YAADACHISI
في صوم شهر رمضان Maalummaa Soomana Ramadaanaa. وفرض من فروض اهلل، معلوم من الدين بالضرورة، يدل عليه الكتاب والسنة واإلجماع. Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha,dhirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii…
Aslemu aleykum Darsii Kitaaba kana Channali kana ratii eggale ture Fulla isaa kan hafee dubisunu xumra Adaraa
☝️☝️
☝️☝️
Forwarded from At-Tewheed
Ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Soommana nyaataa fi dhugaatii irraa if qabuu qofaa miti, Soommana taphaafi waan fokkottuu irraahis if qabuudha." ja'an.
@Daily_Islamic_Reminders_two ▮
@Daily_Islamic_Reminders_two ▮
Hojii ibaadaa
----------------▮
Rabbiin (S W) Isaa qoftiif Jecha Hojii Hojeetamu malee Siiraa hin qeebaluuti Niyaa kee tolchii, Soomananis Kara Rabbii qoftii Debii .
@Daily_Islamic_Reminders_two ▮ #tewba_tube
በአማርኛ !! @prince_makkii
----------------▮
Rabbiin (S W) Isaa qoftiif Jecha Hojii Hojeetamu malee Siiraa hin qeebaluuti Niyaa kee tolchii, Soomananis Kara Rabbii qoftii Debii .
@Daily_Islamic_Reminders_two ▮ #tewba_tube
በአማርኛ !! @prince_makkii
Forwarded from At-Tewheed
Maalummaa Tawhiidaa
⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️
Tawhiida :- jechuun akka lugaa Afaan arabiitti jecha ‘wahhada’ jedhamu irraa fudhatame. Wahhadaa jechuun tokkochoomse ykn tokko taasise jechuu dha.
Fakkeenyaaf:
‘Muhammadiin malee mana kana keessaa namni tokkos akka hin baane yoo jedhe, Mohammadiin manaa bahuu isaatin tokkochoomse jechuu dha.
‘Khaalidiin malee namni tokko bakka kanaa akka hin kaane yoo jette kaalidiin qofa akka ka’u adda baaste jechuu dha
Kanaafuu Tawhiida jechuun Rabbiin qofa ibaadaa (gabbartii) isaatin tokkochoomsuu adda godhuu jechuu dha.
Hiikkaan Tawhiidaa akka Shari’aatitti ammoo Allaahii ol-tahe Rabbummaan, uluuhiyyummaan fi akkasuma Maqoota fi haala isaatin adda baasuu jechuu dha.
@at_tewheed

ሱራ አል ዒምራን
// *ረመዳን 4* //
_*ቁርአን 📚ጁዝ 4👂🏾🎧*_
_⭐️በቃሪእ አቡበከር ሻጥሪ🌸_
*ቁርአንን በረመዳን አብረን እናክትም*
https://youtu.be/37mhMvWX2b8
_*ቁርአን 📚ጁዝ 4👂🏾🎧*_
_⭐️በቃሪእ አቡበከር ሻጥሪ🌸_
*ቁርአንን በረመዳን አብረን እናክትም*
https://youtu.be/37mhMvWX2b8
Afxiraa Jarjarsii;'' Ummataa Kheyrii Irra tahuudhaaf hin Dhuman(Dhabaman) Hanga Afxiraa Jarjarsanii fi Hiraba(Suuhrii) Tursiisanitii.''
((Buhari Fi Muslim))
@Daily_Islamic_Reminders_two ▮ #tewba_tube
በአማርኛ:- @prince_makkii

#zikrii_yeroo_sooma_furan_jedhamu.
( ١) ﻋﻨﺪ ﺍﻹﻓﻄﺎﺭ ﺗﻘﻮﻝ ﻣﺎ ﻛﺎﻥ ﻳﻘﻮﻝ ﺍﻟﻨﺒﻲ ﷺ ، ﻓﺈﻥ ﻣﻦ ﺳﻨﺘﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﺃﻧﻪ ﻛﺎﻥ ﺇﺫﺍ ﺃﻓﻄﺮ ﻗﺎل ( ﺫﻫﺐ ﺍﻟﻈﻤﺄ ﻭ ﺍﺑﺘﻠﺖِ ﺍﻟﻌﺮﻭﻕ ﻭﺛﺒﺖ ﺍﻷﺟﺮ ﺇﻥ ﺷﺎﺀ ﺍﻟﻠﻪ )
📚[ ﺻﺤﻴﺢ ﺍﻟﺠﺎمع) [(4678)
(1) Afaan oromotiin:- zahaba zama'u wab-tal'atil uruuqu wa-sabatal ajru, inshaa'allaah.
Hiikkaan፦" Dheebuun deeme , kokkelleen jijiite. Yoo rabbiin fedhe ajriinis mirkanaa'e.
(٢) اللهم اني ا سالك برحمتك التي و سعة كل شيء ان تغفرلي.
(2) Afaan Oromootiin:-Allaahumma innii as'aluka bi-rahmatika allattii wa-si'at an-tagfira lii.
Hikkaan:- Yaa allaah ani rahmata kee kan waan hunda wal gaheenin naaf araaramuu si kadha.
#zikriilee tanneen haffazuun yeroo faxarru hunda jechuu haa aadefannu.

