Care Plus Medium Clinic purpose is to provide walk-in healthcare services for both routine and urgent medical needs,Having all services under one roof makes it easy and accessible to all.
Care Plus Clinic is unique by its outstanding professionalism of its medical and administrative staff.
Our healthcare professionals are dedicated to providing outstanding services and care to all those we serve, while utilizing the most advanced diagnostic and treatment services available for our patients.
Our goal is to operate on a level with the highest efficiency, quality and effectiveness. Aside from our committed staff, we have a special approach to how we serve each of our patients.
We support a patient-friendly approach to healthcare, which means educating our patients about the importance of taking a care of their health and reducing the impact of their illnesses.
Today, patients’ health is our highest value and concern. Taking care of the most important, we follow our main principles: highest standards of medical services, highest quality and reliability of medical care, honesty and openness towards our patients.
⚪️⚪️
Kaayyoon Kilinika Care Plus Medium tajaajila eegumsa Fayyaa fedhii yaalaa idilee fi yaala ariifachiisaaf kennuudha,Tajaajila hunda Iddoo tokko jalatti qabaachuun yaalamaa keennaaf tajaajila salphaa fi hundaaf dhaqqabamaa taasisu dha.
Kilinikiin Care Plus ogummaa olaanaa hojjettoota yaalaa fi bulchiinsaa isaatiin adda kan taeefi Ogeeyyiin eegumsa fayyaa keenya namoota tajaajillu hundaaf tajaajila adda ta’e fi kunuunsa kennuudhaaf kan of kennan yoo ta’u, tajaajila adda baasuu fi wal’aansaa sadarkaa olaanaa Yaalamtoota keenyaaf kennuu irratti Gahumsaa fi Muxannoon kan guuttamaniidha.
Galmi keenya sadarkaa Fayyaa gahumsa, qulqullinaa fi bu’a qabeessummaa olaanaa ta’een hojjechuudha. Hojjettoota keenya kutannoo qaban cinaatti, akkaataa dhukkubsattoota keenya tokkoon tokkoon keenya itti tajaajillu irratti Adda kan taanedha.
Har’a fayyaan Yaalamtoota keenyaa gatii fi yaaddoo keenya isa olaanaadha. Maamila keenya kunuunsuun, tajaajila yaalaa sadarkaa olaanaa, qulqullina olaanaa fi amanamummaan kunuunsa gaariin yaalamtoota keenyaaf ni kennina.

Kilinikiin Care Plus ogummaa olaanaa hojjettoota yaalaa fi bulchiinsaa isaatiin adda kan taeefi Ogeeyyiin keenya namoota tajaajillu hundaaf tajaajila adda ta’e fi kunuunsa kennuudhaaf kan of kennan yoo ta’u, tajaajila adda baasuu fi wal’aansaa sadarkaa olaanaa Yaalamtoota keenyaaf kennuu irratti Gahumsaa fi Muxannoon kan guuttamaniidha.
Galmi keenya sadarkaa Fayyaa gahumsa, qulqullinaa fi bu’a qabeessummaa olaanaa ta’een hojjechuudha. Hojjettoota keenya kutannoo qaban cinaatti, akkaataa yalamtoota keenya itti tajaajillu irratti Adda kan taanedha.

Thank you all to the staff of
CARE PLUS Medical Clinic🏆
The efficiency with which you are providing ethical and clean services to your community with your Health professionals is admirable.
🟢Our specialists
🟢Our doctors
🟢Our nurses
🟢Our laboratory professionals
🟢Our ultrasound specialists
🟢Our IT Specialist
🟢Our receptionists
🟢our cleaners
🟢Securitys
We Are Proud of You !
We are moving forward with all our strength and knowledge for the health of our community🏆
Care Plus Medical Clinic for Community Health.

