#ODUU_AMMEE
Dr Fiqiruu Maaruun dolaara Ameerikaa 9,000,000 ( 9,000,000$) baasudhan Hospitaal waldhaansa onnee fi giddu-gala leenjii banuuf qophii akka xumuran beekameera.
Dr Fiqiruun dhalotaan oromoo lammummaan ammoo lammii biyya Sweden yoo ta'an waggoota shanan darban mana hidhaa qilinxoo keessa turani tibbana akka hiikaman ni yaadatamaa.
Dr Amiir Amaan 👇
"Today I was delighted to meet Dr. Fikru Maru,a Cardiologist,& discussed his plans $9 milion investment for new private hospital for Cardiology,training& primary prevention interventions on CVS. Also discussed his interest to advocate to the diaspora community around volunteerism."
@Gadaapublisher

Eebba OMN Finfinnee fi guyyaa yaadannoo Adoolessa 30
Ilaalchisee Ibsa Koree Qindeessituu Irraa Kenname.
==============================================================
EEBBA OMN FINFINNEE ILAALCHISEE:
Qabsoon uummanni Oromoo fi uummattoonni Itoophiyaa
adeemsisaa bahan keessaa tokko miidiyaan walabaa saba
bal'aa giddu galeessa godhate dhugoomee uummanni yaada
ofii bilisaan ibsachuun dhimmoota siyaasaa, dinagdee fi
hawaasummaa keessatti hirmaannaa cimaa akka godhu
dandeessisuudha. Miidiyaa bilisaa malee sirna demokraasii
ijaaruun hin danda'amu. Midiyaan OMN waggoota arfan
darban qabsoo uummatoota biyya keenyaa, addatti ammoo
qabsoo uummata Oromoo keessatti shoora murteessaa
xabachaa ture. Jijjiirama siyaasaa biyya keenya keessatti
dhiibbaa uumatni taasiseen qaamni mootummaa
tarkaanfiiwwan jijjiiramaa adda addaa fudhachaa akka jiru kan
haalamu miti. Jijjiirama mootummaan fudhachaa jiru keessaa
tokko miidiyaan bilisaa ummata keessa galanii hojjechuu akka
danda'an murteessuudha. OMN tarkaanii mootummaan
jijiirama haqaa mirkaneessuuf fudhate irratti hundaa'uun
damee isaa Oromiyaa Finfinnee keessatti banatee hojii eegalee
jira. Haaluma kanaan miidiyaa uummataa seena qabeessa fi
qabsoo uummataa keessatti shoora guddaa qabu kana bakka
abbootiin gadaa, jaarsoliin biyyaa, uummata Oromoo, hayyoota
Oromoo fi xiinxalaan siyaasaa fi daariktarri olaanaan midiyaa
OMN obbo Jawaar Mohammed irratti argamanitti eebbisuuf
murtiirra ga’ameera. Sagantaan eebba miidiyaa OMN dilbata
Adoolessa 29 bara 2010 (Dilbata Hagayya 5, 2018) Finfinnee
galma Barkumee (Millennium Hall) keessatti qophii addaafi
haala ho’aadhaan ni gaggeeffama.
YAADANNOO HIRIIRA GUDDICHA OROMIYAA ILAALCHISEE:
uummatni Oromoo waggoota shantamman darban dhaabbilee
siyaasaa fi ijaarsa hawaasaa adda addaa jalatti ifi gurmeessee
cunqursaa irratti fincila, diddaa fi qabsoo hidhannoo
adeemsisaa yoona gahe. Keessatiyyuu Waggoota arfan darban
qabsoon Oromoo tarsiimoo fi toftaa adda ta'een uummata
bal'aa fi qeerroo hirmaachisuun toftaalee qabsoo nagaa
duguugee itti fayyadamuun mootummaa abbaa irree
jilbeeffachiisuun danda'amee jira. Haaluma kanaan sababa
maastar pilaanii Finfinneen walqabatee sadaasa bara 2008
(November 2015) magaalaa Ginciitti fincilli bifa harawaan
dhowuun yeroo gabaabaa keessatti guutuu Oromiyaa waliin
gahee mootummaa abbaa irree laaffisuu danda'ee jira. Qaama
mormii qabsoo nagaa kanaa kan ture hiriira mormii magaalaa
Finfinnee dabalatee guutuu Oromiyaatti Adoollessa 30, 2008
(August 6, 2016) akka adeemsifames ni yaadatama. Hiriirri kun
injifannoowwan gurguddaa yoo galmeessisu lubbuun qeerroo
Oromoo dhibba lamaa ol tahe aarsaa taheera. Qeerroon
Oromoo kuma digadamaa ol magaalota Finfinnee fi guutuu
Oromiyaa irraa mootummaa abbaa irreen ukkaanfamani
kaampii waraanaa Awaah sabati kiiloo, sanqallee fi bakkoota
adda addaatti dararamaa guddaan irra gahee jira. Waggaan
sadaffaa Guyyaa seena qabeessa kanaa sadarkaa guutummaa
naannoo Oromiyaatti yaadatamuu qaba. Haaluma kanaan
Dilbata Hagayya 5, bara 2018 eebba OMN wajjin akka
yaadatamee oolu irratti waliigalamee jira. Sagantaa kana haala
qindoomina qabuun gaggeessuuf jecha koreen qindeessituu
miseensa 15 qabu qaamota hawaasaa adda addaa abbootii
gadaa, jaarsolii biyyaa, beektota, aktivistootaa fi qaamolee
mootummaa keessaa ijaaramuun hojii eegalee jira.
Sagantaalee gurguddoo dilbata adoolessa 29, 2010 (Dilbata
hagayya 5, 2018) raawwataman:
• Galma barkumee keessatti midiyaan OMN abbootii gadaafi
jaarsolii biyyaatiin ni eebbifama.
• B. Qabsoo Oromoo fi gahee miidiyaleen walqabatee hayyoota
adda addaatiin barreeffamoonni qorannoo ni dhiyaatu.
• C. Daariktera olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed
dabalatee keessummoonni kabajaa haasawaa ni godhu.
• D. Deeggarsa miidiyaa OMN uummatni fi dhaabbileen
daldalaa biyya keenyaa irratti hirmaatan sagantaan gargaarsa
maallaqa walitti qabuu ni adeemsifama. Deeggarsa Qr.
miliyoona 250 walitti qabuuf karoorfamee jira.
• E. OMN TV sagantaa live galma millinium irraa ni tamsaasa.
Milkaa'ina sagantaa kanaatiif qaamoleen mootummaa
Federaalaa, mootummaa naanoo Oromiyaa fi bulchiifni
magaalaa Finfinnee

