Jireenyi haaraan jireenya isa duriitti nama kafalchiisa. Yeroo duuba kee galagaltee ilaaltu.
❤10👏2🥰1
Si jaallachuu kootu akka gowwaatti na laalchise malee, ani onneetu si dhiisuu dadhabe malee humna si biraa deemu dhabee miti.
Sababni isaa, yeroo nama tokko dhugumaan jaallattu, jaalalli sun yeroo tokko tokko akka ati waan hunda irraanfattee nama sana qofaaf obsitu si taasisa. Garuu kun dadhabina miti; onnee kee keessaa jaalala dhugaa qabaachuu kee agarsiisa.

❤11👏2
Filannoon koo si'i kan na baasuu
Haalli jijjiiramus sin gadhiisu
Nan beekaa jireenyaaf akka taatuu
Murteesseera goofta atis na gaattuu
Haala kam gararraatan si beekaa
Galma ga'uu kootiif siinan eegaa
Gurreeko naaf jiraadhu
Haalli jijjiiramus sin gadhiisu
Nan beekaa jireenyaaf akka taatuu
Murteesseera goofta atis na gaattuu
Haala kam gararraatan si beekaa
Galma ga'uu kootiif siinan eegaa
Gurreeko naaf jiraadhu
❤20🔥5🥰3
Obsa si dhowwa!
Obseen dadhabe
Jaalalli Rakkoodha;
Inni rakkatus isa jaalatedha
Eelaa Jaalalaa;
Inni Eelus isa jaalatedha
Jaalalaaf rakkachuun;
Jaalalaaf eeluun garuu
Oolee-bulee SI AJJEESA, SI MIIDHA, SI HIDHA, SI GAABBISIISA.
JAALATTEE HIN GAABBIIN. Jaalattee hin dhabiin!🖤🖤
WARQEEKO Atoo maal Jettee?
Gurreeko Atis Yaada kenni! 1ma.

❤11🔥2💔2
Lubbuun waan barbaaddu hin Argatiin, yeroo hunda karaa deemtuudha; Warqeeko
❤5
1ttiiko!
Onneen koo si yaadatti
Yeroo hunda siif dhaabatti
Siifan kolfa, siifan boo'a
Siifan iyya, Siifan oo'a
dheebuu yaadaaf-qalbiikoo
Onneen koo si yaadatti
Yeroo hunda siif dhaabatti
Siifan kolfa, siifan boo'a
Siifan iyya, Siifan oo'a
dheebuu yaadaaf-qalbiikoo
❤7
Gurreeko!
Lubbuunkoo
Si wajjin jiraachuu
Hundarra filattee
Atis anaaf sammuukoo
Qofaatti dhuunfattee
Edaa kan maraate
Uu uu jechaa jedheema
Waan isa maraache
Lallabachaa adeema
Dhimma biraan qabu
Lubbuunkoo siif qal'attee
Ani Simalee hin qabu
Qalbiinkoo siif maraatte
Maal wayyaaree Gurreekoo
Yaannoo si malee jettee
Utuun in dhuftaa si eeguu
Biiftuunuu baatee lixxee
Lubbuunkoo
Si wajjin jiraachuu
Hundarra filattee
Atis anaaf sammuukoo
Qofaatti dhuunfattee
Edaa kan maraate
Uu uu jechaa jedheema
Waan isa maraache
Lallabachaa adeema
Dhimma biraan qabu
Lubbuunkoo siif qal'attee
Ani Simalee hin qabu
Qalbiinkoo siif maraatte
Maal wayyaaree Gurreekoo
Yaannoo si malee jettee
Utuun in dhuftaa si eeguu
Biiftuunuu baatee lixxee
👍5❤2
Dhugaan warra dhugaa jibbaniif jibba fakkaata, hin galuufi!
🖤Siifoo dhugaan siif gala garuu Warqeeko Warqeenuu utuu akka kiyya kanatti qorama ta'ee Warqee ta'uu dhiisee daaraa ta'a ture. Qormaanni daangaa qabaaf oole malee...!
🖤Siifoo dhugaan siif gala garuu Warqeeko Warqeenuu utuu akka kiyya kanatti qorama ta'ee Warqee ta'uu dhiisee daaraa ta'a ture. Qormaanni daangaa qabaaf oole malee...!
❤3🔥2