Computer Solution
1.86K subscribers
44 photos
46 links
Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!
Download Telegram
Channel created
Channel photo updated
➊ Telegram Channel Akkamitti Create Godhama?

Telegram Setting --> New Channel -> Maqaa channel barreessita!

Telegram Channel Type
⁃ Public Channel
⁃ Private Channel

"Garaagarummaa public channel fi private channel fi faayidaalee isaanii yeroo itti aanu bal'inaan ilaalla!"

➲ Public Channel kanneen link ati barbaaddu itti moggaasuu dandeessudha! Fkn:
@Gaggeessummaa
@Reading_PDF

➲ Private Link immoo Telegram kan default siif kennudha! Fkn:

Link default 1ffaa:
⁃ Leadership - https://t.me/joinchat/AAAAAEMxvtVzvT_fCIjFkg

⁃ Reading PDF - https://t.me/joinchat/AAAAAE-0_gGryFw0jQc9LA

Link Default 2ffaa:
⁃ Leadership - https://t.me/+QzG-1XO9P98IiMWS

⁃ Reading PDF - https://t.me/+T7T-AavIXDSNBz0s

JOIN ❒┃❏ Share

⫸ JoinUs4More👇
Join ⫸ @Computer_Soln
Join ⫸ @Computer_Soln
Join ⫸ @Computer_Soln
👍2
1. Maqaa Channel keessanii barreessuudhaan mallattoo "☑️" Gubbaa irratti argamu tuquun xumurtu!

2. Description channel keessanii barreessuus/dhiisus dandeessu!
👍1
Fakkeenyaaf:
1. Channel name: Reading PDF
2. Description: Kitaabilee irraa barachuu dandeessan bifa pdf tiin ni argattu.
📚 Oromoo PDF
📚 English PDF
📚 አማርኛ PDF
👍3
Yaada Fi Gaaffii yoo qabaattan nuuf barreessaa!!!
@YaadafiGaaffii_bot
⌨️ Save Your time with Short Cuts: 👩‍💻

Ctrl + A - Select All
Ctrl + B - Bold
Ctrl + C - Copy
Ctrl + D - Fill
Ctrl + F - Find
Ctrl + G - Find next instance of text
Ctrl + H - Replace
Ctrl + I - Italic
Ctrl + K - Insert a hyperlink
Ctrl + N - New workbook
Ctrl + O - Open
Ctrl + P - Print
Ctrl + R - Nothing right
Ctrl + S - Save
Ctrl + U - Underlined
Ctrl + V - Paste
Ctrl W - Close
Ctrl + X - Cut
Ctrl + Y - Repeat
Ctrl + Z - Cancel
F1 - Help
F2 - Edition
F3 - Paste the name
F4 - Repeat the last action
F5 - Goto
F6 - Next Pane
F7 - Spell Check
F8 - Extension of the mode
F9 - Recalculate all workbooks
F10 - Activate Menubar
F11 - New graph
F12 - Save As
Shift + F1 - What is it?
Shift + F2 - Edit cell comment
Shift + F3 - Paste the function into the formula
Shift + F4 - Search Next
Shift + F5 - Find
Shift + F6 - Previous Panel
Shift + F8 - Add to the selection
Shift + F9 - Calculate the active worksheet
Shift + F10 - Popup menu display
Shift + F11 - New spreadsheet
Shift + F12 - Save
Ctrl + F3 - Set name
Ctrl + F4 - Close
Ctrl + F5 - XL, size of the restore window
Ctrl + F6 - Next Workbook Window
Shift + Ctrl + F6 - Previous Workbook Window
Ctrl + F7 - Move window
Ctrl + F8 - Resize Window
Ctrl + F9 - Minimize the workbook
Ctrl + F10 - Maximize or Restore Window
Ctrl + F11 - Inset 4.0 Macro sheet
Ctrl + F1 - Open File
Alt + F1 - Insert a graph
Alt + F2 - Save As
Alt + F4 - Output
Alt + F8 - Macro dialog
Alt + F11 - Visual Basic Editor
Ctrl + Shift + F3 - Create a name using the names of row and column labels
Ctrl + Shift + F6 - Previous Window
Ctrl + Shift + F12 - Printing
Alt + Shift + F1 - New spreadsheet
Alt + Shift + F2 - Save
Alt + = - AutoSum
Ctrl + `- Toggle value / display of the formula
Ctrl + Shift + A - Insert the argument names in the formula
Alt + down arrow - automatic view list
Alt + '- Format Style Dialog
Ctrl + Shift + ~ - General Format

Enjoy❤️ Share

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍4
🙊🙊🙊🙊
Maatii Channel keenyaa

⩩ Yeroo ammaa kana karaa telegram keessanii #Bot namoota irraa isinitti ergamee #vote naaf godhi na fayyadaa isiniin jedhu tasumaa akka hin tuqne kabajaan isin beeksifna.

