Qaroo Waamaraa
19.3K subscribers
2.98K photos
49 videos
73 files
1.56K links
Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!
Download Telegram
Dabaatu baalaan maree fide
Gabaatu haalaan baree dide

Barri 2019
Waan baay'ee nu diddee
Waan baay'ees nuu fidde
❤12
Eenyutu si dhowwee?
❤8
Kiyya ta'uu dhabuunkee na gubaa jiraadhus; nagaa ta'uun kee yoomiyyuu na gammachiisa.

Nama biraaf nama biraa natti taate jedhee jaalalan siif qabu gadi hin hir'isu.

Garuu ammas nadaalliin jaalala kee akkas ta'ee jira.
❤6🔥2👍1
Kan akeekkachiisan
Kan dirqisiisan
Kan dhorkan
Jiru.
❤4👍3
Namni si jaalatu maal siif godha beektaa?

1, Karoora kee deeggara
2, Dhiifama siif godha
3, Si hubata, siif hubata
4, Mufatus sirraa hin fagaatu
5, Filannoo isaa si godhata
6, Yeroo siif kenna, Si jaalata
7, Baay'ee si kabaja, Si yaada
8, Si waliin mari'ata, Si sodaata
9, Rakkoo kee siif Fura.
10, Onnee qulqulluu si jaalata.

Si dhabuu caalaa si dagachuutu na sodaachisa, garuu garaa kootu yoomiyyuu si dagachuu hin danda'u. Atis kana hunda utuu beektuu akka barbaadde na goota. Guyyaa tokko garuu dhugaan kun si gaabbisiisa.

Yaada onnee koo ta'uu kee utuu beektuu ijikee bitaaf mirga ilaalus ammas lapheen koo si qofa eeggatti.
❤10👍3🥰3
❤9🥰1👏1
Si Malee... 💔
❤8👍3💔2👏1
Imimmaan kee
No problem taanaan
Shakki him amaniin
❤10👍2😁1😢1
Ta'us!
❤5😁5
"Yaadachuu yaadee utuun taane, utuun yaadiinan yaadadhee; yaadadha."

Kun Warqee qofaaf gala.
💔15🔥2❤1
Guyyaa tokko naaf hubattee, na hubatta hangam akkan siif boo'e, hammam akkan siif joore garuu guyyicha ani Si Bira jiraachuu dhiisuun danda'a.
👏6😢4❤1🔥1
Utuu wanti na fayyaduuf na miidhu baay'ee na qabuun si wajjin fiigaa jira.

Yaada onnee kee hordofi garuu gaaffii sammuu kee deebisuuf qophaa'i.

Utuun si jaaladhuu sirraa fagaachuun koo anaaf adabbii cimaadha.
❤9🔥2🥰1
Ani gamna bishaan waadu ta'uu baadhus; gowwaa kofalchiisanii ilkaan lakkaa'an miti; Sunuu jaalalaaf malee.

Qaroo Yaadaa👁️ (Warqeef)💔
❤10🔥2
Jaalalli hidhaa Waan hundaa ti...Warqe kanas Dubbisi. Yoo kun sii gale Waa'een Xinnookee siif gala.

👉Harka kana hunda keessaa yoo hidhaman iyyuu miidhamaan tokko qofa.
❤8💔4🥰1👏1🏆1
Ani qurxummii yoon ta'e ati akka bishaaniiti.
🔥7
Yeroo hundumaa na keessa jirta.
🥰6
Siif malee...
❤6👎4💔2
Jaalalli akkasi👇

❤️Jaalalli baayyina waggaatiin hin madaalamu, yeroo tokko tokko utuma ati hin beekiin namni tokko onnee kee keessa seena.

🖤Yeroo muraasa keessatti si seenee Onnee kee irratti mootii ta'a. Sanuu furtuu ittiin banan fudhatee waan seenuuf baasuu hin dandeessu.

🖤Hanga isa/ishee malee jiraachuu hin danda'u jettutti of murteessuu irra geessa.

💘Jaalala jechuun yaadni namaa fi onneen namaa wal simachuudha malee baay'ina wantootaa miti.

Warqeeko kana yeroo argitu anaaf deebisi. 🖤
❤21
Malli maali? silas; Murteessaan garaadha.
❤8💔3🥰1
Irreechi Mallattoo Oromooti.
❤9