SAGANTAA EEYBISA NASHIIDAA
Oduu gammachiiftuu jiraatoota magaalaa dire dawa fi naannawa isii maraaf munshid badrudin ahmed albama haarawa (GAMMANNE) Ja'u haala ajaa'ibaa taheen hojjatee munshidoota adda addaa waliin tahee haala addaatiin eybisuuf qoppii isaa xumuree jira
guyyaa ; 12/05/2011 alhada ganama 2:30ti
iddoon ; galma ogaaz hassen
gatiin seensaa ; 30 qofa

Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Abdi Oromo)
#Utubduu
Abbaa Ishee Lola Waraanaa Keessatti Miilla Isaa Dhabee 'f Daa'imni Kun Haala Jechi Nama Hanqatu Kanaan Utubaa Taatee Dhaabbatti
#WarFather
#Jummah_Gaarii
Join
@Jechotagaggaarii

In shaa allah sagantaa eybisa nashiida boru kan obboleeysi keenya badrudin ahmed eybisu san live isiniif dabarsa page kiyya gubbarrati link armaan gadii tuquun nuhordafaa
https://www.facebook.com/Eid-Abdusalam-1851720868219110/

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Forwarded from ሙዓዝ ሀቢብ || Muaz Habib (Muaz Habib Habib)
አሰላሙ አለይኩም ወራህመቱላሂ ወበረካቱህ እንደሚታወቀው አዲስ የነሺዳ አለበም እየሰራው እገኛለሁ በመሆኑ ከ ረመዳን በፊት ለመልቀቅ ባሰብኩበት ሁኔታ አጠናቅቄ ለመጨረስ አልቻልኩም ምክንያቱም ትንሽ የገንዘብ ወይም የፋይናንሻል እጥረት ስላጋጠመን ለመስራት ተቸግረናል ስለዚህ ይሄን ስራ ለማሳደግ ፍቃደኛ የሆናችሁ በየትኛውም ሀገር ያላችሁ እህትና ወንድሞች ማገዝ ለምትፈልጉ ከ እኔ ጋር ቀጥታ በውስጥ መስመር መገናኘት እንችላልን 0913842186 ሙአዝ ሀቢብ ይስሀቅ
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Abdi Oromo)
Fuula Fb Keenyaa Yeroo Mara Daawwadhaa Fb.me/Jechoota.gaggaarii
®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif #Like #Share Godhaa Nu Hordofaa
®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif #Like #Share Godhaa Nu Hordofaa
Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Badrudin Ahmed - Eyba Vocal.mp3
Badrudin Ahmed
for more join
@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
Link armaan olii tuquun video clip gammanne daawwadhaa waliifiis share godhaa
Forwarded from Jechoota Gaggaarii️️ (Abdi Oromo)
FAKKEENYA ROGA MARAA
------------------------------------------
Nabi Muhammad S.A.W Fakkeenyummaa Isaan Roga Maraa 'n Galmeessisaniin Beektolii Fi Namoota Beekamoo Addunyaa Keenyaatiin Dinqisiifannaa Addaa Argachuu Danda'anii Jiru
Isaan Keessaa Namooti Beekamoo Addunyaa Keenyaa Waa'ee Nabi Muhammad S.A.W Akka Armaan Gadiitti Nuuf Eeru
1 Rani Mukharij (Taatuu 'Aktera' Beekamtu Hindii)
Aktera Beekamtuu Kana Guyyaa Tokko Gaazexessaan Akkana Jechuun Gaafate "Namoota Jiran Ykn Kan Du'an Keessaa Nama Ati Dinqisiifattuu Fi Fakkeenya Gaarii Namaa 'f Nii Ta'u Jettee Yaaddu Eenyuu Dha?"
Isheenis Raani 'n Callisa Daqiiqotaa Booda Akkana Jechuun Deebisteef "Akka Addunyaa Kanaatti Namni Nama Hawwatuu Fi Haalaa Fi Amala Gaariin Guutamee Fakkeenya Ilma Namaa 'f Ta'uu Danda'u Jedhee Himu Nabi Muhammad Dha" Jettee Deebii Ishee Goolabde
2 John Kilawud Vaandaam (Aktera Beekamaa Addunyaa)
Aktera Beekamaa Idil Addunyaa Kana Guyyaa Tokko Gaazexessaan Akkana Jechuun Gaafate
"Nyaata Qaama Ilma Namaaf Barbaachisoo Ta'anii Fi Dhibee Nama Irraa Ittisuuf Ga'ee Olaanaa Qabu Jettee Amantu, Namni Akka Sooratu Jettu Nyaata Kam Fa'i Mee Nuuf Himi?"
Akteerri Beekamaan Vaandaam 's Akkana Jechuun Deebiseef "Ani Akka Kiyyatti Namni Hundi Soorata Nabi Muhammad Soorachaa Ture Akka Fakkeenyaa 'tti Osoo Hordofee Nyaatee Fayidaa Qaba Jedheen Amana Sababni Isaas Nabi Muhammad Beekumsa Bilchaataa Waan Qabuuf Nyaata Qaama Namaa Fayyadan Akka Gaariitti Beeka"
3 Maalkolm Eiks (Qabsa'aa Mirga Namoomaa)
Qabsa'aa Beekamaa Kana Guyyaa Tokko Gaazexessaan Akkana Jechuun Gaafate
"Akkamitti Amantii Islaamaa 'f Booji'amte?"
Qabsa'aa 'n Mirga Namoomaa Kunis Akkana Jedhee Deebiseef "Ani Roogessa 'Aktivistii' Shanyummaa Mormu Waanin Ta'eef Nabi Muhammad 's Nama Ejjannoo Guutuun Farra-Shanyummaa Leellisanii Barnoota Amantaa Isaanii Keessattis Akka Gaariitti Nama Hubachiisaa Turuun Isaanii Anis Amantii Isaanii Kana Akkan Qo'adhu Na Taasise Xumura Irratti Harka 'n Kennadhe"
4 Muhammad Ali (Shaampiyani Booksii Idil Addunyaa)
Muhammad Ali Dorgommii Booksiin Shaampiyani Yeroo Hedduu Ta'ee Ture Beekamti Addaas Goonfatee Waan Tureef Gaazexessaan Guyyaa Tokko Akkana Jechuun Gaafate "Galmeen Hooliwud Wok Of Fem Waan Hin Baratamneen Maqaan Kee Akka Durii Lafa Irra Diriirfamee Osoo Hin Taane Lafa Irraa Ol Kaafamee Kabajaan Fannifamee Jira Sababni Isaa Maali Jetta?"
Muhammad Ali Deebii Ajaayibaa Akkana Jedhee Deebiseef "Muhammad Maqaa Kabajamaa Dha Maqaa Nabiyyii Kabajamaa Dha Maqaa Kana Namoonni Lafa Irra Diriirsanii Irra Deeman Anis Dhaga'een Lafaa Kaasaa Dhaabbii Manaatti Fannisaa Kana Hin Ta'u Taanaan Kabajaan Isin Anaaf Qabdan Qilee Haa Lixu Jedheen Filachiise Kana Booda Dhaaba Manaatti Fannisuu Irratti Waliif Galle"
Salla Allahu Aleyhi Wassellem
✔️ Yoo Si Gammachiise #Share Godhi
©Jechoota Gaggaarii
®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa