Haleellaan hidhattoonni #Al-Shabaab waajjira kantiibaa magaalaa guddoo Somaaliyaa Moqaadishootti geggeessaa turan olaantummaa humnoota tikaa biyyattiitiin xumuramuu mootummaan Somaaliyaa beeksise.
Taatee kanaan hidhattoonni jaha ajjeefamanii,namoonni nagaa shan du'uufi, 4 madaa'aniiru.
Odeessaalee waytaawaa birootiif
YouTube: https://bit.ly/2Yyvu8B
Telegram: https://t.me/FFF_Media
Twitter: https://bit.ly/2VfE36G
Instagram: https://bit.ly/3jN1C0o
Website:3fnews.com
Facebook:facebook.com/3fafaanoromo nu hordofaa!

#MaanchistarSiitiin qabxii murteessoo sadii galmeesse!
Dorgommii Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 21ffaan Maanchistar Siitiin tapha Woolvis waliin taasise 3 fi 0n injifate.
Goolii sadan Maansiitiin ittiin injifate Erling Haaland lakkoofsisuun, galchii isaa bara kana liigicha irratti galches gara 25tti ol guddise.
Erling Haaland bara kana taphoota kudha sagal irratti hatrikii isaa 4ffaa galmeesse.
Siitiin injifachuu hordofee garaagarummaa dursaa liigichaa Arsenal kan amma Manchester United waliin taphachaa jiru waliin qabu,gara lamatti gad xiqqeessuun Qabxii 45n sadarkaa 2ffaa qabateera.
Mo'icha kan keessummeesse Wolvis immoo qabxii kudha torbaan sadarkaa kudha torbaffaa irratti argama.
Torbe itti aanu irratti Maanchistar Siitiin Tootinaam waliin yoo taphatu Woolvis ammoo Liivarpuul waliin taphata.

Telegram
3F Media
3F Media is Ethiopian based, Fact Finding news Portal has soon become essential reading for every Ethiopia-Africa-World-watcher since it was launched in March 2020. The blogs/newspaper's
#Arsenal Manchester United'n moo'achuun dursummaa liigichaa cimsate.
Tapha piriyimer liigii England torbee 21ffaan Dirree isaa Fly Elmirates irratti Manchester United kan simate dursaan liigichaa Arsenal goolii 3 fi 2 injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Goolii Arsenal ittiin moo'ate Nikeetaan(2) fi ,Bukaayoo saakaan yoo galchan,galchii moo'amuu jalaa isaan hin baraarre Markas Raashfoord fi Maartineez Manchesteriif lakkoofsisaniiru.
Arsenal qabxii 50 walitti qabachuun liigicha dursuu yoo jabeeffatu,Manchester United qabxii 39'n sadarkaa 4ffaa qabateera.
Tapha torban dhufuun Arsenal Everton waliin yoo taphatu,Manchester United Christal palace waliin taphata.

Phaaphaasota haaraa muudaman 26, Biyyaa lallaabaa isaani fi Maqaa isaani dura;
**********
1. Abbaa G/Maariyaam Negaasaa - Abbaa Gabri'eel - Wallaggaa Lixaa
2. Abbaa T/Haimaanot Wolduu - Abbaa Basiliyoos - Dirre dhawaa
3. Abbaa Gabri'eel W/Yohaannis - Abbaa Ximotewos - Guraagee Sooddoo
4. Abbaa G/Igziabher Tadele - Abbaa Phaawuloos - Arsii lixaa
5. Abbaa Mikaa'eel G/Maariyaam - Abbaa Eliyaas - Kambataa
6. Abbaa Hayiluu Indaalaa - Abbaa Gaariimaa - Harargee Bahaa
7. Abbaa T/Maariyaam Simee - Abbaa T/Haimanot - Gujii Liiban
8. Abbaa H/Yesuus Mangestuu - Abbaa Izraa - Kafaa
9. Abbaa W/Yesuus Ifa - Abbaa Iyasuu - Qeellam Wallaggaa
10. Abbaa Phaawuloos Kebede - Abbaa Daani'eel - Hadiyyaa
11. Abbaa H/Yesuus Tesfaayee - Abbaa Bersumaa - Wallaggaa Bahaa
12. Abbaa G/Yesuus Galataa - Abbaa Minaas - Horroo Guduruu
13. Abbaa Tsagazeab Adugna - Abbaa Epifaniyos - Hayyuu Kawwalaa Mihuur
14. Abbaa H/Maariyaam Geetaachoo - Abbaa Abeel - Harargee Lixaa
15. Abbaa W/Georgis H/Mikaa’el - Abba Bartolomewoos - Kamisee
16. Abbaa Isxifaanos Gebre - Abbaa Raagu'eel - Gargaaraa Phaaphaasii Baalee
17. Abaa G/Medhen G/Maariyaam - Abaa Uri'eel - Goofaa Baskeettoo
18. Abbaa H/Mikaa'el Nuguse - Abbaa Anoreos - Gindhiir
19. Abbaa Abrahaam Meskele - Abbaa Nikodimoos - Daawuroo, Kontaa
20. Aba NiwayeSelase Aklilu - Abaa H/Maariyaam - Gujii Lixaa
21. Abbaa K/Maariyaam Tolosaa - Abbaa T/Hawariyaat - Jimmaa fi Yeem
22. Abbaa W/Maariyaam Tsagaa - Abbaa Absadii - Boorana
23. Abbaa Amdemikaa'eel Haayilee - Abbaa Merkoreos - Arsii
24. Abbaa Merhatsidk H/Maariyaam - Abbaa Deksiyoos - Geede'oo, Burjii, Amaaroo
25. Abbaa Mooges H/Maariyaam - Abbaa Efreem - Hayyuu duree Menagesha.Garaa M/Alem, D/tsehay Giorgis
26. Abbaa G/Yesuus Nuguse - Abbaa Alaazaar - Buunnoo-baddallee

Siinoodoosiin mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo phaaphasoota haaraa sabaafi sablammoota of keessatti hammate hundeessuu beeksiste. - Miidiyaa 3F
https://3fnews.com/ao/oduu/siinoodoosiin-mana-amantaa-ortodoksii-tawaahidoo-phaaphasoota-haaraa-sabaafi-sablammoota-of-keessatti-hammate-hundeessuu-beeksiste/

Godina addaa saba Oromoo Walloo Aanaa Jiillee Dhummugaatti haleellaa humni addaa Amaaraa fi gareen milishaa Faannoo uummata nagaa irratti bananiin lubbuun namoota hedduu darbuun dhagahame.
https://3fnews.com/ao/oduu/sanbateen-yaaddoo-keessa-jirti-nuuf-birmadhaa-koominikeeshiinii-aanaa-jiillee-dhummuugaa/

አዲስ የተሾሙትን የክርስቲያን ቄሶችን ጨምሮ በመንግስት እና በመንግስት ኤጀንሲዎች እና ግለሰቦች ላይ ክሶች ቀርበዋል
https://youtu.be/S4k1dyOpSOc
https://youtu.be/S4k1dyOpSOc