#Ameerikaa #Itoophiyaa
Guyyaa har'a Pirezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan namoota waraana Kaaba Itoophiyaa irratti hirmaatanii rakkoo namoomaa fi mirgoota nama irratti miidhaa geessisan irratti qoqqobbii kaa'uun ajaja qophaa'e irratti mallatteessaniiru. Maqaa namoota qoqqobbiin kun isaan ilaallatu yeroo dhiyootti akka ifa ta'u ibsameera.
Dhimma kana ilaalchisee ibsa kan laatan Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinken qaamoleen lamaan [mootummaa Federaalaa fi ABUT] waraana dhaabuuf waliigalanii gara mariitti yoo dhufan qoqqobbii kaa'uuf yaadde kana akka fageessu dandeessu himaniiru.
@Gadaapost

Gadaa Post
#Ameerikaa #Itoophiyaa Guyyaa har'a Pirezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan namoota waraana Kaaba Itoophiyaa irratti hirmaatanii rakkoo namoomaa fi mirgoota nama irratti miidhaa geessisan irratti qoqqobbii kaa'uun ajaja qophaa'e irratti mallatteessaniiru.…
#PMAbiyAhmed #JoeBiden
Murtii qoqqobbii Ameerikaan dabarsite hordofee MM Itoophiyaa Dr Abiy Ahimad Pirezdaantii Ameerikaa Joo Baayidaniif kallattiidhaan xalayaa barreessaniiru.
Xalayaa kana irratti waa'ee haala yeroo ammaa kana jiru ibsa laataniiru. Dhiibbaa alaa Itoophiyaa irraan gahaa jiranis sirrii akka hin taane beeksisaniiru.
* Xalayichi suuraa armaan oliin wal qabsiifameera.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
''Waggaa sadiirraa kaasee waraana hogganee hin beeku''
••••••••••
Hogganaan duraanii WBO Zoonii Kibbaa Goollicha Dheengee qabsoo hidhannoo gaggeessaa ture keessaa bahuun gara biyyaatti deebi'uun yeroo magaalaa Finfinnee gahu, buufata xiyyaaraa Booleetti qondaalota mootummaan simannaan taasifameeraaf.
Goollichi wal dhabdee keessoo dhaabichaatti isa mudatee fi murtoo dhiyeenya TPLF waliin tokko tahuuf waliigalame mormuun dhaaba kana keessaa bahuuf akka murteesse hime.
* Gaaffiifi deebii gaazexeessaa BBC wajjiin taasisan dhaggeeffadhaa. (Video)

Aadde Filsan Abdullaahii hojii gadhiisuuf iyyata galfatan!
Ministirri Dhimma Dubartoota, Daa'immaniifi Dargaggootaa Itoophiyaa, Filsaan Abdullaahii Ahmad hojii gadhiisuuf iyyata galfachuu beeksissan.
Ministirittiin har'a karaa fuula tiwitara isanitiin akka ifa taasisaniitti, 'uumamni dhuunfaa isaanii sammuu irratti dhiibbaa olaanaa taasisu' akka sababaatti eeruun hojii gadhiisuuf iyyata galfatte.
"Wanti safuufi naamusa kiyya miidhan kamiyyu faallaa waanan itti amaneefi dudhaawwanii waan ta'eef amantaawwan kanneen diiguun ammoo mataa kiyyaafi lammiilee koof amanamummaa cabsuudha," jedhan Filsan xalayaa iyyata hojii gadhiisu MM Abiyyiif barreessan irratti.
Erga ''dhimmoota biyaaleessaafi idil-addunyaa'' irratti MM Abiy Ahimad waliin marii taasisaniin booda murtee kana taasisu himan kan jettu Aadde Filsan, himmoon jedhaman kunneen garuu maal akka ta'an bal'inaan hin ibsine.
Aangoo gadhiisuun ministirittii kun Mr Abiy miseensoota kaabinee jijjiiruuf jedha gabaasa jedhu dursee kan ta'edha.
(BBC)

#Irreecha2021
Kabajamtoota ummata Oromoo mara baga bacaqii gannaa ofkaltanii ayyaana Irreechaa kan bara 2021tti nagayaan geessan. Ayyaanni galateeffannaa kun kan milkii akka ta'u hawwina.
GADAA POST

Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee kabajamaa jira!
Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee magaalaa Bishooftuutti haalaa miidhagaa ta’een kabajamaa jira.

#Facebook
Fesbuukii, Mesenjarii, Waatsaappi fi Inistaagiraama akka addunyaatti hojii dhaabaniiru. Rakkinichi maal akka ta'e hanga ammaatti kan hin beekamne yoo ta'u, miidiyaalee addunyaa hedduun dhimmicha gabaasaa jiru.