Qabxiiwwan Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Galgalaa
Inter Miilaan 0-1 Liivarpuul
Atalaantaa 2-1 Chelsii
Baarseloonaa 2-1 Intra Fraankfart
Baayern Muunik 3-1 Ispoortiing Liisban
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya

❤1👍1🔥1
Boordiin Filannoo sadarkaa seeraa Wayyaanee deebisuuf mariin hin taasifamu jedhe
Dura taa’aan Boordii Filannoo Melatwerk Hailu haala seeraa Wayyaanee deebisuuf mariin akka hin jirre ibsaniiru.
Dura taa’aan kun ibsa kana kan kennan ibsa gaazexeessitootaaf sagantaa filannoo biyyoolessaa 7ffaa beeksise irratti.
Dura taa’aan kun dhimmi galmee irraa haqamuu TPLF siyaasaan yoo ilaalame dhimma namoota siyaasaa furu malee dhimma Boordichaa akka hin taane cimsanii dubbataniiru.
Wayyaaneen gama isaatiin ibsa baaseen filannoon ani keessatti hin hammatamne Tigraay keessatti hin gaggeeffamu; ragaan koo ni deebi'a.
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
Dura taa’aan Boordii Filannoo Melatwerk Hailu haala seeraa Wayyaanee deebisuuf mariin akka hin jirre ibsaniiru.
Dura taa’aan kun ibsa kana kan kennan ibsa gaazexeessitootaaf sagantaa filannoo biyyoolessaa 7ffaa beeksise irratti.
Dura taa’aan kun dhimmi galmee irraa haqamuu TPLF siyaasaan yoo ilaalame dhimma namoota siyaasaa furu malee dhimma Boordichaa akka hin taane cimsanii dubbataniiru.
Wayyaaneen gama isaatiin ibsa baaseen filannoon ani keessatti hin hammatamne Tigraay keessatti hin gaggeeffamu; ragaan koo ni deebi'a.
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
❤1👍1
🇪🇺Taphoota Shaampiyoons Liigii har'a taphatamu.
02:45 🔰 Qarabag Ayaaks waliin
02:45 🔰 Viyariyal Kopanhagen waliin
05:00 🔰 Atleetik Bilba'oo PSG waliin
05:00 🔰 Baayer Livarkusan Niwkastil waliin
05:00 🔰 Benefikaa Naapoolii waliin
05:00 🔰 Kilab Biruuj Arsenaal waliin
05:00 🔰 Dortumaand Boodoo waliin
05:00 🔰 Juveentus Paafos waliin
05:00 🔰 Riyaal Maadriid Maan Siitii waliin
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
02:45 🔰 Qarabag Ayaaks waliin
02:45 🔰 Viyariyal Kopanhagen waliin
05:00 🔰 Atleetik Bilba'oo PSG waliin
05:00 🔰 Baayer Livarkusan Niwkastil waliin
05:00 🔰 Benefikaa Naapoolii waliin
05:00 🔰 Kilab Biruuj Arsenaal waliin
05:00 🔰 Dortumaand Boodoo waliin
05:00 🔰 Juveentus Paafos waliin
05:00 🔰 Riyaal Maadriid Maan Siitii waliin
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
🔥2👍1
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti gaggeeffamu ni eegama
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’as itti fufuun taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 5:00 morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo argateera. Waltajjii hundaan taphoota torba as dhiyeenya taphateen lama qofa injifatee, lama ammoo injifatamee sadi qixa kan xumure Maadriid har’as qormaata guddaatu isa eeggata. Shaampiyoonsi Liigii…
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’as itti fufuun taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 5:00 morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo argateera. Waltajjii hundaan taphoota torba as dhiyeenya taphateen lama qofa injifatee, lama ammoo injifatamee sadi qixa kan xumure Maadriid har’as qormaata guddaatu isa eeggata. Shaampiyoonsi Liigii…
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
❤1
Gatii Boba'aa
Gatiin beenzilaa fi naafxaa adii birrii 129, saantima 12 dabaleera.
xalayaan Ministeera Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa Naannoo akka ibsutti har’a irraa eegalee magaalaa Finfinnee keessatti gatiin gurgurtaa oomishaalee boba’aa hojirra kan oolu ta’uu beeksise.
Haaluma kanaan:
➡️ Benziin liitira tokko birrii 129, saantima 12
➡️ Naafxaan adiin liitira tokko birrii 129, saantima 12
➡️ Keeroosiinii liitira tokko birrii 129, saantima 12.
Gatiin oomishaalee boba’aa biroo osoo hin jijjiiramne ta’a.

