Ethio Tech Crypto
6.71K subscribers
1.45K photos
46 videos
575 files
183 links
๐Ÿš€ Daily Crypto Updates | Airdrops | Signals | News  | Crypto Store ๐Ÿช

๐Ÿ“Š Master the market with trusted crypto insights 
๐ŸŽฏ Smart Trading Strategies & Signals

๐Ÿ“ฉ For Ads/Collab:- @Sooretti1
Download Telegram
Ethio Tech Crypto pinned ยซUdaan Jaarsaa ykn Dhuufuun Woraabessaa Ameerikaa keessatti Kiloograami tokko hanga Birrii 3960 gurgurama. Export taโ€™uu dandaโ€™aa ? ***Jirra24/7๐ŸŒ• Ameerikaa keessatti Udaan Jaarsaa nyaata beekamaa fi jaallatamaa keessaa isa tokko. Udaan Jaarsaa ykn Dhuufuuโ€ฆยป
Ethio Tech Crypto
Photo
Kooriyaan Kaabaa Jaappaan akeekkachiifte; of-eeggannoo kenniteef!

***Jirra24/7๐ŸŒ•
Kooriyaan Kaabaa karoora Jaappaan baajata ittisaa isii sadarkaa ol'aanaa galmeessisuuf qadduu mormuun, ijaarsi waraanaa kun naannichatti โ€œwaldhabdeeโ€ haareya fiduu akka dandaโ€™u akeekkachiifteetti.

Miidiyaaleen mootummaa Kooriyaa Kaabaa Jaappaan humna ittisaa ishee babalโ€™isuun gara โ€œhumna haleellaa dursaaโ€tti jijjiiruun yaaddoo nageennaa naannichaa sababeeffachuun himataniiru. Ministeerri Ittisaa Jaappaan bara baajataa 2027f baajata ittisaa gara Yeen tiriliyoona 8.9 (gara doolaara biiliyoona 56) akka kennamu gaafateera.

Maallaqni kun yeroo adeemsi baajata xummuramu Yeen tiriliyoona 10 gahuu danda'a. Karoorri kun misaa'ela fageenya dheeraa, meeshaa waraanaa haaypersoonikii, diroonii haleellaa, sirna lolaa AI'n hojjetuu fi sirna misaa'elaa Tomahawk Ameerikaan hojjetame dabalataa bitachuu kan hammateedha.

Piyoongiyaang Jaappaan โ€œwaraana weeraraaโ€f qophaaโ€™aa jirti jechuun himatteetti, humni waraanaa Jaappaan babalโ€™achuun Kaaba Baha Eeshiyaa keessatti waldhabdee haaraa uuma jetteetti. Akeekkachiisni kun kan kenname yeroo naannichatti Jaappaan, Chaayinaa, Raashiyaa fi Kooriyaa Kaabaa gidduutti waldhabdeen itti fufee jirutti.

Kanuma waliin Ameerikaan Kooriyaa Kaabaa waliin marii dippilomaasii banuufi Pireezidaantii Doonaald Tiraampiifi Kiim Joong Un walitti deebisuuf yaalii godhaa jirti.

***Jirra24/7๐ŸŒ•
26/7/2026
:

Guddina Ameerikaa keessatti hojii irra jiran, dura taa'aa naannoo Amaaraa fi Ministeera Dhimma Alaa Dr. Gedu Andargachew, viidiyoo dhiyoo irratti yaada kennaniiru.

#Dr_Gedu ergaa isaan dabarsan keessatti, biyya alaa keessa jiraachuuf ofiin yaalii gochuun fi bilisummaa argachuun hojjatanii jireenya isaanii akka gaggeessan ibsaniiru. Viidiyoon kunis, dhiyoo irratti hojjatanii fi yaada kennaniin, akkamitti ta'uu akka hin beekne dubbatan.

