Technologies plc - Elelanajobs.com
Forwarded from Sanyii Guddataa (Sanyii Guddataa)
iSON Xperience`s Ethio-call plc. is interested to hire 25 enthusiastic and customer-focused applicants to handling customer queries and providing resolution of complaints, and requests via phone, or chat in a professional and courteous manner in Addis Ababa.
Job Details
Location: Addis Ababa
Application Deadline: Urgent!
Number of Positions: 25
Education: Bachelorโs Degree in any field.
Languages Required: Afan Oromo and English
ROLE AND RESPONSIBILITY
ยท Handling customer queries and providing resolution of complaints, and requests via phone, or chat in a professional and courteous manner,
ยท Responsible to maintain clear and effective communication with customers,
ยท Adherence to call center process guidelines - Update customer records accurately on systems and databases including following any procedures end to end,
ยท Accuracy and integrity of Customer data,
ยท Ensuring to understand the information provided
ยท Maintain accurate customer information and data into the system and
ยท Any other duty assigned by the Team Leader
WORK CONDITIONS:
โข Ability to work any shift work environment including odd hours; weekends and public holidays.
โข To reside within reasonable travel distance to the office, as defined by the Company; to facilitate ease of transport arrangements โ where applicable May be required to undergo periodic medical examination to assess own suitability for continued employment at the Call Center.
How to Apply:
Submit your application, updated CV and supporting credentials via Google form. https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSdCwuzUJGGu0O6e2Tfb6YWPBI60NqP2AeiK2jEp-79BiqWnPg/viewform?usp=publish-editor
โOnly shortlisted candidates will be contactedโ
๐๐พ๐๐พ๐๐พ
TikTok

Forwarded from FVA_FINFINE VACANCY ANNOUNCEMENT
Namoota #100 barbaada๐๐ ZamZam Bank invites competent and qualified candidates for the following positions.
Position: Internship/On the job training
โ๏ธMinimum Academic Qualification: Bachelor's Degree in any Social and Natural Science field from a recognized higher education institution with a minimum CGPA of 2.5 or equivalent.
โ๏ธGraduation Recentness: Graduated within the last three (3) calendar years.
Examination: Successful completion of the National Exit Examination (for domestic graduates).
Work Experience: Prior work experience is Not Mandatory. This opportunity is intended for graduates who demonstrate strong potential, learning agility, and a willingness to develop a career in the banking industry.
Interest in Interest Free Banking(Ethical Banking): Demonstrated interest in ethical and Sharia-compliant banking practices, with a strong willingness to learn and develop knowledge of IFB products, and services through the Bank's training and development programs.
Digital Competency: Basic proficiency in digital tools and applications, including MS Office, email, internet usage, and other technology-enabled work platforms.
Communication and Interpersonal Skills: Strong verbal and written communication skills in English.
Location:Addis Ababa
Apply:
https://docs.google.com/forms/d/1JGWhrtPhWE1RlTJlIYGgLqtqSN352HREN0c1dqtkbdA/viewform?edit_requested=true within 10 days from the date of announcement.
Only shortlisted applicants will be communicated.
Deadline : July 09, 2026

Forwarded from Ethio Job Vacancy ยฎ๏ธ
โ
Temer Properties Job Vacancy
โฆDeadline: July 10, 2026
Temer Properties looking for qualified applicants for the following job positions.
โ Position 1: Junior Functional Consultant
โ๏ธ Qualifications & Experience:
Bachelorโs degree in IT, Computer Science, Business IT, or related field with 0โ2 years of experience (internship or project experience is acceptable).
โ Position 2: Associate Functional Consultant
โ๏ธ Qualifications & Experience:
Bachelorโs degree in IT, Computer Science, Business Information Systems, or related field, 2-4 years of experience in ERP.
๐How to Apply Online??
๐๐๐
https://ethiojobshub.com/temer-properties-job-vacancy-2026-8/
Share to your friends
@ethio_job_vacancy1