gahee isaan irraa eegamu akka bahan
asumaan dhaamsa keenya dabarsina.
@Gadaapublisher
HUBACHIISA: Qophii kanaafi deeggarsa OMNf kan oolu T-shirt
sadarkaa isaa eeggate fi kaardiin galma ittiin seenamu karaa
baankiiwwan OIB, Awash, CBO guutuu Oromiyaatti ni
raabsama.
@Gadaapublisher
AKKEEKKACHIISA: Kaayyoo fi karoora OMN deeggaruun ala T-
shirt koree qindeessituun beekkamtii hin qabne uummatni
keenya akka hin fayyadamne waamicha dhiyeessina. T-shirt fi
kaardii galmaa ilaalchisee karaa koree qindessituu gara
fuulduratti ifa ni ta’a.
Koree Qindeessituu, Adoolessa 3, 2010 Finfinnee

Caffeen waltajjiisaa guyyaa 3ffaa itti fufee gaggeessaa jira Walga’iin idilee 8ffaa bara
hojii 5ffaa Caffee Oromiyaa guyyaa sadaffaaf itti fufee
gaggeeffamaa jira.
Oolmaa guyyaa har’aatin gabaasa mana hojii Muummicha
Ooditaraa dhiyaaterratti mari'achuun ni mirkaneessa.
Yeroo ammaas gabaasa raawwii waggaa bara 2010 fi
ka’uumsa karooraa bara 2011 Waajjira Caffee Mootummaa
Naannoo Oromiyaatiin dhiyaachaa jira.
Caffeen Oromiyaa guyyaa har'aa muudama adda addaas ni
raggaasisa jedhameet eegama.
Maddi : FBC

Gadaa Post via @like
N o o b e l
= = = = = =
Dr Abiy Ahmed badhaasa Noobeelii, warra Addunyaaratti
nagaa buusuuf waa gumaachaniif waggaa waggaan kennamu
argachuu danda'u jedhamaa jira.
Badhaasa guddaa akka lakkoofsa warra Girigooriyaanii bara
2018 tilmaamni ni argatu jedhu, fedhii lammiilee Itoophiyaarra
kan darbe warri Adiis sosochii eegalaniiru.
Isinhoo...? Ni malaaf jettuu...?