❤1🔥1
Ayyaana Waggaa Haaraa Ummata Wolaayitaa "Gifataa" galmee hambaalee addunyaa UNESCO irratti galmaa'e
Gifata, Ayyaana Waggaa Haaraa Ummata Wolaayitaa, Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO) tiin Tarree Hambaalee Aadaa Hin Qabamne irratti galmaa'ee jira.
Ayyaanni kun walgahii 20ffaa koree mootummoota gidduutti hambaalee aadaa hin qabamne eeguun Mudde 8 hanga 13, 2025tti Hinditti Niiw Deeliitti gaggeeffamaa jiru irratti galmee hambaalee aadaa hin qabamne UNESCO irratti galmaa’eera.
Hambaan Aadaa Hin Qabamne kan Itiyoophiyaan konfiraansii kana irratti Tarree Hambaalee Aadaa Hin Qabamneef dhiheessite Ayyaana Waggaa Haaraa Ummata Wolaayitaa; UNESCOn har’a kaadhimamaa kana fudhatee tarree hambaalee aadaa hin qabamne irratti galmeessee jira.
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
Gifata, Ayyaana Waggaa Haaraa Ummata Wolaayitaa, Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO) tiin Tarree Hambaalee Aadaa Hin Qabamne irratti galmaa'ee jira.
Ayyaanni kun walgahii 20ffaa koree mootummoota gidduutti hambaalee aadaa hin qabamne eeguun Mudde 8 hanga 13, 2025tti Hinditti Niiw Deeliitti gaggeeffamaa jiru irratti galmee hambaalee aadaa hin qabamne UNESCO irratti galmaa’eera.
Hambaan Aadaa Hin Qabamne kan Itiyoophiyaan konfiraansii kana irratti Tarree Hambaalee Aadaa Hin Qabamneef dhiheessite Ayyaana Waggaa Haaraa Ummata Wolaayitaa; UNESCOn har’a kaadhimamaa kana fudhatee tarree hambaalee aadaa hin qabamne irratti galmeessee jira.
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
Baankiin siinqee Hojii dhabdoota 1202 f carraa hojii Uumeera. Warri dorgomtanii injifattan baga gammaddan! ❤️💪
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
❤4👍2🔥1
Finfinnee irraa gara Dambidooloo, Naqamtee, Giimbii, Nejo, Caanqaa akkasumas Finfinnee irraa gara Macahaaraa tti imala haaraa eegalu keenya gammachuu guddaa dhaan isin berksifnaa! Tikeeta konkolaataa hunda bakka tokkotti argachuuf ammo app keenya fayyadamaa, sekondii keessatti akkasumas haala salphatti tikeeta keessan iddoo jirtanitti argachuu dandeessu. Link armaan gadii tuquun, app keenya buufadhaa akkasumas gara giddu gala odeefannoo keenyaa 9439 yookaan 0929859439 nuuf bilbilaa.
Haalaa fi yeroon utu isin hin daangessin bakka jirtanitti bilbila kessan fayyadamun karaa app kenyaan tiikeeta kessan bitadhaa
➡️ Play Store (https://play.google.com/store/apps/details?id=com.liybus.customer)
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
Haalaa fi yeroon utu isin hin daangessin bakka jirtanitti bilbila kessan fayyadamun karaa app kenyaan tiikeeta kessan bitadhaa
➡️ Play Store (https://play.google.com/store/apps/details?id=com.liybus.customer)
📢 JIRRA Miidiyaa – Oduu haaraa ,Odeeffannoo qulqulluu, fi bashannana nuti si biraan geenya
🔥1
Poolisiin Federaalaa Adoonay Birhaanee to'annaa jala oolche
Poolisiin Federaalaa Tiiktookara Adoonaay Birhaanee H/mikaa'el to'annoo jala oolchuun qorannoo irratti eegaluu beeksise.
Adoonaay yakka uffannaa duudha hawaasa Itoophiyaan faallaa ta'een shakkamuun namoota 5 duraan to'annoo jala oolan waliin dhimmoota walqabatuun to'atamuu Poolisiin Federaalaa odeeffannoo AMN Dijitaaliif ergeen beeksiseera.
Beekamtiifi mallaqa argachuuf qofaa miidiyaalee garagaraa fayyadamuun dargaggoonni naamusaan bocamanii biyya isaaniif bu'aa akka hin buusne ergaawwan hin malle tamsaasuusaallee Poolisiin eereera jechuun amn gabaase
Six TikTok creators are accused by police of undermining public morality.

❤1👍1👏1
Tarkaanfii bareedadha🙏
Magaalaa Finfinneetti manneen barnootaa dhuunfaa fi Internaashinaalaa dabalatee Afaan Oromoo qormaata ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaatti akka fudhatan beeksise.
Qormaata kutaa 8ffaatti Afaan Amaaraa fi Afaan Oromoo akka afaan jalqabaatti kan laatamu yoo ta’u, kutaa 6ffaa manneen barnootaa Afaan Amaaraan barsiisaniif Afaan Oromoo akka afaan 2ffaatti fi manneen barnootaa Afaan Oromoon barsiisan ammoo akka afaan jalqabaatti akka laatamu Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee ifoomse.

👍5🔥1