Shaampiyonaa tapha gutuu oromiyaa guyyottan 15 darbaniif magaalaa Bishooftuutti gaggeffamaa ture kaleessa xumurame. Tapha kanaan magaalaan Bishooftuu shaampiyonaa kana olaantumaan xumuraniiru. Tapha gutuu 25ffaa kan bara dhufu magaalaa Naqamteetti akka qophaa'uu beekameera.
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Vlaadmiir putiin yeroo 4ffaaf prezidaantii Raashiyaa ta'udhaan waadaa galan.
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
#Yakka
Biyya Hindii keessa shakkamaan intala umrii 16 erga gudedee booda abidaan gube qabame.
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Kabajamtoota misensoota keenya channel kana hiriyoota keessaniif share fi forward gochuudhaan oromoo maraan nu gahaa.GALATOOMAA!!!
@Gadaapublisher
Ibsa komaand postii !!!
@Gadaapublisher
Powered by @Manybot
MM Dr Abiyyi erga angoo irra bahaan guyyottan 35 ta'eera.
➡️Adeemsa hojii isaani fi haala raawwii strategy isaani akkam ilaaltan??
📍Best fast growing channel in oromia that you must join.📍
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@orosarcasm
Above 3+ members, your first choice channel.
#Fun😂, #comedy🤣, #music🎵, #clip🎶, #general_knowledge, #quote #other.....

@Sennaasa
Asoosama, seena fi walaloo

@waltajjii_walaloo
Group yaada itti wal jijirtu

@sabkoofan
Walaloo Adda addaa argachuuf

@ogummaafikolfa
Kofla fi ogummaa garagaraa

@healthytip_11
Daily Get Positive Inspiration, motivation quotes with pictures.

@oromocul
Now "Our Devotions are on"
A new beginning setting by Qeerroo Let us stand together

@oromoimages
Images that are related to oromo will be in this channel
📷 📷 📷 📷 📷
#food #art #cultural
#hero #beauty #historical
#city #nature #people #other

@Gadaapublisher
All in one

@learngadaa
Yaadaa ballaa yoo qabattee as cuqaasi join godhi!
Gadaa baradhuu Hubadhu!