MIDHAMU KALEE (Dadhabuu Kalee)YEROO GABAABAA
▶️Miidhaa Kalee cimaa (AKI) jedhamee kan waamamu, hojiin kalee akka tasaa gadi bu’uudha.kunis Sadarkaan seerumi kiriiyaatiniinii dabaluu, fincaan hir’achuu ykn lamaan isaaniitiin kan beekamudha. AKIn sa’aatii hanga guyyootaatti kan uumamuu danda’u yoo ta’u, sababoota adda addaa irraa kan ka’en dhufuu danda'a.
isaanis bal’inaan gosoota gurguddoo sadiitti ramadamuu danda’u:
1. Sababbi Kalee Duraa: Kunis dhangala’aan dhiigni gara kaleetti hir’achuu irraa kan ka’e yoo ta’u, kunis sababa:
- Bishaan qaama keessaa hir’achuu (fkn, garaa kaasaa(baasaan deeddebiee baasuu), garaacha, ykn garmalee haqqisiisuu baasuu irraa) .
- Onneen dadhabuu ykn rifachuu
- Dhiiga dhabuu (dhiiguu) .
- Sepsis/infection cimaa jedhamun
- Dhibee arterii kaleetiin
2. Sababbiii kalee Keessaa: Isaan kun kallattiin tishuu ykn qaama kalee irratti miidhaa qabaachuu yoo ta'u, kanneen armaan gadiitiin dhufuu danda'u:
-▶️Acute tubular necrosis (ATN), yeroo baay’ee sababa ischemia ykn nephrotoxins kan dhufu
- ▶️Dhukkuba Glomerulonephritis jedhamu
- ▶️Interstitial nephritis (yeroo baayyee sababa qoricha garagaraa fudhatuu ykn infekshiniin dhufuu danda'a) .
- ▶️Dhimma ujummoolee dhiigaa kaleetiin .
_▶️Dhukkuba Busaatiin
3. Sababbii kalee Boodan jiru: Isaan kun sababa danqamuu ykn cufamuu dhangala'aa fincaaniitiin kan dhufan yoo ta'u, kunis:
-▶️ Dhagaa ykn xirracha kalee qabaatuu
- ▶️Tumoorii ykn ixii jiraachuu
- ▶️Xannachi Piroostaatii guddachuu (benign prostatic hyperplasia) .
- ▶️Urethral strictures (walitti Maxxanuu ujoommoo fincaanii)
### Mallattoolee dhukkubaa
Mallattoon AKI garaagarummaa qabaachuu danda’a garuu kanneen armaan gadii of keessatti qabachuu danda’a:
- ▶️Fincaan bahu hir'achuu
- ▶️Miila, jilba, ykn naannoo ijaa,fuulli dhiita’uu
- ▶️Fincaan bifa jijjiirachu
-▶️ Ol nama jechuu fi fedhii nyaataa hirrachu
- ▶️Hinqirsuu qabaatu
-▶️ Hafuura baafachuu dadhabuu
-▶️Oi Qaamaa dabaluu
_▶️Dadhabina qaamaa qabaatuu
### Qorannoo
Qorannoo yeroo baay’ee kanneen armaan gadii of keessatti qabata:
- Qorannoo dhiigaa hamma seerumi kiriiyaatiniinii fi yuuriyaa naayitiroojiinii (BUN) dhiigaa safaruuf
- Xiinxala fincaanii ba’aa fi walnyaatinsa fincaanii ilaaluu
- Qorannoowwan suuraa (fkn, altiraasaawundii) danqaawwan wanti karaa fincaanii cufan jiraachuu isaanii ilaaluu.
- Yeroo tokko tokko, sababa adda baasuuf baayoopsii kalee fudhatuun barbaachisaa ta'uu danda'a.
### Wal'aansa
Wal’aansi AKI sababa isaa furuu irratti kan xiyyeeffatu yoo ta’u, kanneen armaan gadii of keessatti qabachuu danda’a:
- Dhangala’oodhaan bishaan deebisuu (yoo sababa kalee duraa ta’e) .
- Qorichoota nefrootoksiiksii ta'an addaan kutuu
- Dhibee biraa kan jiru yaaluu (fkn, dadhabuu onnee, infekshinii) .
- Haala cimaa ta’een ykn rakkoon lubbuu namaa balaa irra buusu yoo jiraate daayaliisiisii barbaachisuu danda’a.
#AKI sababa, ciminaa fi fayyaa waliigalaa dhukkubsataa irratti hundaa’uun garaagarummaa qaba. Dhukkubsattoonni hedduun guutummaatti ni fayyu, garuu tokko tokko miidhaan kalee yeroo dheeraa ykn gara dhukkuba kalee yeroo dheeraa ta’etti guddachuu danda’a.
