Jalqaba Ati Maraadhu!
Hogganaa (Manager) artistichaati. Waltajjii irratti akkamiin qalbii daawwattootaa akka hatu gaafa gorsu akkas jedheeni,
GARA IJOO DUBBII KOOTTI GAAFAN DHUFU;
Akkanatti addunyaan beekumsa, wixinee fi ogummaa hedduutti madaqxe.
https://t.me/Committedtoyourdreams
https://t.me/Committedtoyourdreams
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/RetrainYourBrain

"Yeroo waltajjiitti baatu duursii daqiiqaa shaniif maraadhu. Yeroo sana namni hundi rifatee si ilaaluun, 'kun xuuxee ykn qama'eetu dhufe. Maali maraataan kun?' jedhanii afaan qabatanii si ilaalu," jedheen. Artistichis qalbiin isa caqasuu itti fufe.jedhee gorse. Weellisaan sunis qajeelfama kana fudhatee waltajjii baheetti ni milkaa'e.
"Daqiiqaa shan booda garuu haalli ni jijjiirama. Warri siin maraatuu jedhan hundi qalbii guutuun si ilaalu. Siif ajajamu. Waan ati jette hunda raawwatu. Dura si qofatu maraatee, amma garuu isaan hunduu maraataniiru. Mana sana keessaa si qofaatu fayyaadha. Rabbii isaanitii gaditti isaan hunda irratti kan aangoo qabu si tokkicha,"
GARA IJOO DUBBII KOOTTI GAAFAN DHUFU;
Namni gaafa yaada haaraan hawwaasatti dhufu maraatuu ta'a. Amaluma namaa ta'ee, namni hedduun waan haaraa ni sodaata. Yaada haaraa, argannoo fi beekumsa addaa gaafa dhaga'u naasuun kirkiruun baramaadha. Gaaf sana waltajjii sana irratti ati maraatuu taata. Yeroon booda muraasni si dhaga'u. Akkuma yaadni kee fudhatamaa deemuun, suutuma gaafa qalbii namootaa butaa deemtu ati fayyaa taata. Isaan immoo maraatuu kaleessa jedhan sana ta'u.
Addunyaa kana irratti hayyoonni yaada haaraa, falaasonni, hundeessitoonni amantii, qorattoonnii fi bu'uuressitoonni biyyaa gaafa yaada hawwaasni hin beekneen dhufan jalqaba maraataa, dhuma irratti goota jedhamu.
Akkanatti addunyaan beekumsa, wixinee fi ogummaa hedduutti madaqxe.
Gaafa waan haaraa qabattee as baatu hin raafamin. Namni hedduun hin beeknu jechuun sirrii miti jechuu miti. Hedduun si mormuun yaadichatu kufaadha; jechuun dura isaanitu hin hubannes ta'uu mala.Eeyyee! Yaada haaraan gaafa waltajjii hawwaasaatti baatu, jalqaba ati maraataadha. Booda garuu isaanis yaada keen booji'amanii maraataa siin jedhan ta'uu mala. Warruma santu maqaa kee jijjiiree goota siin jedha. Seenaa himtuun kees isaan ta'uu mala.
Kanaafuu jalqaba ati maraadhu. Booda gaafa isaanis akka kee maraatan, qalbiin isaan gaggeessi.
JOIN GOCHUUN MAATII TA'AA!!
๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/Committedtoyourdreams
https://t.me/Committedtoyourdreams
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/RetrainYourBrain
DEEMSI ITTI FUFAโ๏ธโข๏ธ
๐1
๐๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐ก๐ข๐ช๐๐๐๐๐
Photo
Muuxannoo Jireenyaa:
Barnoota Humna Qabeessa Goondaa/Mixii Irraa Argamu!
Yeroo baay'ee mixiilee lafa irra deeman ykn marga keessa sochoโan qalbifannee hin ilaallu taโa; garuu milkaa'ina dhala namaaf fakkeenya guguddaa ta'u qabu. Mee har'a muuxannoowwan jireenyaa jajjaboo uumama xixiqqaa kana irraa barachuu dandeenyu haa ilaallu:
1) Naamusa Hojii Fi Of-Ilaalcha (Work Ethic)
Mixiileen yeroo hojiitti seenan, qaamni isaan ajaju ykn hordofu jiraatee miti. Roobni haa roobu, aduun haa gubdu, ykn haalli qilleensaa kamiyyuu haa jiraatu; mixiileen hojii isaanii irratti argamuu hin hanqatan. Isaan akka dhala namaa haala qilleensaatti qabatanii ykn "har'a hojjechuu dhiisnee boru hojjenna" jedhanii hin dachaโan. Milkaa'ina keetiifis sababii dhiheessun hin barbaachisu.
