Qaroo Waamaraa
19.2K subscribers
2.8K photos
47 videos
73 files
1.54K links
Yoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!
Download Telegram
Jaalalli dhugaan
Yeroo aartullee
Yeroo dhukkubsattullee
Wal yaaduudha
Waliif yaaduudha
Waliin aaduudha
❀12πŸ‘2
Misooma baadiyaa
Qamadii Biyya keenyaa
❀5πŸ‘2πŸ₯°1
Harki Waaqayyoo duubaa fuudhee dura si kaa'a.
πŸ₯°11❀7πŸ‘3
Inni Lubbuu dhaloota baay'ee nyaate si bira ga'ee haa dadhabu.
❀14πŸ‘4
Yeroo tokko tokko, yaadni keenya mataan keenya, jireenya keenya nu dhabsiisuu danda’a.

Namni si beeku, Sii beeka.
πŸ‘9❀2πŸ‘1
Jireenyi waan biraa miti; yeroo hunda of haaromsaa fi of jijjiiraa deemuudha Warqeeko. Kana keessatti ammoo jaalaalli Furtuudha.
❀16πŸ‘5πŸ†1
Kutaa jireenya kee isa dhuunfaa keessatti eenyu iyyuu hin keessummeessiin. Abbaa Sitti Ta'a.
πŸ‘6πŸ‘1
Dhufee siin arguuf
Guyyaa aduu taati
Kennaa kee ilaaluuf
Halkan dukkana taati

Kuusaa jechoota kee
DILBII qalbii jaalalaa
Sababa jiraachuu kee
Naaf koottu halaalaa

Galmee koo dubbifta
Barreeffama keessaa
Ergaako naa deebifta
Gaaffii onnee keessaa


WarqittiifπŸ’”πŸ’―πŸ–€πŸ’Ž
╔════════════╗
#Qaroo_Waamaraa  πŸ’Œ
β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
https://t.me/ForAllthingsEye
❀5πŸ‘1
Nama iddoo guddaa
Qarshiif galii guddaa
Fira iddoo Guddaa
Hin Qabdu garuu
Waan Guddaatti
Milkoofta!
❀12πŸ‘3πŸ”₯1
β€œQajeelfamni jalqabaa, ofii kee akka hin gowwoomsineef of eeggachuu dha β€” sababni isaas, nama salphumatti gowwoomsuu dandeessu keessaa inni salphaan si mataan kee dha.”

...Richard Feynman...
Hiriyyaa keessaniif hiraa
https://t.me/ForAllthingsEye
πŸ”₯2❀1
Imimmaan seenaakoo
Kiyyoon ittiin hidhame
Naaf qoodi hiree koo
Yaanniko sii qoodame

Damma ishee walalaa
Warqee gootittii jaalalaa
Tullittii tulluu halaalaa
Warqittii Warqii jaalalaa

Guca dukkana qixxee
Biiftuu koo gara barii
Onnee gidduu na lixxee
Naafis ibsitaa-ree tarii


"Narraa Hiiki Wadaroo kee isa ittiin na hiite"

WarqittiifπŸ’”πŸ’―πŸ–€πŸ’Ž
╔════════════╗

#Qaroo_Waamaraa  πŸ’Œ
β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
https://t.me/ForAllthingsEye
❀8πŸ”₯2
Maatiin Qaroo Waamaraa hundi akkam jirtu?

Channel keessan Qaroo Waamaraa irraa maal utuu ta'ee ykn waa'ee maalii utuu siniif gadhiifnee kan barbaaddan nuuf barreessaa?
❀11πŸ‘7
Siif Hin Ta'u.

Namaaf filannoo lammaffaa taatee hin jiraatiin. Yoo siif bakka dursaa hin kennine, of kabajii irraa fagaadhu. Siif hin ta'u.
❀19πŸ₯°2πŸ‘1
...Hirriba du'aa rafe...

Dubbiin hiyyeessaa
Akka lama jedhani;
Tokko karaatti hafe
Waa waliin beekani
Tokko garaatti hafe
Utuu waliin seeqanii
Hirriba du'aa rafe
Utuu karraan eeganii
Giddu gidduutti hafe
Iyyanuun dammaqu
Namni beekaa rafe
Biyyoo itti waakkata
Nama du'arra laafe


Bara jiraattu keessatti waan tuqaa jaalalaa irraa kaatee hojjette gonkumaa hin gaabbiin-hin jibbiin. Jaalalli dhugaa nama hin gaabbisiisu.
❀10πŸ‘3πŸ”₯2πŸ‘1
Irraan gadee Kattaa
Sinbirroon iyyitee
Irraa mureen gata
Eessa koo jibbitee
Utuun siin jedhee
Maal naan jettaa
Faallaa isa kanaa
Maal narraa feetaa?


Yeroo tokko tokko callisuun deebii hundarra gaarii dha. Callisi.
❀6πŸ‘1
Pain never ends...We just find Another reason to smile.
❀7
Narraa fagaatte jedhee
Si yaaduun kiyya yoom hafee
Ilkeen yaada kee na iddee
Na dhiisuu dide akka caba lafee
❀9πŸ”₯1
Uffanni bareedaan ati uffachuu dandeessu, ofitti amanamummaa dha.
❀16πŸ”₯1
Har'a rakkoon si mudachuu ykn guyyaan kee hammaachuu danda'a, garuu sun jireenya kee guutuu hin murteessu.
πŸ‘14πŸ”₯3πŸ‘Ž1
HIN SODAATIIN
🌍
WAAQAYYO SI OOLCHA!
❀9πŸ‘4πŸ‘2