Gaaffii addaa yoo qabaattan ykn waa'ee acute renal failure odeeffannoo bal'aa yoo barbaaddan, bilisaan gaafadhaa!
Odeeffannoo dabalataa fi yaala isaa ykn qorannoo guutuu
🔴🔵🟢Kiliinika GG Keer Pilaas Baalee Roobee Naannoo Masjida Hamzaa tti argattu.🔴🔵🟢

▶️Qorannoo fi yaala Hormaataa Guutuu barbaadduu?
▶️Garaan taauu didee rakkattanii jirtuu?
▶️Garaan taaee irra deddeebin bahuun ni jiraa?
▶️Laguun yeroo isaa malee dhaabbatee jiraa?
▶️Laguudhan wal qabatee yaaddon ni jira taanaan
▶️Qorannoo Fiixee Gadaamessaa
▶️Baqaqsanii yaaluu Gadaamessaa
▶️Qorannoo fi yaala harmaa
▶️Hordoffii Ulfaa fi Daumsaaf
▶️Dhiibbaa dhiigaa yeroo ulfaatiin rakkachaa jirtuu
▶️Yaala Dhukkubbi dahumsa boodaa
▶️Yaaddoo Dhaladhabuu(Maseenummaa) qabaattan taanaan
Gara Kilinika GG KEER PILAAS Koottaa❗️
Speeshaalistii ulfaaf Gadaamessaa Muxannoo qabuun yaalamaa.
Teessoon: Baalee Roobee Naannoo Masjida Hamzaa Aspaaltii gubbaa
odeeffannoo dabalataaf
0913979001/0932307566

🔬YAALA DAAIMMANII BAALEE ROOBEE NAANNOO HAMZAA KILIINIKA GG
KEER PILAASITTI ARGATTU❗️🔬
### . Hordoffii Guddina Daa'immanii Gaarii ni argattu
- Guddinaa fi cimina daaimmanii yeroo yeroon hordofuu .
- Madaallii fayyaa qaamaa, Sammuu fi hawaasummaa hordofuu.
### . Talaallii daaimmanii .
- Talaallii akkaataa sagantaa yaadameen kennuu irratti Barumsa matiidhaaf barbaachisummaa talaallii kennu .
### . Kunuunsa Cimaa .
- Dhukkuboota fi miidhaawwan beekamoo ta’an adda baasuu fi yaaluu.
- Dhibee yeroo dheeraa hordofuu fi yaaluu (fkn, asmii, dhukkuba sukkaaraa).
### . Barnoota Fayyaa .
- Maatii dhaaf :soorata daaimmanii , sochii qaamaa, fi filannoo jireenya fayya qabeessa daaimman isaaniif akka godhan deeggarsa kennu .
### . Deeggarsa Fayyaa Amalaa fi Sammuu
- Yaaddoo, dhiphina sammuu, fi dhimmoota fayyaa sammuu biroo qorachuu.
- Yeroo barbaachisaa ta’etti gara ogeessotaatti erguu.
### . Kunuunsa Qindoominaa gochuu .
- Dhiyeessitoota eegumsa fayyaa biroo, ogeeyyii, fi manneen barnootaa daaimmanii waliin tumsa daiimman keessaniif gochuu.
-Yeroo barbaachisaa taetti deeggarsa rifaraala mijeessuu fi kunuunsa hordoffii riferaala boodaan jiru gochuu.
### . Kunuunsa Maatii Giddugaleessa godhate ni kennina .
- Adeemsa kunuunsaa keessatti hirmaannaa warraa fi kunuunsitootaa.
- Fayyaa daimman keessaniitiif maatiidhaaf deeggarsa barbaachisu hunda ni kennina.
### . Kunuunsa Hatattamaa (emergency care) .
- Tajaajila Fayyaa hatattamaa bu’uura godhatun haalawwan ciccimoo xiyyeeffannoo hatattamaa barbaadaniif Tajaajila siataa ni kennina.
### . Tajaajila Fayyaa Bilbilaa .
- Daawwannaa viirchuwaalaa marii hatattamaa hin taaneef.
- Keessattuu maatii naannoo fagoo jiraniif kunuunsa barbaachisu irratti tajajila fi gorsa bilbilaa fi virchuwaala vedio argachuu dandeessu.