Akka isaan itti fufan, bilisummaa isaanii kabajachaa jiraachuun, haala dhuunfaa isaanii irratti xiyyeeffannoo kennuuf akka hin barbaachifne ibsaniiru; garuu, ummanni fi aktiivistoonni xiyyeeffannoo fi ajendaa qaban, biyya keessatti rakkoo fi gaddaa irratti argamuun, ummata Amaaraa fi ummata Itoophiyaa ta'uu isaanii ibsaniiru.
๐Ÿ‘2
โœ”๏ธAirdrop ammatti fooyyee qaba jedhee an yaadu kana hojjedha

โœ”๏ธMood isaa akkuma airdrop kanan dura darbanii Tap Tap kan qabu dha

โœ”๏ธDabalan ammoo link keessan nama affeerun ATF coin sassabbachuu dandeessu

โœ”๏ธWallet connect gochun dirqama guys connect gochuu hin dagatiinaa

โœ”๏ธNama 5 yoo invite gootan ATF 500 akkas jechun tilmaaman dolara 1 jechuudha

https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5259174900
๐ŸŸขMaan Siitiin Enzoo Farnaandeez fudhachuuf dhiyeessii jalqabaa gara Cheelsii erguuf qophaa'aa akka jiran ibsameera.
Forwarded from MIIRA JECHOOTA
๐Ÿš€ OREUM NETWORK KEESSA GALAA!

๐Ÿ“ฒ Jalqaba Oreum Network buufadhaa, account keessan banaa.

โฌ‡๏ธ Download Oreum:
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.mine.oreum

๐ŸŽŸ๏ธ Yeroo account banattan Referral Code: "ferhan99" fayyadamaa.

๐Ÿ’ฐ Erga account banattanii booda, carraa hojii fi galii Oreum keessatti argamu irraa fayyadamuuf Ambassador Apply godhaa.

Oreum keessatti hirmaachuun torbanitti qarshii 10,000 hanga 20,000 argachuuf carraa qabaachuu dandeessu.

๐Ÿ”ฅ Carraa kana hin dabarinaa! Amma seenaa, account kee bani, referral code koo fayyadami, itti aansuun Ambassador Apply godhi!

๐Ÿ‘‰ Referral Code: "ferhan99"
Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!

Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n:

๐Ÿ“Œ Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et

๐Ÿ“Œ Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot

๐Ÿ“Œ Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284

๐Ÿ“Œ Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint

NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!
Ethio Tech Crypto
Photo
Waraqaa Waamicha marii araaraa seena-qabeessaa, kan dhiifamaa fi Nageenyaa Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) fi Paartii Badhaadhinaa Gidduutti Gaggeeffamuuf Qophaa'e

Guyyaa: Hagayya 20, 2018 A.L.I (August 26, 2026)

Kabajamoo:

- Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa (Finfinnee, Itoophiyaa)

- Jaal Marroo Dirribaa Ajajaa Ol'aanaa

Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) (Oromiyaa)

- Obbo Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Hooggana Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa (Finfinnee, Oromiyaa)

- Hoggantoota Mootummaa Federaalaa fi Qaamolee Dhimmi Ilaallatu Hundaaf.

Dhimma: Wiixinee marii araaraa ABO/WBO fi Paartii Badhaadhinaa gidduutti gaggeeffamuuf qophaa'e irratti hirmaachuun, rakkoo nageenyaa Oromiyaa fi guutuu biyyattii keessatti hidda gadi fageeffateef furmaata waaraa fiduuf waltajjii marii ogeeyyii seeraa fi hayyootaan qophaa'u irratti argamuuf fedhii fi qophiin qabdan xalayaadhaan akka nuuf mirkaneessitan gaafachuu ilaala.

1. Seensa, Ka'umsa Sochichaa fi Gahee Ogeeyyii Seeraa (Track-II Legal Diplomacy)

Nuyi gareen ogeeyyii seeraa Oromoo, bu'uura dhimma haqaa, heera mootummaa fi seera idil-addunyaa irratti hundaa'uun, dhiiga dhangala'aa jiru dhaabsiisuuf, rakkina uummata keenyaa salphisuuf, akkasumas Oromiyaa fi guutuu biyyattii keessatti nageenyi amansiisaan akka bu'uuf tarkaanfii dippiloomaasii seeraa dhuunfaa (Track-II Legal Diplomacy) kanaan sochiilee nagaa eegallee jirra.

- Daangaa Hirmaattotaa fi Gahee Federaalaa: Mariin araaraa kun bitaa fi mirga ta'uun kan gaggeeffamu Mootummaa Naannoo
Oromiyaa (Paartii Radhaadhinaa Oromivaa)

gaggeeffamu Mootummaa Naannoo Oromiyaa (Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa) fi ABO/WBO gidduutti ta'a. Haa ta'u malee, qabxiileen marii tokko tokko aangoo mootummaa federaalaa (Federal Material Jurisdiction) waan ilaallataniif, mootummaan federaalaas marii kana keessatti bakka bu'oota isaa muraasa kan hirmaachisu ta'a.

