Dn Firaol Promotion
230 subscribers
32 photos
103 links
Chaanaalota barumsa amantaa Afaan Oromootiin uummata barsiisaa jiran guddisuuf, beeksisuuf chaanaalii banamedha!!
Galmeef: @DnFiraol_Bot
Download Telegram
Channel created
Channel photo updated
๐Ÿ’’ Welcome to Dn Firaol Promotion ๐Ÿ’’

๐Ÿ“ขChaanaalota Teelegiraamii kanneen seeraa fi barsiisa mana amantaa Ortodoksi Waloomaa Itoophiyaa eeguun uummata keenya tajaajilaa jiran beeksisuuf, uummata biraan ga'uuf chaanaalii banamedha!!

Kanatti aansuun waa'ee beeksisaa, seeraa fi dambii beeksisaatu barreeffamee jira.
Namni Dn Firaol Promotion fayyadamu kamiyyuu seerotaa fi dambiiwwan kanaa gaditti barreeffaman kana beekuu fi hojiitti hiikuu qaba!

๐Ÿ–ฒGuyyaa beeksisni keenya itti dhiyaatu
Beeksisni keenya torban keessaa guyyaa 3 dhiyaata.
(Kibxata, Kamisa, Sanbata)

โŒš๏ธSa'a itti dhiyaatu
Galgala sa'a 2:30 hanga ganama sa'a 2:30'tti
 
โš  Seerotaa fi Dambiiwwan โš  

* Beeksisni yeroo maxxanfamu: beeksisicha balleessuu ykn beeksisa adda biraa irratti maxxansuun hin danda'amu!
* Wantoonni maxxanfamuu qaban yoo jiraatan osoo saatiin beeksisaa hin ga'iin maxxansuu qabdu!
* Dabalataanis beeksisoota adda biraa (kan afuuraa warra hin taane) yoo ni fayyadamtu ta'e; hordoftoonni chaanaalichaa akka hin jeeqamneef yeroo yerootti waan isaan maxxansan balleessuu qabdu! Sababa: wantoota hin barbaachisne maxxansanii hordoftoota mufachiisuu waan danda'aniif.
* Chaanaalota afuuraa keessan chaanaalota addunyaa waliin beeksistu (cross) taanaan, barreeffamoota hin barbaachisne, kanneen sabaa fi saba walitti buusanii fi barreeffamoota chaanaalota afuuraa keessatti argamuun isaaniif hin malle yoo maxxansitan beeksisa kana keessaa ni ari'amtu.

* Beeksisni keenya ibsa (Description) soba ta'e hin fayyadamu!
* Beeksisni gaafa maxxanfamu bor ganamasaa sa'a 2:30 irratti balleessuun ni danda'ama!

๐ŸŽฏ Kaayyoo Beeksisichaa  ๐ŸŽฏ

Chaanaaliin beeksisaa kun kan banamee fi kaayyoon keenya immoo Waaqayyoof galata galchuu fi Haadha Keenya Dubroo Maariyaamiif galata galchuuf akkasumas waa'ee garraamummaa Ergamoota Waaqayyoo, waa'ee araarsummaa isaaniif ittiin galateeffachuu fi dhugaa ba'uuf #akkasumas chaanaalota afuuraa kan Ortodoksi Waloomaa Itoophiyaa barumsoota afuuraa barsiisuuf banaman karaa beeksisaa tajaajila kennuufidha!

Galanni Waaqayyoof, kan isa deesse dubroo Maariyaamiif akkasumas ulfaataa Fannoo isaaniif hanga bara baraatti haa ta'u!! Ameen!
๐Ÿ™    
        
        Nagaa Afuuraa Wajjin!

Dn Firaa'ol ( @DnFiraol_Bot )
Dn Firaol Promotion ( @DnFiraol )
Fulbaana 22/2012 E.C
October 03/2019 G.C
ยฉMirgisaa seeraan kan eegamedha!
Beeksisa kana galmaafuuf karaa keessaa na dubbisaa...
@DnFiraol_Bot
@DnFiraol_Bot
โœBeeksisa chaanaalota afuuraa kan Dn Firaolโœ

๐Ÿ”ฐFaaruu Daawit irraa๐Ÿ”ฐ
๐Ÿ‹ Waaqa Abboolii Kootii
๐Ÿ Jaalalli Kee
๐Ÿ Kottu Kottu
๐Ÿ‡ Buhee jedhaa
๐ŸŽ Latiin jirma qaba
๐Ÿ Tawaahidoo keessattan uumame
๐Ÿ˜ฑ Lakkoofsota Giizii hamma miiliyoona 100'tti - Dn Firaa'oliin

๐Ÿ“Chaanaalii Yuutiyuubii kan Faaruu Daawit jedhu #Subscribe gochuun deggaraa.

๐Ÿ“Beeksisa chaanaalota afuuraa galmaa'uuf - Dn Firaol

๐Ÿ“ขChaanaalota afuuraa kanneen afaan Oromoon uummata tajaajilaa jiran kana join taasisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ—ฃโœDn Firaol Presents๐Ÿ—ฃโœ

๐Ÿ“ขChaanaalotaa fi ๐Ÿ‘ฅGareewwan afuuraa kanneen afaan Oromoon uummata tajaajilaa jiran kana join taasisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‰ NEW // Faaruuwwan haaraa๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ˜ฑ Faaruu F/taa Gammachiis Yiggazuu Albama guutuu
๐Ÿ… Surraa Kooti
๐Ÿ… Angafa Tolootaa
๐Ÿ… Kakuun Kee Cimaadha
๐Ÿ… Abdii Qabna
๐Ÿ… Iddoo Fayyinaa
๐Ÿ… Eenyu Akka Waaqayyoo
๐Ÿ… Maal Akkam Dagatu
๐Ÿ… Waamicha Q/Jijjiirrannaa ariifachiisaa

๐Ÿ… Hoolicha Dhugumaa
๐Ÿ… Haadhummaa Keen Hima
๐Ÿ… Na miicci xuraa'eeraa
๐Ÿ… Barumsa Wangeelaa bareedaa

๐Ÿ“Beeksisa chaanaalota afuuraa galmaa'uuf - Dn Firaol