- Kilinikni keenya Naannoo Daa'immaniif Mijatu kan taee fi qulqulini fi Simannan keenya Daaimmaniif hawwata kan taeedha:
-### Kunuunsi fi wal'aansi keenya bal’aa fi guddina waliigalaa daa’immanii irratti kan xiyyeeffatudha.

Maloota Dhukkuboota Turaa(chronic desease)of irraa ittisnuun
▪︎
▪︎
¤Dhibeeleen chronic (Turaa)ta'an keessaa isaan hedduminaan mullatan
•Dhukkuba Onnee(chronic)
•Kaansarii Sombaa(chronic)
•Dhukkuba Kalee(chronic)
•Dhukkuba Sukkaaraa
•Dhiibbaa Dhiigaa
•Miidhama Sammuu(Stroke)
•Wa irraanfatuu
•Cinqamuu
•Dhukaba sirna hargansu ukkamsu(COPD)
•Asmii fi ...kan biroos hedduun ni argamu
Dhibee kanniin Of irraa ittisuuf maloota jiran keessaa
1,ARAADA ADDA ADDAA IRRAA FAGAATU
◇Sijaaraa Aarsuu dhiisuu dhaan,Dhukkuba Onnee,Kaansarii,Dhibee Sukkaaraa Type2,Dhiibbaa dhiigaa fi dhibee Turaa kan biroos of irraa ittisuun ni danda'ama
◇Dhugaatii(Alcohol) irraa fagaatuu,hirrisuu ykn dhiisuu dhaan Dhukkuba Tiruu,Stroke,Kaansarii,Dhiibbaa dhiigaa fi kanneen biroo irrahis of ni Ittisna
2,SOORATAA (NYAATA)MADAALAWAA SOORATUU
Sooratni nuti Soorannu beeknees taee osoo hin beekin dhibeelee hedduuf nu saaxilu.
nyaata keenna sirreeffachuun Fayyaa keenyaaf dirqama.
>Kudraa fi mudraa Sooratuu heddummeessu
>Cooma hirrisu
>zayita nyaataan bilcheessinu filatuu
>Dhadhaas taee zayita heddumeessuu dhabuu
>Nyaata gabaa irraa binnu fayyuma isaanii mirkaneeffachuu dhaan dhibee hedduu ofirra ittisuun ni danda'ama
♡♡Nyaata keenna filachuun Fayyaa keenyaaf murteessaadha
3,SOCHII QAAMAA (ISPORT)HOJJACHUU AADEEFFATUU
4,HIRRIBA GAHAA RAFUU
Hirriba gahaa rafuu dhabuun dhibee akka
♧Sukkaaraa
♧Furdina qaamaa dabaluu(Obesity)
♧Cinqama Sammuu
♧Dhukkuba Onnee tiin walitti dhufeenya hedduu qabu.
●Namni tokko guyyatti yo xiqqaate sa'aati 7 rafuu qaba
5,DHUKKUBOOTA MAATII KEESSATTI ARGAMAN BEEKUU
Dhukkubni hedduun maatii keenya irratti argaman firummaa fooniitiin nutti dabruu dandahan.
Fkn >dhukuba Sukkaaraa,Dhiibbaa dhiigaa,dhukkuba onnee,Asmii fi dhibeen kaansariis tae kanneen biroo Firummaan maatii keenya irraa nutti dabruu kan dandahan heddutu jiru,kanaaf dhibee maatii keesatti argamu adda baafatuun of eeggannoo adda addaa godhuun barumsa Fayyaa fudhatuun dhibee kanniin ittisuu ykn umrii ijoollummaatiin akka nutti hin argamne tursiisuun ni danda'ama.
6,QORANNOO FAYYAA QAAMA GUUTUU GODHUU
■Fayyaan Qaama keenya maal irra akka jiru qorannoo garagaraa yeroo Adda Addaatiin taasisuun fayyummaa keenya beekuu ,rakkina argame kamuu yeroo dhaan yaalamuun rakkoo dabalataaf akka hin Saaxilamne gochuun barbaachisa dha.
