Namoota Bilbila Keessaniin Youtube jalqabuuf jettanii Karaatti Thumbnail hojjettan dhabdaniif video tokko Isiniif qopheessinee jirra.
Video kana irratti Thumbnail video irratti argitan kan hojjenne yeroo Ta'u hamma Ta'e concept isaa ibsuuf yaaleen jira.
ππππππππ
https://youtu.be/coKxxN5Iv6U?si=IBIrWURzVZwRU35x

YouTube
Youtube Thumbnail Bilbila kiyya Qofa Fayyadamuun || Youtube Thumbnail on Android
#drama
#α΅αα ααα½
#donkeytube
#ebssundayshow
#live
#lovesacrifice
#lovestory
#abrelohd #Eregnaye #bruktawit #Newethiopianmusic #SeifuonEBS #SeifuFantahun #SeifuFantahunShow #seifuonebs #saron #saron_ayelign #golddiggerprank #golddiggerprankethiopia #asertadβ¦

β³οΈ Barataan kutaa 12ffaa roobootii dhaabbilee tajaajilaa keessatti namoota bakka bu'ee tajaajila keessummeessituu kennu hojjeteβοΈ
πΊ Barataan kutaa 12ffaa Perfect Gold jedhamu roobootii dhaabbilee tajaajilaa keessatti namoota bakka bu'ee tajaajila keessummeessitootaa kennu hojjetee agarsiisaaf kaa'e.
πΊ Roobootiin kun gargaarsa sammuu namtolcheetiin kan hojjetame ta'uu ibseera.
πΊBarataan kun yeroo socho'an tajaajila kennuu bira darbee qaama miidhamtoonni socho'uu hin dandeenye application fayyadamuun ajaja akka argatan ibseera.
Dargaggeessi barataan kun hojii kalaqaa fayyaa fi qonnaaf hojjechuuf karoorfachuu isaa fi yoo mootummaan deeggaramee hojiiwwan kalaqaa hedduu hojjechuuf karoorfachuu isaa Waajjirri Komunikeeshinii Magaalaa Wolkite beeksiseera.
Maddi TIKVAH Itoophiyaa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈHome Of Knowledge
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈ @Gaammee_Media_channel βοΈ
βοΈ gaammeemedia.com βοΈ

β³οΈ video call Bara 1972
πΊAmma Zoom, Skype fi kanneen biroo hojii isaanii fooyyessanii dhufan malee kalaqni kun kanaan durayyuu ture.
#Beekumsa_Waliigalaa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈHome Of Knowledge
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈ @GaammeeMedia βοΈ

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
β³οΈ Siree gargaarsa malee ofiif of afuβοΈ
πΊTeeknooloojiin namoota hojii ala taasisuu ykn hoji dhabeeyyii baay'isuun balaa guddaa ta'aa jira. Kana jechuun roobootiin hojii ilmaan namootaa qulqullinaa fi baay'ina fooyya'aa ta'een hojjetan hojjeta, hin dhukkubsatan boqonnaas hin gaafatan.