#ODUU_SIMBIRTUU/Breaking
==============================
Guyyaa hiriira Waxabajjii 16,2010 netwoorkii balleessuun
namoonni hirmaataa ta'ani Hogganaa Damee Maamiltootaa
EthioTel obbo Muiz Hidago fi Hailu Habtom dabalatee
hojjettoonni 17 hojii irraa gaggeeffamaniiru.Badii dalaganiifis
seeraan ni gaafatamu.

Shiira Magaalaa Finfinnee Irratti Xaxamaa Jiru Saaxiluun Dirqama Hunda Keenyaati!
===========
Oduun dhiyeenya kana midiyaa gubbatti adeemaa jirtu tan Dr. Ambaachoo namichi jedhamu kantiibaa magaalaa Finfinnee tahe muudame jettu calliftee kan dhufte miti, ittii yaadamee, karoorfamtee fi qindooftee kan dhuftee malee.
Dubbichii akkasii midiyaalee Ethiopian Reporter, Walta Info, FBC Afaan Amariffaa, FM Magaalaa Finfinnee baayyee isaanii fi pagewwan baayyeen isaanii rakkoo bulchiinsa gaarii hoggansa waliin wal qabatan hanga rakkolee xixxiqqoo afooshaa keessa jiraniiti ajandaa gochuuf saffiina dabalanii hojjachuu irratti argamu. Hojjachuun isaanii rakkoo uummataaf dhaabbachuuf osoo hin taanee Teessoo Finfinnee sana OPDO harkaa baasuuf akka tahe odeeffannoon dhiyeenyatti argannu dhugaa baha.
Hoggantoonni amma magaalaa Finfinnee irratti OPDO'n rammaddee kanneen akka Obbo Fayyisaa fa'ii eerga dhufaniiti Qindoominni Kantiibaa Diribaa waliin jiruu fi tarkaanfileen akka mana jireenyaa Viillaa addatti namoota Somaalee irraa buqqa'an 1753'f ijaaruun, kondominiyeemii carraa malee buqqaatoota abbaa warraa 100 dabarfamanii keennuun, labsii faayidaa addaa otuu hin eegiin sababa misoomaan kan buqqa'an abbaa warraa 5000'f lafa mana jireenyaa fi iddoo daldalaa keennu eegaluun, Afaan Oromoo televiizhiinii Addiis irratti eegalsiisuun jaraaf dhukkubbii mataa waan taheef abbootiin qabeenyaa gurguddoon fi midiyaaleen kunneen qindaa'anii qabsoo amma eegalamee kana doomsuuf halkaniif guyyaa hojjachuu irratti argaman.
@Gadaapublisher
Namiicha amma jedhamaa jiru kana achii geessanii OPDO teessoo dhabsiifnaan filannoodhaaniis achitti deebi'uun akka hin danda'amne alaabaa gaafa deeggarsaa Finfinnee keessaa gadii yaatee sana qofa ilaaluun ni gaha. Kanaafuu, Hoggantoonni keenya ol'aanoon oloola teessoo nu harkaa baasanii booru abbaa dhiimmaa taanee nama nu keessumeessullee akka dhabnuuf qindaa'ee adeemaa jiru kana hubatanii hoggantoota amma magaalattii gaggeessaa jiran deeggaruu irratti otuu xiyyeeffatanii gaarii dha.
Bara bu'uura dimookraasii baldhiisuuf hojjatamaa jiru kanatti teessoo sana of harkaa baafnaan, boorii teessoo sana deeffachuun akka hin danda'amne isiniin ol namni hubachuu danda'u waan hin jirreef dhaamsa keenya dabarfaneerra!
EERGAA KANA LIKE FI SHARE WALIIF GODHAA!!

