Future Tech๐ŸŽฏ
73 subscribers
26 photos
2 videos
17 links
โ€‹๐Ÿš€ Gara fuulduraatti tarkaanfadhu!
Teeknoolojii ammayyaa, AI fi odeeffannoo addunyaa digitalaa hunda asumaa argadhu.
FutureTech๐Ÿ’ฅ
Download Telegram
โ€‹๐Ÿช™ Dhaloota Maallaqa Haaraa: Crypto fi
Blockchain Maali?

โ€‹Addunyaan maallaqa durallee bittee ittiin gurgurtu jijjiiraa jirti. Namoonni baay'een waa'ee Bitcoin ni dhaga'u, garuu teeknoolojiin duuba jiru maali? ๐Ÿ’ธ๐ŸŒ

โœ”๏ธโ€‹Blockchain Maali? Blockchain akkuma kuusaa daataa (Database) guddaa tokkooti. Garuu adda kan isa godhu, ragaan tokko erga irratti barreeffamee booda namni kamiyyuu haquu, jijjiiruu ykn hatuu hin danda'u! โœจ

โœ”๏ธโ€‹Crypto Maali? Maallaqa digitaalaa bifa koodiitiin uumamee fi hacker irraa eegumsa cimaa qabudha. Baankii giddu-galeessaa malee namarraa gara namatti daddarba. ๐ŸฆโŒ

โ€‹๐Ÿง  Nasisa Tech Fact: Bitcoin inni jalqabaa bara 2009 keessa yeroo uumamu, gatiin isaa saantima muraasa qofa ture! Har'a garuu addunyaa irratti qabeenya guddaa ta'ee jira.๐Ÿ…

๐ŸŽ–@Nasi_Tech1
๐ŸŽ–@Nasi_Tech1
โ€‹๐Ÿš€ Baga Gara FutureTech nagaan Dhuftan!

โ€‹FutureTech wiirtuu odeeffannoo teeknoolojii ammayyaa, Artificial Intelligence (AI), cybersecurity, gorsa teeknoolojii fi oduu addunyaa digitalaa hunda bakka tokkotti kan dhiyeessudha.

โ€‹๐Ÿ”น Waan asitti argattan:

โ—โ€‹Barnoota fi Gorsa AI (Artificial Intelligence)
โ—โ€‹Tips & Tricks bilbilaa fi kompuutaraa
โ—โ€‹Of-eeggannoo cybersecurity fi iccitii intarneetii
โ—โ€‹ Appii fi tools hojiif fayyadan
โ— Barnoota forex trading
โ— Web3
โ— Akkamitti online irraa qarshii hojjetan kan jedhuus waliin laallaa

โ€‹๐Ÿ“ฒ Share godhuun wajjin barachuu keenya itti fufna!

๐Ÿ”ฐYeroo dhiyootti

Link๐Ÿ‘‰https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
โค1๐Ÿ‘1๐Ÿ”ฅ1
Future Tech๐ŸŽฏ pinned ยซโ€‹๐Ÿš€ Baga Gara FutureTech nagaan Dhuftan! โ€‹FutureTech wiirtuu odeeffannoo teeknoolojii ammayyaa, Artificial Intelligence (AI), cybersecurity, gorsa teeknoolojii fi oduu addunyaa digitalaa hunda bakka tokkotti kan dhiyeessudha. โ€‹๐Ÿ”น Waan asitti argattan: โ—โ€‹Barnootaโ€ฆยป
Appilikeeshiniiwwan Kiriipotookaransii (Cryptocurrency) dhorkaman.

โ— Mootummaan daddabarsa maallaqaa seeraan alaatiif dawoo ta'aa waan turaniif, appilikeeshiniiwwan Kiriipitoo 7 biyya keessatti akka hin hojjenne guutummaatti dhorkuu isaa beeksiseera.

๐Ÿ’Ž https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
๐Ÿ‘1
๐Ÿ›ก๏ธ Gosa Crypto Beekamoo fi Akkaataa Itti
Eegumsa Godhan!

โ€‹Gabaa crypto keessa gosoota maallaqa digitaalaa kumaatamaan lakkaawwamantu jiru. Garuu warren dursa eeraman isaan kamfa'i? ๐Ÿ“Š๐Ÿ”

๐Ÿ”น๏ธโ€‹Bitcoin (BTC): Mootii crypto ti, akkuma "Oromiyaa keessatti warqee" tti ilaalama. ๐Ÿ‘‘

๐Ÿ”น๏ธโ€‹Ethereum (ETH): Maallaqa qofa odoo hin taane, teeknoolojii Smart Contracts (waliigaltee dijitaalaa) hojjechuuf kan gargaarudha.

