Ethio Tech Crypto
Photo
Udaan Jaarsaa ykn Dhuufuun Woraabessaa Ameerikaa keessatti Kiloograami tokko hanga Birrii 3960 gurgurama. Export taโuu dandaโaa ?
***Jirra24/7๐
Ameerikaa keessatti Udaan Jaarsaa nyaata beekamaa fi jaallatamaa keessaa isa tokko. Udaan Jaarsaa ykn Dhuufuu Woraabessaa (Mushroom) Ameerikaa keessatti gatiin isaa guddaadha. Paawundii tokko hanga $10tti gurgurama; kunis kiiloo giraama tokkoof tilmaamaan $22.05, jechuun qarshii Itoophiyaa naannoo 3,960 taโa.
Guddina Afaan Oromoo irraa kan kaโe, Udaan Jaarsaa maqaa hedduu qaba. Maqaan isaa naannoodhaa naannootti garaagara taสผee, Qufaa Jaarsaa, Shophaa, Goordannaa, Gurra Jaarsaa, Coommee, Ingudaayee, Waakkoo, Qeeqoo, Foroo, Horooqoo, Xilaa Qalamee, Buchaa, Qooqee, Hukkoo, Hinqiboo, Qoqiiqooyyee, Hambooshila, Abbaa Marqoo, Abbaa Fajjoo, Udaan Abbaa Marqoo, Habuutta, Qoodalee, Furoo, Qoyyee, Bokkollu fi Dhufuu Halaalaa jedhamee waamama.
Oromiyaan bosonaa fi naannoo uumamaa balโaa qabdi; bosona keessaas Udaan Jaarsaa uumamaan argamu. Garuu qabeenya uumamaa kana gara oomisha, gabaa fi galiitti jijjiiruun ammallee carraa galii guddaa uumuun ni dandaโama.
Gatiiwwan Udaan Jaarsaa gabaa Ameerikaa keessatti:
* White/Button: paawundii 1 โ $3โ$5
* Baby Bella/Cremini: paawundii 1 โ $4โ$6
* Oyster: paawundii 1 โ $8โ$10
* Shiitake: paawundii 1 โ $9โ$10
Kana jechuun, yoo gosti tokko paawundii tokko $10tti gurgurame, 1 kg = 2.2046 lb ร $10 = $22.05 taโa.
Gaaffiin guddaan: qabeenya uumamaa bosona Oromiyaa keessatti argamu kana maaliif gara oomisha daldalaa fi carraa hojii uummataaf taสผutti jijjiiruun dhalooti kun balbalaa galii saaquu hin uumne ?
***Jirra24/7๐
26/8/2016

๐2โค1
Ethio Tech Crypto pinned ยซUdaan Jaarsaa ykn Dhuufuun Woraabessaa Ameerikaa keessatti Kiloograami tokko hanga Birrii 3960 gurgurama. Export taโuu dandaโaa ? ***Jirra24/7๐ Ameerikaa keessatti Udaan Jaarsaa nyaata beekamaa fi jaallatamaa keessaa isa tokko. Udaan Jaarsaa ykn Dhuufuuโฆยป
Ethio Tech Crypto
Photo
Kooriyaan Kaabaa Jaappaan akeekkachiifte; of-eeggannoo kenniteef!
***Jirra24/7๐
Kooriyaan Kaabaa karoora Jaappaan baajata ittisaa isii sadarkaa ol'aanaa galmeessisuuf qadduu mormuun, ijaarsi waraanaa kun naannichatti โwaldhabdeeโ haareya fiduu akka dandaโu akeekkachiifteetti.
Miidiyaaleen mootummaa Kooriyaa Kaabaa Jaappaan humna ittisaa ishee babalโisuun gara โhumna haleellaa dursaaโtti jijjiiruun yaaddoo nageennaa naannichaa sababeeffachuun himataniiru. Ministeerri Ittisaa Jaappaan bara baajataa 2027f baajata ittisaa gara Yeen tiriliyoona 8.9 (gara doolaara biiliyoona 56) akka kennamu gaafateera.
Maallaqni kun yeroo adeemsi baajata xummuramu Yeen tiriliyoona 10 gahuu danda'a. Karoorri kun misaa'ela fageenya dheeraa, meeshaa waraanaa haaypersoonikii, diroonii haleellaa, sirna lolaa AI'n hojjetuu fi sirna misaa'elaa Tomahawk Ameerikaan hojjetame dabalataa bitachuu kan hammateedha.
Piyoongiyaang Jaappaan โwaraana weeraraaโf qophaaโaa jirti jechuun himatteetti, humni waraanaa Jaappaan babalโachuun Kaaba Baha Eeshiyaa keessatti waldhabdee haaraa uuma jetteetti. Akeekkachiisni kun kan kenname yeroo naannichatti Jaappaan, Chaayinaa, Raashiyaa fi Kooriyaa Kaabaa gidduutti waldhabdeen itti fufee jirutti.
Kanuma waliin Ameerikaan Kooriyaa Kaabaa waliin marii dippilomaasii banuufi Pireezidaantii Doonaald Tiraampiifi Kiim Joong Un walitti deebisuuf yaalii godhaa jirti.
***Jirra24/7๐
26/7/2026