🔴
🔴
🔴
Yaalaafii qorannoo Dhibeelee Turaa ta'an kamuu gara Kiliinika GG
KEER PILAAS Baalee Roobee naannoo Hamzaa dhufuun tajaajila qulqulluu fi Siataa ,ogeessota Muxannoo gahaa qabaniifi Maashinoota Yaalaa teknooloojiin Saayinsii fayya amma irra gaheen,gatii madaalawaa hawaasa keennaaf Gooneen Yaalamuu fi Qoratamu dandeessu.
Fayyaan hunda Keenyaaf❗
🔬kiliinikni KEER PILAAS FILANNOO KEESSAN HAA TAU🔬

🌬Dhukkuba TB Sombaa🌬
Dhukkubni TB Sombaa maali?
Dhukkubni Sombaa (TB) infekshinii baakteeriyaa *Mycobacterium tuberculosis* jedhamu kan adda durummaan somba miidhudha. Innis haalaan hamaa kan taee fi yeroo namni dhukkuba kanaan qabame qufa'u ykn haxxiffatu qilleensa keessaatti babal'achuu kan danda'uudha. TBn yoo hin yaalamne mallattoolee sirna hargansuu cimaa fi rakkoolee cimaa fiduu danda’a.
#Mallattoolee dhukkuba TB
Mallattoowwan dhukkuba TB sombaa kanneen beekamoo ta’an:
⏩️Qufaa Yeroo Dheeraa: Qufaa itti fufiinsaan torban lamaa ol kan turu yoo ta’u, yeroo baay’ee dhiiga ykn Aakhee malaa kan qabu dha.
⏩️Dhukkubbii qomaa ykn waraansa qomaa: Mijachuu dhabuu ykn dhukkubbiin naannoo Qomaatti namati dhaga'amuu danda'a.
⏩️Ulfaatina qaamaa hir’isuu: Ulfaatina qaamaa haala hin ibsamneen baayyee hir’atuu ykn fedhii nyaataa hir’isuu.
⏩️Ho’a qaamaa: Ho’a qaamaa sadarkaa gadi aanaa taeefi innis yeroon darbaa deemuun hammachuu danda’u.
⏩️Dafqa Halkanii: Haljan Yeroo hirribaa garmalee dafquu.
#Qorannoo dhukkuba TB
Dhukkuba TB sombaa adda baasuun qorannoowwan hedduu of keessaa qaba:Isaan keessa muraasni
▶️Chest X-Ray/Raajii qomaa: Suuraa kaasuun somba keessatti wantoota hin baramne adda baasuu.
▶️Qormaata Sputum Smear Test/Aakhitaa qoratuu: Xiinxala Aakhitaa somba keessaa bayeen baakteeriyaa TB jiraachuu isaa adda baasuu.
▶️Qormaata Gogaa TB (Mantoux Test): Qormaata gogaa baakteeriyaa TBf saaxilamuun jiraachuu isaa adda baasuufi
▶️ Qorannoowwan akka Jiin Eksparti jedhamanin kan adda bahuu dha.
#Wal'aansa
Wal’aansi dhukkuba TB sombaa akka waliigalaatti:
Yaala Antibaayootikii: Koorsii antibaayootikii kanneen akka isoniazid, rifampin, ethambutol, fi pyrazinamide baakteeriyaa TB ajjeesuuf kan gargaaraniidha.
Yaala Kallattiin hordoffiin yaaluu (DOT): Ogeeyyiin eegumsa fayyaa dhibamaan qoricha fudhachuu isaanii akka ilaalan gochuun dhukkubsattoonni wal’aansaa isanii akka hordofan gochuu.
Wal’aansa Yeroo Dheeraa: Akkaataa idileetti baakteeriyaa guutummaatti dhabamsiisuu fi dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuuf qoricha wal irraa hin cinne ji’oota 6 hanga 9 barbaachisa.
#Ittisa
Tarkaanfiiwwan ittisaa kanneen akka:
➡️Talaallii: Talaallii BCG fudhachuun carraa dhukkuba TB hir’isuuf, keessumaa naannoo baayyee Saaxilamo ta'anitti.
➡️Dhiyeenyaan dhibamaa TB tiin Qunnamtii Ittisuu: Namoota infekshinii TB tif Saxilaman daangeessuu.
➡️Qulqullina Gaarii: Qulqullina sirna hargansuu gaarii shaakaluu, kan akka yeroo qufaan ykn haxxiffannu afaanii fi hidhii haguuggachuu,Mask godhachuu.
