Future Tech🎯
73 subscribers
26 photos
2 videos
17 links
​🚀 Gara fuulduraatti tarkaanfadhu!
Teeknoolojii ammayyaa, AI fi odeeffannoo addunyaa digitalaa hunda asumaa argadhu.
FutureTech💥
Download Telegram
Akeekkachiisa Cimaa: Balaa Gowwoomsaa Toora Intarneetii (Digital Scam)

​Barreeffamni kun dhiheenya kana sagantaa raadiyoo irratti dhiyaachuun namoota hedduu kan barsiise yoo ta'u, ergaa of-eeggannoo cimaa of keessaa qaba.

​Cuunfaa Seenaa Kanaa:
Maatiin qondaala Poolisii Federaalaa waggaa 20 ol tajaajilanii (Gargaaraa Inispeektara Andinnat Shimallis) gocha gowwoomsaa toora intarneetiitiin (digital scam) maallaqa isaanii qarshii miiliyoona 1.3 ol jalaa saamamaniiru.

🔸️​Tooftaa Ittiin Gowwoomsan:

📲​Eegalama: Gowwoomsaan kun beeksisa sobaa miidiyaa hawaasaa irratti "Mana teessanii ji'atti qarshii 70,000 hanga 100,000 hojjechuu dandeessu" jedhuun namoota sossobuun jalqaba.

● ​Amantaa Horachuu: Haati manaa inispeektarichaa garee Telegram fi WhatsApp "Alibaba Online Trade" jedhamu erga seentee booda, jalqaba irratti qarshii 800 yammuu kaffaltu, hattoonni kun qarshii 1,500 deebisaniif. Kunis akka isheen dhugaa seetee guutummaatti amantu taasise.

📌​Saamicha Guddaa: Yeroo gabaabaa keessatti, qusannaa isaanii hunda fi qarshii 600,000 obboleettii ishee biyya alaa jiraattu irraa liqeeffachuun itti galchite. Hattonnis "daldaltu sadarkaa 1ffaa waan taataniif gibbira kaffaluu qabdu" jechuun maallaqa dabalataa gaafachuun walumaagalatti qarshii miiliyoona 1.3 jalaa fudhatan.

📱​Gowwoomsaa Appilikeeshinii: Appilikeeshinii sobaa sanarratti bu'aan qarshii miiliyoona 3 akka hojjete isaanitti mul'isus, yeroo maallaqa baasuu barbaadanitti garuu hin dandeenye; herrega (account) isaanii irra kan hafe qarshii 59 qofa ture. Yeroo gochi kun raawwatamu abbaan manaa hojii dirree (field) irra ture.

⚠️​Miidhaa Dhaqqabe:
Gocha kanaan haati manaa qabeenya isaanii hunda dhabuu ishee yeroo hubattu, naasuu guddaan dhukkubsattee yeroo ammaa yaalii hafuuraa (tsebel) fudhachaa jirti. Kasaaraan guyyaa tokkoo kun maatii kana gadda guddaa keessa buuseera.

🚫​Ergaa Of-eeggannoo:

Daldala toora intarneetii (online business) fi miidiyaa hawaasaa irratti beeksisoota "karaa salphaan maallaqa argachuun ni danda'ama" jedhan irratti of eeggannoo cimaa godhaa! Gochaaleen gowwoomsaa dijitaalaa yeroo ammaa baay'ee babal'achaa jiru.

⭕️ Join this channel
Link🔰https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
Link 🔰https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
❤1👍1🥰1
Osoo Telegram fayyadamtani garee ykn chaanaalii hin barbaanne irratti #Add taatanii jirtu.
Setting kana qofa sirreessuun of irraa dhaabu ni dandeessu.

➡️ Daashiiwwan 3 gubbaa jiran tuquun

➡️ Setting kan jedhu filatta

➡️ Sana booda "Privacy & Security" kan jedhu irratti cuqaasta

➡️ Sana booda gara olitti scroll gochuun "Invites" irratti tuqi keessa seeni "Nobody" irratti deebisi.

Join🏅 https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
Share🏅https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
👍2❤1
💲Youtube criteria ittin monetize godhu
dachaa laman dabaluf jedha !