Oduu Gammachiisaa
==============================
Hawaasni magaalaa Dabremarikos Barakat Simon naannoo Amaaraa hatattamaan nuuf haa gadhiisu jedhanii Hoteela Goozmaan inni qabatee jiru fuulduratti hiriira mormii bahaniiru.Viva.
👉እናመሰግናለን ፋኖ

#Breaking:
Somali Region parliament meeting started today. Abdi Iley
spoke and here is the key messages in his address:
- All the mistakes I committed is because of Getachew
Assefa, former chief of Intelligence
- Getachew Assefa held gun on our head and asked us to do
what he wants
- He was the man who held the former PM Hailemariam at
gunpoint for 6 years (even at times kidnapping the wife of the
former PM)
- Dr. Abiy is sent by God to save Ethiopia
- Dr. Abiy and Lemma Megersa are very good men
- The rumour of my resignation is spread by Getachew Assefa,
who wants bags of money as he used to get
- They [Tigres] forced us to do all the things we did
- we need to now forgive everything and move forward
The meeting will continue tomorrow!
Source : #Mustafa_Omer

Abrahaam Maabraatuu leenjisaa kubbaa miilaa biyyaalessaa
ta’an.
Leenjisaan kubbaa miilaa
biyyaalessaa Yeeman inistiraaktar Abrahaam Maabraatuu leenjisaa kubbaa miilaa garee biyyaalessa Ityoophiyaa ta’an.
Koreen teeknika federeeshinii kubbaa miilaa Ityoophiyaa
leenjistoota 5 Gabramadin Hayilee,Tsaggaayee K/Maaram,
Siyyum Kabbadaa, Wubatuu Abaataa fi Abraahaam Maabraatuu dorgommiif dhiyeessee ture.
Haaluma kanaan sagalee olaanaa argachuun Inistiraaktar
Abrahaam Maabraatuu leenjisaa kubbaa miilaa garee
biyyaalessa Ityoophiyaa akka ta’an beekkameera.

Tuffiin Hayyuuf beeka Booranaa ittumma fufeera !
Jiillii Miseensa 40 qabu kan KM 567 Boorana irraa kahee Finfinee seene Qaama Mootummaa issa dubbisu dhabee kinoo Guyyaa 10 isaani Hoteela jiru .
Jiilli Goodina Booranaa Abbootii Gadaa, hooggantoota Bulchiinsaa fi hayyoota goodichaa 40 of keessaa qabu Rakkoo Hawaasni Booranaa woggootta 27 keessa dabarsee Qamaa Mootummaatti Ibsuuf Magaalaa Finfinneet Guyyoota 10 dabarsanis Mootummaan Federaalaf Mootummaa naannoo Oromiyaas qaamni isaan haasofsiisu waan dhabameef Maalif Tuffatamnee , Maalif Qaama nu dhagahuu dhabnee Ummannii Booranaa bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa jala akka hin jirretti nut dhagahamee gara biyyaatti deebi'uuf akka qophaa'an Jiillii kun Raadiyoo Daandii Haqaat himani .
Jiillli kun namoota hiriira deggersaa irratti miidhamaniif re'ee 160 qabachuun gara Magaalaa Finfinnee dhufuun namoota miidhaman daawwachuun re'ee qabatanii dhufanis Itti gaafatamaa dhimmoota Koominikeeshinii naannoo Oromiyaatti kennuu isaanii ibsuun, itti gaafatamaan dhimmoota Koominikeeshinii naannoo Oromiyaa Dr Nagarii Leencoos re'ee harkaa fuudhuun Kabaja isaanif malus ossoo hin taasisin Gandii Boorana akkam jira ? Lola deema jiru kana irraa Haftanii ? Ossoo nuun hin jedhiin callisanii akka kutan himaniiru.
Akkuma beekamu Mootummaan Nannnoo Oromiyaas tahe kan Federaalaa kutaalee biyyattii rakkoowwan gara garaa keessatti uumaman deddeemuun hawaasa haasofsiisuun rakkoolee mul'atan furuuf carraaqaa kan jiran tahus, akka biyyattiitti hawaasni goodina Booranaa rakkoowwan walxaxaa hedduu baroota dabrani 27 kan keessa darbaniif ammas itti jirani akka qabu miseensoonni jiilichaa addeessaniiru.
Ilmaan Oromoo Booranaa daangaarra waan jiraniif guyyuun ajjeefamaa, hidhamaa, miidhamaa, saamamaa jiraachaa jirra kan jedhan miseensoonni jiilichaa MNO fi Motummaan Federaalaa goodinoota gara garaa deemuun rakkoowwan hawaasaa furuuf carraaqaa jiranis faallaa kanaatiin rakkoo goodinichaa osomaa dhagahanii fi arganii waan callisaniif karaa salphisuuf jennee gara isaaniitti rakkoo keenyaaf furmaata barbaaduuf dhufnus, kabaja dhorkamuun tuffatamnee daabboo gogaa nyaachaafi siree kaffalaa guyyoota kudhaniif garaa ballannee qaama Mootummaa nu dubbisu barbaachuuf magaalaa Finfinnee keessaa turrus qaama Mootummaa rakkoo keenya dhagahuuf nu haasofsiisu waan dhabneef Booranni bulchiinsa Mootummaa kana jala hin jiru murtee jedhu gubbaa dhaqabuun gara biyyaatti deebi'uuf qophaa'aa akka jiran RDHtti himaniiru.
Dhumma irratti Jiillii kun Dhaamsa Hawaasa Oromoo baldhaaf dabarsaniin Nut Mootummaan Federaalaf Naannos dhimma keenya dhagahuu didee Abbaan Gadaaf Bulchiinsi keenya fi hayyoon keenya nuraa tufatamaniiru , Oromoo keenya nut Obboleewwan foon tokkoo , Ilmaan Abba Tokkooti garuu Bulchiinsii Federaalaf Naannos nu jibban nu jibaatani jirani issin ammo obboleewwan keenya nu yaadadha , nu gaafadha , nu bira dhaabbadha , waan dandeesaniin nu iyya Nut ummanni Boorana daanga irratti du'aa jirus Booranaaf ossoo hin taane Oromoofi irratti dhumaa jira wan dandeesaniin shimalas tahu qabadha daanga irratti nu bira dhaabbadha , ummata keenya kan du'uut jirus nu bira dhaabbadha irraa haftanii nun jedhaa nu gaafadha dhumma irratti dhaamsa keenya kana miidiyaale dhugaaf dhaabbatani #OMN , #OBN #OBS #VOA huundat dhaamsa keenya kana nuuf dabarsaa jechuun dhaamataniiru .
Nutis gama keenyaan Mootummaan Federaala fi Perezidaantii MNO dabalatee Qaamni Mootummaa dhimmi isaa ilaallatu jiila kana hatattamaan haasofsiisuun rakkoo isaa dhagahuun qaama furmaataa haa tahu jechaa, kana gochuu dhiisuun akkuma hanga hardhaatti callistan miira tuffii fi kabajaa dhorkachuutiin jiilli kun yoo deebi'e, rakkoowwan kanaa waliin walqabatee goodinichaa fi Oromiyaa guutuu keessatti uumamuu maluuf itti gaafatamummaa kan fudhattan akka tahe isin hubachiifna.
Maddi : RDH