➡️qorannoo fayyaa gochuu: Infekshiniin TB dhokataa gara dhukkuba sochii qabuutti osoo hin ce’iin dura adda baasuu fi yaaluu. namoota baayyee Saxilamoo ta'an TB yeroo yeroon sakatta’uu. fi
Ogeessa Fayyaa waliin marii gochuun barbaachisaadha.
🌬Qorannoo fi Yaala dhibee Keessootiif gara Kiliinika keenya KEER PILAASITTI koottaa.🌬
🔬CARE PLUS MED CLINIC🔬
🩺ኬር ፕላስ ሜዲካል ኪሊንክ🩺
BAALEE-ROOBEE NAANNO HAMZAA

SPINA BIFIDA
Spina bifida jechuun dhukkuba ykn rakkoo dhalootaan dhufu yoo ta’u, yeroo ulfaa lafee dugdaa fi sirni lafee dugdaa sirnaan kan hin uumamnedha. Innis gosa mudaa niwuroo tuubii (NTD) yoo ta’u, hammaafi bakka mudaa sanaa irratti hundaa’uun Rakkoolee qaamaa fi niwurooloojikaalaa Narvii adda addaa fiduu danda’a.
### Gosoota isaa yoo ilaalle:
1. Spina Bifida Occulta: Kun bifa salphaa yoo ta'u, lafee dugdaa irratti mudaan xiqqaan kan jiru yoo ta'u, lafee dugdaa fi narviin (spayinalkoordiin) Normaalii ta'ani mullatu, Namoonni gosa kana qaban baay’een rakkoo kana akka qaban illee beekuu dhiisuu danda’u.
2. Meningocele: Bifa kanaan, meembraanonni eegumsaa Spayinalkoordii (meninges) naannoo lafee dugdaatti argaman lafee dugda keessaa ba’anii gara alaatti kiisha uumu. Spayinalkoordiin garuu mataan isaa bakka isaatti kan hafu yoo ta’u, gosti kun mallattoolee ykn rakkoo xiqqaa ta’e fiduu danda’a.
3. Myelomeningocele: Kun bifa baay’ee cimaa ta’eedha, Spaayinal koordii fi meninges lamaan isaanii lafee dugda keessaa ba’anii kan mul’atani dha. Kunis
#MALLATTOOLEE AKKA
➡️ laamsha’uu
➡️ miira dhabuu
➡️Fincaanif Sagaras toachuu dhabuu fi rakkoolee biroo dabalatee hanqina niwurooloojikaalaa Narvii guddaa fiduu danda’a.
### Sababootni rakkina kana fidan.
Sababni sirrii spina bifida guutummaatti hin hubatamne, garuu sababoota jeneetikii Maatiitii fi naannoo walitti makaman kan of keessaa qabu ta'uu amanama.
Yeroo ulfaa foolik asiidii (vitamin B9) dhabuun balaa guddaa kan fidu yoo ta’u, kanaafidha yeroo baay’ee dubartoonni, ulfa duraa fi yeroo ulfaa dabalataan foolikii asiidii akka fudhatan kan gorfaman.
### Mallattoolee dhukkubaa:
Mallattoon gosaa fi cimina dhukkuba lafee dugdaa irratti hundaa’uun garaagarummaa guddaa qabaachuu danda’a. Mallattoowwan beekamoo ta’an kanneen akka:
- Hir’ina qaamaa, kan akka dadhabina ykn laamsha’uu miila
- Rakkoo to’annoo ujummoo fincaanii fi Sagaraa
- Hydrocephalus (dhangala'aan sammuu keessatti kuufamuu) .Mataan dabalaa deemuu
- Hir’ina guddinaa ykn hubannoo dhabuu
- Gogaan naannoo sanii madaa'uu,tarsauu ykn infekshinii Uumuu,Surriin naannoo sanniin dhangalauu.
### Qorannoo:
Yeroo baayyee yeroo ulfaa altiraasaawundii dhaan ykn qorannoo dhiigaatiin (kan akka qorannoo alfaa-feetoopirootiinii seerumi haadha)tiin adda baafamuu danda’a. Yoo argame qorannoowwan suuraa dabalataa kan akka MRI Qorannoo bal’aa ta’eef fayyadamuunis ni danda’ama.
