Eid Abdusalam
896 subscribers
201 photos
51 videos
21 files
406 links
😍nudhihaadha
jaalalan nurra qabamtan
🤣heddu male kofaltan
🎧nashidan relax of gootan
😘hadisan of yaadattu
🤔seena sahabatin qalbi if jistaan
Khana hunda arkachuuf duba maltu join godhu si dhorke
👇👇👇

This is official Eid Abdusalam channel
Download Telegram
Wallahi hoggaan dura suura tana ijaan arke hedduun gammade ato dhiiroo?

@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
Forwarded from Tofik Yusuf (Towfiq Yusuf)
“ኢትዮጲያ”
ነሺዳ በሙንሺድ ቶፊቅ ዩሱፍ እናሙዓዝ ሃቢብ
ከሚንበር መልቲሚዲያ ፕሮዳክሽን
Download For Mobile Users ዳውንሎድ ለማድረግይሄን ይክፈቱ
Click & Download For Mobile: ➤➤https://goo.gl/R5Hy9W
Nashiidaa Ethiopia jattu
Towfiq yusuf fi muaz habib kan hojjatame daawadha waliif share godhaa
Rabbiin dhiira anbiyaa godhuun darajaa saanii ol fuudhe

Dhalaa garuu haadha anbiyootaa godhuun darajaa saanii ol fuudhe subhana Allah

@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
Boru in shaa Allah guyyaa Arafah dha zikri fi soomanu hin irraanfatina. Soomanni guyyaa arafah dili khan amata dabreef fi khan amata dhufu namarraa haqa.

Du'aa'ii hedduumeeysa ummata islaama hundaafille godha.

Rabbiin jannataan isin haa qananisu!
As wr wb ahbabi akkam jirtu nagaya naaf qabdanii dhiifama khaa sababaa connectionaatiin isinirraa bade amma in shaa allah waan hahaaraya qabadheetiin isiniif dhiyaadha isiniis duain nagargaaraa
* dullatti takkaatu barahaa makkaa kessa qoraan baadhachuudhaaf tattaafatti...

Gurbaan tokko yeroo tana isii arkeeti gama isiidhaa deemee akkana ja"en :
Anaatu sirraa baadhata mana keetirratti na qajeelchi ja"en...!!!

Karaan mana isiidha akkaan dheeraadha, aduun akkaan owwituudha ,qoraan isiidha akkaan ulfaata, dhukkeen samii karaa addaan baafatte deemuu sitti hin dhiiftu..

Yeroon qoraan mana geeyseef
Yaa ilma kiyya wanniin Galata ittiin siif galchu hin qabu ammoo dhaamsa tokkoon siif dhaama jatteen...!!!

* yeroo makkatti deebite gurbaa tokko kan sihrii godhuutu jira, nabiyyummaa himata ,Muhammad ja"aniin yeroo isa agarte isa dhugoomsurraa if fageeysi jatteen ...??
Maalif yaa haadha tiyya ja"en..
Sababaa haala hammaatuuf jatteen...
Yoon an Muhammad San tahellee moo ja"en...!!
Dullattiin yoo ati Muhammad taate an amantii inni itti yaamutti owwaadheetin jira jatteen..!!

Akkamitti rasuulli( saw) haala kana hin dalayne kan akkana ja"u :
Meesha namaaf badhaatanii deemuun sadaqaadha, nama walitti araarsuun sadaqaadha...

@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
MASJIIDA FAYISAL
--------------------------
Dubbisii #Share Godhi Masjiida Rabbii Yoo Jaallatte

Masjiidni guddaa fii bareedaan suuraa irratti argitan kun Masjiida Faayisal jedhamuun beekkama. Ardii eeshiyaa biyya Paakistaan magaalaa Islamabad keessatti argama. Masjiidni kuni guddina isaatiin masjiidota addunyaa irra jiran keessaa sadarkaa 6ffaa irratti argama. Masjiidni kun minaaraa gurguddaa afur kan qabuu fii kaarimeetira kuma shan (5000) irratti kan ijaarame yommuu tahu, ijaarsi isaa jalqabamee xumuramuuf waggootii 12 fixeera. Baasiin ijaarsa isaatiif bahe doolaara miliyoona 120 yommuu tahu, yaada ijaarsa masjiida kana kan dhiheessee fii baasii ijaarsa isaa guutuu kan gumaache mootii sa'udi arabiyaa yeroo sanii kan ture Malik Faayisal Ibnu Abdulaziiz ture. (Rabbiin rahmata isaaniif haa godhu.) Masjiidni kun si'a tokkotti muslimtoota kuma dhibba sadi (300,000) salaachisu kan dandahu yommuu tahu, maasjiida keessatti muslimtoota 100,000 fii naannawa masjiidichaatti immoo muslimtoota 200,000 salaachisa. Masjiidni guddaa fii bareedaa tahe kun masjiidonni akka Masjiidul Haramii fii Masjiidu Nabawwiin osoo babal'ifamanii sadarkaa amma irra jiraniin hin ijaaramin dura, bara 1986 hanga bara 1993tti guddina isaatiin addunyaa irraa tokkoffaa irratti argamaa ture.
#MashaAllah
#AllahuAkbar

