Filannoon koo si'i kan na baasuu
Haalli jijjiiramus sin gadhiisu
Nan beekaa jireenyaaf akka taatuu
Murteesseera goofta atis na gaattuu
Haala kam gararraatan si beekaa
Galma ga'uu kootiif siinan eegaa
Gurreeko naaf jiraadhu
Haalli jijjiiramus sin gadhiisu
Nan beekaa jireenyaaf akka taatuu
Murteesseera goofta atis na gaattuu
Haala kam gararraatan si beekaa
Galma ga'uu kootiif siinan eegaa
Gurreeko naaf jiraadhu
❤20🔥5🥰3
Obsa si dhowwa!
Obseen dadhabe
Jaalalli Rakkoodha;
Inni rakkatus isa jaalatedha
Eelaa Jaalalaa;
Inni Eelus isa jaalatedha
Jaalalaaf rakkachuun;
Jaalalaaf eeluun garuu
Oolee-bulee SI AJJEESA, SI MIIDHA, SI HIDHA, SI GAABBISIISA.
JAALATTEE HIN GAABBIIN. Jaalattee hin dhabiin!🖤🖤
WARQEEKO Atoo maal Jettee?
Gurreeko Atis Yaada kenni! 1ma.
Obseen dadhabe
Jaalalli Rakkoodha;
Inni rakkatus isa jaalatedha
Eelaa Jaalalaa;
Inni Eelus isa jaalatedha
Jaalalaaf rakkachuun;
Jaalalaaf eeluun garuu
Oolee-bulee SI AJJEESA, SI MIIDHA, SI HIDHA, SI GAABBISIISA.
JAALATTEE HIN GAABBIIN. Jaalattee hin dhabiin!🖤🖤
WARQEEKO Atoo maal Jettee?
Gurreeko Atis Yaada kenni! 1ma.
❤12🔥2💔2
Lubbuun waan barbaaddu hin Argatiin, yeroo hunda karaa deemtuudha; Warqeeko
❤5
1ttiiko!
Onneen koo si yaadatti
Yeroo hunda siif dhaabatti
Siifan kolfa, siifan boo'a
Siifan iyya, Siifan oo'a
dheebuu yaadaaf-qalbiikoo
Onneen koo si yaadatti
Yeroo hunda siif dhaabatti
Siifan kolfa, siifan boo'a
Siifan iyya, Siifan oo'a
dheebuu yaadaaf-qalbiikoo
❤7
Gurreeko!
Lubbuunkoo
Si wajjin jiraachuu
Hundarra filattee
Atis anaaf sammuukoo
Qofaatti dhuunfattee
Edaa kan maraate
Uu uu jechaa jedheema
Waan isa maraache
Lallabachaa adeema
Dhimma biraan qabu
Lubbuunkoo siif qal'attee
Ani Simalee hin qabu
Qalbiinkoo siif maraatte
Maal wayyaaree Gurreekoo
Yaannoo si malee jettee
Utuun in dhuftaa si eeguu
Biiftuunuu baatee lixxee
Lubbuunkoo
Si wajjin jiraachuu
Hundarra filattee
Atis anaaf sammuukoo
Qofaatti dhuunfattee
Edaa kan maraate
Uu uu jechaa jedheema
Waan isa maraache
Lallabachaa adeema
Dhimma biraan qabu
Lubbuunkoo siif qal'attee
Ani Simalee hin qabu
Qalbiinkoo siif maraatte
Maal wayyaaree Gurreekoo
Yaannoo si malee jettee
Utuun in dhuftaa si eeguu
Biiftuunuu baatee lixxee
❤4👍4👏1
Dhugaan warra dhugaa jibbaniif jibba fakkaata, hin galuufi!
🖤Siifoo dhugaan siif gala garuu Warqeeko Warqeenuu utuu akka kiyya kanatti qorama ta'ee Warqee ta'uu dhiisee daaraa ta'a ture. Qormaanni daangaa qabaaf oole malee...!
