Qophii keenya irrati yaadaa fi qeeqa yoo Kennuu yoo feetan @Dandiwangela_bot
Forwarded from Deleted Account
“Ati immoo yaa mucaa nana, raajii aabbaa in jedhamta; karaa isaa qopheessuudhaaf fuula gooftaa dura in adeemta;”
— Luq. 1:76
— Luq. 1:76
Forwarded from Deleted Account
“Dammaqaa, amantiitti cimaatii dhaabadhaa! Ija-jabeeyyiidhaa fi jajjaboo ta'aa!”
— 1Qor. 16:13
— 1Qor. 16:13
Forwarded from Deleted Account
“Nuyi dhugaa hubannee erga beeknee booddee, jaallannee beekaa cubbuu yoo hojjenne, aarsaan sababii cubbuutiif dhi'aatu si'achi hin jiru.”
— Ibr. 10:26
— Ibr. 10:26
Nagan isnif Hata'uu mati Dandi wangela Farfana kana dhagefadha iti ebifama
Forwarded from Buddeena Jireenyaa
QO'ANNAA BUDDEENA JIREENYAA
Jireenya Moo'ichaa Jiraachuu
.............kutaa 2ffaa...............
Tooftaalee Moo'ichaa
Akkuma kana dura kutaa jalqabaa keessatti illaalle namni addunyaa kana irra jiraatu kamiyyuu rakkinni isatti dhufuun dirqama.
👉 Warqeen si'a torba ibidda keessatti gubatee akkuma bu'aa olaanaaf oolamu, namnis qorumsa keessa darbee dhalootatti kallattii sirrii ta'e argisiisa.
Namni kan uumameef haalotaan moo'amuuf utuu hin ta'in rakkoolee jiran moo'atee keessa darbuuf.
🔑 Namni akeekaan jiraatu fi abbaa mul'ataa ta'e rakkina kudhan (10) karaa tokko hiika utuu hin ta'in rakkina tokko karaa kudhan furmaata itti laata.
🔑 Obsa Qabaachuu
............Rom. 5:4...................
👉 Obsi gatii guddaa nama baasisa.
👉 Obsi iddoo guddaa nama geessisa.
👉 Obsi beekaa nama taasisa.
👉 Obsi ulfina namaaf kenna.
👉 Obsi kaayyoo biraan nama gaha.
(Yaq. 1:3-4)
👉 Rakkina bara baraan keessa jiraannu hin qabnu.
👉 Rakkinni dhufee darba.
✍️ Ati Abdii waaqayyo siif kenne irraa ija kee hin buqqifatin !
Wanti dhufee darbus karaa irraa si hin kaasin !
Eebbi kee dhufee iddoo keetii si hin dhabin !
🅙🅞🅘🅝 🅤🅢➕
🥞 @BuddeenaJireenya 🥞🥞
🥞🥞 @BuddeenaJireenya 🥞
Share💯 Share💯 Share💯

Uleen nurka jiru dhimma baasa
Garamii garamitti?
Yooma aadaa ta'eyyuu Wangeelli uleen bakka bu'uu qaba jedhee hin amanu.
Yadafi @Dandiwangela_bot
Garamii garamitti?
Yooma aadaa ta'eyyuu Wangeelli uleen bakka bu'uu qaba jedhee hin amanu.
Yadafi @Dandiwangela_bot
http://Www.youTube.com/dandiwangelashow.
👍✝NAMOONiI CHAANAAlII KENYAA SUBSCRIBE HIN GODHIIN ➕☑️☑️🎥📽 SUBSCRIBE GODHAA 🙏 EBBIFFAMMAA.
👍✝NAMOONiI CHAANAAlII KENYAA SUBSCRIBE HIN GODHIIN ➕☑️☑️🎥📽 SUBSCRIBE GODHAA 🙏 EBBIFFAMMAA.
Dandi wangela:
Ayyani waaqayyo hundaa kessanif ha bay'atuu
@Shaloom @dandiwangela
Ayaana wagga kan waggan dhufee darbbu
Kan wagga waggan belofnudha akka agabuu
Kuno nuuf dhuferaka kan gammachuf kan ebba
Fayisaan nuuf dhalate kan cubbu kenyaaf erges . Waaqayo abba
Fayisaan kun maqansa enyudha?
Yoon barbadees essatin argadha?
Akkami akkataan dhufinsasa kuni?
Mee ka'ee barbaduni
Eyeka barbbadachu qabda wan tokkot sin dhufnne
Inni maqansa yesusidha kan Hin dullomnef Hin
dune
Bara Baraan kan jiratuu dhabbatee
Cubbu biyya lafaa hunduma kan batee
Kan ati argatuus luq 1_8 sirriti dubbisi
Qalbike hundusa garasaat debisi
Siwajjin jiraata wajjin deddebihi
Baraa ke hundumaa amanama tahi
Akkanni itti nuuf dhufee xiqqo ibsuun yaala.
Nuhi warri garasa dhufnne nay'e alalaa
Cubbun kara addamif hawwan nutti dhan galahe
Janaata edeen kessa base nahaarihe
Serrif hacuccan bay'atee
Gidiraan nurrati wal maree
Egaa akkas ture hacuccan duraani
Mee amamo akkata dhalotasan xiqoshe taresa,
Betelihem kessa fayisaan Hin Baha
Sabako dhiphaturas had qabamun Hin kaha
Jedhe nuuf kakate
Innis Hin rawwatee
Garaa isa nyate cunqurfamu sabasa argee
Waaqayyoo abban ilmasa nuuf ergee
Mariyaam durbani afuraan ulfoftte
Mariyaam durbarra ilmis nuuf dhalatee
Betelem kessati ifni guddan tahee
Gad qabamuun sabasa kunoo har'a hafee
Walaba kan basu wanjjo du'aa jalaa
Kan namattin tolle demsi isaan alaa
Iyesus kiristosidhaa Amanu'elidha
Yesus nuf dhalate @MARIYAM durbbara
Walaba nu basuuf hidha sexanarra
Akkasa Hin argannu
Sichis Hin dhalatu *2
Furi ilmaan namotaaf waqarra gad bu'e
Cubbu koof cubbukeefis fannifame kan du'e
Jaalala kenyaf male maltu isaa dhamase
Cunqursamu sabasatu bayye isaa arsee
Furi cubbu Kenya angafa waa maraa
Isaat hirkannera nutoo bor har'a
Kan nujelaan kufnee kan nujelaan dinne
Hirko Kenya Jabaa kan itti hirkannen kufnee
Yadanno dhalachusa akkamin ibsufi?
Isaa akanat nu barechef me akkamuma tanuufi?
Dhisaa Hin yadda'inati gatinsa Galata
Amuma dandessanu kenafii ililtta
Qophessan,,@Anuuma @Qananii waaqjiraa
Akka itiin ebbifamtanif
Irra barattan abdi guddan qaba.
Ayana garii!!!!!!!