"Daddaffii danda'amen gara daanga poolandi darbaati seena"-- Imbaasi Itiyoophiyaa, Jarman
Waraana Raashiyaa fi Yukreen giddutti ka'een laammilee Itiyoophiyaa rakkoon akka isaan hin muudanneef jarmanitti kan argamu Imbaasi Itiyoophiyaa hordoffii godhaa akka jiru ibse.
Lammiileen keenyas gara daanga Poolandi darbani seenu akka danda'an ministeera dhimma alaa Pooland waliin dubbatuu fi walii barreessu akka danda'e ibsuun imbaasichi lammiileen hatattamaan garas akka seenan ibse.
Lammiileen Itiyoophiyaa Yukreen jiranii fi gara daanga Pooland akka deema jiran hatattamaan gara pooland seenun gara biyyaa bararaa akka godhan hubachiisera.
@Gadaapost

Daa'imman Afurii nagahaan oofkalteerti
Godina Beench Shakkoo aanaa Beench Kaabaa ganda Koosookoolitti haati tokko daa’immaan 4 nagaan oofkalteetti.
Haati aadde Abnaash Kaaytinaab jedhamtu kun dhiira 3 fi durba 1 waliigalaan daa’imman 4 nagaan oofkaluu itti gaafatamaan buufata fayyaa aanichaa obbo Shifarraaw Daakaan himaniiru.
Yeroo amma kanas daa’immaan arfan fayyaa gaariirra jiraachuu himaniiru.
Daa’immaan kunneenis ulfaatina giraama 1.39 hanga 1.815 akka qaban beekameera.
Hoggantoonni olaanoon Godina Beench shaakkoo Adde Abnaash daa'imman Afurii nagahaan ofkaluu ishee gamachuu isaani ibsuun birrii 5300 walitti qabuun keenuu isaani ibsaniiru.

"Addaa keenna nu dhiisaniiru" - Vilodmir Zaalaniskii
Piresdaantiin Yukreen V.Zaalaniskii "adda keenna nu dhiisaniiru" jechuun Warra bahaa komateera.
Zaalaniskii " biyya keenya eeguuf adda keenna kan ofirra waraana jiru numa" jechuun dubbataniiru.
"Ennutu nu gargaare nu Waliin waraane? " Jechuun kan gaafatan pireesdantichi " Eennulle" jechuun deebisaniiru.
" Waldaan addunyaa akka nu dhiise natti dhagahame, akka nu gargaaran ture waadan kan nuu galame, haa ta'u malee du'a akka dhandhamnu adda nuu dhiisan" jechuunis dubbataniiru.
Zaalaniskiin biyyi isaani Raashiyaa waliin walii galtee godhuuf qophii akka taate ibsuun, kana jechuun ishee garuu sodaa akka hin taane eeru ishee Al ain gabaasera.

#OduuAmmee
Raashiyaan Yukreen waliin dubbachuu heddi.
Piresdaantiin Raashiyaa Puutin Yukreen waliin dubbachuuf qaama olaanoo isaani gara Beelarus Minisk ergu akka hedan dhagahameera.
Kun kan dhagahame Piresdaantiin Yukreen Zaalaniskiin biyyi isaani Raashiyaa waliin walii galuuf qophii ta'uu ishe erga himanii booda.
Raashiyaan Yukreen miseensa NETO ta'uuf gaafi qabdu akka dhaabduu fi ejjennoo bilisa akka qabattu barbaaddi.
Minisk magaala dura walii galten nageenya itti godhame ta'uu ni beekkama.

Waraana Yukreenitiin wal qabatee Raashiyaan Gamtaa Awurooppaa irraa dhorgamu ishee ibsameera.
Gama birootiin, Piresdaantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutin waraanni Yukreen sirna Keyaav jiru akka jijjiiru waamicha dhiheessaniiru.

Raashiyaan, Swiidinii fi Finlaandin akeekkachiftee.
Ministeerri dhimma alaa Raashiyaa Swiidinii fi Finlaand NATO'tti makamuuf yoo yaalan " miidhamni" gama dinagdee fi waraanaatin akka jiru akeekkachiftee.
Yeroo amma waraanni Raashiyaa fi Yukreen babal'atee bakka jirutti Raashiyaan Finlaandii fi Swiidin sodaachisuun ishee sodaa addunya isa bira uumeera.
Walitti bu'iinsi biyyoota kanneeni miidhaan inni biyyoota akka keenna guddataa jiraniif fidu akka salphaatti kan ilaalamuu miti.