๐Ÿ”น๏ธโ€‹Stablecoins (USDT): Gatiin isaanii yeroo hunda Doolaara Ameerikaa 1 ($1) wajjin wal qixa, fluctuates hin godhu.

โ€‹๐Ÿšจ Eegumsa: Crypto kee eeggachuuf Seed Phrase (jecha icciitii 12 ykn 24) isiniif kennamu nama kamiyyuu agarsiisuu hin qabdan.

๐Ÿ”ฐLiinkii sobaa fi namoota "Maallaqa kee baay'iseen siif kenna" jedhan irraa of eegaa! ๐Ÿ›‘

Share ๐Ÿ…https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
๐Ÿ‘1๐Ÿฅฐ1๐Ÿ˜1
Akeekkachiisa Cimaa: Balaa Gowwoomsaa Toora Intarneetii (Digital Scam)

โ€‹Barreeffamni kun dhiheenya kana sagantaa raadiyoo irratti dhiyaachuun namoota hedduu kan barsiise yoo ta'u, ergaa of-eeggannoo cimaa of keessaa qaba.

โ€‹Cuunfaa Seenaa Kanaa:
Maatiin qondaala Poolisii Federaalaa waggaa 20 ol tajaajilanii (Gargaaraa Inispeektara Andinnat Shimallis) gocha gowwoomsaa toora intarneetiitiin (digital scam) maallaqa isaanii qarshii miiliyoona 1.3 ol jalaa saamamaniiru.

๐Ÿ”ธ๏ธโ€‹Tooftaa Ittiin Gowwoomsan:

๐Ÿ“ฒโ€‹Eegalama: Gowwoomsaan kun beeksisa sobaa miidiyaa hawaasaa irratti "Mana teessanii ji'atti qarshii 70,000 hanga 100,000 hojjechuu dandeessu" jedhuun namoota sossobuun jalqaba.

โ— โ€‹Amantaa Horachuu: Haati manaa inispeektarichaa garee Telegram fi WhatsApp "Alibaba Online Trade" jedhamu erga seentee booda, jalqaba irratti qarshii 800 yammuu kaffaltu, hattoonni kun qarshii 1,500 deebisaniif. Kunis akka isheen dhugaa seetee guutummaatti amantu taasise.

๐Ÿ“Œโ€‹Saamicha Guddaa: Yeroo gabaabaa keessatti, qusannaa isaanii hunda fi qarshii 600,000 obboleettii ishee biyya alaa jiraattu irraa liqeeffachuun itti galchite. Hattonnis "daldaltu sadarkaa 1ffaa waan taataniif gibbira kaffaluu qabdu" jechuun maallaqa dabalataa gaafachuun walumaagalatti qarshii miiliyoona 1.3 jalaa fudhatan.

๐Ÿ“ฑโ€‹Gowwoomsaa Appilikeeshinii: Appilikeeshinii sobaa sanarratti bu'aan qarshii miiliyoona 3 akka hojjete isaanitti mul'isus, yeroo maallaqa baasuu barbaadanitti garuu hin dandeenye; herrega (account) isaanii irra kan hafe qarshii 59 qofa ture. Yeroo gochi kun raawwatamu abbaan manaa hojii dirree (field) irra ture.

โš ๏ธโ€‹Miidhaa Dhaqqabe:
Gocha kanaan haati manaa qabeenya isaanii hunda dhabuu ishee yeroo hubattu, naasuu guddaan dhukkubsattee yeroo ammaa yaalii hafuuraa (tsebel) fudhachaa jirti. Kasaaraan guyyaa tokkoo kun maatii kana gadda guddaa keessa buuseera.

๐Ÿšซโ€‹Ergaa Of-eeggannoo:

Daldala toora intarneetii (online business) fi miidiyaa hawaasaa irratti beeksisoota "karaa salphaan maallaqa argachuun ni danda'ama" jedhan irratti of eeggannoo cimaa godhaa! Gochaaleen gowwoomsaa dijitaalaa yeroo ammaa baay'ee babal'achaa jiru.

โญ•๏ธ Join this channel
Link๐Ÿ”ฐhttps://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
Link ๐Ÿ”ฐhttps://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
โค1๐Ÿ‘1๐Ÿฅฐ1
Osoo Telegram fayyadamtani garee ykn chaanaalii hin barbaanne irratti #Add taatanii jirtu.
Setting kana qofa sirreessuun of irraa dhaabu ni dandeessu.

โžก๏ธ Daashiiwwan 3 gubbaa jiran tuquun

โžก๏ธ Setting kan jedhu filatta

โžก๏ธ Sana booda "Privacy & Security" kan jedhu irratti cuqaasta

โžก๏ธ Sana booda gara olitti scroll gochuun "Invites" irratti tuqi keessa seeni "Nobody" irratti deebisi.

