Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!
Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n:
๐ Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et
๐ Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot
๐ Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284
๐ Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!

Ethio Tech Crypto
Photo
Waraqaa Waamicha marii araaraa seena-qabeessaa, kan dhiifamaa fi Nageenyaa Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) fi Paartii Badhaadhinaa Gidduutti Gaggeeffamuuf Qophaa'e
Guyyaa: Hagayya 20, 2018 A.L.I (August 26, 2026)
Kabajamoo:
- Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa (Finfinnee, Itoophiyaa)
- Jaal Marroo Dirribaa Ajajaa Ol'aanaa
Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) (Oromiyaa)
- Obbo Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Hooggana Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa (Finfinnee, Oromiyaa)
- Hoggantoota Mootummaa Federaalaa fi Qaamolee Dhimmi Ilaallatu Hundaaf.
Dhimma: Wiixinee marii araaraa ABO/WBO fi Paartii Badhaadhinaa gidduutti gaggeeffamuuf qophaa'e irratti hirmaachuun, rakkoo nageenyaa Oromiyaa fi guutuu biyyattii keessatti hidda gadi fageeffateef furmaata waaraa fiduuf waltajjii marii ogeeyyii seeraa fi hayyootaan qophaa'u irratti argamuuf fedhii fi qophiin qabdan xalayaadhaan akka nuuf mirkaneessitan gaafachuu ilaala.
1. Seensa, Ka'umsa Sochichaa fi Gahee Ogeeyyii Seeraa (Track-II Legal Diplomacy)
Nuyi gareen ogeeyyii seeraa Oromoo, bu'uura dhimma haqaa, heera mootummaa fi seera idil-addunyaa irratti hundaa'uun, dhiiga dhangala'aa jiru dhaabsiisuuf, rakkina uummata keenyaa salphisuuf, akkasumas Oromiyaa fi guutuu biyyattii keessatti nageenyi amansiisaan akka bu'uuf tarkaanfii dippiloomaasii seeraa dhuunfaa (Track-II Legal Diplomacy) kanaan sochiilee nagaa eegallee jirra.
- Daangaa Hirmaattotaa fi Gahee Federaalaa: Mariin araaraa kun bitaa fi mirga ta'uun kan gaggeeffamu Mootummaa Naannoo
Oromiyaa (Paartii Radhaadhinaa Oromivaa)
gaggeeffamu Mootummaa Naannoo Oromiyaa (Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa) fi ABO/WBO gidduutti ta'a. Haa ta'u malee, qabxiileen marii tokko tokko aangoo mootummaa federaalaa (Federal Material Jurisdiction) waan ilaallataniif, mootummaan federaalaas marii kana keessatti bakka bu'oota isaa muraasa kan hirmaachisu ta'a.
- Qophii Duraa fi Hubannoo Waliinii (Pre-Dialogue Engagement): Qaamolee lamaan gara waltajjii mariitti fiduuf tattaaffii taasisneen, kanaan dura bilbilaa fi e-meeliin qaama tokko waliin haasaa taasifameen fedhii fi qophiin nageenyaaf qaban kan jajjabeeffamuu fi abdachiisaa ta'uu mirkaneessinee jirra. Qaamni kaanis dhimma lubbuu uummataa fi nageenya biyyaatiif jecha waamicha dhiyaate kana akka hin tuffanne amantaa guutuu qabna.
- Qindeessummaa Walabaa fi Tumsa Idil-Addunyaa: Nuyi ogeeyyiin seeraa sochii araaraa kana akka qindeessinuuf mootummaa irraas ta'e ABO/WBO irraa bakka bu'iinsi nuuf kenname hin jiru. Barbaachisummaa dhimmichaa hubachuun ogeeyyii dhimma kana abbummaan gaggeessan walitti qabnee qindeessuuf fedhiidhaan kan ijaaramne dha. Sochii kanas dhaabbilee araarsitoota idil-addunyaa biyya Yunaayitid Kingidam (UK) keessa jiran waliin qindoominaan kan raawwannu ta'a.
- Qooda Fudhannaa Hayyoota Dhimmi Ilaallatu Qofaa: Kun dhimma araaraa fi nageenyaa bu'uura siyaasaa fi seeraa of keessaa qabu waan ta'eef, abbootii gadaa, abbootii amantii, jaarsolii idilee fi bakka bu'oota qaama hawwaasaa kamiinuu kan hirmaachisu utuu hin taane, mediation kana abbummaan kan gaggeessan ogeeyyii armaan gadii qofaa dha:
- Ogeeyyii seeraa idilee
Ogeeyyii seera heera mootummaa
- Ogeeyyii seenaa fi qorattoota
- Hayyoota saayinsii siyaasaa Oromoo
Dubartoota hayyoota Oromoo
2. Gamaggama Marii Taanzaaniyaa fi Hanqinaalee Bu'uuraa Mul'atan
Mariin Taanzaaniyaatti gaggeeffame tattaaffii gaarii ta'us, sababa hanqinaalee tarsiimoo fi geggeessummaatiin utuu bu'aa hin argatin hafeera:
- Gaaffii Mootummaa Cehumsaa: Gaaffii "mootummaan cehumsaa yoo hin hundeeffamne" jedhu irratti qofatti cichuun
hanqina tarsiimoo ture. Paartiin Badhaadhinaa qooddanna aangoo fi wabummaa seeraa irratti mari'achuuf qophii ta'ee utuu jiruu, dhimma mootummaa cehumsaa cinaatti dhiisuun qooddanna aangoo fi wabummaa seeraa irratti xiyyeeffatamee utuu ta'ee nageenya buusuun ni danda'ama ture.