Gatiin Boba’aa bakkuma jirutti Itti Fufa.
Mootummaan gatiin Boba’aa Gurraandha 19, 2014 hanga Bitootessa 30, 2014tti haaluma ammaa jiruun akka itti fufu murteessuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiisu isaa Ebc'n gabaasera.
Murtoon kun Naafxaa Gurraacha salphaa, ulfaataa fi Boba’aa Xiyyaaran ala akaakuu boba’aa biroorratti hojiirra kan oolu ta'uu beeksiiseera.
Kunis sosochii diinagdee fi hawaasummaa haala tasgabbii qabuun itti fufsiisuuf ta’uu eereera.
Haala gabaa boba’aa idil addunyaa tilmaamama keessa galchuun akkaatuma barbaachisummaa isaan sirreeffamni gatii taasiifamuu akka danda’uu eeraniiru.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
NATO'n miseensa humna deebi kennaa isaa bobbaasa jira.
Hoggantoonni NATO "online " dhaan walgahii taa'anii turan.
Walgahii booda ibsa baasen NATO'n seena keessatti yeroo jalqabaaf " miseensa humna deebi ariifachiisa kennu(NRF) lixa Awuroppaatti bobbaasu ta'u isaa ibsaniiru.
Humna kan bobbaasu lafarran, bishaanii fi qilleensaa irraan ta'uu ibsameera.
Kana jechuun Yukreen seenani Yukreen waliin ta'uun Raashiya waraanu jechuu miti, sababni isaas Yukreen miseensa NATO miti.
Barreessaan olaana NATO Jeens Saltanbarg, " Tokko Tokkon deggartoota fi bulchiinsa NATO eeguu fi ofirra ittisuuf waan barbachisu ni goona" jedhaniiru.
Waligalatti humni deebii kennaa NATO kuma 40 dha. Amma Hagamtu akka socho'u beekkamu dhabus hundi garuu hin socho'u jedhame.
Humni deebi kennaa NATO rakkoo nageenya fi tasgabbif deebi ariifachiisa ta'e kennuuf guyyatti sa'aati 24, torbanitti guyya 7, waggatti guyyaa 365 humna qophii ta'e yoo ta'u deggartoonni NATO wagga waggaan humna jijjiiraa ni kennu.

Kaleessa galgala dhabbanni Gamtaa mootummotaa mana maree nageenya Raashiyaan Yukreen irratti weerara gooteerti jechuun qeequuf warra bahaatiin yaanni murtee ka'us Raashiyaan mirga sagalee, sagaleetiin kuffisuu(Veto power) fayyadamuun kufaa goote.
Chayinaaanis yaada irratti sagalee osoo hin kennin irraa of qusatterti.
Biyyoonni yaadicha deeggaran.
🇺🇸 Ameerikaa
🇬🇧 Engliiz
🇫🇷 Faransaay
🇳🇴 Noorwey
🇮🇪 Ayarlaand
🇦🇱 Albaaniya
🇬🇦 Gaabon
🇲🇽 Meeksikoo
🇧🇷 Biraazil
🇬🇭 Gaana
🇰🇪 Keeniyaa
kan morman
🇷🇺 Raashiyaa
sagalee kan hin kennine
🇨🇳 Chayinaa
🇮🇳 Hindii fi
🇦🇪 Yunayitid Arab Emirate (UAE)