Daangaa biyyoota Sawud Arabiyaafi Yeman jiddutti lammiileen Oromoo shiftaan ajjeefaman.
Shiftoonni dhalootaan naanoo Tigraay irraa tahan daangaa
biyyoota 2'n jidduutti wal gurmeeysuun Oromoota daangaa qaxxaamuranii biyya Sawud Arabiyaa seenaa jiran irratti dhukaasa banuun lammiilee Oromoo 20'tti siiqan kan ajjeessanii fi isaan hafan biroos madeessanii jiraachuu
hawaasni Oromoo biyya Yemanitti arkaman himan.
Shiftoonni naannoo Tigraay Itiyoophiyaa tahan kanneen
daangaa Sawud fi Yeman irratti arkaman yeroo dheertuuf
baqattoota Oromoofi saboota biroos garas qaxxaamuran
qawween sodaachisanii Araboota lammiilee biyyaa tahan waliin qindaawanii baqqattoota booji'an gurgurataa akka turanii fi jiran maddeen addeysan.
Ilmaan Oromoo ajjeechaafi miidhama shiftoota kanniin irraa hafanii qabamanii gurguramuun gammoojjii biyyoota Arabaatti dararfamaa jiraachuu baqattoonni Yemanii fi Sawudi Arabiyaa mirkaneessan.
Keessattuu eega qabsoo Qeerrootin taaytaan biyyattii harka hoggansa haaromsaa galtee kaasee dararaan shiftoota dhalootan Tigraay tahaniin Oromootarratti geggeeffamtu dabaltee jiraachuun dhagahame.
Akka namni garasii dubbifne ibsutti yeroo ammaa reefka
lammiilee Oromoo 16 isaan shiftoota kanniinin magaalaa Al-Qahr tan daangaarratti arkamturratti ajjeefaman Hospital galchuun kan qorataa jiran tahuu dubbatan.
Hanaga namoonni yakka kana raawwatan tohannoo seeraa
jala hin oolfamnetti reefki baqattoota Oromoo san akka hin awwaalamne baqattoonni gaafataa jiran.
Isaan ajjeefamanii mul'atan malees daa'imman dabalatee
kanneen ajjeefamanii dhabamsiifaman hedduun jiraachuus dubbatan.
Baqattoonni tohannoo jala oolfamanii humnaan gurguraman hedduun yeroo dheertuuf namoota dhunfaaf tola hojjatuuf dirqamu.
Namoonni biyya Yeman riqicha godhatanii Sawud Arabiyaa
seenuuf yaada qaban karaa nagaya hin qabne kan Shiftoonni irratti jaaramuun lubbuu namaa galaafatan kana akka hin deemne baqattoonni Oromoo Saudi fi Yeman jiraatan
akeekkachiisan.
Maddi : OMN