:
Guddina Ameerikaa keessatti hojii irra jiran, dura taa'aa naannoo Amaaraa fi Ministeera Dhimma Alaa Dr. Gedu Andargachew, viidiyoo dhiyoo irratti yaada kennaniiru.
#Dr_Gedu ergaa isaan dabarsan keessatti, biyya alaa keessa jiraachuuf ofiin yaalii gochuun fi bilisummaa argachuun hojjatanii jireenya isaanii akka gaggeessan ibsaniiru. Viidiyoon kunis, dhiyoo irratti hojjatanii fi yaada kennaniin, akkamitti ta'uu akka hin beekne dubbatan.
Akka isaan itti fufan, bilisummaa isaanii kabajachaa jiraachuun, haala dhuunfaa isaanii irratti xiyyeeffannoo kennuuf akka hin barbaachifne ibsaniiru; garuu, ummanni fi aktiivistoonni xiyyeeffannoo fi ajendaa qaban, biyya keessatti rakkoo fi gaddaa irratti argamuun, ummata Amaaraa fi ummata Itoophiyaa ta'uu isaanii ibsaniiru.

๐2
โ๏ธAirdrop ammatti fooyyee qaba jedhee an yaadu kana hojjedha
โ๏ธMood isaa akkuma airdrop kanan dura darbanii Tap Tap kan qabu dha
โ๏ธDabalan ammoo link keessan nama affeerun ATF coin sassabbachuu dandeessu
โ๏ธWallet connect gochun dirqama guys connect gochuu hin dagatiinaa
โ๏ธNama 5 yoo invite gootan ATF 500 akkas jechun tilmaaman dolara 1 jechuudha
https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5259174900

Forwarded from MIIRA JECHOOTA
๐ OREUM NETWORK KEESSA GALAA!
๐ฒ Jalqaba Oreum Network buufadhaa, account keessan banaa.
โฌ๏ธ Download Oreum:
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.mine.oreum
๐๏ธ Yeroo account banattan Referral Code: "ferhan99" fayyadamaa.
๐ฐ Erga account banattanii booda, carraa hojii fi galii Oreum keessatti argamu irraa fayyadamuuf Ambassador Apply godhaa.
Oreum keessatti hirmaachuun torbanitti qarshii 10,000 hanga 20,000 argachuuf carraa qabaachuu dandeessu.
๐ฅ Carraa kana hin dabarinaa! Amma seenaa, account kee bani, referral code koo fayyadami, itti aansuun Ambassador Apply godhi!
๐ Referral Code: "ferhan99"

Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!
Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n:
๐ Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et
๐ Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot
๐ Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284
๐ Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!