- Qophii Duraa fi Hubannoo Waliinii (Pre-Dialogue Engagement): Qaamolee lamaan gara waltajjii mariitti fiduuf tattaaffii taasisneen, kanaan dura bilbilaa fi e-meeliin qaama tokko waliin haasaa taasifameen fedhii fi qophiin nageenyaaf qaban kan jajjabeeffamuu fi abdachiisaa ta'uu mirkaneessinee jirra. Qaamni kaanis dhimma lubbuu uummataa fi nageenya biyyaatiif jecha waamicha dhiyaate kana akka hin tuffanne amantaa guutuu qabna.

- Qindeessummaa Walabaa fi Tumsa Idil-Addunyaa: Nuyi ogeeyyiin seeraa sochii araaraa kana akka qindeessinuuf mootummaa irraas ta'e ABO/WBO irraa bakka bu'iinsi nuuf kenname hin jiru. Barbaachisummaa dhimmichaa hubachuun ogeeyyii dhimma kana abbummaan gaggeessan walitti qabnee qindeessuuf fedhiidhaan kan ijaaramne dha. Sochii kanas dhaabbilee araarsitoota idil-addunyaa biyya Yunaayitid Kingidam (UK) keessa jiran waliin qindoominaan kan raawwannu ta'a.

- Qooda Fudhannaa Hayyoota Dhimmi Ilaallatu Qofaa: Kun dhimma araaraa fi nageenyaa bu'uura siyaasaa fi seeraa of keessaa qabu waan ta'eef, abbootii gadaa, abbootii amantii, jaarsolii idilee fi bakka bu'oota qaama hawwaasaa kamiinuu kan hirmaachisu utuu hin taane, mediation kana abbummaan kan gaggeessan ogeeyyii armaan gadii qofaa dha:

- Ogeeyyii seeraa idilee

Ogeeyyii seera heera mootummaa

- Ogeeyyii seenaa fi qorattoota

- Hayyoota saayinsii siyaasaa Oromoo

Dubartoota hayyoota Oromoo

2. Gamaggama Marii Taanzaaniyaa fi Hanqinaalee Bu'uuraa Mul'atan

Mariin Taanzaaniyaatti gaggeeffame tattaaffii gaarii ta'us, sababa hanqinaalee tarsiimoo fi geggeessummaatiin utuu bu'aa hin argatin hafeera:

- Gaaffii Mootummaa Cehumsaa: Gaaffii "mootummaan cehumsaa yoo hin hundeeffamne" jedhu irratti qofatti cichuun

hanqina tarsiimoo ture. Paartiin Badhaadhinaa qooddanna aangoo fi wabummaa seeraa irratti mari'achuuf qophii ta'ee utuu jiruu, dhimma mootummaa cehumsaa cinaatti dhiisuun qooddanna aangoo fi wabummaa seeraa irratti xiyyeeffatamee utuu ta'ee nageenya buusuun ni danda'ama ture.
Ethio Tech Crypto pinned ยซWaraqaa Waamicha marii araaraa seena-qabeessaa, kan dhiifamaa fi Nageenyaa Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) fi Paartii Badhaadhinaa Gidduutti Gaggeeffamuuf Qophaa'e Guyyaa: Hagayya 20, 2018 A.L.I (August 26, 2026) Kabajamoo: โ€ฆยป
Namni hundumtuu kabaja dhuunfaa isaa (pride) moggaatti dhiisee salphina akka sabaatti nurra gaโ€™aa jiru fi aarsaa hin barbaachifne (unnecessary sacrifice) uummatni kaffalaa jiru hambisuu irratti utuu xiyyeeffatamee tokko taโ€™uun hin cimu.

#collaboration|Wal-taโ€™uu
๐Ÿ‘3
๐Ÿ”ฅ FAMILY ๐Ÿ”ฅ

แŠจแ‹›แˆฌ แŒ€แˆแˆฎ Free Internet แˆแŠ•แˆˆแ‰…แˆ‹แ‰ฝแˆ แАแ‹! ๐Ÿš€๐Ÿ“ฑ

แ‹ญแˆˆแ‰€แ‰… แˆแ‰ตแˆ‰ ๐Ÿ”ฅ
แŠ แŠ•แˆแˆแŒแˆ แˆแ‰ตแˆ‰ ๐Ÿ‘๐Ÿป

แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ณแ‰ฝแˆแŠ• แ‰ Reaction แŠ แˆณแ‹แ‰แŠ•! โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ”ฅ7๐Ÿ‘2๐Ÿคฌ1
๐Ÿ“Š JUST IN : Bitcoin hits $80,000
๐Ÿ”ฅ3โค1๐Ÿ‘1
๐Ÿ”ฅ Family Free Internet แŠ แŒ แ‰ƒแ‰€แˆ™แŠ• แ‹จแˆ›แ‰ณแ‹แ‰ แŠซแˆ‹แ‰ฝแˆ

