Ethio Tech Crypto
6.84K subscribers
1.46K photos
46 videos
631 files
189 links
🚀 Daily Crypto Updates | Airdrops | Signals | News  | Crypto Store 🏪

📊 Master the market with trusted crypto insights 
🎯 Smart Trading Strategies & Signals

📩 For Ads/Collab:- @Sooretti1
Download Telegram
Kutaa 4ffaa

Araada qumaaraa fi dhugaatiidhaan jireenyishee burjaaja'e. Ijoollota xixiqqoo abbaan manaashee irraa fudhatee gara maatiisaa deemeera. Araada qumaaraa fi dhugaatii waan qabduuf, mana seeraa deemtee iyyattee ijoolleeshee guddisuudhaaf eyyama hin arganne. Ofiisheetiiyyuu nama of ajjeesuuf deddeebi'ee yaaltu waan taateef namni ijoollee amanee itti kennu hin argamne. Qofummaadhaan hubamte.

Haatishee fi obbolootnishee hundinuu sababa araadashee kanaaf lolanii ittiin oodanii irraa adda ba'aniiru. Waggaa dheeraa booda ergasheen kufaatii hamma kana keessa seenteetii, si'a 11 of ajjeesuuf erga yaalteetii, obboleessishee tokko dirmateef.

Namoota ogummaa xiinsammuu qaban qaxaree fi akkasaan gorsan taasise. Maallaqaanis deggarsa taasiseefi. Qumaaraa fi dhugaatii dhaabuu akka qabdu walii galani. Araada kana dhaabuushee erga mirkaneeffatee akkasheen of ijaartuuf maallaqa ergeefi. Miliyeenaras ta'uu dandeesse.

Jireenyashee hundumaa dhiistee as gara biyya Itiyoophiyyaatti deebite. Buufata ijoollota gargaarsa hin qabnee bu'ureessitee ijoollota 13 gargaaruudhaan tokko jettee hojii eegalte. Gara fuulduraatti buufata gargaarsaa guddaa banuudhaan akka Abbabech Goobanaa ta'uu akka barbaaddu dubbette.

Seenaan kun baay'ee dheeraa dhaafi baay'ee walxaxaa dha. Aaf-gaaffii isheen Manyazewaal Esheetuu waliin goote keessaan fudhadhe. Seenaa baay'ee dheeraa waan ta'eef baay'ee gabaabsee akka hubatamuuf ta'utti barreessuu yaaleera.

Seenaawwan namoota hedduu dubbiseera, dhaggeeffadheera, daawwadheeras. Kan akka seenaa kanaa lesson guddaa naaf kenne garuu hin agarre yoon jedhe arbeessuu hin ta'u. Dargaggoota meeqatu araada qumaaraan abdii kutee of ajjeese, of ajjeesaa jira, of ajjeesuuf jira laata!

Mee seenaa dhugaa kana irraa maal hubattan? Yaada keessan comment godhaa.
❤1
#Professional_Curriculum_Vitae(CV)

Akkuma hundi Keessan Beektan, Adoolessa 01 irraa eegale bara baajataa haaraa waan ta'eef dhaabbilee hedduun beeksisa Qacarrii muuxannoo duwwaa( 0 experience ) fi muuxannoo dhan(with experience) ni baasuu.

Isin immoo #CV fi #Application_Letter haala gaariin caaseffame dhiyeessuun barbaachisaa dha. kunis odeeffannoo dhuunfaa, seenaa barnootaa, muuxannoo hojii, dandeettii fi wabiiwwan keessan bal’inaan ibsuu qabdu. Hojjechiistotaaf ilaalcha waliigalaa gahumsaa fi muuxannoo hojii Isin irratti dorgomtan waliin walqabatu ni kenna. Kana jechuun Fresh Graduate #professional tahe tokko irra CV #professional tahetu barbaachisa.

Namoonni Professional CV qabdan ishoo baga qabaattan namoonni Professional CV fi Application Letter barbaaddan Akkaataa #Modernize tahee fi dhaabbata hunda biratti fudhatama qabuun ni hojjenna. Karaa keenyas namoota hedduutu milkaa'e. Isaan kun nuuf ragaadha. Waan seera qabeessaa fi Qulqullina Guddaa qabu nu biraa argattu.

Eebbifamtoota bara kanaaf ilaalchi ni jira

Tajaajiloonni keenya Karaa Namoota Ogummaa fi muuxannoo yeroo dheeraa qabaniin kan kennamudha. Namoonni birattii professional CV hojjechiifachuu barbaaddan, link kanaan nu quunnamaa! @Galiikee

#HIRRIYYOTA_KEESSANIIF_SHARE_GODHAA🙏
❤1
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa ifoome

Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC)- Qabxiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoomeera jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa.

Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattonni 50% fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uu biirichi ibseera.

Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii fayyadamuun ilaaluu danda’u.

Liinkii :- oromia.ministry.et irratti ilaaluu akka danda’an ibseera.
❤1👍1
Mucattiin kun kan reeff-a harmeesaa mana ciibsee qormaata kutaa 8ffaa fudhatedha. Mucaa xiqqaa sammuun fagoo yaadu.
Daa'ima miti, innumti guddaan eenyu miira kanarraa hafuu kan danda'u? Waan ajaa'ibaati! 😪
Ethio Tech Crypto
Photo
💔 Abdii hin kutin...
Namoonni hedduun yeroo ammaa rakkoo jaalalaa, wal dhabdee hiriyummaa ykn rakkoo jireenyaa irraa kan ka'e murtii ulfaataa fudhachuuf yaalu. Garuu yaadadhu; namni tokko si dhiisee deeme jechuun gatiin kee hir'ate jechuu miti.
Jaalalleen si dhiisuu danda'a, hiriyyaan si ganuu danda'a, namni ati irratti abdii guddaa qabdu si mufachiisuu danda'a. Garuu rakkoon yeroo muraasaaf turuuf lubbuu yeroo hundaa dhabuu jechuun murtii sirrii miti.
🌱 Namoota har'a si dhiisan caalaa namoota bor si kabajan ni argita. Imimmaan har'a dhangalaafte keessaa kolfi boruu ni biqila. Dukkanni halkan keessaa baay'atee yoo mul'ate illee bariin dhihoo ta'uu isaa agarsiisa.
✨ Yeroo hunda yaadadhu:
Ati nama bakka bu'aan hin jirreedha.
Jireenyi kee gatii guddaa qaba.
Maatiin kee, hiriyoonni kee fi namoonni si jaallatan si barbaadu.
Rakkoon har'aa kun boqonnaa tokko qofa malee kitaaba jireenya keetii guutuu miti.
🫂 Yoo gaddi sitti cime, callisaan keessatti hin gubatin. Nama amanamoo waliin dubbadhu, gorsa gaafadhu, deeggarsa barbaadi. Rakkoon yoo qoodamu ni salphata; abdiis ni guddisa.
❤️ Namni tokko si jaallachuu dhiisuu danda'a, garuu Waaqni si dagachuu hin danda'u. Har'a jabaadhu, boru of galateeffatta.
"Ofii kee hin dhiisin. Yeroo hunda abdii qabaadhu. Jireenyi kee gatii guddaa qaba."
❤1
Shitoowaan kanaa fakkaataan gatii madalawaan nuu biraa argaatuu kulatee oromiyaa hundaa kessatii delivery qabdaa bayinaan isiniif dhiheesuu dandenyaa

@Silwer32 nuu qunamaa
Shitoowaan kanaa fakkaataan gatii madalawaan nuu biraa argaatuu kulatee oromiyaa hundaa kessatii delivery qabnaa bayinaan isiniif dhiheesuu dandenyaa

@Silwer32 naa qunamaa
🔥3🥰1
🎓 Fresh graduate looking for a job?
Your CV is your first impression to employers.
A weak CV may close the door before you get the chance to show your ability.
✨ We prepare professional, attractive, and job-focused CVs that highlight your strengths.
✔ Fresh Graduate CV

✔ Professional Format

✔ Career-focused Design
Start your job journey with a CV that represents you.
📩 Message us now!@Galiikee
Tamsaasa Kallattii Ministeera Barnootaa irraa dhimma qormaata kutaa 12ffaa ilaalchise daqiiqaa muraasa booda kallattiin isin qaqqabsiisfna.

👇👇👇👇👇
https://omg10.com/4/9489700
https://omg10.com/4/9489700
❤3
🔥 CARAAN ADDaa — SA’AATII 24 QOFA! 🔥

💰 $7 ol basee amma naf seene !
✅ Kaffaltiin isaa naaf dhugoomseera.
🎁 Amma immoo carraan kun sa’aatii 24 qofaaf jira!

🚀 Amma seeni → Start godhi → hojii kee jalqabi!

👇 LINK KANA CUQI
https://t.me/XEarnNetwork_Bot/app?startapp=5195290635

⏰ Sa’aatiin muraasa qofa hafeera — carraa kana hin dabar siin! 🔥

👉 Amma seeni, Start godhi!
💵 Ani mataan koo $7 amman bafadhe na seene
❤1
Du’aatiin beellaa fi hanqinni bishaanii #Affaar Aanaa #Koriitti hammaate; dhiibbaan #El_Ninos ittuu cimaa dhufe

Finfinnee, Hagayya 24, 2026: Rakkoon hanqina bishaanii fi haalli jiraataa hammaataan Naannoo Affaar Aanaa Koriitti muul’achaa jiraachuu fi jiraattonni beeyladoonni hedduminaan dhumaa akka jiran, burqaan bishaan gogaa fi roobi dhabamuu irraan kan ka’e rakkoon jabaataa jiraachuu ibsaa jiru.

Wayita Itoophiyaan dhiibbaa haala qilleensaa hamaa El Niño mudatuuf jiru of irratti ilaalaa jirtu kanatti, hawaasni horsiisee bulaa Aanaa Korii fi naannoo sanaa jiru dhiibbaa rakkoo kanaan caalaatti eelaa kan jiru dha.

Jiraattonni Aanaa Korii odeeffannoo Addis Standard’f qoodaniin akka ibsanitti, rakkoon kun namaa fi beeylada irraan dhiibaa geessisaa kan jiru yoo ta’u, ...
❤2
🧰 Profession: Salesman & Hostess

🏭 Company Name: GE Printing & Advertising Studio

🕔 Posting Date: 23-12-2018

📍 Location: In front of Pan African Hotel

🥇 Experience: Required

🚻 Gender: Both

🔢 Number of Positions: 5

📱 0912746028

💰 Salary: 3500/ per week + commission

# Experience working at bazaars or events.

@adama_jobs
Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun Madfiin ni dhukaafama 💥

Finfinnee, Hagayya 18, 2018 (JRA) – Ayyaana Mawliidaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun madfiin yeroo sagal kan dhukaafamu ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksiseera. Madfichi Hagayya 19, 2018 ganama sa’aatii 12:00 irratti kan dhuka’u ta’uu Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli Ispoortii fi Aartii Faanaa Diijitaaliif ibseera. Haaluma kanaan jiraattonni magaalaa Finfinnee odeeffannoo sirrii akka qabaatuuf, Qajeelchi Olaanaa Poolisii…