♾Infinity crypto️
6.69K subscribers
1.5K photos
46 videos
1.07K files
266 links
🚀 Daily Crypto Updates | Airdrops | Signals | News  | Crypto Store 🏪

📊 Master the market with trusted crypto insights 
🎯 Smart Trading Strategies & Signals

📩 For Ads/Collab:- @Mamiho3
Download Telegram
♾Infinity crypto️
Photo
Misirroo guyyaa cidha isaa sagaagalummaa haadha manaasaa saaxile. Sanuu waayila(miinzee) isaa waliin. dubbichi akkas ture. Waayilli isaa fi haati warraa isaa osoo waliin sagaagalanii dhoksaan viidiyoon waraabamte harka Gurbaa misirrichaa seenti. Kun kan ta'u guyyaan cidha isaanii erga torbeetti galeeti. Qophiin cidhaaf taasifamu hedduun erga dhumeeti.
Waa'elli gurbaa kanaa kan misirrittii waliin sagaagalu kun gurbaaf hiriyyaa waliin guddatanidha. Misirrittiinis waan kana utuma beektuu raawwatti jechuudha.

Gocha kanatti garaansaa hedduu kan gadde misirroon kun, akka viidiyoo sana argeen, akkamitti akka haloo ba'u yaaduutti ka'e. yaadni tokko dhufeef, " Guyyaa cidhaa viidiyoo yeroo isaan sagaagalan waraabamte sana argisiisee ishee dhiisuu murteesse. Cidhichi Hoteela beekamaatti kan qopheeffamu ture. Firootashee fi keessummoota gurguuddoo affeeran. Sagantichi miidiyaalee hawaasummaa irratti "Live" akka darbu ta'e. guyyaan sun gahee Misirrittii fi Maatiinshee akkasumas Namoonni qophicharratti affeeraman gama lamaaniinuu argamanii galmicha guutan.

Missirrichis ka'ee akkas jedhe ''Viidiyoon Amma isin daawwachuuf jirta miira naasuu isinitti uumuu mala. kaadhimnikoo Amma cinakoo jirtuu fi hiriyyaa garaakoo, waayelakoo kan cinakoo dhaabachaa jiru osoo waliin sagaagalanii kan waraabamtedha., shamarree akka kanaa waliin gaa'ela yoon ijarrachuu dhiise kan natti murteessu waan jiru natti hin fakkaatu''erga jedhee booda bakka missirrittiin naasuudhaan dhaabbattetti maatiisaa waliin galma cidhichaas dhiisee ba'e.
Maatiin isaas durumayyuu marii kana keessa waan jiraniif cidhicha dhiisanii duukaa bahan.

Kanarraan kan ka'e baasii cidha marayyuu maatiin misirrittii akka danda'an ta'e.

Namoonni gar tokko gochi misirroo kana sirriidha, haloo bahuun kana caale hin jiru" yoo jedhan, kaanimmoo " dhiifama godheefii duukaa jiraachuutu irra ture" kan jedhan jiru.

Isin Utuu Misirricha taatan maal gootu?
==============
Namoonni walquunnamtii saalaa torbaanitti yeroo 1 raawwatan gammachuu guddaa kan argatan yoo ta'an, warri guyyaa tokkotti yeroo 7 raawwatan ammoo faallaa kanaatiin gadda, dhiphina, rakkoo sammuufii rakkoowwan fayyaa hedduuf saaxilamoodha.
❤5👍1
base (2).apk
10 MB
Cricfy updated version 5.5
Namoonni kubbaa miila mana keessan taahun ilaalu barbaaddan fayyadamaa!
Waan Kun Sirrefamu qaba
♾Infinity crypto️
Waan Kun Sirrefamu qaba
‎
Awash Bank tajaajila liqii dijitaaalaa “Tila” jedhamu karaa telebirr eegaluu isaa ifatti beeksiseera.
‎
‎Tajaajilli lamaanuu ni jira:
‎- Qusachuus,
‎- Liqeeffachuus ni dandeessa.