Kana hubachuu qaba
Alagaas ta'e firruu
Waliin dorgomuu malee
Wal dorgomuutti hin jirru!
Qoodamuu nuu hinhawwinaa
Faca’uun nuuf hintoltuu
Mana tokko otuu ijaarru
Citaa wal saamna seetuu?
Xiiqii qabna hin facaanuu
Kaayyoodhaaf manaa baane
Gara ifaatti wal baasna
Riqicha dhugaa taanee!
☆
Oromoon nutti amanee
Otuu aangoorra teenyuu
Shira boroodhaan dhufu
Hin ilaallu; hin dhageenyu!
Dhalootaaf karaa cirra
Ulee seenaa qabannee
Wal ajjeessuun dur hafe
Waliif du'uuf kakanne!
Gadaan keenya tokkummaa
Galmi keenya mo'icha
Rakkoo biyya hunda cinquuf
Qotaa jirra qoricha.
Haala kamiinuu hin cittu
Hiddi jaalala keenya
Tokkummaadhaan sochoonee
Bakka yaadame geenya!
🆔 Addisu Arega Kitessa
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Alagaas ta'e firruu
Waliin dorgomuu malee
Wal dorgomuutti hin jirru!
Qoodamuu nuu hinhawwinaa
Faca’uun nuuf hintoltuu
Mana tokko otuu ijaarru
Citaa wal saamna seetuu?
Xiiqii qabna hin facaanuu
Kaayyoodhaaf manaa baane
Gara ifaatti wal baasna
Riqicha dhugaa taanee!
☆
Oromoon nutti amanee
Otuu aangoorra teenyuu
Shira boroodhaan dhufu
Hin ilaallu; hin dhageenyu!
Dhalootaaf karaa cirra
Ulee seenaa qabannee
Wal ajjeessuun dur hafe
Waliif du'uuf kakanne!
Gadaan keenya tokkummaa
Galmi keenya mo'icha
Rakkoo biyya hunda cinquuf
Qotaa jirra qoricha.
Haala kamiinuu hin cittu
Hiddi jaalala keenya
Tokkummaadhaan sochoonee
Bakka yaadame geenya!
🆔 Addisu Arega Kitessa
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Gadaa Post via @like
Lammaa jechuun Abiyyi
Abiyyi jechuun Lammaa
👉Namni mana tokko gamtaadhan ijaaru citaa wal-hinsaamu
➡️#TEAMLAMMAA ❤️💚❤️
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Abiyyi jechuun Lammaa
👉Namni mana tokko gamtaadhan ijaaru citaa wal-hinsaamu
➡️#TEAMLAMMAA ❤️💚❤️
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
#ODUU_AMMEE
Pireezdaantiin Naannoo Somaalee Abdii Mohammad Umar (Abdii Illeen) Dogongora raawwatameef Mootummaan
Naannoo Somaalee dhiifama gaafata jechuun dubbatan.
Mootummaa fi Paartiin Dimokiraasummaa Ummata Somaalee Itiyoophiyaa kan Naannicha bulchu itti gaafatama fudhata jechuun ibsan Abdii Illeen.
Abdii Illeen kana kan dubabatan, wal-gahii idilee mana Maree Naannichaa kaleessa jalqabame irratti akka ta'egabaafameera.
Abdii Illeen jijjirama Muummichi Ministeeraa Dr.Abiy Ahimed erga Angoo qabatanii guyyoota 100 keessatti raawwatan jajuun, Bulchiinsi Naannoo Somaalee karoorri Muummiicha Ministeeraa ida'amuu,dhiifamaa fi jaalalli koree hojii raawwachiiftuu Paartiichatti guutummatti fudhatamuu eeruun, hojii irra oolmaa isaatifis kan hojjatan ta'uu ibsan.
Itti dabaluun Manni Maree bakka Bu'oota Ummataa Addi Bilisa Baasaa Biyyoolessaa Ogaadeen galmee Shoroorkeessummaa irraa haquu isaa bu'uura godhachuun dhaabni kun biyyatti deebi'ee qabsoo karaa nagayaatiin akka gaggeessu ni hojjanna jedhan.
Dhalattoonni Naannoo Somaalee fi hawaasa bal'aa biyyattiitiin Abdii Illeen gocha gara jabeenyaa lammiilee Somaalee fi Ummata Oromoo irratti raawwachaa turee fi ammas itti jiruun,Angoo irraa kaafamee seeratti dhiyeeffamee adabamuu
akka qabu gaafachaatiin jiru.
Abdii Illeen waytima kana jechaa jiranitti,loltoonni Poolisoota Addaa Naannoo Somaalee weerarri Ummata Oromoo irratti roga maraan gaggeessaa jiran lubbuu lammiilee Oromoo hedduu gaaga'aatiin jira.
Godinaalee Harargee lamaanii fi godina Baalee dabalatee gara
Booranattis lubbuu namaa fi qabeenya Ummataa irratti badii
hamtuu raawwachaatiin jiru.