Audio
Audio from Zeytuna bint muhdina
✍ቁርአን📖ጁዝእ 5☪️
📚ሰረቱል አል ኒሳዕ 24… 146 🎈
🎧<በሼኽ ዓሊ ሁዜይፊ>
@Daily_Islamic_Reminders_two
✍ቁርአን📖ጁዝእ 5☪️
📚ሰረቱል አል ኒሳዕ 24… 146 🎈
🎧<በሼኽ ዓሊ ሁዜይፊ>
@Daily_Islamic_Reminders_two
Ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Hiraabbadhaa! Hiraabbachuu keessa Barakaatu jira" jedhe
@Daily_Islamic_Reminders_two
@Daily_Islamic_Reminders_two
Ergamaan Rabbii Muhammadﷺ "Karaa Rabbii keessatti namni guyyaa tokko Soommane, Rabbiin isaafi ibidda(Jahannam) jidduu hallayyaa godha. Hallayyaan san akka Samii fi dachiin adda fagaattu kana fagaatti."
((BukhariifiMuslim))
@Daily_Islamic_Reminders_two ▮ #tewba_tube
በአማርኛ:- @prince_makkii
((BukhariifiMuslim))
@Daily_Islamic_Reminders_two ▮ #tewba_tube
በአማርኛ:- @prince_makkii
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
GAAFFII MISEENSOTAA
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Kennaapost @Kennaapost
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu warra maatii #KENNAA
Carraa kana nuuf kennuu keessaniif galatoomaa!!!
1, Namni ganama ganama ilkaan isaa colget fi burushii ilkaaniitiin yoo qulqulleefatee soomni isaa baduu danda'aa ?
Ďeebbii
👇👇👇
Ilkaan keenya colget nis ta'ee burushii ilkaaniitiin qulqulleeffachuun gonkumaa soomana hin balleessu. Ittuuyyuu cufa yeroo salaataaf wudu'a guuttannuu otoo ilkaan keenya sirritti rigannee/suwaakkannee akkaan filatamaadha.
Ergamaan Rabbii (s a w) hadiisa keessatti "otoon isin irratti jabaataaf dhabuu baadhee silaa cufa wudu'a irratti rigaatti(ilkaan rigachuutti isin ajajan ture" jedha ture jedhaniiru.
Dogoggorri cimaan bakka kana jiru afaan soomanaa kan dirqama amma amma rigachuutti haajomu soomanatu bada jedhanii dhiisuun gonkumaa sirrii miti. Wantoota yeroo soomaas ta'ee yeroo biraas ergamaa Rabbii biratti jaalataman keessaa tokko rigaa ilkaanii/siwaaka ture.
Garuu yeroo afaan keenya rigannu ykn qulqulleeffannu bishaan gama laagaa keenyaatti seenuu hin qabu, ammas yeroo burushii fayyadamnu dhiigni guddaan bahuu hin qabu.
2, Namni soomana niyyachuu dagatee bule ganama yaadate akkam tahaa!!!!!!!!!!!!!!
Deebbii!!
👇👇👇
Niyyaan bu'ura dalagaa hundaati. Rabbiin keenya bifaa fi dhaabbata, irra keessa namaa hin ilaalu, Kan inni ilaalu qalbii/niyyaa keessa keenyaati. Kanaaf dalagaa ibaadaa teenya hundaaf niyyaan murteessaadha. Niyyaan ruuhii dalagaati. Hojiin niyyaan keessa hin jirre hun qeebalamtu.
👉Namni soomana niyyachuu dagate soomanni numa bada. Garuu namni islaamaa tokko yeroo Ramadaanni dhufu ji'a kana guutuu akka soomanu numa beeka , ammas guyyaa boru soomanaa bor akka soomannu qalbiin keenya ni beeka, kanaaf barii dagannee yeroo bari'e booda yoo yaadanne humaa miti. Garuu Niyyaa jechuun yaada qalbii teenyaati malee waan afaan keenyaan sagalee baafnee dubbannu miti. Namoonni tokko tokko yeroo suhura/hiraaba nyaatan sagalee ol baasanii waa jedhantu muldhata. Kun soomana tolchuu otoo hin taane soomana balleessuudha. Sa'aatii sanatti wanti jedhamu hin jiru.
Kanaaf nutis yeroo soomannu galgala galgala Niyyaa teenya haaromsinee rafuutu bayeessa.
KANA CAALAA RABBUMATU BEEKA!!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Yaadaa fi gaaffii akkasumas sirreeffama yoo qabaattanis nasihaa nuuf oolaa linkii kana👇👇
👉@Kenase_bot irraan nuun gahaa!!!!!!!!!!
@Kennaapost @Kennaapost
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost

Telegram
KENNAA
KENNAA Dhaloota Qubeetiif!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!
Walbarsiisaa wal bashannansiisuuf
Chaanaalii keenyaaf miseensa tahaa!!
Chaanaalii kana irraa👇
👉DA'AWAA
👉ODEEYFANNOO
👉WALALOO
👉ASOOSAMA
👉SEENAA fi kkf argachuu dandeessu!!
✍yaadaaf👇
@AbdiiBiyyaa iraan nu biraan gahaa!!