β³οΈ Waggoota 50 booda Ameerikaan yeroo jalqabaaf doonii hawaa Utubaa Kibbaa Ji'aa irratti buuseβοΈ
πΊ Dooniin hawaa dhaabbata 'Intuitive Machines' jedhamu Ameerikaa kutaa Teeksaas keessatti ijaaramee balali'aa ture kun Fulbaana 23 utubaa ji'aa kibbaa irratti akka buute Rooyitars gabaaseera.
πΊ Dooniin hawaa dhaabbata dhuunfaatiin hojjetame kun walakkaa jaarraa booda Ameerikaaf yeroo jalqabaaf Pooli Kibbaa Ji'aa irratti akka bu'e himama.
πΊ Wiirtuun qorannoo hawaa Ameerikaa, NASA, karoora astronauts kunneen dhuma kurmaana kanaatti yeroo deebi'an qorannoo saayinsaawaaf garasitti erguuf karoorfameef milkaa'inaan bu'uu Nkurakuraan milkaa'ina guddaa akka ta'e galateeffate.
πΊDhaabbanni kun fi NASAn ibsa waloo buufata to'annoo Hiyustaan irraa kennaniin, lander roobootii miila jaha qabuu fi 'Odysseus' nama maleessa'n xiyyaara hawaa (23:23 GMT) irratti bu'uu danda'uu beeksisaniiru.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈHome Of Knowledge
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈ @GaammeeMedia βοΈ
βοΈ gaammeemedia.com βοΈ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ Dooniin hawaa dhaabbata 'Intuitive Machines' jedhamu Ameerikaa kutaa Teeksaas keessatti ijaaramee balali'aa ture kun Fulbaana 23 utubaa ji'aa kibbaa irratti akka buute Rooyitars gabaaseera.
πΊ Dooniin hawaa dhaabbata dhuunfaatiin hojjetame kun walakkaa jaarraa booda Ameerikaaf yeroo jalqabaaf Pooli Kibbaa Ji'aa irratti akka bu'e himama.
πΊ Wiirtuun qorannoo hawaa Ameerikaa, NASA, karoora astronauts kunneen dhuma kurmaana kanaatti yeroo deebi'an qorannoo saayinsaawaaf garasitti erguuf karoorfameef milkaa'inaan bu'uu Nkurakuraan milkaa'ina guddaa akka ta'e galateeffate.
πΊDhaabbanni kun fi NASAn ibsa waloo buufata to'annoo Hiyustaan irraa kennaniin, lander roobootii miila jaha qabuu fi 'Odysseus' nama maleessa'n xiyyaara hawaa (23:23 GMT) irratti bu'uu danda'uu beeksisaniiru.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈHome Of Knowledge
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βοΈ @GaammeeMedia βοΈ
βοΈ gaammeemedia.com βοΈ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β³οΈTelegram guyyaa tokko qofa keessatti fayyadamtoota haaraa miiliyoona 70 ol argachuu isaa kaleessa beeksiseβοΈ
πΊKaleessa tajaajila Inistaagiraamii fi Messenger Feesbuukiin addaan kutuu hordofee, appilikeeshiniin miidiyaa hawaasaa Telegram jedhamu maamiltoota haaraa miiliyoona 70 ol horachuu isaa beeksiseera.
πΊTajaajilli sa'aatii jahaaf yeroo addaan citu, guddinni Telegram guyyaa guyyaan kan duraa caalaa dabaleera; Guyyaa tokko qofa keessatti fayyadamtoota miliyoona 70 ol taβan kanneen marsariitiiwwan hawaasaa biroo irraa godaananii arganne jedhan hundeessaan Telegram Pavel Durov fuula Telegram isaanii irratti.
πΊDhaabbanni Feesbuukii kuni tajaajila addaan cituu fayyadamtoota isaa biiliyoona 3.5 irratti dhiibbaa uume adeemsa suphaa keessatti rakkoo mudateen akka taβe yeroo ibsu; Dhaabbatichi itti dabaluudhaan sa'aatii addaan cituu kanaa keessatti daataa fayyadamtootaa kamiyyuu balaadhaaf saaxilamuu akka hin dandeenye ibseera.
πΊDhaabbanni Feesbuukii to'atu Meetaa rakkina addaan cituu tajaajilli kun uumameef dhiifama gaafachuun rakkoo kana caalaatti hubachuuf akka hojjatu beeksiseera.
@Gaammee_Media_Channel

Baankiin Abbaay Logo isaa haaraa Qarshii Miliyoona 7 itti baase ifoomsee jira.
@Gaammee_Media_channel
@Gaammee_Media_channel
β³οΈ Xiyyaara sa'aatii tokkotti km kuma 6 ol balali'a jedhameβοΈ
πΊ Xiyyaarri Lockheed Martin's top secret hypersonic aircraft SR-72 ykn "Sun of Blackbird" jedhamu maqaa xiyyaara saffisaa addunyaa kanaa fudhachuuf akka jiru himama.
πΊ Xiyyaarri SR-72 "Son of Black Bird" sa'aatii tokkotti hanga kiiloo meetira kuma 6 fi 437 balali'uu akka danda'u himama; Kunis xiyyaara saffisaa addunyaa akka ta'u ni taasisa jedhamee eegama.
πΊXiyyaarri haaraan SR-72 "Ilma Simbirroo Gurraacha"; Jeettii haleellaa saffisa guddaa qabu dhoksaa Lockheed Martin akka ta'e himama.