### Wal'aansa:
Wal’aansi rakkoo kanaa gosaa fi cimina dhibee kanaa irratti hundaa’a. Filannoon kanneen akka:
- Baqaqsanii hodhuu: Yeroo tokko tokko baqaqsanii hodhuun osoo hin dhalatin (in utero) ykn erga dhalatee yeroo muraasa booda madaa cufuudhaan raawwatamuu danda'a.
- Yaala qaamaa: Sochii fi humna miilaa fooyyessuuf gargaara.
- Meeshaalee gargaarsaa: Kan akka wiilcheeri, ykn meeshaalee sochii deemsa qaamaa birootin deeggaruunis jira.
- Rakkoolee wal qabatanii dhufanif : Kan akka dhimma ujummoo fincaanii fi Sagaraa , haayidiroocephalus, fi rakkoo lafee tif yaala fi deeggarsa gochuu.
Daaimman spina bifida qaban gosa fi sadarkaa isaa irratti hundaauun garaagarummaa guddaa qaba. Namoonni bifa salphaa qaban hedduun jireenya Normaalii ta’e jiraachuu kan danda’an yoo ta’u, kanneen bifa cimaa qaban ammoo kunuunsa fayyaa fi deeggarsa itti fufiinsa qabu barbaadu .
Qorannoo fi Yaala dhibee Keessootiifi Hordoffii haadholii fi daaimmanii argatuuf gara Kiliinika keenya KEER PILAASITTI koottaa.
🔬CARE PLUS MED CLINIC🔬
🩺🏪ኬር ፕላስ ሜዲካል ኪሊንክ🏪🩺
BAALEE-ROOBEE NAANNOO MASJIDA HAMZAA

🔬Raammoo Entrobiasis🔬
Yeroo baayyee enterobiasis jedhamuun kan beekamu, infekshinii raammoo pinworm, saayinsiidhaan *Enterobius vermicularis* jedhamuun beekama. Infeekshiniin paraasayitii kun baay’inaan daa’imman irratti kan mul’atu yoo ta’u garuu namoota umurii kamiyyuu miidhuu danda’a.
### Qabxiilee Ijoo waa'ee Enterobiasis:
⏺️Karaan ittin daddarbu
Infeekshiniin kun adda durummaan karaa harkaa-afaaniin daddarba. Hanqaaquun raammoo piini bakka faalame, uffata, siree fi harka irratti argamuu danda’a. Yeroo gara garaa keennaa liqimfamu hanqaaquun isaa kuni infekshiniitti ykn dhibee kanatti nama geessa.
2.Mallattoon dhibee kanaa
▶️Eegee nama hooksisuu keessattu halkan(Raammon tuni hanqaaquu isii yeroo hedduu halkan hanqaaqti)
▶️Hirriba nama dhorkuu fi yeroo tokko tokko
▶️dhukkubbii garaa qabaatuu danda’a.
3. Qorannoo
Qorannoo kan godhamu akkaataa adda addaatiin hanqaaquu raammoo piini adda baasuudhaani. "Qorannoo teeppii" mala barame yoo ta'u, hanqaaquu walitti qabuuf teeppii ifa ta'e naannoo qaama taa'aa irratti dibamee, sana booda maaykirooskooppiidhaan 🔬qoratama.
4. Yaala
Wal’aansi yeroo baay’ee qoricha farra paraasayitii kan akka mebendazole ykn albendazole of keessaa qaba. Yeroo baayyee maatiin hundi yeroo tokkotti wal bira ilaalamuun yaalamuun akka deebi’anii hin qabamne fi nama irra namatti hin dadarbine gorfama.
5. Ittisa:
➡️Qulqullinaa gaarii qabaatuu, kan akka yeroo hunda
➡️ harka dhiqachuu,
➡️qeensa qubaa gabaabaa gochuu, fi
➡️uffata siree fi uffata yeroo hunda dhiquu, raammoon piini akka hin babal’anne gargaaruu danda’a.
Yoo infekshinii ykn dhibee kana shakkite ykn mallattoolee isaa qabaatte, qorannoo fi yaala sirrii ta'eef Gara Kiliinika GG
🔬Keer pilaas🔬dhufuun qoratamuufi yaalamun Furmaata argattu.