‎
‎1. Namni isaan biratti qusate, waggaatti %8.5 qofa dhalaaf (locking saving)
‎
‎👉 Fakkeenya: Qarshii 30,000 yoo qusatte:
‎
‎30,000 × 8.5% = 2,550
‎
‎Ji’a 12 booda dhalli isaa qarshii 2,550 qofa.
‎
‎Jecha biraatin:
‎
‎yoo qarshii 30,000 isaan biratti qusatte, waggaa 1 booda qarshii 32,550 qofa fudhatta.
‎
‎
‎
‎2. Yoo Liqeeffattehoo?
‎(Dubbiin as jirti)
‎
‎Liqiin waggaa tokkoo hin jiru.
‎
‎Kan jiru: liqii guyyaa 15, 40, 75 qofa.
‎
‎
‎Kanneen keessaa,
‎mee isa guyyaa 40 haa ilaallu (40-days Tila jedhama)
‎
‎- Facilitation fee = 4.5%
‎- Daily fee = 1.2%
‎
‎👉 fakkeenyaaf yoo qarshii 12,000 liqeeffatte:
‎
• ‎Facilitation fee =

‎12,000 × 4.5% = 540
‎
• ‎Daily fee =

‎12,000 × 1.2% = 144

Guyyaatti 144 dhala jechuudha.
‎
‎Guyyaa 40tti yoo deebiste =

‎144 × 40 = 5,760
‎
Walumaagalatti dhalli isaa:

‎540 + 5,760 = 6,300
‎
‎
‎😳 Oh my goodness!
‎
‎Qarshii 12,000 yoo liqeeffatte, guyyaa 40 booda qarshii 18,300 deebisuuf dirqamta jechuudha.
‎
‎Baankii biyya kanaarra አራጣ አበዳሪ wayya kanan jedhuuf kanaafi.
‎
‎Unfair!

La.

Guyyatti %1.2 dhala jechuun, guyyaa 40 keessatti:

1.2% × 40 = 48%

Kana irratti immoo %4.5 facilitation fee dabalata.

👉 Walumaa galatti: 52.5%

Jechuun,
guyyaa 40 keessatti %52.5 akka dhalu agarsiisa.
Kitaaba sagaleen
OromoBook

Android-app: https://bit.ly/4o989BG
iOS-app: https://apple.co/46WP8Mk
Arsenaal 1-1 cheelsii xumurame

Arsenaal qabxii Cheelsii waliin qooddata!

Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti Cheelsiin Arsenaal waliin 1 fi 1n qixa ba'eera.

Chaaloobaan goolii Bluus yoo galchu, Miikeel Meerinoon ammoo Arsenaaliif qixa galche.

Cheelsiin walakkaa jalqabaa irratti erga Moises Caicedo kaardii diimaa argateen booda gara dhiirota kudhanitti gadi bu'eera.

Sadarkaan liigii isaanii maali?

1️⃣ Arsenaal: - Qabxii 30
3️⃣ Cheelsiin: - Qabxii 24

Taphoota itti aanan?

Kibxata - Liidsi Yunaayitid fi Cheelsii

Kibxata - Arsenaal fi Bireenfoordi
Liivar puul 2-0 weestingham yuunatid

Liivar puul iinjifannoo galmeessuun, karaa injifannootti deebi'eera!

Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti Liivarpuul Weestihaam Yunaayitid 2 fi 0n injifate.

Galchiiwwan injifannoo Aleeksaandar Isaak fi Koodii Gaakoon galchaniiru.

Florian Wertz taphoota Liivarpuuliif goolii malee taphateera.

Taphataan sarara fuulduraa lammii Siwiidin Aleeksaandar Isaak goolii jalqabaa Piriimiyerliigii Ingiliiz Liivarpuuliif galche.

Taphataan Weestihaam Lukaas Paakeetaan erga kaardii diimaa argateen booda tapha itti aanu Maanchistar Yunaayitid hin hirmaatu.

Taphoota biroo keessatti
- Aston Viilaan Woolvis 1 fi 0n injifate
- Biraayitan Nottingham Forest 2 fi 0n injifate.

Liigicha keessatti akkam jiru?

3️⃣ Aston Viilaa :- Qabxii 24
5️⃣ Biraayitan :- Qabxii 22
8️⃣ Liivarpuul :- Qabxii 21
1️⃣7️⃣ Weestihaam Yunaayitid :- Qabxii 11

Sagantaa itti aanu?

Kibxata - Liivarpuul fi Saandarlaandii

Kamisa - Maanchistar Yunaayitid fi Weestihaam
❤2👍1
Cheelsii 1-1 Arsenaal

Cheelsiin gootummaa cimaa agarsiise. Daqiiqaa 50 ol taphattoota 10niin taphate.

Arsenaal bara kana waancaa mo'ataa? Maal taajjabdan? Deeggartoonni Arsenaal torban darbe miira waancaa harka galfachuu qabu ture. Har'a hoo? Nuu barreessaa.
Waraanni Sudaan gandoota Kordofan Kibbaa hedduu deebisee qabate

Gandoonni fi magaalonni xixiqqoo torban humnoota mootummaatiin qabaman Sochii Bilisummaa Ummata Sudaan-Kaabaa kan bara 2011 irraa eegalee bulchiinsa Kordofan Kibbaa fi Bluu Naayilii keessatti ofiin of bulchuuf qabsaa’aa tureen qabamaniiru.