✅️Watch hours 4000 kan ture 8000 godhe
✅️Short Views or Short videos 10M kan ture
20M godhe
✔️Subscribe kan hin jijjiramne yeroo ta'u ammayyuu Subscribe 1000 ga'adha Youtube monetize gochuf

📌 February 1,2027 irraa eegalee hojiirra kan
oolu ta'a

🌐 https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
👍2
🎉 Appilikeeshiniin Telegram Umurii Waggaa 13 Guute! 🎉

📱 ​Platformiin miidiyaa hawaasaa beekkamaan Telegram obboloota Pavel Durov fi Nikolai Durov tiin hundeeffamee har'a waggaa 13ffaa isaati.

🎉Happy Birthday Telegram🎉
🎉1
​📱 Update’n Moobaayilaa Maali? Faayidaan Saa Maalii?
​Update gochuun akka zayitii makiinaa jijjiirutti waan murteessaadha. Namoonni tokko tokko akka rakkootti yoo laalanis, software update gochuun garuu umrii bilbila keessanii dheeressuuf qarshii malee kan dhiyaatun dha.

​🔥 Faayidaawwan Software Update:
✅ Sirna Bilbilaa Ni Haaromsa: Dogoggora (bugs) software keessa jiru sirreessa.
✅ Saffisa Ni Dabala: Bilbila rarra’u (hang) fi ho'a ni qabbaneessa.
✅ Tajaajila Haarawa: Amaloota (features) fi bifa haaraa bilbila keetiif dabalata.
✅ Humna Baatirii: Baatiirin akka dafee hin dhumneef bilbila kee qusatatti jijjiira.

​⚠️ Update Gochuuf Maaltu Barbaachisa?
​Bilbila kee irratti bakka (storage) gahaa qabaachuu.
​Internal memory kee baay'ee guutuu ta'uu hin qabu.
​🚫 Bilbiloota Update Ta'uu Hin Dandeenye:
​Bilbila Root ta'an (Fkn: IMEI'n isaanii kan jijjiirame).
​Software warshaa ala ta'e kan irratti fe'ame.
​Bilbila bakka kuusaa (storage) gahaa hin qabne.

​Hubachiisa: Rakkoon hardware (kan meeshaa) update software'n hin sirreeffamu.

​Haaromsi kun yoo si fayyade reaction kee nuuf kenni! ❤️👍
​🚀 SHARE

https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
👍1🔥1🥰1
0.98 Ton payment Received

☑️Bot Link: https://t.me/FINVORAWeb3bot?start=ref_TRX5195290635

Refar 0.02 Ton Minimum Ton Withdraw 0.3
🔥2👍1🥰1👌1
🔥 $5 FREE BONUS + Up to 1,000 APT
🔥 Zomxbit Exchange Offer

👉 Join here:
https://zomxbit.com/register?ref=235C748B

📌 How to claim:
1️⃣ Open the link and sign up with Email or Google
2️⃣ Complete your registration
3️⃣ Go to the Bonus/Rewards section
4️⃣ Tap Claim to claim the available bonus

✅ No KYC
✅ No deposit required
🎯 FCFS — Limited availability

https://t.me/Futuretech10
❤2👍1🥰1
🦋°•You can't be good enough for everybody, but you will always be the best for the one who deserves you°


🔹️@Futuretech10
🥰2🔥1🤩1
Anyone who wants to buy Tiktok

followers 39k
followers 38k
followers 72k
followers 69k

Inbox 👉 @Naatfik1
👉 @faru99
👍2
Ana: Maaliif akkasitti na jaallatta? 😍

Isheen: Sababiin isaas, yeroo hunda sirrii waan taateef osoo hin taane, yeroo hunda natti dhihaachuu keetiif. ❤️

​Jaalalli keenya akka 'Battery' bilbila kootiiti; yeroo hunda si barbaada! 🙄
​
⭕️@MIIRA_JECHOOTA✔️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🚨 koriyaan Kaabaa Binance
hack Goote.

CNN akka gabaasetti, haleellaa saayibarii doolaara biiliyoona $5.6 Binance irratti raawwatameef kooriyaan Kaabaa itti gaafatamummaa qabdi jedhame.

😱Seenaa kirpitoo keessatti saamicha
isa guddaa🤯


@MIIRA_JECHOOTA
🔥1🫡1