Prezidaantiin Eritiraa Isaayyaas Afawarqii Adolleessaa 7, 2010 ganama Finfinnee galu jedhamee eegamaa.
የኤርትራው ፕሬዚደንት ኢሳያስ አፈወርቂ (ወዲ አፎም) ቅዳሜ ሀምሌ 7 ረፋዱን አዲስ አበባ ይገባሉ ተብሎ ይጠበቃል።
Maddi : EPA

#ODUU_AMMEE/Breaking
Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Obbo Daawud Ibsaatiin
Hoogganamu irraa kenname.
Marii Jalqabame Milkeessuuf Labsii Dhukaasa dhaabuu ABO.
Addi Bilisummaa Oromoo rakkina Siyaasaa Mootummaa
Itiyoophiyaa waliin furuuf irra deddeebi’uun furmaatni karaa
nagayaa akka itti godhamu waggaa dheeraaf waamicha
dhiheessaa akka ture ni beekama.
As dhihoos akkasuma irra deddeebi’ee godhaa ture. Haa tahu malee baroota dheeraaf waamichi nagaa ABO'n dhihaataa ture deebii hin argatin ture.
As dhihoo kana garuu haasaa jilli ABO Hayyu-Dureen
hoogganamu Muummicha Ministerootaa Itiyoophiyaa Dr. Abiy Ahamed waliin adeemsifameen rakkoo jiru karaa nagaa furuuf yaaliin godhamaa ture tarkaanfii tokko fuula dura deemuu kan danda’e tahuutti ABO'n fudhata.
Haasawa nagaa jalqabame kanas Mootummootni,
ummatootnii fi nagaa jaallattootni kan barbaadan tahuu ABO'n ni amana.
Addi Bilisummaa Oromoo kana hubatuun haasaa nagaa
jalqabame bakka gahe irraa fuula dura tarkaanfachiisuu fi
milkeessuuf gargaara amantaa jedhuun, humna Mootummaa
nutti bobba’u of irraa ittisuu irraa kan hafe yeroof dhukaasa
dhaabuu ABO labsa.
Yeroof labsiin dhukaasa dhaabuu kunis haasaan jalqabame firii eegamu argatee gara lola walii galaa dhaabuu gamtaan ABO'n fi Mootummaan Itiyoophiyaa akka labsan ABO abdata.
Waan taheef WBO'n labsii yeroof dhukaasa dhaabuu
dabarfame kana hubatuun bakka jiru hundatti hojiirra akka
oolchu SHG-ABO qajeelcha.
Gadaan Gadaa Xumura Gabrummaa ti!
Injifannoon Ummata Oromoof!
Adooleessa 12/2018

#Breaking
Labsii ABO Obbo Daawud ibsaatiin hoogganamuun dhimma dhukaasa dhaabuu irratti Kenname!

Jawar Mohammed⬇️
"The two superstars, Hachalu Hundessa & Tedy Afro, will be performing on the welcoming ceremony of President Isaias Afewerki. Peace, Justice & Unity in Diversity!"
👉 Geesse yeroon geesse Haaceen 4kilo gale... ❤️💚❤️