Erga waraanni biyya keessaa biyyattii Ebla bara 2023 dhoohee booda haleellaa guddaa raayyaan ittisa biyyaa naannichatti raawwate isa jalqabaa ta'uun gabaafameera.
❤3👍1🥰1
♾Infinity crypto️
Photo
#DAMMAQNUU?
Dargaggoota Oromoo biratti Chaayinaan baay’ee milkaa’aa jirti. Qabsoo nu harkaa gatte! Amma qabsoon ijoollee Oromoo geemii mo’atanii “Afaan Oromootiin geemii taphatanii mo’uun ni danda’ama!” jechuurra ga’eera. Namoonni dura ta’uu qaban duuba ta’anii warri beekamtiif dafqaa oolan yommuu hiriira dursan:- manatu jiga, beektotatti bitaa gala, hayyuun afaan qabata, wallaalaan in durooma, beekaan hagabuu bula. Gorsaan gorfamaa ta’a; gorfamaan gorsaa ta’a. Barsiisaatu baay’ata; barataatu xiqqaata. Beekumsi mana cufata; beekamtiin dirree qabata. Pirofeeseroonni golatti baqatu; Maayimoonni certificate hin qabne “Creative Award” jedhanii waltajjii qabatu. Miidiyaaleen biyyaa hundi wallaalotaan ugguramu. Kunimmoo biyyittiin nama ishee eegu akka hin qabne natti mul’isa!…..irrumaan isiniif qafqafe malee dhimmichi marii guddaa barbaada.

Biyyi TikTok argatte Chaayinaan ofii TikTok fayyadamaa hin jirtu. Kana beektuu laata? Rasaasa ittiin addunyaa rukutaa jirtu kana tolchitee ofirraa eegaa jirti. Hojiitti jirti. Biliyeenaroota hedduu horatteetti. Dargaggoonnishee halkaniif guyyaa kan isaan irratti bobba’an barnoota, ijaarsaa fi tekinoloojii irratti. Walumaa galatti hojii hojjechuurratti! Daandii qulqulleessuun hojii guddaadha! Biyya bulchuunis hojii guddaadha. Achitti hojiin wal hin caalu!

Gara Oromiyaa yeroo dhufnu, dargaggeessi waggaa 20 garaasaa duwwaa, otoo homaa hin nyaatiin ilkaan isaatiin ergama namaaf kolfaa oola. Akka nama maraatees mana bunaa jala sa’atii 3 fi isaa ol taa’a. Inuma kolfa. Otoo wanta nama boochisu kumaatamaan baatee jiruu! Garuu dhoksaan tokko hin galiifiin jira. Akka dhukaasni irratti banamee jiru hin beeku. Du’aa jira!……kunis qafqafa!

Namni asii gaditti argitan kun isicha TikTok argatedha. Zhang Yiming jedhama. Biiliyeenera Chaayinaa, qabeenya doolaara Biiliyoona 49.5 tti tilmaamamu nama qabudha. Innis TikTok account hin qabu😁. Isa afaan banutti rasaasa naqaa oola. Rasaasa hiyyummaa fi rasaasa wallaalummaa!
❤1
#Miilli ol adeemaa kanaa #lamaan isaatu cite 😭
Halkaan hirribaa ka’uun miilli koo natti hin jiruui ? jedhee haadha isaa gaafate 😭💔
#Mucaan kun hojii konkolaataa miiccuu (laaviyaajoo) hojjetee utuu ofii isaaf maatii isaa gargaaraa jiruu makinaan dha’e, amma haala suuraa irraa argamuun miilli isaa lamaan itti citeera, gadda baay’ee laphee namaa cabsu 💔

#Baasii mana yaalaa keessatti isaan gaafataman immoo hanga qarshii 100,000 ttidha, harmeen isaa akka bo’aanitti oolu, adaraa keessan namni hundumtuu waan dandeessaniin nu gargaaraa
ANI SIIF JIRAA CHARITy

Karaa lakk herregaa Obboleetti isaaf Harmee isaa
CBE
1000669541008
Boontuu Amanuueel

1002900177034
Meetii Tasammaa kan jedhuun gargaaruu dandeessu.
#Adaraa maatiiwwaan keenyaa share nuuf taasisun akka isaan gargaaraman taasisaa 🙏
Deetaan Ministeera Duraani Obbo Taayyee Danda'aa Hidhaa Waggaa Torbaan itti murtaa'e.

Deetaan Ministeera Duraani Obbo Taayyee Danda'aa Hidhaa Waggaa Torbaan akka adabamu Manni Murtii beeksiissee jira.

Manni Murtii dhaddacha har'a taa'een Deetaan Ministeera Duraani kan turan Obbo Taayyeen danda'aa yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama akkasumas birrii 5,000 akka adabaman murtoo dabarsee jira.
👍2😢1
♾Infinity crypto️
Deetaan Ministeera Duraani Obbo Taayyee Danda'aa Hidhaa Waggaa Torbaan itti murtaa'e. Deetaan Ministeera Duraani Obbo Taayyee Danda'aa Hidhaa Waggaa Torbaan akka adabamu Manni Murtii beeksiissee jira. Manni Murtii dhaddacha har'a taa'een Deetaan Ministeera…
Taayyee Danda'aa hidhaan cimaan woggaa 7 fi ji'a 2 itti murtaa'e.

Oduu Jirra 24/7 Muddee 2025

Deeta Ministira Nageenna Itoophiyaa duraaniifi Miseensa Caffee Oromiyaa kan te'an Obbo Taayyee Danda'aa hidhaan cimaan woggaa torbaafi Ji'a lamaafi birriin Kuma 5000 itti murtaa'e.

Carraan Taayyee Danda'aa dhaqqabee gola Oromoo hundaa dhaqqabuu waan hin oolle fakkaata.

Mootummaan Abiy Ahimad Meeshaa Woraanaa eegumsa Taayyeef ramadeen deebisee himatee hidhaa cimaa woggaa torbaa itti murteessee.

Carraan kun Taayyee Danda'aaf mala hin turre.

Murtiin Taayyeerratti darbe biyyattii keessa Seeraafi Heerri akka hin jirre mirkanesssa.

Kufaatiin Mootummaa Abiy Ahimad dhiyoo waan jirtu fakkaatti.

Taayyee Danda'aa gaafa Shimallis Abdiisaafi Abiy Ahimad miila Tigree dhiqxee dhuungataa baateeyyuu qabsoo Oromootiif mana hidhaatti dararamaa tureera.

Obbo Taayyee Danda'aa dhugaa dubbatuu nama sodaatuu miti,sirrii te'uu beeknaan dubbachuurraa duubatti hin jedhan.

Akka Heeraafi Seera Itoophiyaatti silaa namni Miseensa Caffee/ Paarlamaa mirgi himatamuu dhabuu isaanii kabajamuu qaba.

Kun akka hin teeneef Mootummaan biyyattii bulchu Abbaa irreeti. Dhiiga namaa dhangalaasee Daandii ijaara.

Taayyee Danda'aa yoomiyyuu goota ija barbadaati.kan Abiy Ahimad aangoo korsiise inni Jalqabaa Taayyee Danda'aa ture. Garuu akkuma Lammaa Magarsaattille baqatee biyya hin baane achumatti Mirga Ummata Oromootiif dubbatee hidhaan cimaan woggaa torbaafi Ji'a lamaa itti murtaa'e.
😢2👍1😁1
Mootummaan Eertiraa namoota waggaa 18f murtii malee hidhaman 13 gadhiise

Mootummaan Eertiraa namoota waggaa 18f mana hidhaa waraanaa keessatti murtii malee hidhaman 13 gadhiisuu isaa maatiin isaanii BBC Tigrignaatti himaniiru.

Namoonni dhuunfaa kudha sadii kunneen mana hidhaa waraanaa Maayi Sirwa jedhamuun beekamu, mana hidhaa eegumsa olaanaa qabu kan aanaa Anewen rakkisaa ta'e keessatti hidhamanii turan.

Namootni bilisa bahan daldaltoota, poolisoota fi ogeessota ogummaa adda addaa irraa kan hammatan yoo ta’u, Kamisa Adoolessa 25, 2018 ibsa malee gad lakkifamanii maatii isaanii waliin walitti makamaniiru.
👍1
🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa

📱TIKTOK ACCOUNT 😀 followers above 50k
🌐 FACEBOOK ACCOUNT
📱 YOUTUBE
🌐TELEGRAM CHANNEL
😎 TELEGRAM OLD GROUP

➕Akkasumas


🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵

✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa

@am19273
@am19273
❤1
#Oduu_Ammee

Komishinar Lalisee Dhugaa Fayyan

Komishinarri Komishinii turiziimii Oromiyaa Aadde Lalisee Dhugaa dhibee isaan mudate irraa fayyuun dhagayame
👍4❤3🥰1🤝1
base (2).apk
10 MB
Cricfy updated version 5.5
Namoonni kubbaa miila mana keessan taahun ilaalu barbaaddan fayyadamaa!