🖤Siifoo dhugaan siif gala garuu Warqeeko Warqeenuu utuu akka kiyya kanatti qorama ta'ee Warqee ta'uu dhiisee daaraa ta'a ture. Qormaanni daangaa qabaaf oole malee...!
❤2🔥2😁1
Maaliif boonya beektaa...
Kokkee keenya hudhe
Onnee keenya gube
Bulee fayya jennaan - bulee wayya jennaan
Bulee nu dhukkube.
Si dhabnee kasaarre
Jireenya jibbine
Imimmaan kolfinee
Imimmaan sirbine..
Maqaan kee dhahamnaan
Keenya imimmaani
Walleen kee banamnaan
Keenya imimmaani
Amboorraan dabarraan
Keenya imimmaani
Siidaa kee agarraan
Keenya imimmaani....
Dhugaa kee galfachuuf
Gumaa kee baafachuuf
Erga humna dhabnee - erga xiiqii dhabnee
Imimmaan cobsina kaa
Isa liqii hin qabne!
From Lataa Q
#Haaceekoo
Kokkee keenya hudhe
Onnee keenya gube
Bulee fayya jennaan - bulee wayya jennaan
Bulee nu dhukkube.
Si dhabnee kasaarre
Jireenya jibbine
Imimmaan kolfinee
Imimmaan sirbine..
Maqaan kee dhahamnaan
Keenya imimmaani
Walleen kee banamnaan
Keenya imimmaani
Amboorraan dabarraan
Keenya imimmaani
Siidaa kee agarraan
Keenya imimmaani....
Dhugaa kee galfachuuf
Gumaa kee baafachuuf
Erga humna dhabnee - erga xiiqii dhabnee
Imimmaan cobsina kaa
Isa liqii hin qabne!
From Lataa Q
#Haaceekoo
❤8🔥2👏1😁1
Forwarded from Qaroo Waamaraa
Better days
Are coming!
Rakkinaa-n hudhamtee
Yoo jiraattes siqiqaa
Karaa ba'aas dhabdee
Kan jiraattu miliqaa
Guyyaa tokko siif darba
Hin jiraattu hidhii xuuxaa
👇👇👇👇👇👇👇
♻️Join & 🔗SHARE
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa
╚════════════╝
https://t.me/ForAllthingsEye
Are coming!
Rakkinaa-n hudhamtee
Yoo jiraattes siqiqaa
Karaa ba'aas dhabdee
Kan jiraattu miliqaa
Guyyaa tokko siif darba
Hin jiraattu hidhii xuuxaa
👇👇👇👇👇👇👇
♻️Join & 🔗SHARE
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa
╚════════════╝
https://t.me/ForAllthingsEye
❤4🥰3
Qoramuun Qoraasuma.
Qoramuun kee har'aa kun akka ittiin badduuf miti. Waaqayyo yeroo ofii isaatti waan si barbaachisu qabatee SIIF dhufa. Kanaaf Qoramuun qora'uudha. Jabaadhuu qorami. Bu'aan isaa gammachuudha. Dhaabbanni tokko hojjetaa isaaf ta'u qacarachuuf qoree ilaallata ga'umsa inni qabu. Warqeen Warqummaan isaa abiddaan qoramee ilaalama, sana keessa darbee gatii qaaliin gurguramee--bitama.
Qoramuun kee har'aa kun akka ittiin badduuf miti. Waaqayyo yeroo ofii isaatti waan si barbaachisu qabatee SIIF dhufa. Kanaaf Qoramuun qora'uudha. Jabaadhuu qorami. Bu'aan isaa gammachuudha. Dhaabbanni tokko hojjetaa isaaf ta'u qacarachuuf qoree ilaallata ga'umsa inni qabu. Warqeen Warqummaan isaa abiddaan qoramee ilaalama, sana keessa darbee gatii qaaliin gurguramee--bitama.
🥰4❤3💔1