Namoonni Qodaa Biyya Alaatii Fiddanii asitti Gurguruu barbaaddaniif. Akkamiin AliExpress irraa Bitnee gara biyya Keessaatti galchuu dandeenya kan jedhu Baruu barbaadduu?
#Hojii_Online
Notcoin jedhama hanga ammaatti list hin taane. Ammaa kaastanii yoo hojjettan Gaafa list Ta'u Sooressa Isin Goochuu Danda'a.
Ammaaf tap tap Goochuun yookaan immoo task gara garaa hojjechuun Coin sassaabbachuu dandeessu.
Yeroo ammaa coin 10M USDT 200$ fi Qarshii Itoophiyaatiin Birrii 23,000 tti gurguramaa jira. Carraa kanatti Fayyadamaa.
Bot Notcoin Link kanaan Argachuu Dandeessu.
https://t.me/notcoin_bot?start=r_611152_3117891

Telegram Premium π€©
Kana dura irra deddeebiin Giveaway Telegram Premium qopheessaa kan turan Chaabanaaliin We want You ammas Telegram Premium 140,000 guyyoota 14'f hiruu irratti argamu. Giveaway kun kaleessa kan jalqabe yeroo Ta'u hardhas ittuma fuufee jira.
Isinis Giveaway kana irratti Hirmaachuu barbaaddu taanaan Channel isaanii qofa join goochuun gahaadha. Kana booda Carraan Namoota 10,000'f yeroo bahu eeguudha.
@Wewantyoutodothejob

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π JOIN All CHANNELSπ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Notcoin
Namoonni Coin Miliyoona 10 ol dabartan $28 yookaan Qarshii Itoophiyaa 3300 irraa kaasee gurgurachuu dandeessu.
π Coin 10M gahuuf maloota kana fayyadamaa.
β‘οΈ Namoota Affeeraa (Referral)
β‘οΈ Taskwwan achirra jiran sirnaan xumuuraa
β‘οΈ Yeroo yeroon tap tap godhaa.
πΊ Warreen Hanga Ammaatti Hin jalqabne carraa kanatti Fayyadamaa.
https://t.me/notcoin_bot?start=r_611152_3117891
Namoonni Coin Miliyoona 10 ol dabartan $28 yookaan Qarshii Itoophiyaa 3300 irraa kaasee gurgurachuu dandeessu.
https://t.me/notcoin_bot?start=r_611152_3117891
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#NOTCOIN Irratti Task haaraa coin 250,000 π° Isiniif laatu dhufeera. Hojjechuu keessan Mirkaneeffadhaa.
Namoonni hamma ammaatti hin jalqabne link kanaa gadi jiruun jalqabaaa. Yeroo Ammaa Coin 10M Qarshii 3000/ 28$ oliin gurguramaa jira.
https://t.me/notcoin_bot?start=r_611152_3117891
Namoonni hamma ammaatti hin jalqabne link kanaa gadi jiruun jalqabaaa. Yeroo Ammaa Coin 10M Qarshii 3000/ 28$ oliin gurguramaa jira.
https://t.me/notcoin_bot?start=r_611152_3117891
https://t.me/notcoin_bot/?start=gift_3117891
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
https://t.me/Bright_Techs
https://t.me/Bright_Techs
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Telegram akkuma Youtube abbootii qabeenyaa chaanaaliidhaaf kaffaluu eegaleera.
Abbootiin qabeenyaa chaanaalii application Telegram keessan update gootanii istaatiksii chaanaalii keessanii keessatti ni argattu.
Bal'ina isaa daqiiqaa muraasa booda isiniif fidna.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
https://t.me/gamee?start=ref_1263404935
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM