Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Karaalee Kaffaltii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β³οΈXiyyaara Airbus A380 Superjumbo kan zayita nyaataa akka boba'aatti fayyadamee balali'eβοΈ
πΊ Xiyyaarri guddichi addunyaa "Airbus A380 Superjumbo" jedhamu Zayitii nyaata bilcheessuun akka boba'aatti fayyadamuun magaalota Faransaay Tuuloos fi Nice gidduutti balalii sa'aatii sadii milkaa'aa taasiseera.
πΊ Xiyyaarri Airbus A380 superjumbo boba'aa aviyeeshinii itti fufiinsa qabu 100% zayita nyaata bilcheessuun akka balali'u kan jalqabaa ta'uun himama; Xiyyaaronni Eerbaasii kanneen biroo waggaa darbe keessa balalii milkaa'aa 3 taasisaniiru.
πΊ Boba'aan zayita nyaataa haaraan kun gadi lakkifamuu kaarboonii dhibbeentaa 80n hir'isa jedhamee eegama; Zayitii nyaata bilcheessuuf fayyadame, coomaa fi midhaan hin nyaatamne irraa akka hojjetame himama.
πΊ Waldaan Geejjibaa Qilleensaa Idil-addunyaa (IATA) akka beeksisetti bobaβaan aviyeeshinii itti fufiinsa qabu gadi lakkifamuu kaarboonii hirβisuuf gaβee dhibbeentaa 65 qaba. Waldichi bara 2050tti damee geejjibaa qilleensaa keessatti gadi lakkifamuu kaarboonii gara zeerootti geessuuf karoora qabame galmaan gaβuuf kan gargaaru taβuu beeksiseera.
πΊAkka Eerbaasitti yeroo ammaa xiyyaaronni isaa hundinuu boba'aa aviyeeshinii itti fufiinsa qabu hanga dhibbeentaa 50, jechuunis boba'aa idilee keeroosiinii waliin makameen akka balali'an ragaa isaan dandeessisu argataniiru.
#Tech_News
π© | @Gaammee_Media_channel

π°Airdrop Haaraa Notcoin Faana Walfakkaatu.
Start Goochuun Ammuma Jalqabaa. πππππ
https://t.me/getcapybot/now?startapp=MTI2MzQwNDkzNXxlYjgwNzlmNS03ZWNkLTRmYzctYTI4Ny1lODhmY2UxYWY0YjY=
Start Goochuun Ammuma Jalqabaa. πππππ
https://t.me/getcapybot/now?startapp=MTI2MzQwNDkzNXxlYjgwNzlmNS03ZWNkLTRmYzctYTI4Ny1lODhmY2UxYWY0YjY=
Get ready for the biggest GameFi launch of 2024 π
π₯Launch: Raydium - 1800 UTC April 16
π¨Less than 14 hours remain until listing on Raydiumπ¨
Solcraft is prepared to dominate the web3 gaming scene with their innovative integration of the Solana Blockchain-based $SOFT token β‘
What to expect?
β Cryptos Biggest Influencers
β Listings and trendings on top crypto hubs
β Tier 1 Article & Media Publications
β Partnerships With Industry Leading P2E Platforms & Communities
The Solcraft server & leaderboards are live! Experinece web3 gaming like never before and earn real rewards backed by real liquidity. Secure your $SOFT bag and prepare for an epic adventure π
Website TG Community
Twitter

Ethio Telecom kaleessa tajaajila telebirr haaraa daataa intarneetii malee birri zeeroodhaan chat gochuu dandeenyu jalqabeera.
Tajaajilli Telebirr engage jedhu kana namni kamiyyuu application Telebir update gochuun fayyadamuu ni danda'a.
Tajaajila kanaan, dhimma hawaasummaa isaanii barreeffama, suuraa, sagalee, viidiyoo, fi faayilaan qooddachuu danda'u, akkasumas marii dhuunfaa fi garee gochuu, gaaffii hiriyummaa erguu fi fudhachuu, maallaqa gaafachuu , bakka jirtan erguuf nu dandeessisa (location sharing). Walumaagalatti, amaloota miidiyaa hawaasaa kamiyyuu irratti argachuu dandeenyu arganna.