Ethio Tech Crypto pinned ยซWaraqaa Waamicha marii araaraa seena-qabeessaa, kan dhiifamaa fi Nageenyaa Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) fi Paartii Badhaadhinaa Gidduutti Gaggeeffamuuf Qophaa'e Guyyaa: Hagayya 20, 2018 A.L.I (August 26, 2026) Kabajamoo: โฆยป
Namni hundumtuu kabaja dhuunfaa isaa (pride) moggaatti dhiisee salphina akka sabaatti nurra gaโaa jiru fi aarsaa hin barbaachifne (unnecessary sacrifice) uummatni kaffalaa jiru hambisuu irratti utuu xiyyeeffatamee tokko taโuun hin cimu.
#collaboration|Wal-taโuu
#collaboration|Wal-taโuu
๐3
๐ฅ FAMILY ๐ฅ
แจแแฌ แแแฎ Free Internet แแแแ แแฝแ แแ! ๐๐ฑ
แญแแแ แแตแ ๐ฅ
แ แแแแแ แแตแ ๐๐ป
แ แตแฐแซแจแณแฝแแ แ Reaction แ แณแแแ! โค๏ธโ๐ฅ

๐ฅ7๐2๐คฌ1
๐ฅ Family Free Internet แ แ แแแแ แจแแณแแ แซแแฝแ
๐ฅ แชแฒแฎ แฅแแตแซแแฝแ?
แแญแต แฅแแแฅแ?
๐ แแญแซแฝแแ แ Reaction แ แณแแแแฆ
๐ฅ แชแฒแฎ แจแแแแฝแ ๐ฅ
๐ แ แ แแ แฅแแแฅแ แซแแฝแ โค๏ธ
๐ฅ แชแฒแฎ แฅแแตแซแแฝแ?
แแญแต แฅแแแฅแ?
๐ แแญแซแฝแแ แ Reaction แ แณแแแแฆ
๐ฅ แชแฒแฎ แจแแแแฝแ ๐ฅ
๐ แ แ แแ แฅแแแฅแ แซแแฝแ โค๏ธ
โค7๐ฅ3๐ป2
safaricom แ แแป ๐ช๐น.ehi
45.2 KB
๐ฃแ แจ แฃแจแฅแญแฅ ๐แแแ แ แจแฅแญแฅ๐ แแแ แญแแต แแญแ แแ 3mb/s โ๏ธ
แชแซแญแฝแ 10+ แฅแ แฅแแแ๐ซก
แชแซแญแฝแ 10+ แฅแ แฅแแแ๐ซก
โค9๐2
๐ฆธโโ๏ธ Free.ehi
12.9 KB
แแณ แ แแแ แแญแต แแฅแแต แแตแญแฉแแ แ แจ แแตแแ
แฅแแแ แจแแ แ แแญแ ๐
App Http injector
Fast %89
แแแญ
แฅแแแ แจแแ แ แแญแ ๐
App Http injector
Fast %89
แแแญ
โค6
๐๐๐๐ 0.ehi
12 KB
ETHIO FREE
SEPPD ๐ช แแญแฉแต
๐๐ฅ๐ฅ ๐๐ฅ๐ฅ๐ก ๐๐๐๐๐๐ฃ๐ ๐ฅ
๐๐ก ๐
แชแซแญแต แซแฃแ แแตแแ แ แญแ
SEPPD ๐ช แแญแฉแต
๐๐ฅ๐ฅ ๐๐ฅ๐ฅ๐ก ๐๐๐๐๐๐ฃ๐ ๐ฅ
๐๐ก ๐
แชแซแญแต แซแฃแ แแตแแ แ แญแ
๐2
แคแฐแฐแฅ แแญ 3 แฐแ แต แฒแ GIVEAWAY แ แแ แจแ แแญ แแฉ๐
๐ฅ11๐4โค2
แแญแฅ แแญแฅ แฅแซแแแฝ แแธแ แฐแแแ ๐ฅ
๐5๐3
12 แฐแแ แจแแจแ แ 5 แฐแ แขแซแแต share แ แญแแต ๐๐ป
@freenetwork_crypto
@freenetwork_crypto
@freenetwork_crypto
@freenetwork_crypto
โค7
แฅแตแฒ แ แแฝแ แ react แ แณแฉแ ๐๐
โค8๐6๐ฅ1๐1
Guys comment mesafya eysralchu new?
Awo๐๐ป
Ay โค๏ธ
Awo๐๐ป
Ay โค๏ธ
๐20โค3๐ฟ1
๐14โค8๐ฅ1๐ฅฑ1