EthioJobsHub
New Alert: Temer Properties Job Vacancy 2026 - EthioJobsHub
๐จ Just posted! Apply immediately for the Temer Properties Job Vacancy 2026 position. Get fast job alerts and be the first to apply with EthioJobsHub.
Forwarded from Sanyii Guddataa (Firoomin๐พ Isan)
โช๏ธReq No: 300)๐ดZamZam Bank SC๐ด๐ฉFresh graduates
โช๏ธPosition- Graduate Trainee
Education:Bachelor's Degree in any Social and Natural Science field from a recognized higher education institution with a minimum CGPA of 2.5 or equivalent.
โช๏ธFind More Details here
๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง
https://elelanajobs.com/2026/06/29/zamzam-bank-12-july-1-26/
โช๏ธDeadline : Open now

ZamZam Bank - Elelanajobs.com
Forwarded from Info
โ
แ แข.แ.แฒ.แช แจแแถแฅ แ แแแแแต แจแตแซ แแฐแฅ แแญ แฐแซแฐแแฝแ แ แแณแตแฎ แแ
แ แญ แญแแแแ:
๐ปDeadline: July 17, 2026
FDRE MESOB Service is seeking qualified candidates for Senior Management, Mid-Level Management, and Expert positions in both Administrative and Core Business areas.
โโ Video Editor/Photographer
โ Frontend Developer
โ Backend Developer
โ DevOps Engineer
โ Network Engineer
โ Electrical Engineer
โ Senior Backend Developer
โ Senior Network Engineer
โ Senior Budget & Planning Expert
โ Facility Team Leader
โ Human Resource Team Leader
โ Monitoring & Evaluation Team Leader
โ Stakeholder Engagement Coordinator
โ Legal Affairs Director
โ Public Relation & Communication Director
โ Procurement Director
โ Human Resource Administration Director
โ Enterprise Manager
โ Chief Manager
How to Apply Online??
-๐๐๐ https://effoysira.com/fdre-mesob-service-job-vacancy-2026/

EffoySira.com
FDRE MESOB Service Job Vacancy 2026
Latest Job From FDRE MESOB Service, Fresh Graduates Jobs
Forwarded from Ethio Jobs Hub
[ Fresh Graduates ] Jobs by United Nations Development Programme | Jobs Opportunity July 13 | 2026
Enrolled in or recently graduated from a Bachelorโs or Masterโs programme in IT, Computer Science, Engineering, Data Science, Policy, or related fields
How to Apply
https://elelanjobs.com/job/united-nations-development-programme-internship/
Deadline: October 1, 2026
แแแ แญแแต แตแซแแฝแ Telegram แแญ แแแแแ แฅแ แตแแแ แแแ website แแญ แ แแแฃแต แจแแตแแแแตแ แจแตแซ แฅแตแ แญแแแจแฑ
Website Link https://elelanjobs.com

Vacancy at Nib Insurance Company(For Fresh Graduate)
๐ถ Nib Insurance invites qualified and competent applicants for the following vacant position ๐๐
โ Position 1: Information Technology Support Officer
โ Experience 0 year
โ Qualification: B.Sc. Degree in Computer Science or Software Engineering or Information Technology or MIS or in related fields.
โ Position 2: Junior Auditor
โ Experience 0 year
โ Qualification: BA Degree in Accounting or Accounting and Finance or Management or in related fields.
โ Position 3: Senior Underwriting Officer
โ Qualification: BA/BSC Degree in Banking & Insurance or Management or Accounting & Finance or Economics or Statistics or Mathematics or in related fields.
โ Position 4: Senior Ethics, Risk and Compliance Officer
โ Qualifications: BA Degree in Banking and Insurance or Management or Accounting or Economics or in related
How to Apply
Interested applicants who fulfill the above requirements are invited to submit their CV and copies of non returnable credentials along with application letter within seven working days to the following address :-
HRM & Property Administration Department
Nib Insurance Company (S.Co.)
Dembel City Center, 11th floor (please use Lift No.2 or 3)

โช๏ธRemote Job ๐ดUnited Nations Development Programme (UNDP)๐ด
โช๏ธ๐ฉFor Fresh graduates
โช๏ธPosition - Paid Internship (Fullโtime)
Education: Enrolled in or recently graduated from a Bachelorโs or Masterโs programme in IT, Computer Science, Engineering, Data Science, Policy, or related fields.
โช๏ธFind More Details here
๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง
https://elelanajobs.com/job/united-nations-development-programme-undp-july13-26/
โช๏ธDeadline: October 1, 2026
๐๐พ๐๐พ๐๐พ
TikTok
Sanyii Guddataa