√ Malika Faysal Mootii Akkaan Diinii Islaamaaf Qabas'aa Turedha
• Rabbi Rahmata Haa Godhuuf
#Aamiin

®Barruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif #Like_Share Godha

Join
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
@Jechotagaggaarii
Nashiidaa yaa 👆 Rassuula Rabbii 👆garee al ansar inshad groupin khan dhihaate dhageyfadhaa waliif Raabsaa
Yaa jii'a goobana iifaa yaadachisaa ilmaan namaa

Guyyumarraa guyyumattii hawwiin tantoo dabalamaa

Guyyaan an ijaan si'arkuu yaa habiballah yoomumaa

Yaa Rassulallaahi atii siitu caalaa ilmaan namaa

اللهم صلي وسلم وبارك على محمد وعلى آل محمد

BY AL ITQAN DAWA GROUP

@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
@EidAbdusalam
Channel photo removed
Channel photo updated
SALAWAT BY MUNSHID (BADRUDIN AHMED )

.Sallaa aleykallahu yaa caalaa khalqii
.Gara laafaa ilmaan namaa hundaaf fakkii
.khan bayaan jallinaafii kharaa milkii
.dhabamsiifte towhiidummaan caayaa shirkii

..ibsaa dachii nuura qalbii ilmaan namaa
..dhugoonfamaa abbaa maqaama farfamaa
..nagayaaf rahmanni khan rabbii aalamaa
..sirra haa jiraatu galgalaa ganamaa
(*2)

..jaalala nabiitiin rabbiin nuhaa faayu
..rabbiin qulqulleeyse hanqina hundumaahuu
..khuliqta mubarra’an min kulli eeybin
(خلقت مبرأ من كل عيب )
..ka annaka qad khuliqta kamaa tashaa’u
(كأنك قد خلقت كما تشاء)

SALLUU SALLUU SALLUU SALLU ALA NABI
(صلو صلو صلو صلو على النبي)

.Sallaa aleykallahu yaa caalaa khalqii
.Gara laafaa ilmaan namaa hundaaf fakkii
.khan bayaan jallinaafii kharaa milkii
.dhabamsiifte towhiidummaan caayaa shirkii

..ashrafal mursaliin yaa bareedaa haalaa
..filee si ergatee sii hundarra caala
..akhlaaqni isaa colleen siyaama halaalaa
..yaa rabbi nuuf khanni tan nabii jaalala
..yaa rabbi nuuf khanni tan nabii jaalala

.allaahumma salli alaa muhammad
.wa alaa aalihii wa sahbii ajma’iin
.(الهم صلي على محمد وعلى آله وصحبي
*2أجمعين)

..mahabbaa mahabbaa mahabbaa rasuulaa akkitti nuuf dhufuu
..ajaja ergamaa qabatee hordofuu
..lakkisuudha amrii shari’aa khallafuu
..waan rabbiin hin feene balbalasaa cufuu

..lubbuu isaa dagee rasuulan jaalatu
..khan jaalala nabii afaaniin himatu
..ajaja ergamaa hojiirran oolfatu
..soommanee salaata khan nabi jaalatu
..rabbi sharaksiisee ifin galaafatu

SALLUU SALLUU SALLUU SALLU ALA NABI
SALLUU SALLUU SALLU ALA NABI

.allaahumma salli alaa muhammad
.wa alaa aalihii wa sahbii ajma’iin
‎.(الهم صلي على محمد وعلى آله وصحبي
‎*2أجمعين)

.allaahumma salli alaa muhammad
.wa alaa aalihii wa sahbii ajma’iin
‎.(الهم صلي على محمد وعلى آله وصحبي
‎*2أجمعين)

.allaahumma salli alaa muhammad
.wa alaa aalihii wa sahbii ajma’iin
‎.(الهم صلي على محمد وعلى آله وصحبي
‎*2أجمعين)

SALLUU SALLUU SALLUUU SALLU ALA NABI
SALLUU SALLUU SALUU SALLU ALA NABI

الهم صلي وسلم على محمد
ALLAAHUMMA SALLI WA SALLIM ALAA MUHAMMAD

@EidAbdusalam
@EidAbdusalam