Sagantaa Hoteela Skylight tt qopheesse irrattis tajaajiloonni ajaa'ibsiisoo biroo ifoomaniiru.
Yeroo garee uumnu, feature shamo jedhamu kan haaraa bashannansiisaa ta'e kan akka filannoo keenyaatti miseensota garee sanaaf maallaqa akka carraa raabsinu nu gargaaru dhiyaateera.
Kana malees, waltajjiin salphaan developers mini-app mataa isaanii akka uumuuf kan dhiyaate yoo ta'u, maal akka itti aanu odeeffannoo bal'aa isiniif kenna.
βοΈHub: Telebirr saantima malee hojjeta. Tarii yoo tokko tokko keessaniif hin hojjenne ta'e clear cache goochuun ykn uninstall godhaa deebi'aa install godhaa irra deebi'aa yaalaa.
@Gaammee_Media_Channel

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
The number one gaming platform on Telegram, GAMEE, has launched the $LOOT token mining. π
Start miningπ₯ π₯ π₯
https://t.me/Gamee?start=ref_1263404935
The mining of coins will last for 7 days in total. Make sure to claim yours; I recommend not missing out on this opportunity.
https://t.me/Gamee?start=ref_1263404935
Start mining
https://t.me/Gamee?start=ref_1263404935
The mining of coins will last for 7 days in total. Make sure to claim yours; I recommend not missing out on this opportunity.
https://t.me/Gamee?start=ref_1263404935
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
@Gaammee_Media_Channel
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kana Booda Maal irratti Xiyyeeffannu?
Anonymous Poll
61%
Odeeffannoolee Teeknooloojii
33%
Airdrop Garaagaraa (kanneen akka Notcoin)
56%
Karaalee Online Qarshii Hojjechuu Dandeenyu
11%
Kan biraa(Koomentii irratti nuuf kaahaa)
Airdroppiiwwan yeroo ammaa Hojiirra Jiran
1οΈβ£ . Tapswap β
: Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link ππ
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1263404935
2οΈβ£ . Catizens: bot kana irratti erga galmooftanii booda adurreewwan isinitti agarsiifaman kanneen bifa/level walfakkaataa qaban walitti fiduun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Link πππ
https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_639_1697664
3οΈβ£ . Avacoin : Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link ππ
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1e5717b3900e19c701be
4οΈβ£ . Gamee loot Mining β
:
βΆοΈ Marsaa lammaffaaf kan adeemsifamaa jiru yeroo Ta'u gara bot deemuun Start mining kan jedhu tuqxanii hamma humni mine goochuu keessanii xumuuramutti baatanii waan biraa Fayyadamuu dandeessu. Sa'aatii muraasa booda yeroo humni mine goochuu keessanii yeroo deebi'u ammas restart mining jechuun mine goochuu eegalchiisuu dandeessu. Link ππ
https://t.me/gamee?start=ref_1263404935
5οΈβ£ . BBQ Coin Bot
βΆοΈ List Ta'uuf Guyyoota Qubaan lakkaawwaman qpfatu hafa. Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link ππ
https://t.me/BBQCoin_bot?start=rp_9000903_1263404935
6οΈβ£ . Dotcoin bot
βΆοΈ Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link ππ
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_1263404935
7οΈβ£ . Capybara bot
βΆοΈ Notcoin Waliin Walfakkeenya guddaa kan qabudha. Illeettii achirratti Isiniif dhuftu Tap Tap goochuuniifi Task garagaraa hojjechuun Coin Baay'ifachuu dandeessu. Akkasumas Namoota Affeeruudhaan Baay'ina Coin argattan Baay'ifachuu dandeessu. Link ππ
CAPYBARA BOT LINK
@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
β Waanti Gaaffii isinitti Ta'u yoo jiraate comment irratti Nuuf barreessaa.
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_1263404935
https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_639_1697664
https://t.me/avagoldcoin_bot?start=1e5717b3900e19c701be
https://t.me/gamee?start=ref_1263404935
https://t.me/BBQCoin_bot?start=rp_9000903_1263404935
https://t.me/dotcoin_bot?start=r_1263404935
CAPYBARA BOT LINK
@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
1οΈβ£ Jalqaba Bot Kana Start godhaa. πππππ
https://t.me/FreeTelegramMemeberBot?start=user3051821
2οΈβ£ Channel siniif fidu hunda Join Godhaa
3οΈβ£ Akkuma Galtaniin Bonus kan jedhu tuquun Bonus π fudhadhaa.
4οΈβ£ Refer Kan jedhu tuquun Link keessaniin Namoota affeeruun Nama tokkotti Member 20 argadhaa.
5οΈβ£ Yeroo Member 100 geessan Link Keessan Galchuun Channel yookaan Group tti Dabalachuu dandeessu.
Gaaffiin Yoo jiraate @Gaammee_Media_Channel irratti nu gaafadhaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from the noton
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Gaammee Media 1 (BEKI CHE)
β Garaagarummaa Sa'aatii 8'n galtanii Claim goochuu dandeessu.
β Task garagaraas waan qabuuf hojjechuu dandeessu.
πππππππ
t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_AUF2HrL7dc
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
The rollout of Notcoin will happen in two stages:
βͺοΈStarting May 16, all Wallet users can send Notcoin to their Telegram contacts for free, top up their balances, and exchange NOT in pairs with TON, USDt, and BTC.
βͺοΈOn May 17, Notcoin will be added to the P2P Market. You'll also be able to purchase NOT using a bank card, withdraw (for example, to TON Space), and use it for payments in Wallet Pay!
We will launch a special bonus campaign exclusively for all Notcoin holders soon. More details will follow; stay tuned!
@Gaammee_Media_Channel
@Gaammee_Media_Channel
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Passport Registration Info
Yoyyaa! β
Namoota dhimma passporti bellamaan baafachuuf barbaadan hundaaf:-
γ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈ
βΆ. Haaraya baasuuf
- β waraqaa eenyummaa
- β waraqaa dhalootaa
- β Laakkofsa bilbilaa
β·. Haarayoomsuuf
-β Suuraa gurdii
-β koppii passport
-β Laakkofsa bilbilaa
βΈ. Kan bade/ hatame
-β waraqaa eenyummaa
-β suuraa gurdii
-β xalayaa waajjira poolisii
-β laakkofsa bilbilaa.
βΉ. Umrii 18 gadiif
-β waraqaa eenyummaa maatii
-β waraqaa dhalootaa daa'imattii
-β Laakkofsa bilbilaa.
βΊ. Umurii sirreesuuf
-β Waraqaa dhalootaa
-β suura gurdii
-β Koppii passport
-β laakkofsa bilbilaa
β». Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
-β Suuraa gurdii
-β koppii passport
-β Waraqaa mana murtii
-β laakkofsa bilbilaa
β Odeefannoo dabalataaf:-
β«οΈ 09 42644972 Bilbilaa
π΄Beellama qabsiifachuuf user name kanaan ergaa:-
Username @apply_ethi_passport
Bot
@Passport_onlineregistration_bot
Telegram Channel
https://t.me/officialpassportregisteration

AliExpress
π Gatii Mastercard : 1000 ETB
π Dollar 15 kaasee hamma barbaaddan Deposit goochuu Dandeessu
π Kana jechuun
π Facebook fi AliExpress dabalatee bakka Baay'eetti nii hojjeta.
π Yoo qarshiin achirra jiru yoo dhume irra deebiin itti guuttachuu Dandeessu.
Gatii
π 15 $ kan qabu : 2830 ETB
π 20$ kan qabu : 3440 ETB
π 25$ kan qabu : 4050 ETB
π 30$ kan qabu : 4660 ETB
π 50$ kan qabu : 7100 ETB
π 100$ kan qabu : 12,300 ETB
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM