“Guyyaan Har’aa Finfinneef Bara Haaraa fi Bu’uura Jijjiiramaati” - Kantiibaa Adaanach Abeebee
Manni Marii Magaalaa Finfinnee yaa’ii jalqabaa marsaa 4ffaa taa’aa jiruun Aadde Adaanach Abeebee irra deebiidhaan Kantiibaa Magaalattii gochuun moggaaseera.
Irra deebiidhaan Kantiibaa Magaalattii ta’uun kan moggaafaman Aadde Adaanach Abeebee, guyyaan har’aa muudama qofa osoo hin taane, imaanaa hawaasaa irra deebiin fudhachuuf guyyaa bu'uuraa fi jalqaba bara haaraa ta'uu dubbatan.
Imaanaa guddaa isaanitti kenname haqummaa, amanamummaa fi kabajaan raawwachuudhaan jiraattota magaalattii hunda qixaan tajaajiluufis waadaa seenaniiru.
Magaalaa Finfinnee hundi qixa irraa fayyadamaa itti taatu, jireenyaaf mijattuu fi akka maqaa ishee miidhagduu taate caalmaatti ijaaruuf kan hojjetan ta’uu eeraniiru.

👍4🔥2❤1
Gimbii jirtaa dhaga'eera
Najjootti na miliqxaafani
Utuu jooruu naa gameera
Xalayyaa gaabbii xaafani
Gilgiliikee naaf buqqifta
Galaa harkakee suufeeni
Galgalaan na dhubbifta
Karaa borookee dhufeeni
Gilgaalakoo naaf hojjetta
Jilbakee gidduutti kufeeni
Warqee Warra Jootee Tulluu
Erga moote bor eessa oolluu
Najjootti na miliqxaafani
Utuu jooruu naa gameera
Xalayyaa gaabbii xaafani
Gilgiliikee naaf buqqifta
Galaa harkakee suufeeni
Galgalaan na dhubbifta
Karaa borookee dhufeeni
Gilgaalakoo naaf hojjetta
Jilbakee gidduutti kufeeni
Warqee Warra Jootee Tulluu
Erga moote bor eessa oolluu
❤8
Deebiin ija keessa Jira.
Addunyaan deemaa jirti
sammuun kan dhibame onneen koo ta'eera miira dhiphina, Samiin dukkanaa'eera.
Yoo ta'es hin beeku
beekta turte, Kanaaf halkan sanaaf dhaabadhe, Sirrii ta'ee natti hin dhaga'ame.
Yeroo hunda ni beekta
Maal gochuu akka qabnu, Giiftii ati sure set
Me sirriidha.
Keessaa na harkisa, Tasgabbii hin qabu, Ijaan alan jira.
Akka sirba simbirroota Ol ka'aa jiru.
Kanaaf keessa ilaaluuf nan dhaabadha. Ijakee keessa jechuuf Sin jaalladha.
Dhugaa caalaa Dhugaadha, Ani keessa darbuu hin dandeenye si malee...
Warqeeko ililliin kun Kennaa keeti.

❤7🔥2
Ati na biraa deemtus
Jirta qalbiikoo gidduu
Jechoonni sunneen
Dhufanii qalbiikoo idduu
Maaliif si jaaladha beekta?
Jaalalatu siif gala
Jaalalatu siif mala
Onnee kiyya bittee
Kankeetis naaf laatte
Dhugaan arge sirraa
Akka ati na jaalattuu
Akka caba kiyyaaf
A'aa jettee naa laalattu
Maaliif si jaaladha beekta?
Qaamakoo keessa jirta
Dhiiga kiyyas lixxe
Adda baasna jedhaniitu
Na keessatti citte
Warqeef utuun fiiguu
Gurreen dhufaa jirti
Utuu qalbiinkoo dhiiguu
Yaada koo na hirti...🖤
Jirta qalbiikoo gidduu
Jechoonni sunneen
Dhufanii qalbiikoo idduu
Maaliif si jaaladha beekta?
Jaalalatu siif gala
Jaalalatu siif mala
Onnee kiyya bittee
Kankeetis naaf laatte
Dhugaan arge sirraa
Akka ati na jaalattuu
Akka caba kiyyaaf
A'aa jettee naa laalattu
Maaliif si jaaladha beekta?
Qaamakoo keessa jirta
Dhiiga kiyyas lixxe
Adda baasna jedhaniitu
Na keessatti citte
Warqeef utuun fiiguu
Gurreen dhufaa jirti
Utuu qalbiinkoo dhiiguu
Yaada koo na hirti...🖤
❤14👍4
Akka jaamaa taata
Utuu ijaan ilaaltuu
Utuu gurraa dhageessuu
Utuu qalbiin hubattuu
Utuu yaadaan agartuu
Utuu lapheen hargantuu
Utuu onneen dha'attuu
Utuu harkaan qabattuu
Utuu dhugaa dubbattuu
Utuu Abjuun agartuu
Akka jaamaa taata
Akka duudaa taata
Jaalalli dhugaa;
Utuu argituu
Jaamaas si gooti
Utuu dhageessuu
Duudaas si gooti
Utuu beektuus
Wallaalaa si gooti
Utuu hin loliin
Loltee si mooti
Utuu ijaan ilaaltuu
Utuu gurraa dhageessuu
Utuu qalbiin hubattuu
Utuu yaadaan agartuu
Utuu lapheen hargantuu
Utuu onneen dha'attuu
Utuu harkaan qabattuu
Utuu dhugaa dubbattuu
Utuu Abjuun agartuu
Akka jaamaa taata
Akka duudaa taata
Jaalalli dhugaa;
Utuu argituu
Jaamaas si gooti
Utuu dhageessuu
Duudaas si gooti
Utuu beektuus
Wallaalaa si gooti
Utuu hin loliin
Loltee si mooti
❤12🥰2
Kan akeekkachiisan
Kan dirqisiisan
Kan dhorkan
Jiru.
Kan dirqisiisan
Kan dhorkan
Jiru.
❤4👍3
Namni si jaalatu maal siif godha beektaa?
1, Karoora kee deeggara
2, Dhiifama siif godha
3, Si hubata, siif hubata
4, Mufatus sirraa hin fagaatu
5, Filannoo isaa si godhata
6, Yeroo siif kenna, Si jaalata
7, Baay'ee si kabaja, Si yaada
8, Si waliin mari'ata, Si sodaata
9, Rakkoo kee siif Fura.
10, Onnee qulqulluu si jaalata.
Si dhabuu caalaa si dagachuutu na sodaachisa, garuu garaa kootu yoomiyyuu si dagachuu hin danda'u. Atis kana hunda utuu beektuu akka barbaadde na goota. Guyyaa tokko garuu dhugaan kun si gaabbisiisa.
Yaada onnee koo ta'uu kee utuu beektuu ijikee bitaaf mirga ilaalus ammas lapheen koo si qofa eeggatti.

❤10👍3🥰3
Imimmaan kee
No problem taanaan
Shakki him amaniin
No problem taanaan
Shakki him amaniin
❤10👍2😁1😢1
Guyyaa tokko naaf hubattee, na hubatta hangam akkan siif boo'e, hammam akkan siif joore garuu guyyicha ani Si Bira jiraachuu dhiisuun danda'a.
👏7😢4❤1🔥1