2) Tokkummaa Fi Hojii Garee Dhugaa (TEAMWORK)
Hoomaa mixii gidduu wal-morkiin dhuunfaa hin jiru. "Atis hojjettu malee ani hin hojjedhu" ykn "ani isaan irra nan caala" kan jedhu amalli akkanaa isaaniirra hin jiru. Hunduu gamtoomanii akka qaama tokkichaatti dirqama isaanii bahuun hojii isaanii hojjetu.
Dhalli Namaa hoo? Namootni hedduun osoo buโaa tokkollee hawaasa isaaniif hin buusin, dhamaatii fi jireenya namoota birootiin of dhaadheessuuf ykn yeroo isaanii qisaasessuuf yaalu. Milkaa'ina dhugaa garuu hojii garee fi tokkummaatu fida!
3) Mul'ata Fagoo Fi Qophii Eegeree (Vision & Long-term Planning)
Mixiileen yeroo bonaa soorata isaanii walitti qabatanii ol kuufatu; sababni isaas yeroo gannaa soorata argachuun ulfaataa taโuu ni beeku.
Gama biraatiin, namootni baay'een waan har'a argatan har'uma fixatanii "Isa borii Waaqatu beeka" jechuun abdii duwwaan jiraatu.
Tujaarichi beekamaan Ameerikaa Waaren Bafeet, "Namtichi ati har'a gaaddisa muka tokkoo jala taa'aa jirtu sun, mukicha kan dhaabe waggoota hedduun dura" jedhee ture. Milkaa'ina keessaniif har'a bu'uura cimaa kaa'uun dirqama.
โโโโโโโโโโ
๐ฉ HUBADHU!
Bizinasii Network Marketing keessa milkaa'inaan hojjechuuf maatii dureessa irraa dhalachuu ykn beekumsa guddaa qabaachuun si hin barbaachisu.
Wanti Si Barbaachisu:
โข Utuu addaan hin kutin akka mixiileen guyyuun hojjechuudha.
โข Galma kee irratti jabaattee dhaabbachuudha.

Kana Beeki! ๐
Karaan qaxxaamurri (shortcut) milkaa'inaaf hin jiru. Tibba tokkotti tarkaanfii tokko fudhadhu. Utuu hin nuffin, utuu addaan hin kutin suuta deemsa kee itti fufi.Coba roobaa tokkotu yeroo walitti qabamu Lolaa / Bishaan gurguddaa ta'a! Har'uma jalqabi; milkaa'inni kee si eegaa jira! ๐๐๐๐
JOIN GOCHUUN MAATII TA'AA!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/Committedtoyourdreams
https://t.me/RetrainYourBrain
๐2โค1
Forwarded from ๐๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐ฆ๐๐ก๐ก๐๐ฆ ๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐ (Milkina (BRIGADE BUSINESS))
๐IB/Owner: Dursa Dunfa
On Experience Sharing ๐ฃ
On Experience Sharing ๐ฃ
Forwarded from ๐๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐ฆ๐๐ก๐ก๐๐ฆ ๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐ (Milkina (BRIGADE BUSINESS))
Dursa
๐๐๐พ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
Forwarded from ๐๐๐๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐ฆ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
GAAFFII HIRMAACHISAA!!
Sahaabtichii Rasuulli (Sallallaahu aleyihi wassallam) balaa sitti buutu waliin jannataan gammadi jedhanin kami?
Sahaabtichii Rasuulli (Sallallaahu aleyihi wassallam) balaa sitti buutu waliin jannataan gammadi jedhanin kami?
Forwarded from ๐๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐ฆ๐๐ก๐ก๐๐ฆ ๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐ (Milkina (BRIGADE BUSINESS))
Forwarded from ๐๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐ฆ๐๐ก๐ก๐๐ฆ ๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐ (Milkina (BRIGADE BUSINESS))
๐๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐ฆ๐๐ก๐ก๐๐ฆ ๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐
Photo
๐ฅ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐? ๐๐ฅ
๐ฅ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐?
๐ฅ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐?
๐ฅ ๐๐๐'๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐๐๐'๐ ๐๐๐๐๐๐๐! ๐ฅ
๐ง ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โ โ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ ๐๐ง
๐ MUUXANNOO DHUGAA! | LIFE TESTIMONY! ๐
Namoota Network Marketing keessatti muuxannoo bal'aa, beekumsa gadi fagoo fi seenaa imala isaanii keessatti bu'aa gurguddaa fidan irraa muuxannoo isaanii qooddachuuf akkasumas irraa barachuuf qophiidhaa? ๐ฅ
Har'a sagantaa addaa keessatti namoonni Network Marketing keessatti muuxannoo guddaa qaban Life Testimony isaanii nuuf qoodu! ๐ค๐
Kun sagantaa odeeffannoo qofa miti; carraa muuxannoo dhugaa irraa barachuu, rakkoolee keessa darbaman hubachuu, ilaalcha keenya cimsachuu fi imala keenyaaf kaka'umsa haaraa argachuuti! ๐ฏ
โจ MAAL ARGATTU?
โ Muuxannoo dhugaa namoota Network Marketing keessatti imala dheeraa keessa darban irraa baratta.
โ Rakkoolee isaan mudatan, akkamitti akka keessa dabranii fi barumsa irraa argatan ni hubatta.
โ Ilaalcha, kutannoo fi ofitti amanamummaa kee ni cimsatta.
โ Imala Network Marketing kee keessatti tarkaanfii itti aanu fudhachuuf kaka'umsa argatta.
๐ข IBO FI GUEST HUNDI KEESSAN AFFEERAMTANIITTU! ๐ค๐ฅ
Nama Network Marketing keessatti guddachuu barbaadu kamiyyuu carraa kana irraa hin hambisin. IBO fi GUEST kee waliin affeeri; waliin baradhaa, waliin guddadhaa, waliin milkaa'aa!
โฐ YEROO: SA'AATII 4:00
๐๏ธ IDDOO: IMO ROOM
๐ฅ YAADADHU!
Nama muuxannoo qabu irraa barachuun karaa dheeraa gabaabsuu danda'a. Seenaa namoota biroo dhaggeeffachuun imala kee keessatti dogoggora irraa barachuuf, carraa hubachuuf fi murannoo kee cimsuuf si gargaara.
๐ Milkaa'inni nama dhaggeeffatu qofaaf osoo hin taane, nama barate hojiitti hiikuufis ni dhufa!
๐ค๐ฏ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐!
๐ฅ TARKAANFADHU โ BARADHU โ HOJJEDHU โ BU'AA FIDI! ๐
๐ฃ HAR'A GALGALA IMO ROOM KEESSATTI WAL ARGINA! HIN HAFINAA!
#DhangaSammuu ๐ง
#LifeTestimony ๐ค
#NetworkMarketing ๐ผ
#PersonalGrowth ๐
#Leadership ๐
#2019IsOurYear ๐ฏ
Keessan Nu Argachuuf
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@MilkooKing
@MilkinaaTeshoma12

๐๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐ก๐ข๐ช๐๐๐๐๐ pinned ยซ๐ฅ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐? ๐๐ฅ ๐ฅ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐? ๐ฅ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐? ๐ฅ ๐๐๐'๐ ๐๐๐๐๐๐๐! ๐๐๐'๐ ๐๐๐๐๐๐๐! ๐ฅ ๐ง ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ โ โ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ ๐๐ง ๐ MUUXANNOO DHUGAA! | LIFE TESTIMONY! ๐ Namoota Network Marketing keessatti muuxannoo bal'aa, beekumsa gadi fagoo fi seenaaโฆยป
Forwarded from ๐๐๐๐๐ค๐ค๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ โ๏ธ (Milkina (BRIGADE BUSINESS))
๐ DIINNI KEE GUDDAAN KUFAATII MITIโฆ
YAADA KEE HATUUDHA!
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Guyyaa guyyaan, miidiyaaleen hawaasaa, garmalee yaaduun, odeeffannoon hin barbaachisnee fi wacni faayidaa hin qabne xiyyeeffannoo kee suuta suutaan si jalaa hatu.
โ Roobin Sharmaa
โ๏ธ Rakkoo kee irratti xiyyeeffatte, rakkoon sun sammuu kee keessatti ni guddatti. Garuu naamusa, barumsaa fi of-guddisuu irratti xiyyeeffatte, jireenyi kees gara guddinaatti ni ceโa! ๐
โช๏ธ Addunyaa harโaa keessatti xiyyeeffannaan humna guddaadha. Namni xiyyeeffannoo isaa eeggatu, egeree isaa ijaarrata.
โ๏ธ Wantoota xiyyeeffannoo kee hiraniif yaada kee hin kennin. Abjuu kee irratti xiyyeeffadhu; tarkaanfii harโa fudhadhu; egeree kee ijaari!
๐ฅ Xiyyeeffannoo kee eegi โ jireenya kee jijjiiri!

๐ โWanti ati irratti xiyyeeffattu ni guddata.โ

๐๐ฅ ICCITIIWWAN MILKAAโINA NETWORK MARKETING KEESSATTI SI GUDDISAN 7 ๐ฅ๐
Mindset โ Invitation โ Follow-up โ Duplication โ Consistency โ Team Work โ Product Sales
Milkaaโinni Network Marketing keessatti argamu carraa qofa irratti hin hundaaโu. Beekumsa sirrii, ilaalcha sammuu cimaa, hojii guyyaa guyyaa fi sirna hojii irra deddeebiโamee hojjetamu irratti hundaaโa.
Namni milkaaโuu barbaadu hojii kana beekuu qofa osoo hin taane, beekumsa isaa gara gochaatti jijjiiruu qaba! ๐ฏ
๐ง 1. MINDSET โ ILAALCHA SAMMUU MILKAAโINAA
Milkaaโinni kee jijjiirama sammuu kee keessatti jalqaba. Of amani, barachuu itti fufi, dogoggora irraa baradhu, gufuu yeroo mudatu immoo abdii hin kutatin.
๐ค 2. INVITATION โ AFFEERRII SIRNA QABU
Guyyaa guyyaadhaan namoota haaraa daldala kee irratti odeeffannoo argachuu dandaโaniif carraa uumi. Namoota dirqisiisuu osoo hin taane, carraa sirriitti ibsi; filannoo isaanii kabaji.
๐ 3. FOLLOW-UP โ HORDOFFII BUโA QABEESSA
Affeeruun jalqaba qofa. Namoota ati affeertee wajjin yeroo sirrii irratti qunnamtii godhi, gaaffii isaanii dhaggeeffadhu, odeeffannoo sirrii kenni, amanamummaa ijaari.
๐ก Hordoffiin gaariin nama irratti dhiibbaa gochuu miti; nama hubachuu fi murtii sirrii akka kennu gargaaruu dha.
๐ฅ 4. DUPLICATION โ BARSIISUU FI SIRNA IRRA DEEBIโAMU UUMUU
Wanta ati hojjette milkaaโinaan baratte miseensota garee keetii barsiisi. Hojii salphaa, ifa taโee fi namni biraas irra deebiโee hojjechuu dandaโu uumi.
๐ Hogganaan gaariin ofii isaa qofa hin guddatu; namoota biroo akka guddatan ni gargaara.
๐ช 5. CONSISTENCY โ CICHOOMMINA FI ITTI FUFINSAA
Milkaaโinni hojii guyyaa tokko keessatti raawwatamu miti. Guyyaa guyyaadhaan tarkaanfii xixiqqoo fudhadhu; karoora kee hordofi; buโaa kee madaali; bakka hanqinni jiru sirreessi.
๏ปฟ
๐ 6. TEAMWORK โ HUMNA GAREE
Network Marketing keessatti guddinni yeroo baayโee tumsa, wal barsiisuu fi wal deeggaruu irraa maddu. Miseensota kee jajjabeessi, milkaaโina isaanii kabaji, rakkoo isaanii waliin furi.
๐ฐ 7. PRODUCT SALES โ GURGURTAA OOMISHAA FI TAJAAJILA MAAMILAA
Oomisha kee sirriitti beekii, faayidaa isaa dhugaa taโe ibsi, maamiltootaaf tajaajila gaarii kenni. Amanamummaa maamilaa ijaari; gurgurtaa dhugaa fi fedhii gabaa irratti xiyyeeffadhu.
๐ Daldalli yeroo dheeraa turu, gatii oomishaa, qulqullina tajaajilaa fi amanamummaa irratti ijaarama.
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ YAADAA IJOO: MILKAAโINA KEETIIF ITTI GAAFATAMUMMAA FUDHADHU!
Network Marketing keessatti milkaaโinni namoota galmeessuu qofaan hin madaalamu. Beekumsa argachuu, hojii sirnaan raawwachuu, maamiltoota tajaajiluu, garee ijaaruu fi namoota biroo guddisuun waliin guddachuun murteessaa dha.
โ Mindset kee ijaari.
โ Guyyaa guyyaadhaan affeeri.
โ Hordoffii amanamummaa irratti hundaaโe godhi.
โ Garee kee barsiisi.
โ Cichoominaan hojjedhu.
โ Garee kee waliin guddadhu.
โ Oomisha dhugaa fi tajaajila gaarii irratti xiyyeeffadhu.
๐ TARKAANFII โ RAAWWII โ BUโAA โ MILKAAโINA!
๐ฅ MILKAAโINNI YAADA QOFA MITI; HOJII SIRNAA FI ITTI FUFINSAA QABA!
๐ข Gaaffii of gaafadhu: Harโa milkaaโina Network Marketing kee guddisuuf tarkaanfii qabatamaa akkamii fudhatta?
๐ฌ Yaada kee comment godhi.
๐ฒ Namoota Network Marketing hojjetaniif qoodi.
๐ Barreeffama kana save godhi; yeroo barbaaddetti irra deebiโii dubbisi.
#NetworkMarketing #Mindset #Leadership #Duplication #Teamwork #Consistency #ProductSales #BusinessGrowth #PersonalDevelopment
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/RetrainYourBrain
https://t.me/Committedtoyourdreams
Mindset โ Invitation โ Follow-up โ Duplication โ Consistency โ Team Work โ Product Sales
Milkaaโinni Network Marketing keessatti argamu carraa qofa irratti hin hundaaโu. Beekumsa sirrii, ilaalcha sammuu cimaa, hojii guyyaa guyyaa fi sirna hojii irra deddeebiโamee hojjetamu irratti hundaaโa.
Namni milkaaโuu barbaadu hojii kana beekuu qofa osoo hin taane, beekumsa isaa gara gochaatti jijjiiruu qaba! ๐ฏ
๐ง 1. MINDSET โ ILAALCHA SAMMUU MILKAAโINAA
Milkaaโinni kee jijjiirama sammuu kee keessatti jalqaba. Of amani, barachuu itti fufi, dogoggora irraa baradhu, gufuu yeroo mudatu immoo abdii hin kutatin.
๐ฅ โDura sammuu kee ijaari; achiis jireenya kee ijaari!โ
๐ค 2. INVITATION โ AFFEERRII SIRNA QABU
Guyyaa guyyaadhaan namoota haaraa daldala kee irratti odeeffannoo argachuu dandaโaniif carraa uumi. Namoota dirqisiisuu osoo hin taane, carraa sirriitti ibsi; filannoo isaanii kabaji.
๐ Affeerraan balbala bana; murtiin nama dhuunfaa immoo itti fufinsa murteessa.
๐ 3. FOLLOW-UP โ HORDOFFII BUโA QABEESSA
Affeeruun jalqaba qofa. Namoota ati affeertee wajjin yeroo sirrii irratti qunnamtii godhi, gaaffii isaanii dhaggeeffadhu, odeeffannoo sirrii kenni, amanamummaa ijaari.
๐ก Hordoffiin gaariin nama irratti dhiibbaa gochuu miti; nama hubachuu fi murtii sirrii akka kennu gargaaruu dha.
๐ฅ 4. DUPLICATION โ BARSIISUU FI SIRNA IRRA DEEBIโAMU UUMUU
Wanta ati hojjette milkaaโinaan baratte miseensota garee keetii barsiisi. Hojii salphaa, ifa taโee fi namni biraas irra deebiโee hojjechuu dandaโu uumi.
๐ Hogganaan gaariin ofii isaa qofa hin guddatu; namoota biroo akka guddatan ni gargaara.
๐ช 5. CONSISTENCY โ CICHOOMMINA FI ITTI FUFINSAA
Milkaaโinni hojii guyyaa tokko keessatti raawwatamu miti. Guyyaa guyyaadhaan tarkaanfii xixiqqoo fudhadhu; karoora kee hordofi; buโaa kee madaali; bakka hanqinni jiru sirreessi.
๐ฅ โTarkaanfii xixiqqoon guyyaa guyyaadhaan fudhatamu, yeroo dheeraa keessatti buโaa guddaa fida.โ
๏ปฟ
๐ 6. TEAMWORK โ HUMNA GAREE
Network Marketing keessatti guddinni yeroo baayโee tumsa, wal barsiisuu fi wal deeggaruu irraa maddu. Miseensota kee jajjabeessi, milkaaโina isaanii kabaji, rakkoo isaanii waliin furi.
๐ค โQofaa hojjechuun ni dandaโama; waliin hojjechuun garuu dandeettii fi carraa ni balโisa.โ
๐ฐ 7. PRODUCT SALES โ GURGURTAA OOMISHAA FI TAJAAJILA MAAMILAA
Oomisha kee sirriitti beekii, faayidaa isaa dhugaa taโe ibsi, maamiltootaaf tajaajila gaarii kenni. Amanamummaa maamilaa ijaari; gurgurtaa dhugaa fi fedhii gabaa irratti xiyyeeffadhu.
๐ Daldalli yeroo dheeraa turu, gatii oomishaa, qulqullina tajaajilaa fi amanamummaa irratti ijaarama.
โโโโโโโโโโโโโโโโโโ
๐ YAADAA IJOO: MILKAAโINA KEETIIF ITTI GAAFATAMUMMAA FUDHADHU!
Network Marketing keessatti milkaaโinni namoota galmeessuu qofaan hin madaalamu. Beekumsa argachuu, hojii sirnaan raawwachuu, maamiltoota tajaajiluu, garee ijaaruu fi namoota biroo guddisuun waliin guddachuun murteessaa dha.
โ Mindset kee ijaari.
โ Guyyaa guyyaadhaan affeeri.
โ Hordoffii amanamummaa irratti hundaaโe godhi.
โ Garee kee barsiisi.
โ Cichoominaan hojjedhu.
โ Garee kee waliin guddadhu.
โ Oomisha dhugaa fi tajaajila gaarii irratti xiyyeeffadhu.
๐ TARKAANFII โ RAAWWII โ BUโAA โ MILKAAโINA!
๐ฅ MILKAAโINNI YAADA QOFA MITI; HOJII SIRNAA FI ITTI FUFINSAA QABA!
๐ข Gaaffii of gaafadhu: Harโa milkaaโina Network Marketing kee guddisuuf tarkaanfii qabatamaa akkamii fudhatta?