Pireezidantiin Chaayinaa Xi Jiping Raashiyaan walitti bu’iinsa Yuukireen waliin qabdu mariin akka hiiktu waamicha dhiyeessan.
Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin mariin sadarkaa olaanaatti akka gaggeeffamu kan deeggaran ta’u Chaayinaaf ibsaniru.
Pireezidaantiin Chaayinaa Xi Jinpiing akka jedhanitti Putiin dhimma Yuukireen mareen hiikuun barbaada jedhaniiru.
kanaaf ammo Raashiyaan birmadummaa biyya ollaa isii kabaju qabdi jedhan xi jinpiing.
Hoggantoonni gamtaa Awuroopaa tarkaanfii haaraa fudhachuuf walii galaniiru. Gamtaan awuroopaas qoqqoobii dabalataa Raashiyaa irra kaa’uu akka danda’u komishiniin Gamtaa Awuropaa akeekkachiseera.
Xi Jinping gita isaani Rashiyaa vilaadmiir Puutiin waliin bilbilaan kan mari’atan yoo ta’u Chaartarii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii akka kabajaniifi walitti bu’iinsichi akka dhaabbatu yaalaa jiru.
Raashiyaan Daangaa yuukireen cabsuun magaalaa guddo ishii seente Jirti jechuun CGTN gabaaseera.

Yuniversitoonni Saayinsi fi Teeknolojii Itiyoophiyaa bara 2014 qormaata seensaf waamicha galmee taasisan.
Qormaata fudhachuufis, firii barnoota siiviksii osso hin dabalatin.
👉Nannoole guddataa jiraniif( Affaar, Sumaalee, B/gumuuz fu Gambella.)
√ Injineeringi ( Dhi 395 fi Du 390)
√ Appilaayidi Saayinsi ( 385 Dhi fi 380 Du)
👉Naannolee biroof
√ Injineeringi ( 400 Dhi fi 395 Du)
√ Appilaayidi Saayinsi ( 390 Dhi fi 385 Du)
Guyyaan galmee Gurrandhala 21/2014 hanga Gurrandhala 30/2014 yoo ta'u galmeenis Gurrandhala 30/2014 halkan keessa sa'aati 6 tti xumurama.
Warri ulaaga galmee guuttan bakka interneetin jiru hundattuu www.aastu.edu.et fi www.astu.edu.et irra seenun galmaa'u dandeettu.
Qormaatichi Bitooteessa 7, 2014 kennama.
Gosa Barnootaa
AASTU
👉Engineering departments
Architecture
Civil Engineering
Chemical Engineering
Mechanical Engineering
Electrcal & Compter eng
Electromechanical Eng
Software Engineering
Environmental Engineering
Mining Engineering
👉Applied Science departments
Biotechnology
Industrial Chemistry
Food Science & Applied nutrition
Geology
ASTU
👉Engineering departments.
Architecture
Civil engineering
Chemical engineering
Mechanical engineering
Electronics power & control engineering
Electronics & Communicaton engineering
Computer science engineering
Water source engineering
Material Science & engineering
Software engineering
👉Applied Science departments
Applied biology
Applied physics
Applied geology
Applied mathematics

"Beelarus keessatti waliin hin dubbannu"- pireesdanti Yukreen.
Qaamni Raashiyaa Yukreen waliin dubbachuuf Beelarus seenu isaa beeksise.
Gareen Qaama Raashiyaa bakka bu'aa ministeera dhimma alaa, ministeera ittisa raayya biyyaa fi kanneen biroo akkasumas bulchiinsa pireesdanti kan hammate akka ta'e ibsameera.
Biyyattiinis dubbichaa Goomel keessatti jalqabuuf qophii dha jette.
Pireesdantiin Yukreen Raashiyaa waliin Beelarus keessatti hin dubbannu jechuun beeksisaniiru. Sababni isaa Raashiyaan Beelarusin biyya isaani weeraraf itti fayyadama waan jirtuufi dha.
Biyyi isaani dubbii nageenyaf qophii ta'uu isaani garuu ibsaniiru.
Kanaan dura Piresdaantiin Raashiyaa Puutin Yukreen waliin dubbachuuf qaama isaani gara Beelarus erguu akka hedan himame ture.
Qaamni gara Raashiyaa achi gahus Yukreen achitti hin dubbannu jechuun ibsiteerti.