Waraqaa Waamicha marii araaraa seena-qabeessaa, kan dhiifamaa fi Nageenyaa Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) fi Paartii Badhaadhinaa Gidduutti Gaggeeffamuuf Qophaa'e
Guyyaa: Hagayya 20, 2018 A.L.I (August 26, 2026)
Kabajamoo:
- Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Muummee Mootummaa Federaalaa Itoophiyaa fi Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa (Finfinnee, Itoophiyaa)
- Jaal Marroo Dirribaa Ajajaa Ol'aanaa
Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) (Oromiyaa)
- Obbo Shimallis Abdiisaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Hooggana Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa (Finfinnee, Oromiyaa)
- Hoggantoota Mootummaa Federaalaa fi Qaamolee Dhimmi Ilaallatu Hundaaf.
Dhimma: Wiixinee marii araaraa ABO/WBO fi Paartii Badhaadhinaa gidduutti gaggeeffamuuf qophaa'e irratti hirmaachuun, rakkoo nageenyaa Oromiyaa fi guutuu biyyattii keessatti hidda gadi fageeffateef furmaata waaraa fiduuf waltajjii marii ogeeyyii seeraa fi hayyootaan qophaa'u irratti argamuuf fedhii fi qophiin qabdan xalayaadhaan akka nuuf mirkaneessitan gaafachuu ilaala.
1. Seensa, Ka'umsa Sochichaa fi Gahee Ogeeyyii Seeraa (Track-II Legal Diplomacy)
Nuyi gareen ogeeyyii seeraa Oromoo, bu'uura dhimma haqaa, heera mootummaa fi seera idil-addunyaa irratti hundaa'uun, dhiiga dhangala'aa jiru dhaabsiisuuf, rakkina uummata keenyaa salphisuuf, akkasumas Oromiyaa fi guutuu biyyattii keessatti nageenyi amansiisaan akka bu'uuf tarkaanfii dippiloomaasii seeraa dhuunfaa (Track-II Legal Diplomacy) kanaan sochiilee nagaa eegallee jirra.
- Daangaa Hirmaattotaa fi Gahee Federaalaa: Mariin araaraa kun bitaa fi mirga ta'uun kan gaggeeffamu Mootummaa Naannoo
Oromiyaa (Paartii Radhaadhinaa Oromivaa)
gaggeeffamu Mootummaa Naannoo Oromiyaa (Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa) fi ABO/WBO gidduutti ta'a. Haa ta'u malee, qabxiileen marii tokko tokko aangoo mootummaa federaalaa (Federal Material Jurisdiction) waan ilaallataniif, mootummaan federaalaas marii kana keessatti bakka bu'oota isaa muraasa kan hirmaachisu ta'a.
- Qophii Duraa fi Hubannoo Waliinii (Pre-Dialogue Engagement): Qaamolee lamaan gara waltajjii mariitti fiduuf tattaaffii taasisneen, kanaan dura bilbilaa fi e-meeliin qaama tokko waliin haasaa taasifameen fedhii fi qophiin nageenyaaf qaban kan jajjabeeffamuu fi abdachiisaa ta'uu mirkaneessinee jirra. Qaamni kaanis dhimma lubbuu uummataa fi nageenya biyyaatiif jecha waamicha dhiyaate kana akka hin tuffanne amantaa guutuu qabna.
- Qindeessummaa Walabaa fi Tumsa Idil-Addunyaa: Nuyi ogeeyyiin seeraa sochii araaraa kana akka qindeessinuuf mootummaa irraas ta'e ABO/WBO irraa bakka bu'iinsi nuuf kenname hin jiru. Barbaachisummaa dhimmichaa hubachuun ogeeyyii dhimma kana abbummaan gaggeessan walitti qabnee qindeessuuf fedhiidhaan kan ijaaramne dha. Sochii kanas dhaabbilee araarsitoota idil-addunyaa biyya Yunaayitid Kingidam (UK) keessa jiran waliin qindoominaan kan raawwannu ta'a.
- Qooda Fudhannaa Hayyoota Dhimmi Ilaallatu Qofaa: Kun dhimma araaraa fi nageenyaa bu'uura siyaasaa fi seeraa of keessaa qabu waan ta'eef, abbootii gadaa, abbootii amantii, jaarsolii idilee fi bakka bu'oota qaama hawwaasaa kamiinuu kan hirmaachisu utuu hin taane, mediation kana abbummaan kan gaggeessan ogeeyyii armaan gadii qofaa dha:
- Ogeeyyii seeraa idilee
Ogeeyyii seera heera mootummaa
- Ogeeyyii seenaa fi qorattoota
- Hayyoota saayinsii siyaasaa Oromoo
Dubartoota hayyoota Oromoo
2. Gamaggama Marii Taanzaaniyaa fi Hanqinaalee Bu'uuraa Mul'atan
Mariin Taanzaaniyaatti gaggeeffame tattaaffii gaarii ta'us, sababa hanqinaalee tarsiimoo fi geggeessummaatiin utuu bu'aa hin argatin hafeera:
- Gaaffii Mootummaa Cehumsaa: Gaaffii "mootummaan cehumsaa yoo hin hundeeffamne" jedhu irratti qofatti cichuun
hanqina tarsiimoo ture. Paartiin Badhaadhinaa qooddanna aangoo fi wabummaa seeraa irratti mari'achuuf qophii ta'ee utuu jiruu, dhimma mootummaa cehumsaa cinaatti dhiisuun qooddanna aangoo fi wabummaa seeraa irratti xiyyeeffatamee utuu ta'ee nageenya buusuun ni danda'ama ture.