๐ฌ Yaada kee comment godhi.
๐ฒ Namoota Network Marketing hojjetaniif qoodi.
๐ Barreeffama kana save godhi; yeroo barbaaddetti irra deebiโii dubbisi.
#NetworkMarketing #Mindset #Leadership #Duplication #Teamwork #Consistency #ProductSales #BusinessGrowth #PersonalDevelopment
JOIN OUR CHANNEL TELEGRAM
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/RetrainYourBrain
https://t.me/Committedtoyourdreams
๐ฏ2
๐๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐ก๐ข๐ช๐๐๐๐๐
Photo
๐ฅ DHUGAA JIREENYAA NAMOOTA HEDDUU! ๐ง ๐ก
๐ Dhugaan jiru kana! Namoonni hedduun garaa isaanii quubsuuf ni carraaqu; uffata qaalii uffachuuf, mana bareedaa ijaarrachuuf, jireenya qaalii jiraachuufis ni tattaafatu. Garuu sammuu isaanii beekumsaan sooruu, ilaalcha isaanii jijjiiruu, dandeettii isaanii guddisuu fi of irratti hojjechuuf yeroo, humnaa fi maallaqa isaanii baasuu irratti duubatti jedhu.
๐ง Yaadadhu! Beelli garaa nyaata argannaan ni quufa; beelli sammuu garuu beekumsa, hubannoo, muuxannoo fi barumsa itti fufiinsa qabuun malee hin badu.
๐ฅ Guddinni dhugaan jijjiirama sammuu irraa jalqaba! Yoo jireenya kee jijjiiruu barbaadde, jalqaba sammuu kee irratti hojjedhu. Sammuu kee soori; beekumsa kee guddisi; dandeettii kee ijaari; jireenya kee jijjiiri!
๐ Gatii nyaataaf kaffaltu caalaa gatii guddina sammuu keetiif kaffaluuf baradhu. Sababni isaas, nyaanni har'a si quubsa; beekumsi garuu boruuf si qopheessa!
๐ญ Gaaffii: Ati yeroo fi qabeenya kee keessaa hammam guddina sammuu keetiif ramadde?
๐ Yaada kana dubbisi, irraa baradhu, namoota biroofis qoodi!
#MilkinaJireenyaa
#GrowthMindset
#PersonalDevelopment
#Beekumsa
#JijjiiramaSammuu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@MilkinaaTeshoma12
@MilkooKing
โIrra-jireessi namootaa, gatiin qallaba foon isaanii hammam yoo qaalaโeyyuu, nyaata garaa isaanii guutuuf waan isaan qaban ni kaffalu; garuu beela sammuu isaanii weerare, gogsee, qooqsee isaanitti iyyachaa jiruuf garuu gatii kaffaluuf hin fedhan.โ
๐ Dhugaan jiru kana! Namoonni hedduun garaa isaanii quubsuuf ni carraaqu; uffata qaalii uffachuuf, mana bareedaa ijaarrachuuf, jireenya qaalii jiraachuufis ni tattaafatu. Garuu sammuu isaanii beekumsaan sooruu, ilaalcha isaanii jijjiiruu, dandeettii isaanii guddisuu fi of irratti hojjechuuf yeroo, humnaa fi maallaqa isaanii baasuu irratti duubatti jedhu.
๐ง Yaadadhu! Beelli garaa nyaata argannaan ni quufa; beelli sammuu garuu beekumsa, hubannoo, muuxannoo fi barumsa itti fufiinsa qabuun malee hin badu.
๐ฅ Guddinni dhugaan jijjiirama sammuu irraa jalqaba! Yoo jireenya kee jijjiiruu barbaadde, jalqaba sammuu kee irratti hojjedhu. Sammuu kee soori; beekumsa kee guddisi; dandeettii kee ijaari; jireenya kee jijjiiri!
๐ Gatii nyaataaf kaffaltu caalaa gatii guddina sammuu keetiif kaffaluuf baradhu. Sababni isaas, nyaanni har'a si quubsa; beekumsi garuu boruuf si qopheessa!
๐ญ Gaaffii: Ati yeroo fi qabeenya kee keessaa hammam guddina sammuu keetiif ramadde?
๐ Yaada kana dubbisi, irraa baradhu, namoota biroofis qoodi!
#MilkinaJireenyaa
#GrowthMindset
#PersonalDevelopment
#Beekumsa
#JijjiiramaSammuu
Carraa Leenjii Fi Business Argachuuf Asiin Nu Qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@MilkinaaTeshoma12
@MilkooKing
๐1
๐๐๐๐๐ง๐๐ ๐๐ก๐ข๐ช๐๐๐๐๐ pinned ยซ๐ฅ DHUGAA JIREENYAA NAMOOTA HEDDUU! ๐ง ๐ก โIrra-jireessi namootaa, gatiin qallaba foon isaanii hammam yoo qaalaโeyyuu, nyaata garaa isaanii guutuuf waan isaan qaban ni kaffalu; garuu beela sammuu isaanii weerare, gogsee, qooqsee isaanitti iyyachaa jiruuf garuuโฆยป
๐ Jireenyi kee akka jijjiiramu yoo barbaadde, jalqaba sammuu kee jijjiiri! Carraa barachuu, of ijaaruu fi Business kee guddisuuf qophaaโi.