@oromiapromotion
Dedicated to promote oromo channel

@wankoke
Bashananuuf

@amazing101
Channel for amazin
Fun, knowledge, Fact, pictures...
⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️⚫️
🔴🔴🔴🔴🔴🔴
⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️⚪️
If u need to promote your channel contact via @oromiapromobot and @oromiapromotion
To contact📩 #Admin @Nds0n
#Lagadambii
Hayyamni warqee baasuu dhaabbata MIDROC dhowwame. Akka ibsa ministeera albudaaf qabeenya uumamaa itiyoophiyaatin haamma qaama uummata fi haayyoota irraa hundaa'e qorannoo isaa fixutti dhaabbatichi hojii albuuda baasuu akka hin hojjanne dhorkameera.
Madda : FBC
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Lij Yared
Ibsa waajjira prezidaantii biyyaalessaa..... Ajab!!
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Ibsaa Ijjannoo Qeerroo oromoo Gujii irraa kenamee!
1/9/2010
Akkuma Beekkamu uummati Oromoo Gujii torbaan lamaaf qabsoo hadhoottuu dhimmoota gaaffii uummata Godina lamaaniituu woggaa bacaaf karaa nageyaatiin gaafata ture mootummaan ila tuffiitiin ilaalee uummanni dubbiin irra darrinaan waamicha qeedhoon Oromoo Gujii gooteen hiriirri nageyaatiif lagannaan hujii dhaabuu bifa wol fakkaataa tureen itti deemamaa tureera ammalle itti jira. Qeedhoon Oromoo Gujii bifa qindaayinna qabuuf tokkummaa qabuun hiriira nageyaa geggeessaa turtulle guyyaa kaleessaa 9/05/2018 gocha gar jabeennaa qeedhoo hiriira nageyaa baate irratti ajaja Poolisii Kora bittinneessaatiin lubbuu namoota 8olii nu jalaa woreegamteerti. Qeedhoon Oromoo Gujii Gaddi guddaan nutti dhage'ameera, maatii ijoolleen irraa woreeganteetiif uummata bilisummaa dheeboteef jajjabinna hawwina.
Haala yeroo ilaallaa murteef ibsa ijjannoo armaan gadii baanyeerra.
======/====
1.Guyyaa Boruu irraa jalqabee barataan keenna qormaata biyyoolessaa,Nannoo fudhaatuf,barat
tootni hundinuu garaa mana barumsaa isaaniti deebi'uun barachuuf qu'aachu qabu
2.Ummaanni Godinoota lameenu garaa hojii iddilee isaan kan qootu qonnaa isaati,kan daldaalu daldaala isaati kaan horsiisuu garaa horsisaa isaati deebi'uu qaba.
3.uummati keennalle tasgabbiin haga qaami qeedhoo keessaa filatame qorannoo ibsa mootummaan guyyaa hadhaa baase keessatti hirmaatee haala jiru qeedhoof uummataan geyu, uummatin keenyaa karaa bilchinaaf qaroominaa qabuun qabsoo itti aantuuf ofii qopheessaa deemu qaba!
4.Hangaa dhimmii lagaa dambii furmaata isaa dhumaa argatee gutumaa gutuuti hojii isaa dhabuuti qabsoon keenyaa bifaa jijjirataa cimee ittaa fufaa
5.Dhimmotaa ciccimmo kutaa kibbaa oromiyaa danqee jiruu kessaa dhimmi magaala Moyyaale,Dhimmaa ODAA DIMAA fi dhimmi Dangaa oromiyaa waali qabaatu hundinuu yeroo gabaaba kessaatti murtii dhumaa argaatu qaba
6.Haroomsa Haroomsa jette OPDOn gaara faarsaa jirtuu kuni nannoo jiddugalessaa malee Garaa Godinale Gujii fi Boraana takkaa dhufee waan hin beekne motummaan biyyaa bulchaa jiru dafee kaabinootaa moofaf hattootaa ummaataa duraa goorse namoota baraatan ilaachaa qulqulluuf antummaa ummaata qabaanin bakkaa busuu qaba
======
# Dhumaarraati Qabsoon ammaa jalqabame karaa hundaan kan ittaa fufuu yoo tauu hangaa baraattootni qormaataa fudhaataniti qabsoo nuuti gaggeesinu kan barattoota keenyaa hin miine tauun dirqamaa!
=======
Abbaan haqaa Abbaan dhugaa Ummaataa waan taeef yeroo hundaa ummaataati mo'aataa!
Horaa bulaa deebanaa!
1/9/2010
# QEERROO OROMOO GUJII IRRAA!
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
#Injifatan
Filannoo prezidaantummaa biyya Malaysiatiin namichi ganna 92 injifatan.
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
#Badhaafame
Badhaasa tibba kana godhame Gumma Award irratti Artistii Kaasaahun Fisahaan (Mandelan) nama uffata bareedaa uffate jedhamudhaan badhaafame. @Gadaapublisher
@Gadaapublisher
#Hiikaman
Lammilee Itiyophiyaa biyya suudaan keessa hidhamaa turan fi lakkofsaan 1400 ta'an hiikaman.
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
#Daballii_mindaa
Motummaan Itiyophiyaa eerga Dr Abiyyi Ahimad ministeera mummee ta'ani muudaman booda jijjirama gurguddoo galmesissuuf tattaafachaa akka jiru ni beekama. Haaluma kanaan jiruuf jireenya haawaasa biyya keessa jiru yeroo ilaalamu baay'inaan haala gabaa keessa jiru ulfaataa akka itti ta'e waan beekameef komiiwwan ka'an furuuf daballii mindaa gochuuf qophi isaa akka xumuree maddeen ibsaa jiran. Kun kan ilaallatu hojjatoota dhaabbata motummaatif akka ta'es beekameera. Hojii walfakkaatu irratti mindaa hojjataa dhunfaa haarka 50 (50%) caala kan motummaa akka caaluus wan beekamudha. Itti muddii .....!!!
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Tibba kana biyya suudaan keessa dubartiin abbaa manaa isheetin dirqidhaan gudedamte, abbaa manaa ishii ajjeste. Mana murtitti dhiyaatte murtiin du'aa itti murtaa'e. Falmattonni mirga dubartoota addunyaas murtii kana qeeqaa jiru.
Isiin hoo murtii kana akkam ilaaltu?
Nan deeggara 👍
Hin deeggaru 👎
@Gadaapublisher
#Jimmaa
Fiilmii Afaan Oromoo GAADDISA JAALALAA maagaalaa jimmaa galma hooteela Honeylandtti gaafa guyyaa 03-05/09/2010 gara galgalaa sa'aa 10:00 fi 12:00 tti ni daawwatamaa.
@Gadaapublisher
"Filannoo bara 2011/2019 irratti sadarkaa aanaafi gandaatti dorgomnee moo'annee ummata keenya abbaa aangoo gochudhaaf qophaayaa jira." Obbo Baqalaa Garbaa VOAtti hime.
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher
Muudama

