β
οΈ Jechoota muraasa Crypto waliin walqabatan fi beekuu qabnu.
π#Gas_Fee - Transaction tokko raawachuuf kaffaltii nuti kaffalludha. Jechuunis Token tokko walletii tokko irraa gara walletii biraatti dabarsuuf gatii ergiinsa nu barbaachisuu jechuudha.
π#Stake - Qusannaa dhala qabuu akka jechuutiπ. Ammatti hin barbaadu sin bira naaf taa'ee fuulduratti itti dabaluun naaf kennitu akka jechuuti wayita stake gootan
π#Swap - Token tokko irraa gara Token biraatti jijjiiruu jechuudha. Fkn: USDT irraa gara TON
π#List- Tokeniin tokko gabaatti dhiyaachuun wayita bittaaf gurgurtaaf officially ifoomu jechuudha.
π#Airdrop: kiriiptookaareensii haaraa uumamee dhufaa jiru beeksisuuf jecha token ykn coin bilisaan hawaasaaf raabsamu
π#premarket: bittaaf gurgurtaan tokenii tokkoo osoo inni list hin ta'iin dura wayita inni gaggeeffamu.
π#KYC : (Know Your Customer) tajaajiloota platform sana irra jiran fayyadamuun duratti haala ittiin eenyummaa keenya jalqaba mirkaneessinudha.
β οΈ Odeeffannoo teeknooloojii wayitawaaf Chaanalii keenya hordofaa.
https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk

π2
πTOP CRYPTO ACRONYMS
CEX β Centralized ExchangesπΆ
DEX β Decentralized Exchangesπ
DAO β Decentralized Autonomous Organizations
DeFi β Decentralized Financeπ΅
dApp β Decentralized Application
EVM β Ethereum Virtual Machineπ°
PoW β Proof Of WorkπΌ
PoS β Proof Of StakeβοΈ
PoA β Proof Of Authority
2FA β Two-Factor Authenticationβ
P2P β Peer-to-peerπ±
KYC β Know Your Customerπ€
PhD β Pump and Dumpβ¬οΈβ¬οΈ
ICO β Initial Coin Offering
ATH β All time highπ
BTD β Buy the Dipπ
FOMO β Fear of Missing Outπ±
FUD β Fear, Uncertainty, and Doubtπ±
HODL β Hold On for Dear Lifeπ
GM β Good Morningπ
WAGMI β We are gonna make it
NGMI β Not gonna make it
NGU β Number Goes Up
DYOR β Do Your Own Researchπ
πShare α₯ @Nasi_Tech1

π Google Stitch maalidha?
Google Stitch tool AI dha. UI design fi code siif uuma. Idea kee gara app yookaan websitetti saffisaan jijjiira.
π Akkamitti itti fayadamtu
β’ Gara website isaa seeni
β’ Idea kee barreessi
β’ Design yookaan app fakkii argatta
β’ Code isaa copy gochuu dandeessa
β’ Project kee keessatti fayyadami
π‘ Fayida isaa
β’ Yeroo si qusata
β’ Coding beekumsa xiqqoo qofaan hojjechuu dandeessa
β’ Design saffisaan argatta
β’ Startup yookaan bot project irratti ni gargaara
β’ UI/UX bareedaa siif uuma
β Link: https://stitch.withgoogle.com
π @Nasi_Tech1

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
πΈMe Pass Wallet Airdrop
πGet Instant 1 MEC ~$7.6 Claim
π’Join Link:π
https://i.mec.me/?c=ed7urt19
https://i.mec.me/?c=ed7urt19
π’Invite Code:
-Sing-Up & Verify Email
-Download App & Login
-Create Wallet & Save Backup Key
-Complete Face Verify
-Wait Upto 24h For Approval
-Invite Friend & Earn 0.1 MEC
-Invite Reward Can Withdraw Instantly
-Done
πGet Instant 1 MEC ~$7.6 Claim
π’Join Link:π
https://i.mec.me/?c=ed7urt19
https://i.mec.me/?c=ed7urt19
π’Invite Code:
ed7urt19-Sing-Up & Verify Email
-Download App & Login
-Create Wallet & Save Backup Key
-Complete Face Verify
-Wait Upto 24h For Approval
-Invite Friend & Earn 0.1 MEC
-Invite Reward Can Withdraw Instantly
-Done
π2
βπͺ Dhaloota Maallaqa Haaraa: Crypto fi
Blockchain Maali?
βAddunyaan maallaqa durallee bittee ittiin gurgurtu jijjiiraa jirti. Namoonni baay'een waa'ee Bitcoin ni dhaga'u, garuu teeknoolojiin duuba jiru maali? πΈπ
βοΈβBlockchain Maali? Blockchain akkuma kuusaa daataa (Database) guddaa tokkooti. Garuu adda kan isa godhu, ragaan tokko erga irratti barreeffamee booda namni kamiyyuu haquu, jijjiiruu ykn hatuu hin danda'u! β¨
βοΈβCrypto Maali? Maallaqa digitaalaa bifa koodiitiin uumamee fi hacker irraa eegumsa cimaa qabudha. Baankii giddu-galeessaa malee namarraa gara namatti daddarba. π¦β
βπ§ Nasisa Tech Fact: Bitcoin inni jalqabaa bara 2009 keessa yeroo uumamu, gatiin isaa saantima muraasa qofa ture! Har'a garuu addunyaa irratti qabeenya guddaa ta'ee jira.π
π@Nasi_Tech1

βπ Baga Gara FutureTech nagaan Dhuftan!
βFutureTech wiirtuu odeeffannoo teeknoolojii ammayyaa, Artificial Intelligence (AI), cybersecurity, gorsa teeknoolojii fi oduu addunyaa digitalaa hunda bakka tokkotti kan dhiyeessudha.
βπΉ Waan asitti argattan:
ββBarnoota fi Gorsa AI (Artificial Intelligence)
ββTips & Tricks bilbilaa fi kompuutaraa
ββOf-eeggannoo cybersecurity fi iccitii intarneetii
ββ Appii fi tools hojiif fayyadan
β Barnoota forex trading
β Web3
β Akkamitti online irraa qarshii hojjetan kan jedhuus waliin laallaa
βπ² Share godhuun wajjin barachuu keenya itti fufna!
π°Yeroo dhiyootti
Linkπhttps://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk

β€1π1π₯1
Future Techπ― pinned Β«βπ Baga Gara FutureTech nagaan Dhuftan! βFutureTech wiirtuu odeeffannoo teeknoolojii ammayyaa, Artificial Intelligence (AI), cybersecurity, gorsa teeknoolojii fi oduu addunyaa digitalaa hunda bakka tokkotti kan dhiyeessudha. βπΉ Waan asitti argattan: ββBarnootaβ¦Β»
Appilikeeshiniiwwan Kiriipotookaransii (Cryptocurrency) dhorkaman.
β Mootummaan daddabarsa maallaqaa seeraan alaatiif dawoo ta'aa waan turaniif, appilikeeshiniiwwan Kiriipitoo 7 biyya keessatti akka hin hojjenne guutummaatti dhorkuu isaa beeksiseera.
π https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk

π1
π‘οΈ Gosa Crypto Beekamoo fi Akkaataa Itti
Eegumsa Godhan!
βGabaa crypto keessa gosoota maallaqa digitaalaa kumaatamaan lakkaawwamantu jiru. Garuu warren dursa eeraman isaan kamfa'i? ππ
πΉοΈβBitcoin (BTC): Mootii crypto ti, akkuma "Oromiyaa keessatti warqee" tti ilaalama. π
πΉοΈβEthereum (ETH): Maallaqa qofa odoo hin taane, teeknoolojii Smart Contracts (waliigaltee dijitaalaa) hojjechuuf kan gargaarudha.
πΉοΈβStablecoins (USDT): Gatiin isaanii yeroo hunda Doolaara Ameerikaa 1 ($1) wajjin wal qixa, fluctuates hin godhu.
βπ¨ Eegumsa: Crypto kee eeggachuuf Seed Phrase (jecha icciitii 12 ykn 24) isiniif kennamu nama kamiyyuu agarsiisuu hin qabdan.
π°Liinkii sobaa fi namoota "Maallaqa kee baay'iseen siif kenna" jedhan irraa of eegaa! π
Share π https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk

π1π₯°1π1
Akeekkachiisa Cimaa: Balaa Gowwoomsaa Toora Intarneetii (Digital Scam)
βBarreeffamni kun dhiheenya kana sagantaa raadiyoo irratti dhiyaachuun namoota hedduu kan barsiise yoo ta'u, ergaa of-eeggannoo cimaa of keessaa qaba.
βCuunfaa Seenaa Kanaa:
Maatiin qondaala Poolisii Federaalaa waggaa 20 ol tajaajilanii (Gargaaraa Inispeektara Andinnat Shimallis) gocha gowwoomsaa toora intarneetiitiin (digital scam) maallaqa isaanii qarshii miiliyoona 1.3 ol jalaa saamamaniiru.
πΈοΈβTooftaa Ittiin Gowwoomsan:
π²βEegalama: Gowwoomsaan kun beeksisa sobaa miidiyaa hawaasaa irratti "Mana teessanii ji'atti qarshii 70,000 hanga 100,000 hojjechuu dandeessu" jedhuun namoota sossobuun jalqaba.
β βAmantaa Horachuu: Haati manaa inispeektarichaa garee Telegram fi WhatsApp "Alibaba Online Trade" jedhamu erga seentee booda, jalqaba irratti qarshii 800 yammuu kaffaltu, hattoonni kun qarshii 1,500 deebisaniif. Kunis akka isheen dhugaa seetee guutummaatti amantu taasise.
πβSaamicha Guddaa: Yeroo gabaabaa keessatti, qusannaa isaanii hunda fi qarshii 600,000 obboleettii ishee biyya alaa jiraattu irraa liqeeffachuun itti galchite. Hattonnis "daldaltu sadarkaa 1ffaa waan taataniif gibbira kaffaluu qabdu" jechuun maallaqa dabalataa gaafachuun walumaagalatti qarshii miiliyoona 1.3 jalaa fudhatan.
π±βGowwoomsaa Appilikeeshinii: Appilikeeshinii sobaa sanarratti bu'aan qarshii miiliyoona 3 akka hojjete isaanitti mul'isus, yeroo maallaqa baasuu barbaadanitti garuu hin dandeenye; herrega (account) isaanii irra kan hafe qarshii 59 qofa ture. Yeroo gochi kun raawwatamu abbaan manaa hojii dirree (field) irra ture.
β οΈβMiidhaa Dhaqqabe:
Gocha kanaan haati manaa qabeenya isaanii hunda dhabuu ishee yeroo hubattu, naasuu guddaan dhukkubsattee yeroo ammaa yaalii hafuuraa (tsebel) fudhachaa jirti. Kasaaraan guyyaa tokkoo kun maatii kana gadda guddaa keessa buuseera.
π«βErgaa Of-eeggannoo:
Daldala toora intarneetii (online business) fi miidiyaa hawaasaa irratti beeksisoota "karaa salphaan maallaqa argachuun ni danda'ama" jedhan irratti of eeggannoo cimaa godhaa! Gochaaleen gowwoomsaa dijitaalaa yeroo ammaa baay'ee babal'achaa jiru.
βοΈ Join this channel
Linkπ°https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
Link π°https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk

β€1π1π₯°1
Osoo Telegram fayyadamtani garee ykn chaanaalii hin barbaanne irratti #Add taatanii jirtu.
Setting kana qofa sirreessuun of irraa dhaabu ni dandeessu.
β‘οΈ Daashiiwwan 3 gubbaa jiran tuquun
β‘οΈ Setting kan jedhu filatta
β‘οΈ Sana booda "Privacy & Security" kan jedhu irratti cuqaasta
β‘οΈ Sana booda gara olitti scroll gochuun "Invites" irratti tuqi keessa seeni "Nobody" irratti deebisi.
Joinπ https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
Shareπ https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk

π2β€1
π²Youtube criteria ittin monetize godhu
dachaa laman dabaluf jedha !
β οΈWatch hours 4000 kan ture 8000 godhe
β οΈShort Views or Short videos 10M kan ture
20M godhe
βοΈSubscribe kan hin jijjiramne yeroo ta'u ammayyuu Subscribe 1000 ga'adha Youtube monetize gochuf
π February 1,2027 irraa eegalee hojiirra kan
oolu ta'a
π https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
dachaa laman dabaluf jedha !
β οΈWatch hours 4000 kan ture 8000 godhe
β οΈShort Views or Short videos 10M kan ture
20M godhe
βοΈSubscribe kan hin jijjiramne yeroo ta'u ammayyuu Subscribe 1000 ga'adha Youtube monetize gochuf
π February 1,2027 irraa eegalee hojiirra kan
oolu ta'a
π https://t.me/+QGfsPUAn5DM5YTlk
π2
βπ± Updateβn Moobaayilaa Maali? Faayidaan Saa Maalii?
βUpdate gochuun akka zayitii makiinaa jijjiirutti waan murteessaadha. Namoonni tokko tokko akka rakkootti yoo laalanis, software update gochuun garuu umrii bilbila keessanii dheeressuuf qarshii malee kan dhiyaatun dha.
βπ₯ Faayidaawwan Software Update:
β Sirna Bilbilaa Ni Haaromsa: Dogoggora (bugs) software keessa jiru sirreessa.
β Saffisa Ni Dabala: Bilbila rarraβu (hang) fi ho'a ni qabbaneessa.
β Tajaajila Haarawa: Amaloota (features) fi bifa haaraa bilbila keetiif dabalata.
β Humna Baatirii: Baatiirin akka dafee hin dhumneef bilbila kee qusatatti jijjiira.
ββ οΈ Update Gochuuf Maaltu Barbaachisa?
βBilbila kee irratti bakka (storage) gahaa qabaachuu.
βInternal memory kee baay'ee guutuu ta'uu hin qabu.
βπ« Bilbiloota Update Ta'uu Hin Dandeenye:
βBilbila Root ta'an (Fkn: IMEI'n isaanii kan jijjiirame).
βSoftware warshaa ala ta'e kan irratti fe'ame.
βBilbila bakka kuusaa (storage) gahaa hin qabne.
βHubachiisa: Rakkoon hardware (kan meeshaa) update software'n hin sirreeffamu.
βHaaromsi kun yoo si fayyade reaction kee nuuf kenni! β€οΈπ
βπ SHARE

π1π₯1π₯°1
0.98 Ton payment Received
βοΈBot Link: https://t.me/FINVORAWeb3bot?start=ref_TRX5195290635
Refar 0.02 Ton Minimum Ton Withdraw 0.3

π₯2π1π₯°1π1
π₯ $5 FREE BONUS + Up to 1,000 APT
π₯ Zomxbit Exchange Offer
π Join here:
https://zomxbit.com/register?ref=235C748B
π How to claim:
1οΈβ£ Open the link and sign up with Email or Google
2οΈβ£ Complete your registration
3οΈβ£ Go to the Bonus/Rewards section
4οΈβ£ Tap Claim to claim the available bonus
β No KYC
β No deposit required
π― FCFS β Limited availability
https://t.me/Futuretech10

β€2π1π₯°1
Future Techπ―
π₯ $5 FREE BONUS + Up to 1,000 APT π₯ Zomxbit Exchange Offer π Join here: https://zomxbit.com/register?ref=235C748B π How to claim: 1οΈβ£ Open the link and sign up with Email or Google 2οΈβ£ Complete your registration 3οΈβ£ Go to the Bonus/Rewards section 4οΈβ£ Tapβ¦
Payment Proof, Don't Deposit Any Funds.π«Ά
β€2π₯°1