HUBACHIISA NAMOOTA 10 QOFAAF CARRAA BUSINESS FI CARRAA LEENJIIF!!
Namoota duursanii username asii gadii irratti nu qunnamaniif odeeffannoo guutuu fi waliigalaa kennuun carraa leenjii fi businness f support isin goona.
๐๐๐๐๐๐๐๐
@MilkinaaTeshoma12
@MilkooKing
HUBACHIISA NAMOOTA 10 QOFAAF CARRAA BUSINESS FI CARRAA LEENJIIF!!
Namoota duursanii username asii gadii irratti nu qunnamaniif odeeffannoo guutuu fi waliigalaa kennuun carraa leenjii fi businness f support isin goona.
๐๐๐๐๐๐๐๐
@MilkinaaTeshoma12
@MilkooKing
๐1
๐ฅ๐ LEADERSHIP โข LEARNING โข BUSINESS GROWTH ๐๐ฅ
๐ LEADER NEBIYU leenjii humna qabu, hubannoo cimaa fi beekumsa hojii keenya guddisu nuuf qoodaa jira! ๐ง ๐
๐ฅ Leenjiin kun hubannoo keenya cimsuuf, dandeettii keenya guddisuuf, akkasumas NETWORK MARKETING fi BUSINESS keenya gara SADARKAA OLAANAATTI ceesisuuf carraa guddaadha! ๐
๐ฅ BARADHU! HUBADHU! HOJII IRRA OOLCHI! BU'AA FIDI!
๐ Hogganaan gaariin karaa agarsiisa; namni baratu, kan hojiitti hiikuu fi itti fufu immoo milkaa'inaaf of qopheessa!
#NetworkMarketing ๐ฅ
#BusinessGrowth ๐
#Leadership ๐
#GrowthMindset ๐ง

๐๐ฅ MAALLAQA ARGACHUU DURA, DANDEETTII KEE GUDDIFADHU! ๐ฅ๐
โMaallaqa argachuuf qofa yaadaa jira moo, nama gatii qabu ta'uuf of ijaaraa jira?โ
Dhugaan jiru, maallaqni rakkoo kee yeroo muraasaaf furuu danda'a; beekumsi, dandeettiin fi ilaalchi sirriin garuu carraa haaraa uumuu si dandeessisu. ๐
๐ 1. KNOWLEDGE โ Beekumsa Kee Guddisi!
Waan har'a hin beekne baradhu. Kitaaba dubbisi, namoota si caalaa beekan irraa baradhu, leenjii irratti hirmaadhu. Sababni isaas, what you learn today can change what you earn tomorrow!
๐ง 2. MINDSET โ Ilaalcha Kee Jijjiiri!
Yoo yeroo hunda maallaqa dhabuu qofa yaadde, furmaata argachuun sitti ulfaachuu danda'a. Garuu yoo rakkoo akka carraa barumsaatti ilaalte, karaa haaraa argachuu jalqabda.
๐ช 3. SKILLS โ Dandeettii Kee Ijaari!
Communication, Leadership, Problem-Solving fi Teamwork baradhu. Sababni isaas, beekumsi waan tokko beekuu si gargaara; dandeettiin garuu waan sana hojiitti hiikuu si dandeessisa.
๐ฏ 4. VALUE โ Gatii Namootaaf Kenni!
Maallaqa qofa argachuuf hin ariifatin. Dura rakkoo namootaa hubadhu, furmaata kenni, amanamummaa ijaari. The more value you create, the more opportunities you can open for yourself.
โณ 5. CONSISTENCY โ Itti Fufiinsaan Hojjedhu!
Guyyaa tokko hojjettee bu'aa guddaa eeguun sirrii miti. Baradhu, shaakali, dogoggora kee irraa baradhu, irra deebi'ii hojjedhu. Small steps, taken consistently, can lead to big results!
Namni har'a maallaqa argachuu qofa irratti xiyyeeffatu, carraa yeroo gabaabaa argachuu danda'a. Namni garuu beekumsa, dandeettii, naamusa hojii fi hariiroo gaarii ijaaruu irratti xiyyeeffatu, carraa yeroo dheeraaf isa gargaaru uumuu danda'a.
Kanaaf, maallaqa qofa hin ari'in; of ijaari!
Sababni isaas, milkaa'inni dhugaan waan qabdu qofa irratti hin hundaa'u; nama ta'aa jirtu, waan barachaa jirtu fi tarkaanfii har'a fudhattu irrattis ni hundaa'a. ๐
๐ฌ GAAFFII:
Yoo har'a maallaqa kee hunda dhabde, beekumsi, dandeettiin fi ilaalchi ati qabdu jireenya kee irra deebitee ijaaruuf si gargaaraa?
๐ค Deebii Kee Yaadi!๐
#Mindset
#SelfDevelopment #PersonalGrowth #SuccessJourney
#CreateValue
#PersonalityAndLife
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/RetrainYourBrain
https://t.me/Committedtoyourdreams
โMaallaqa argachuu barbaaduu keen dura, nama maallaqa argachuu fi bulchuu danda'u ta'uuf of qopheessi!โ ๐ง ๐ฐNamoonni hedduun maallaqa argachuu hawwu; garuu namni hundi gaaffii tokko of gaafata laata? ๐ค
โMaallaqa argachuuf qofa yaadaa jira moo, nama gatii qabu ta'uuf of ijaaraa jira?โ
Dhugaan jiru, maallaqni rakkoo kee yeroo muraasaaf furuu danda'a; beekumsi, dandeettiin fi ilaalchi sirriin garuu carraa haaraa uumuu si dandeessisu. ๐
๐ 1. KNOWLEDGE โ Beekumsa Kee Guddisi!
Waan har'a hin beekne baradhu. Kitaaba dubbisi, namoota si caalaa beekan irraa baradhu, leenjii irratti hirmaadhu. Sababni isaas, what you learn today can change what you earn tomorrow!
๐ง 2. MINDSET โ Ilaalcha Kee Jijjiiri!
Yoo yeroo hunda maallaqa dhabuu qofa yaadde, furmaata argachuun sitti ulfaachuu danda'a. Garuu yoo rakkoo akka carraa barumsaatti ilaalte, karaa haaraa argachuu jalqabda.
๐ช 3. SKILLS โ Dandeettii Kee Ijaari!
Communication, Leadership, Problem-Solving fi Teamwork baradhu. Sababni isaas, beekumsi waan tokko beekuu si gargaara; dandeettiin garuu waan sana hojiitti hiikuu si dandeessisa.
๐ฏ 4. VALUE โ Gatii Namootaaf Kenni!
Maallaqa qofa argachuuf hin ariifatin. Dura rakkoo namootaa hubadhu, furmaata kenni, amanamummaa ijaari. The more value you create, the more opportunities you can open for yourself.
โณ 5. CONSISTENCY โ Itti Fufiinsaan Hojjedhu!
Guyyaa tokko hojjettee bu'aa guddaa eeguun sirrii miti. Baradhu, shaakali, dogoggora kee irraa baradhu, irra deebi'ii hojjedhu. Small steps, taken consistently, can lead to big results!
๐ ERGAAN DHUMA IRRATTI SIIF QABU:
Namni har'a maallaqa argachuu qofa irratti xiyyeeffatu, carraa yeroo gabaabaa argachuu danda'a. Namni garuu beekumsa, dandeettii, naamusa hojii fi hariiroo gaarii ijaaruu irratti xiyyeeffatu, carraa yeroo dheeraaf isa gargaaru uumuu danda'a.
Kanaaf, maallaqa qofa hin ari'in; of ijaari!
Of irratti invest godhi. Beekumsa kee guddisi. Dandeettii kee cimsadhu. Gatii namootaaf kenni. Carraa argatte sirriitti fayyadami. Bu'aa argachuuf obsaan hojjedhu.๐ฅ BUILD YOURSELF FIRST. CREATE VALUE. TAKE ACTION. GROW CONSISTENTLY!
Sababni isaas, milkaa'inni dhugaan waan qabdu qofa irratti hin hundaa'u; nama ta'aa jirtu, waan barachaa jirtu fi tarkaanfii har'a fudhattu irrattis ni hundaa'a. ๐
๐ฌ GAAFFII:
Yoo har'a maallaqa kee hunda dhabde, beekumsi, dandeettiin fi ilaalchi ati qabdu jireenya kee irra deebitee ijaaruuf si gargaaraa?
๐ค Deebii Kee Yaadi!๐
#Mindset
#SelfDevelopment #PersonalGrowth #SuccessJourney
#CreateValue
#PersonalityAndLife
JOIN OUR CHANNEL TELEGRAM
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/DigitalKnowledgeLibrary
https://t.me/RetrainYourBrain
https://t.me/Committedtoyourdreams
๐1
๐ง Strong Mind; Strong Actions; Strong Results!!
Milkaaโinni kee yaada kee irraa jalqaba; tarkaanfii kee keessatti guddachaa deema; hojii kee itti fufiinsa qabuun buโaa argatta.