Join๐Ÿ… https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
Share๐Ÿ…https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
๐Ÿ‘2โค1
๐Ÿ’ฒYoutube criteria ittin monetize godhu
dachaa laman dabaluf jedha !

โœ…๏ธWatch hours 4000 kan ture 8000 godhe
โœ…๏ธShort Views or Short videos 10M kan ture
20M godhe
โœ”๏ธSubscribe kan hin jijjiramne yeroo ta'u ammayyuu Subscribe 1000 ga'adha Youtube monetize gochuf

๐Ÿ“Œ February 1,2027 irraa eegalee hojiirra kan
oolu ta'a

๐ŸŒ https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
๐Ÿ‘2
๐ŸŽ‰ Appilikeeshiniin Telegram Umurii Waggaa 13 Guute! ๐ŸŽ‰

๐Ÿ“ฑ โ€‹Platformiin miidiyaa hawaasaa beekkamaan Telegram obboloota Pavel Durov fi Nikolai Durov tiin hundeeffamee har'a waggaa 13ffaa isaati.

๐ŸŽ‰Happy Birthday Telegram๐ŸŽ‰
๐ŸŽ‰1
โ€‹๐Ÿ“ฑ Updateโ€™n Moobaayilaa Maali? Faayidaan Saa Maalii?
โ€‹Update gochuun akka zayitii makiinaa jijjiirutti waan murteessaadha. Namoonni tokko tokko akka rakkootti yoo laalanis, software update gochuun garuu umrii bilbila keessanii dheeressuuf qarshii malee kan dhiyaatun dha.

โ€‹๐Ÿ”ฅ Faayidaawwan Software Update:
โœ… Sirna Bilbilaa Ni Haaromsa: Dogoggora (bugs) software keessa jiru sirreessa.
โœ… Saffisa Ni Dabala: Bilbila rarraโ€™u (hang) fi ho'a ni qabbaneessa.
โœ… Tajaajila Haarawa: Amaloota (features) fi bifa haaraa bilbila keetiif dabalata.
โœ… Humna Baatirii: Baatiirin akka dafee hin dhumneef bilbila kee qusatatti jijjiira.

โ€‹โš ๏ธ Update Gochuuf Maaltu Barbaachisa?
โ€‹Bilbila kee irratti bakka (storage) gahaa qabaachuu.
โ€‹Internal memory kee baay'ee guutuu ta'uu hin qabu.
โ€‹๐Ÿšซ Bilbiloota Update Ta'uu Hin Dandeenye:
โ€‹Bilbila Root ta'an (Fkn: IMEI'n isaanii kan jijjiirame).
โ€‹Software warshaa ala ta'e kan irratti fe'ame.
โ€‹Bilbila bakka kuusaa (storage) gahaa hin qabne.

โ€‹Hubachiisa: Rakkoon hardware (kan meeshaa) update software'n hin sirreeffamu.

โ€‹Haaromsi kun yoo si fayyade reaction kee nuuf kenni! โค๏ธ๐Ÿ‘
โ€‹๐Ÿš€ SHARE

https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
๐Ÿ‘1๐Ÿ”ฅ1๐Ÿฅฐ1
0.98 Ton payment Received

โ˜‘๏ธBot Link: https://t.me/FINVORAWeb3bot?start=ref_TRX5195290635

Refar 0.02 Ton Minimum Ton Withdraw 0.3
๐Ÿ”ฅ2๐Ÿ‘1๐Ÿฅฐ1๐Ÿ‘Œ1
๐Ÿ”ฅ $5 FREE BONUS + Up to 1,000 APT
๐Ÿ”ฅ Zomxbit Exchange Offer

๐Ÿ‘‰ Join here:
https://zomxbit.com/register?ref=235C748B

๐Ÿ“Œ How to claim:
1๏ธโƒฃ Open the link and sign up with Email or Google
2๏ธโƒฃ Complete your registration
3๏ธโƒฃ Go to the Bonus/Rewards section
4๏ธโƒฃ Tap Claim to claim the available bonus

โœ… No KYC
โœ… No deposit required
๐ŸŽฏ FCFS โ€” Limited availability

https://t.me/Futuretech10
โค2๐Ÿ‘1๐Ÿฅฐ1
๐Ÿฆ‹ยฐโ€ขYou can't be good enough for everybody, but you will always be the best for the one who deserves youยฐ


๐Ÿ”น๏ธ@Futuretech10
๐Ÿฅฐ2๐Ÿ”ฅ1๐Ÿคฉ1
Anyone who wants to buy Tiktok

followers 39k
followers 38k
followers 72k
followers 69k

Inbox ๐Ÿ‘‰ @Naatfik1
๐Ÿ‘‰ @faru99
๐Ÿ‘2