Ethio Tech Crypto
Photo
๐ Abdii hin kutin...
Namoonni hedduun yeroo ammaa rakkoo jaalalaa, wal dhabdee hiriyummaa ykn rakkoo jireenyaa irraa kan ka'e murtii ulfaataa fudhachuuf yaalu. Garuu yaadadhu; namni tokko si dhiisee deeme jechuun gatiin kee hir'ate jechuu miti.
Jaalalleen si dhiisuu danda'a, hiriyyaan si ganuu danda'a, namni ati irratti abdii guddaa qabdu si mufachiisuu danda'a. Garuu rakkoon yeroo muraasaaf turuuf lubbuu yeroo hundaa dhabuu jechuun murtii sirrii miti.
๐ฑ Namoota har'a si dhiisan caalaa namoota bor si kabajan ni argita. Imimmaan har'a dhangalaafte keessaa kolfi boruu ni biqila. Dukkanni halkan keessaa baay'atee yoo mul'ate illee bariin dhihoo ta'uu isaa agarsiisa.
โจ Yeroo hunda yaadadhu:
Ati nama bakka bu'aan hin jirreedha.
Jireenyi kee gatii guddaa qaba.
Maatiin kee, hiriyoonni kee fi namoonni si jaallatan si barbaadu.
Rakkoon har'aa kun boqonnaa tokko qofa malee kitaaba jireenya keetii guutuu miti.
๐ซ Yoo gaddi sitti cime, callisaan keessatti hin gubatin. Nama amanamoo waliin dubbadhu, gorsa gaafadhu, deeggarsa barbaadi. Rakkoon yoo qoodamu ni salphata; abdiis ni guddisa.
โค๏ธ Namni tokko si jaallachuu dhiisuu danda'a, garuu Waaqni si dagachuu hin danda'u. Har'a jabaadhu, boru of galateeffatta.
"Ofii kee hin dhiisin. Yeroo hunda abdii qabaadhu. Jireenyi kee gatii guddaa qaba."

โค1
Shitoowaan kanaa fakkaataan gatii madalawaan nuu biraa argaatuu kulatee oromiyaa hundaa kessatii delivery qabdaa bayinaan isiniif dhiheesuu dandenyaa
@Silwer32 nuu qunamaa
@Silwer32 nuu qunamaa
Shitoowaan kanaa fakkaataan gatii madalawaan nuu biraa argaatuu kulatee oromiyaa hundaa kessatii delivery qabnaa bayinaan isiniif dhiheesuu dandenyaa
@Silwer32 naa qunamaa
@Silwer32 naa qunamaa
๐ฅ3๐ฅฐ1
๐ Fresh graduate looking for a job?
Your CV is your first impression to employers.
A weak CV may close the door before you get the chance to show your ability.
โจ We prepare professional, attractive, and job-focused CVs that highlight your strengths.
โ Fresh Graduate CV
โ Professional Format
โ Career-focused Design
Start your job journey with a CV that represents you.
๐ฉ Message us now!@Galiikee

Tamsaasa Kallattii Ministeera Barnootaa irraa dhimma qormaata kutaa 12ffaa ilaalchise daqiiqaa muraasa booda kallattiin isin qaqqabsiisfna.
๐๐๐๐๐
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
๐๐๐๐๐
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
โค3
๐ฅ CARAAN ADDaa โ SAโAATII 24 QOFA! ๐ฅ
๐ฐ $7 ol basee amma naf seene !
โ Kaffaltiin isaa naaf dhugoomseera.
๐ Amma immoo carraan kun saโaatii 24 qofaaf jira!
๐ Amma seeni โ Start godhi โ hojii kee jalqabi!
๐ LINK KANA CUQI
https://t.me/XEarnNetwork_Bot/app?startapp=5195290635
โฐ Saโaatiin muraasa qofa hafeera โ carraa kana hin dabar siin! ๐ฅ
๐ Amma seeni, Start godhi!
๐ต Ani mataan koo $7 amman bafadhe na seene

Duโaatiin beellaa fi hanqinni bishaanii #Affaar Aanaa #Koriitti hammaate; dhiibbaan #El_Ninos ittuu cimaa dhufe
Finfinnee, Hagayya 24, 2026: Rakkoon hanqina bishaanii fi haalli jiraataa hammaataan Naannoo Affaar Aanaa Koriitti muulโachaa jiraachuu fi jiraattonni beeyladoonni hedduminaan dhumaa akka jiran, burqaan bishaan gogaa fi roobi dhabamuu irraan kan kaโe rakkoon jabaataa jiraachuu ibsaa jiru.
Wayita Itoophiyaan dhiibbaa haala qilleensaa hamaa El Niรฑo mudatuuf jiru of irratti ilaalaa jirtu kanatti, hawaasni horsiisee bulaa Aanaa Korii fi naannoo sanaa jiru dhiibbaa rakkoo kanaan caalaatti eelaa kan jiru dha.
Jiraattonni Aanaa Korii odeeffannoo Addis Standardโf qoodaniin akka ibsanitti, rakkoon kun namaa fi beeylada irraan dhiibaa geessisaa kan jiru yoo taโu, ...

โค2
๐งฐ Profession: Salesman & Hostess
๐ญ Company Name: GE Printing & Advertising Studio
๐ Posting Date: 23-12-2018
๐ Location: In front of Pan African Hotel
๐ฅ Experience: Required
๐ป Gender: Both
๐ข Number of Positions: 5
๐ฑ 0912746028
๐ฐ Salary: 3500/ per week + commission
# Experience working at bazaars or events.
@adama_jobs

Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun Madfiin ni dhukaafama ๐ฅ
Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (JRA) โ Ayyaana Mawliidaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun madfiin yeroo sagal kan dhukaafamu taโuu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksiseera. Madfichi Hagayya 19, 2018 ganama saโaatii 12:00 irratti kan dhukaโu taโuu Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli Ispoortii fi Aartii Faanaa Diijitaaliif ibseera. Haaluma kanaan jiraattonni magaalaa Finfinnee odeeffannoo sirrii akka qabaatuuf, Qajeelchi Olaanaa Poolisiiโฆ

๐๐ CONGRATULATIONS! BAGA GAMMADDAN! BAGA GAMMANNE! ๐๐
We are incredibly proud to celebrate the outstanding achievement of Jalal Girma Kusa, a student of ODA Special Boarding School, who scored an impressive 591.6/600 in the 2018 National Grade 12 Examination.
๐ฅ Ranked 1st in Ethiopia! ๐ช๐น๐
This remarkable achievement is a true reflection of hard work, dedication, discipline, excellence, and the unwavering support of the school community.
๐ Congratulations once again to Jaalal Girmaa Kusaa, his family, teachers, school leadership, and the entire ODA community!
๐ 591.6/600 โ A historic achievement!
๐ช๐น 1st in Ethiopia!
Baga Gammaddan! Baga Gammanne! ๐๐๐