⩩ File (account) keessan hunda isin jalaa haquun icciitii bilbila keessanii fudhachuu danda'a waan ta'eef fakkeenyaaf lakkoofsa icciitii yookiin PIN moobayilaa, baankii fi Telebirr fi kan kana fakkaatan isin jalaa baasa!
Ammuma #Share waliif taasisaa!

@Computer_Soln
@Computer_Soln
1👍1
ℹ️ "Mobile Card" Ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Bilbila Osoo Hin Bitin Wantoota Beekuu Qabnu 6 | @Computer_Soln
═════════════
Bilbilootni akka Android fi iphone ulaagaa garaa garaa irratti hundaa’uun gosa hedduutu gabaa irra jira. Akkasumaas gatiin isaanii garaa garaadha. yeroo kanatti bilbiloota akkasii bitachuuf baay’een keenya guddina/size/ fi gatii isaa qofa ilaaluun mobaayila gaarii hin taane yookiin tajaajila nuti barbaanne nuuf kennuu hin dandeenye bituu dandeenya ta’a.

Kanaafuu mobaayila tokko bituuf qabxiilee ijoo 6’n armaan gadii qalbeeffachuun mobaayila tajaajila baarbaadame nuuf kennuu danda’u bituun gaaridha. isaanis:

➊. PROCESSORS
Yeroo baay’ee bilbila irratti Geemii kan taphattan yoo ta’e, vidiyoo sa’aatii dheeraaf kan daawwattan yoo ta’e, akkasumas Editing garaa garaa ni dalagdu yoo ta’e bilbilli isin bittan processor isaa ‘Qualcom snapdragon (652 / 820 / 821 )’ yoo ta’e filatamaa dha.

Hojiilee giddu galeessaf immoo processer ‘MedaTek’ jedhamu gahaa dha.

➋. KAMEERAA (camera)
Bilbila bittan sanaan suuraa kaasuuf fedha guddaa kan qabdan yoo ta’e 13mp (megapixels) fi isaa ol osoo ta’ee gaarii dha. Kunis suuraa qulqullinaan kaasuuf gargaara.

Garuu namoota kaameeraa giddu galeessumaan faayyadamaniif 8mp gahaa dha.

➌. BATTERY (Dandeettii chaarjii qabatee turuu)
Namootni Geemii taphachuu baay’iftan, kanneen vidiyoo sa’aatii dheeraaf ilaaltan, kanneen Edit gochuuf baay’ee itti gargaaramtan fi miidiyaalee hawaasaa hedduu fayyadamtan yoo ta’e osoo battery’n bilbila bittanii 3500 mAh (milliamp Hour) fi isaa ol ta’ee gaarii dha.

Namoota bilbila giddu galeessumaan fayyadamtaniif immoo 3000mAh gahaa dha. isaa gadi garuu dafee chaarjii fixa.

➍. OPERATING SYSTEM
Operating system jechuun akkaataa hojii yookiin sirna dalagaa jechuu dha. yeroo ammaa kanatti operating system lama namootni baldhinaan fayyadamu. isaanis:-

● ANDROID: Android’n addunyaa irratti namootni baay’een kan fayyadamaniidha. Bilbiloonni akka
Samsung,
Lenovo,
Moto G,
Motorola,
Sony fi kkf Android kana fayyadamu. Android’n gosa hedduutu jiru. isaanis:
KitKat,
lollipop,
Marshmallow fi kkf dha.
KitKat fi lollipop bilbiloota duraanii yommuu ta’an Marshmallow fi isaa ol kan jiran bilbiloota yeroo ammaa baay’inaan faayida irra jiranii dha. