Firans ART ✏️ 🎨
22K subscribers
243 photos
1 video
22 links
Baga Nagaan Dhuftan!🀝
Na argachuufπŸ‘‰ @fgbravaa
Download Telegram
Fakkiifi Suuraa Orijinaalii!
Ilaalaa yaada kennaa!β€οΈπŸ™πŸ»

Namootni barbaaddan!
πŸ‘‡
Inbox! @fgbravaa
0939966994

@Fgart11
❀21πŸ‘4πŸ‘2
||In bareeduu?β˜ΊοΈπŸ™Œ

Kennaaf 🎁
Guyyaa Dhalootaaf πŸŽ‚ 🍫
Cidhaaf πŸ’ πŸ’
Ayyaaneeffannaa waggaaf πŸ’› 😚
Eebbaaf πŸ‘©β€πŸŽ“πŸ‘¨β€πŸŽ“
Yaadannoof πŸ˜”

Suuraa barbaaddaniin fakkii isaa frame waliin haala bareedaadhaan hojjechiifachuu ni dandeessu!

Isin irraa kan eegamu bilbiluu πŸ“ž Qofaadha!
Quality bareedaadhaan hojjetamee bakka feetanitti isiniif ergama! πŸ›΅

+251939966994 / t.me/Fgbravaa
Facebook: Firans Getachew
❀13πŸ‘6πŸ₯°3
Jirtuu?
❀14
||Fakkiifi Suuraa Orijinaalii Walbiratti!πŸ₯° ✏️
Ilaalaa yaada kennaa! πŸ™
:
||Suuraa nama feetanii bifa kanaan hojjechiisisuu namootni barbaaddan;
πŸ‘‡πŸ‘‡
0939966994
Firans Getachew
@fgbravaa

SHARE
@Fgart11
❀11
Forwarded from Midwifery And Nurse Lectures (Firans FG Art)
||Akkam Jirtu?

Har'a (Sunday) Galgala tamsaasa kallattiidhaan (Live) karaa telegram channel Midwiferyppt sa'atii 2:30 tti Coc fi exit exam duukaa kan wal qabatu gaaffii muraasa hojjechaa waan barannuuf join nu godhaa!

SHARE gochuu hin dagatiinaa hiriyoota keessaniif

@Midwiferyppt

Yaada qabdan karaa @Fgbravaa naan ga'aa!
❀3
Forwarded from Borif Media (Abdi MergaπŸ«†)
Kitaaba Asoosamaa ''DHIIGA KOO " Online irraa dubbisuu ni barbaadduu?

Jalqabara gara App store deemuun #App #OromoBook jedhu buufachuun salphumatti #Login gochuun kitaaba asoosamaa DHIIGA KOO fi Kitaabota Afaan Oromoo kanneen biroo argachuu dandeessu!

GEESSITUU ( LINK ) KANAA GADII FAYYADAMA BILBILA KEESSAN IRRATTI BUUFADHA.
Android-app: https://bit.ly/4o989BG (https://bit.ly/4o989BG?fbclid=IwZXh0bgNhZW0CMTAAYnJpZBExZDJZWnRiekwzb01UbWg1MnNydGMGYXBwX2lkEDIyMjAzOTE3ODgyMDA4OTIAAR4z5p4X-EzMgOkCMBgVeIFo4OMOK_kdg0aSgjTUBeWFkk8-qxEq1Nl0jskD8g_aem_YWdncwBpnOqw9b_XLas6ufaiw6mx&brid=YWdncwETy8XLKpK-mXhwDtSOczVC)
iOS-app: https://apple.co/46WP8Mk
❀3
Firans Art Class ✏️

Aaga Dhaga’aa!

Namoota dandeettii Artii (Fakkii kaasuuf) fedhii qabdan hundumaaf:

||Fedhi fakkii kaasuu kan qabdan akkasumas yeroo dheeraaf kan yaalii gochaa turtan Basic irraa kaasee hanga Advanced tti yeroo gabaabaa keessatti ganna kana isin barsiisuuf material barbaachisoo ta'an hunda qopheessinee isin eegaa jirra. 

πŸ‘‰Realistic portrait
πŸ‘‰Pencil sketching
πŸ‘‰Shading and detail
πŸ‘‰For Beginners and Level

Location πŸ“Nekemte


Odeeffannoo dabalataaf
☎️ 0939966994/0988329120
TelegramπŸ‘‰ @Fgbravaa dhaan nu dubbisuu dandeessu!

SHARE
❀4