Via Addisu Arega Kitessa
=
Dh.D. U.O.n dhimmoota ummta keenya biratti madda komii ta’an furuuf cimee hojjetaa jira. komiiiwwan rakkoolee bulchiinsaa gaarii, kenniinsa tajaajilaa fi harkifannaa misoomaa irraa maddan hiikuun, akkasumas ol’aantummaa seeraa kabajchiisuun fayyadamuummaa ummata keenyaa boqonnaa haaraatti ceesisuun dhimma murteessaadha jedhee amana. Kanaafuu, humna raawwachiisummaa mootummaa sadarkaa hundatti yeroo yerootti sakkata’aa sirreessaa fi cimsaa deemuun murteessaaadha. Haaluma kanaan Gamaaggama tibbana geggeeffame irratti hundaa’uun sirreeffama boobbaatii hojii taasisfame jira. Sirreefamni ramaddii hoggansaa sadarkaa godinaa, magaala, aanaalee fi gandootaa xiyyeeffannoo ol’aanaadhaan itti fufiinsaan ni hojjetama. Ummatni keenyas kutannoo ol’aanaa Dh.D.U.On hanqina humna raawwachiisummaa hiikuuf qabu hubachuun nuufaana hiriiruun caasaa mootummaa fi dhaabaa cimsinee ijaaruuf tattaaffii taasisaa jirru akka tumsu carraa kanaan waamicha keenya dabarsina.
-
Sireeffamni bobbaatii hojii taasifame kun hirmaannaa hayyootaa, dargaaggootaa fi dubartootaa yaada keessa galchuun kan raawwatamedha,. Bobbaatii sadarkaaleee addaa addaatti irra deebiin ilaaluun bakka hanqinni jirutti sirreessuun sadarkaa hundatti cimee kan itti fufu ta’a. Sirreeffamni bobbaatii hojii taasifame kan armaan gadiiti.:-

Sirreeffaa Magaalota irratti taasifame
1.Aadde Alemtsehay Shifarraawu (Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu)
2.Aadde Kaabbaa Mabraatuu (Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Walisoo)
3.Aadde Biqiltuu Katamaa Baqqalaa (Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Amboo)
4.Obbo Mi’eessaa Elemaa (I/A/ kantiibaaBulchiinsa Magaalaa Shaashamannee)
5.Obbo Tashoomee Jifaar (I/aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Moojoo)
6.Obbo Badhaadhaa Margaa (I/A/ kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa
7.Obbo Nabii Guddataa (I/A kantiibaa Magaalaa Batuu)
8.Obbo Tafarii Nigaatuu (I/G/ Waajjira Dh.D.U.O Magaalaa Asallaa)
9.Obbo Hamiid Tusii (I/G waajjira Dh.D.U.O Magaalaa Shaashamannee)
10.Obbo Sanbataa Adabaa (I/G waajjira Dh.D.U.O Magaalaa Naqamtee)
11.Aadde Xaayituu Yaamii (I/G Ijaarsa Dh.D.U.O magaalaa Moojoo
12. Obbo Tsegaayee Teklehannaa (I/G Siyaasa Dh.D.U.O Magaalaa Moojoo)
13. Obbo Abbabaa Amantee(I/G Siyaasaa Dh.D.U.O Magaalaa Buraayyuu)
14. Obbo Dirribaa Mokonnin (I/G siyaasaa Dh.D.U.O Sulultaa)
15. Ganamoo Yaachisoo (I/g Siyaasaa Dh.D.U.O Magaalaa Bishaan Gurraachaa

Sirreeffama Godinaalee Irratti Taasifame
16. Obbo Siraaj Abduljabbaar (Bulchaa Godina Baalee)
17. Obbo Roobaa Toolcee Saafay (Bulchaa Godina Gujii)
18. Obbo Dheengee Boruu Qoosii (Bulchaa Godina Booranaa)
19. Obbo Gammachiis Guuttataa Jootee (Bulchaa Godinaa Horroo Guduruu Wallaggaa)
20. Obbo Gammachiis Tamasgeen Dheeressaa (I/A Bulchaa Godina W/Bahaa)
21. Obbo Dassalany Olqabaa Furii ( I/A/ Bulchaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa)
22. Obbo Indaashaawu Biraanuu Nagawoo ( I/G waajjira Dh.D.U.O Godina Baalee)
23. Obbo Gazzaanyi Kabbadaa Guutamaa (I/G waajjira Dh.D.U.O Godina Shawaa Lixaa)
24. Obbo Taaddasaa Waganee Abbabaa (I/G waajjira Dh.D.U.O Godina Shawaa Kaabaa)
25. Aadde Madiinaa kadiir Hamdaa ( I/G/ Ijaarsaa fi SIyaasaa Magaalaa Godina Arsii)
26. Aadde Warqinash Morodaa (I/G/ Ijaarsaa fi SIyaasaa Magaalaa Godina Shawaa Kaabaa)
27. Obbo Baahiruu Eebbaa Gurmuu ( I/G/ Ijaarsaa fi Siyaasaa Magaalaa Godina Wallagga Bahaa)
28. Aadde Xiruwarq Baqqalaa Tasammaa (I/G ijaarsaa fi Siyaasa Magaalaa Godina Sh/Kaabaa)
@Gadaapublisher
@Gadaapublisher