Kaleessa Qadaameen
Biyyaa fi gabaan biyyaa
Anis qofaa jeeqameen
Eessan oola qofaa kiyyaa
Biyyaa fi gabaan biyyaa
Anis qofaa jeeqameen
Eessan oola qofaa kiyyaa
β€10π₯1π₯°1
Mil'uu onnee kootii
Fedhii laphee jalaa
Warqee durba lootii
Mootittii Jaalalaa...
Koottu gara Ambootti
Maal fuuta halaalaa?
Gurriittiif
Fedhii laphee jalaa
Warqee durba lootii
Mootittii Jaalalaa...
Koottu gara Ambootti
Maal fuuta halaalaa?
Gurriittiif
β€7π₯2
Madaan qubaa abbaa guba
Rakkoon keessaa abbaa huba
Rakkoon keessaa abbaa huba
π4π1
Amboo Lafa seenaa
Karaa Waddeessaafi
Tulluu Dandiifi Wancii
Karaa Waddeessaafi
Tulluu Dandiifi Wancii
β€9π₯°1π1
Anis jirakaa jooraan kee
Joooraan laga qarqaraa
Mee akkami oolmaankee
Akkam jirtaa hadaraa...?
Joooraan laga qarqaraa
Mee akkami oolmaankee
Akkam jirtaa hadaraa...?
π11π2π1
Jaalalli dhugaan
Yeroo aartullee
Yeroo dhukkubsattullee
Wal yaaduudha
Waliif yaaduudha
Waliin aaduudha
Yeroo aartullee
Yeroo dhukkubsattullee
Wal yaaduudha
Waliif yaaduudha
Waliin aaduudha
β€12π2
Misooma baadiyaa
Qamadii Biyya keenyaa
Qamadii Biyya keenyaa
β€5π2π₯°1
Harki Waaqayyoo duubaa fuudhee dura si kaa'a.
π₯°11β€7π3
Inni Lubbuu dhaloota baay'ee nyaate si bira ga'ee haa dadhabu.
β€14π4
Yeroo tokko tokko, yaadni keenya mataan keenya, jireenya keenya nu dhabsiisuu dandaβa.
Namni si beeku, Sii beeka.
Namni si beeku, Sii beeka.
π9β€2π1
Jireenyi waan biraa miti; yeroo hunda of haaromsaa fi of jijjiiraa deemuudha Warqeeko. Kana keessatti ammoo jaalaalli Furtuudha.
β€16π5π1
Kutaa jireenya kee isa dhuunfaa keessatti eenyu iyyuu hin keessummeessiin. Abbaa Sitti Ta'a.
π6π1
Dhufee siin arguuf
Guyyaa aduu taati
Kennaa kee ilaaluuf
Halkan dukkana taati
Kuusaa jechoota kee
DILBII qalbii jaalalaa
Sababa jiraachuu kee
Naaf koottu halaalaa
Galmee koo dubbifta
Barreeffama keessaa
Ergaako naa deebifta
Gaaffii onnee keessaa
Warqittiifππ―π€π
ββββββββββββββ
#Qaroo_Waamaraa π
ββββββββββββββ
https://t.me/ForAllthingsEye
Guyyaa aduu taati
Kennaa kee ilaaluuf
Halkan dukkana taati
Kuusaa jechoota kee
DILBII qalbii jaalalaa
Sababa jiraachuu kee
Naaf koottu halaalaa
Galmee koo dubbifta
Barreeffama keessaa
Ergaako naa deebifta
Gaaffii onnee keessaa
Warqittiifππ―π€π
ββββββββββββββ
#Qaroo_Waamaraa π
ββββββββββββββ
https://t.me/ForAllthingsEye
β€5π1
Nama iddoo guddaa
Qarshiif galii guddaa
Fira iddoo Guddaa
Hin Qabdu garuu
Waan Guddaatti
Milkoofta!
Qarshiif galii guddaa
Fira iddoo Guddaa
Hin Qabdu garuu
Waan Guddaatti
Milkoofta!
β€12π3π₯1
βQajeelfamni jalqabaa, ofii kee akka hin gowwoomsineef of eeggachuu dha β sababni isaas, nama salphumatti gowwoomsuu dandeessu keessaa inni salphaan si mataan kee dha.β
...Richard Feynman...
Hiriyyaa keessaniif hiraa
https://t.me/ForAllthingsEye
...Richard Feynman...
Hiriyyaa keessaniif hiraa
https://t.me/ForAllthingsEye
π₯2β€1
Imimmaan seenaakoo
Kiyyoon ittiin hidhame
Naaf qoodi hiree koo
Yaanniko sii qoodame
Damma ishee walalaa
Warqee gootittii jaalalaa
Tullittii tulluu halaalaa
Warqittii Warqii jaalalaa
Guca dukkana qixxee
Biiftuu koo gara barii
Onnee gidduu na lixxee
Naafis ibsitaa-ree tarii
"Narraa Hiiki Wadaroo kee isa ittiin na hiite"
Warqittiifππ―π€π
ββββββββββββββ
#Qaroo_Waamaraa π
ββββββββββββββ
https://t.me/ForAllthingsEye
Kiyyoon ittiin hidhame
Naaf qoodi hiree koo
Yaanniko sii qoodame
Damma ishee walalaa
Warqee gootittii jaalalaa
Tullittii tulluu halaalaa
Warqittii Warqii jaalalaa
Guca dukkana qixxee
Biiftuu koo gara barii
Onnee gidduu na lixxee
Naafis ibsitaa-ree tarii
"Narraa Hiiki Wadaroo kee isa ittiin na hiite"
Warqittiifππ―π€π
ββββββββββββββ
#Qaroo_Waamaraa π
ββββββββββββββ
https://t.me/ForAllthingsEye
β€8π₯2