๐ŸŽฅ แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ แŠฅแŠ•แˆตแˆซแˆ‹แ‰ฝแˆ?
แ‹ˆแ‹ญแˆต แŠฅแŠ•แ‰€แŒฅแˆ?

๐Ÿ‘‡ แˆแˆญแŒซแ‰ฝแˆแŠ• แ‰ Reaction แŠ แˆณแ‹แ‰แŠ•แฆ

๐ŸŽฅ แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ แŠจแˆแˆˆแŒ‹แ‰ฝแˆ ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ‘ แ‰ แ…แˆแ แŠฅแŠ•แ‰€แŒฅแˆ แŠซแˆ‹แ‰ฝแˆ โค๏ธ
โค7๐Ÿ”ฅ3๐Ÿ‘ป2
safaricom แ‰ แАแŒป ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น.ehi
45.2 KB
๐Ÿ—ฃแŠ แˆจ แŠฃแŒจแ‰ฅแŒญแ‰ฅ ๐Ÿ‘แ‹ˆแŒˆแŠ• แŠ แŒจแ‰ฅแŒญแ‰ฅ๐Ÿ‘ แˆแŠ•แŠ แ‹ญแАแ‰ต แ‹แ‹ญแˆ แАแ‹ 3mb/s โ˜„๏ธ

แˆชแ‹ซแŠญแˆฝแŠ• 10+ แŠฅแŒ แ‰ฅแ‰ƒแˆˆแ‹๐Ÿซก
โค9๐Ÿ‘2
๐Ÿฆธโ€โ™‚๏ธ Free.ehi
12.9 KB
แˆแ‰ณ แ‰ แˆ‰แˆแŠ แŒ‹แ‹ญแˆต แแŒฅแАแ‰ต แˆ˜แˆตแŠญแˆฉแˆแŠ แŠ แˆจ แˆแ‹ตแАแ‹

แŠฅแˆ„แŠ•แŠ• แ‹จแˆ˜แˆ แˆˆ แ‹แ‹ญแˆ ๐Ÿ˜

App Http injector

Fast %89

แŒ€แˆแˆญ
โค6
๐‘“๐‘Ÿ๐‘’๐‘’ 0.ehi
12 KB
ETHIO FREE

SEPPD ๐Ÿ’ช แˆ™แŠญแˆฉแ‰ต

๐™–๐™ฅ๐™ฅ ๐•™๐•ฅ๐•ฅ๐•ก ๐•š๐•Ÿ๐•›๐•–๐•”๐•ฃ๐• ๐•ฅ

๐•š๐•ก ๐Ÿ‘

แˆชแ‹ซแŠญแ‰ต แ‹ซแˆฃแˆ แˆแ‹ตแАแ‹ แŠ แˆญแŒ
๐Ÿ‘Œ2
แ‰คแ‰ฐแˆฐแ‰ฅ แˆแŠญ 3 แˆฐแŠ แ‰ต แˆฒแˆ GIVEAWAY แŠ แˆˆแŠ• แŠจแŠ› แŒ‹แˆญ แ‰†แ‹ฉ๐Ÿ‘
๐Ÿ”ฅ11๐Ÿ‘4โค2
แˆแˆญแŒฅ แˆแˆญแŒฅ แŒฅแ‹ซแ‰„แ‹Žแ‰ฝ แŠ“แ‰ธแ‹ แ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ ๐Ÿ”ฅ
๐Ÿ‘Œ5๐Ÿ‘3
12 แ‹ฐแ‰‚แ‰ƒ แ‹จแ‰€แˆจแ‹ แˆˆ 5 แˆฐแ‹‰ แ‰ขแ‹ซแŠ•แˆต share แŠ แˆญแŒ‰แ‰ต ๐Ÿ™๐Ÿป

@freenetwork_crypto
@freenetwork_crypto
โค7