Ethio Tech Crypto pinned ยซWaraqaa Waamicha marii araaraa seena-qabeessaa, kan dhiifamaa fi Nageenyaa Adda Bilisummaa Oromoo / Waraana Bilisummaa Oromoo (ABO/WBO) fi Paartii Badhaadhinaa Gidduutti Gaggeeffamuuf Qophaa'e Guyyaa: Hagayya 20, 2018 A.L.I (August 26, 2026) Kabajamoo: โฆยป
Namni hundumtuu kabaja dhuunfaa isaa (pride) moggaatti dhiisee salphina akka sabaatti nurra gaโaa jiru fi aarsaa hin barbaachifne (unnecessary sacrifice) uummatni kaffalaa jiru hambisuu irratti utuu xiyyeeffatamee tokko taโuun hin cimu.
#collaboration|Wal-taโuu
#collaboration|Wal-taโuu
๐3
๐ฅ FAMILY ๐ฅ
แจแแฌ แแแฎ Free Internet แแแแ แแฝแ แแ! ๐๐ฑ
แญแแแ แแตแ ๐ฅ
แ แแแแแ แแตแ ๐๐ป
แ แตแฐแซแจแณแฝแแ แ Reaction แ แณแแแ! โค๏ธโ๐ฅ

๐ฅ7๐2๐คฌ1
๐ฅ Family Free Internet แ แ แแแแ แจแแณแแ แซแแฝแ
๐ฅ แชแฒแฎ แฅแแตแซแแฝแ?
แแญแต แฅแแแฅแ?
๐ แแญแซแฝแแ แ Reaction แ แณแแแแฆ
๐ฅ แชแฒแฎ แจแแแแฝแ ๐ฅ
๐ แ แ แแ แฅแแแฅแ แซแแฝแ โค๏ธ
๐ฅ แชแฒแฎ แฅแแตแซแแฝแ?
แแญแต แฅแแแฅแ?
๐ แแญแซแฝแแ แ Reaction แ แณแแแแฆ
๐ฅ แชแฒแฎ แจแแแแฝแ ๐ฅ
๐ แ แ แแ แฅแแแฅแ แซแแฝแ โค๏ธ
โค7๐ฅ3๐ป2
safaricom แ แแป ๐ช๐น.ehi
45.2 KB
๐ฃแ แจ แฃแจแฅแญแฅ ๐แแแ แ แจแฅแญแฅ๐ แแแ แญแแต แแญแ แแ 3mb/s โ๏ธ
แชแซแญแฝแ 10+ แฅแ แฅแแแ๐ซก
แชแซแญแฝแ 10+ แฅแ แฅแแแ๐ซก
โค9๐2
๐ฆธโโ๏ธ Free.ehi
12.9 KB
แแณ แ แแแ แแญแต แแฅแแต แแตแญแฉแแ แ แจ แแตแแ
แฅแแแ แจแแ แ แแญแ ๐
App Http injector
Fast %89
แแแญ
แฅแแแ แจแแ แ แแญแ ๐
App Http injector
Fast %89
แแแญ
โค6
๐๐๐๐ 0.ehi
12 KB
ETHIO FREE
SEPPD ๐ช แแญแฉแต
๐๐ฅ๐ฅ ๐๐ฅ๐ฅ๐ก ๐๐๐๐๐๐ฃ๐ ๐ฅ
๐๐ก ๐
แชแซแญแต แซแฃแ แแตแแ แ แญแ
SEPPD ๐ช แแญแฉแต
๐๐ฅ๐ฅ ๐๐ฅ๐ฅ๐ก ๐๐๐๐๐๐ฃ๐ ๐ฅ
๐๐ก ๐
แชแซแญแต แซแฃแ แแตแแ แ แญแ
๐2