Dhaabbileen Humna Ittisa Nukleerii of eeggannoon akka dhaabbatan ajaje.- Piresdaantii Raashiyaa
Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Dhaabbileen Humna Ittisa Nukleerii of eeggannoon akka dhaabbatan ajajeniiru.
Putiin ajaja kana kan dabarsan Ministira Raayyaa Ittisaa Sargeey Shooyiguu fi itti gaafatamaa kaabinee Vaalarii Garaasiimoov waliin erga mari’atanii booda ta’uu ibsameera.
‘Biyyoonni Lixaa qoqqoobbii seeran alaa kaa’aa jiru, aanga’oonni NATO ibsa waraana labsu laataa waan jiraniif Ittisni Humna Nukleerii qophii ta’uu qabu’jedhan Preezdaant Putiin.
Humni Nukleerii Raashiyaa meeshaalee hidhannoo Ittisaa fi haleeluuf oolan kan hidhate ta’uu TRT gabaaseera.

Waraanni guyyaa shanii Yuukireeniifi Raashiyaa gidduutti ergaa gaggeeffamee booda biyyootni lameen marii eegalan.
Raashiyaan erga Yuukireen weerartee guyyaa shanaffaarratti jiilli biyyoota lamaanii akkaataa waraanicha dhaabuun danda'amurratti guyyaa har'aa marii eegalan.
Marii kanarrattis Waajjirri pirezidantii Yuukireen dhukaasi akka dhaabbatuu fi loltoonni Raashiyaa akka ba'an gaafateera.
Mariin kun eegalamuu isaan dura Pireezidantiin Yuukireen Volodimiir Zeleniskii, loltoonni Raashiyaa akka meeshaa lafa kaa'an gaafataniiru.

Barattoonni bara 2013 qormaata biyyoolessa kutaa 12ffaa fudhatan hundi firii qormaata waliin wal qabatee kamisa 17/2014 irraa eegale "online" fi qaaman argamuun #komii dhiyeeffataa jiru.
Adeemsi komii dhiyeeffatu hanga Kibxata, Gurrandhala 22/2014 sa'aati 11:30 qofa ta'uu beektanii komii keessan yeroon akka dhiyeeffattan jedhameera.
Barattoota guyyaa kanaan booda dhufan komii isaani hin keessummeessinu jechuun ministeerri barnoota midiyaa hawaasumma irratti ibseera.

Mariin nagaa buusuu Raashiyaa fi Yukreen xumurame
Bakka buutonni Raashiyaa fi Yukreen lolli otoo adeemaa jiruu marii Belaaruusitti adeemsisan goolaban.
Gamni lachuu gara magaalawwan guddoo isaanitti deebi’anii erga marii’ataniin booda guyyoota dhufan keessatti marsaa lammataan wal-argu jedhe Rooyitars.
Marii Wiixataaa kanaan dura lolli kuni nagaan furama jedhamee tilmamaa hin turre. Yukreen dhukaasni akka dhaabbatuufi Raashiyaan daangaa isheetii akka baatu barbaaddi. Raashiyaan garuu ejjennoo koo hin ibsu jette. Bakka buutonni Raashiyaa waliigalteerra kan gahan yoo fedhiin gama lameenii eegameefi jedhan.

Garaa dubartii tokkoo keessaa xannach kiiloogiraama 28 madaalu ba’e
Magaalaa Diillaa, Hospitaala Salaam jedhamutti tajaajila wal'aansaa baqaqsanii hodhuun garaa haadha tokkoo keessaa xannachi kiiloogiraama 28 madaalu ba’uun ibsame.
Xan'achi garaa dubartii waggaa 48 Aadde Abarruu Alaakoo jedhaman keessaa ba'uu hospitaalichatti ispeeshaalistiin gadameessaa Doktar Geetaachoo Margiyaa ibsaniiru.
Wal’aansi baqaqsanii baasuu sa’aatii 3:00 kan fudhate ta’uufi fayyummaansaanii haala gaariirratti kan argamu ta’uu ibsuusaanii ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Geede’oorraa argame ni mul’isa.

Guyaa har'a gatiin boba'aa baarmeeliidhaan doolaara 119 gaheera.
Gabaa Ameerikatti gatiin boba'aa baarmeelii tokkoo doolaara 112 gaheera. Kunis bara 2011 A.L.A booda gatii olka'aa dha.
Gatiin boba'aa guyya guyyaan baay'ee dabalaa kan jiru yoo ta'u, waraanni Raashiyaa fi Yukreen yoo ka itti fufu taate, gatiin boba'aa kanaa ol dabaluu danda'a.