Silga raadaa hoote
Jabbiin qurfa quufte
Mirga koo na moote
Maaliree yoo dhufte
Cariin booressiin taliila
Warqee maqaa caaltu
Siifillee hin qabu haliila
Gurree onnee na dhaaltu
Warqeekoo=24K
Jabbiin qurfa quufte
Mirga koo na moote
Maaliree yoo dhufte
Cariin booressiin taliila
Warqee maqaa caaltu
Siifillee hin qabu haliila
Gurree onnee na dhaaltu
Warqeekoo=24K
β€4π4π4π₯1
Gaafan deemu sirraa
Faana koo fudhadhee
Lapheen koo si biraa
Waa akka qabdun hubadhee
Faana koo fudhadhee
Lapheen koo si biraa
Waa akka qabdun hubadhee
β€4π1
Michuu onnee kootii
Kichuu warra Gimbii
Sichuu taata mootii
Situ naa kuuse dilbii
Qabii natti uwwisi
Kutaa warra dambii
Warkeekoof π€24K.
Kichuu warra Gimbii
Sichuu taata mootii
Situ naa kuuse dilbii
Qabii natti uwwisi
Kutaa warra dambii
Warkeekoof π€24K.
β€10π5π1
Yaadamtuu halkanii guyyaa
Sin yaade Maal naa wayyaa
Na miti Onneekootu Sii iyyaa
Warqeeko
Oolmaa gaarii Siifan hawwa
Sin yaade Maal naa wayyaa
Na miti Onneekootu Sii iyyaa
Warqeeko
Oolmaa gaarii Siifan hawwa
β€10
Waaqayyo si eega, Waaqayyo gaaddisa kee ti, inni gara mirga kee jira.
Far 121:5
Far 121:5
β€12
Nadhii damma birraa
Dhamdhama guutuu
Kan yeroon irran darbine
Yoo jaalalaa duruu jira
Kan akkakee qalbii nama fuutu
Anoo yoomuu hin argine
Dhamdhama guutuu
Kan yeroon irran darbine
Yoo jaalalaa duruu jira
Kan akkakee qalbii nama fuutu
Anoo yoomuu hin argine
β€8
Isheen nama jaalattu
Akooftee namaa laatti
Nama arguu dharraatu
Asaaftee nama waamti
Sagalee akka sinbiraa
Qalbii namaa qoraasu
Jechi isheen dubbattu
Garaa nama rooraasu
Dhukkuba iL-qabii koof
Maaluma naaf wayyaa?
Tarii utuun si argadhee
Qoricha keenan fayyaa!
Akooftee namaa laatti
Nama arguu dharraatu
Asaaftee nama waamti
Sagalee akka sinbiraa
Qalbii namaa qoraasu
Jechi isheen dubbattu
Garaa nama rooraasu
Dhukkuba iL-qabii koof
Maaluma naaf wayyaa?
Tarii utuun si argadhee
Qoricha keenan fayyaa!
β€9β1π1
CARRAA GAARII!
Firiin qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa, har'a halkan booddee ni ifoomaan eeggamaa jira!
Barattoota kutaa 12ffaa maraaf CARRAA GAARIIN hawwa; firiin barattoota REMEDIAL garuu hanga yoonaa kan hin dubbatamnrefi, shakkii jiruun innis gidduu kana ayyaana dursa akka lakkifamu tilmaamama.
Akkuma lakkifameen, liinkii armaan gadii seenuun Liinkii isaa argattanii hordofuu dandeessu:π
https://t.me/ForAllthingsEye
Firiin qorumsa biyyoolessaa kutaa 12ffaa, har'a halkan booddee ni ifoomaan eeggamaa jira!
Barattoota kutaa 12ffaa maraaf CARRAA GAARIIN hawwa; firiin barattoota REMEDIAL garuu hanga yoonaa kan hin dubbatamnrefi, shakkii jiruun innis gidduu kana ayyaana dursa akka lakkifamu tilmaamama.
Akkuma lakkifameen, liinkii armaan gadii seenuun Liinkii isaa argattanii hordofuu dandeessu:π
https://t.me/ForAllthingsEye
β€7
Ammas si barbaaduuf
Bakkee jooraan oole
Si arguuf si argadhee
Siifan dhufa boolee
Qalbii bakkee joorte
Michuukee godhattee
Furtuu kankoo dhorte
Ofii keetti na hidhatte
Bakkee jooraan oole
Si arguuf si argadhee
Siifan dhufa boolee
Qalbii bakkee joorte
Michuukee godhattee
Furtuu kankoo dhorte
Ofii keetti na hidhatte
π5β€3
Lafa Gabaa Qubannee
Hamma Namaa Hubanne
Jette Gugeen samiirraa
Isheen dur hin dubbanne
Jireenya gabaa fakkaatu
Wal makaa akka malee
Wal gurguruuf kaatu
Madaan hadh'aa dhalee
kan biraa si gurgurata
kan biraa moo si bitata
Yeroo rakkoo si gatee
Ifa keessa si Iyyaafata
Nama badeefin booβin
Jireenyi barsiiftuu-dha
Irrattin beekamu male
Amalli agarsiiftuu-dha
Namni harβa si dhiise
Haala kee madaalee
Bineensa si nyaachise
Dhugaa tures haalee
Gaabbiin deebi'ee dhufa
Miillakeetti dhufee kufa
Warra nu gatan irraa
Waan baay'ee agarre
Hin deemiinaa jenne
Sossobnee hadarre
Guyyoota miixanne
Jireenyallee baranne
Nama abdannu irraa
Gaaffii lixii maranne
Imala kee keessatti
Namni hundi hin turu
Tokko tokko dhufeetu
Fiiga lama hin bulu
Akkuma fiigaa dhufeen
Barumsa dhiisee deema
Anis deemeera gulufee
Anooo durattan adeema
Hammakees hubadheera
Ga'umsa kee ganamaa
Barakeetti hin eegalamne
Dhuma namaatu kanumaa
Gurbaa Warra Fugug
Bakka baadiyaa Daboo
Ganda warra hayyuu
Kisoosee qaama Amboo
Hubadhumee
Gurbattii Keessanπ
Hamma Namaa Hubanne
Jette Gugeen samiirraa
Isheen dur hin dubbanne
Jireenya gabaa fakkaatu
Wal makaa akka malee
Wal gurguruuf kaatu
Madaan hadh'aa dhalee
kan biraa si gurgurata
kan biraa moo si bitata
Yeroo rakkoo si gatee
Ifa keessa si Iyyaafata
Nama badeefin booβin
Jireenyi barsiiftuu-dha
Irrattin beekamu male
Amalli agarsiiftuu-dha
Namni harβa si dhiise
Haala kee madaalee
Bineensa si nyaachise
Dhugaa tures haalee
Gaabbiin deebi'ee dhufa
Miillakeetti dhufee kufa
Warra nu gatan irraa
Waan baay'ee agarre
Hin deemiinaa jenne
Sossobnee hadarre
Guyyoota miixanne
Jireenyallee baranne
Nama abdannu irraa
Gaaffii lixii maranne
Imala kee keessatti
Namni hundi hin turu
Tokko tokko dhufeetu
Fiiga lama hin bulu
Akkuma fiigaa dhufeen
Barumsa dhiisee deema
Anis deemeera gulufee
Anooo durattan adeema
Hammakees hubadheera
Ga'umsa kee ganamaa
Barakeetti hin eegalamne
Dhuma namaatu kanumaa
Gurbaa Warra Fugug
Bakka baadiyaa Daboo
Ganda warra hayyuu
Kisoosee qaama Amboo
Hubadhumee
Gurbattii Keessanπ
β€8
Nama! Namni kitaaba ati yeroo hundumaa dubbiftu garuu boqonnaa isaa qabachuu fi hubachuu hin dandeenyedha. Si baqata. Si lagata. Amalli namaa tokko nama dhiisuudha. Nama dhiisii hirribnuu gaafa rakkoo kee argu Si baqata.
β€5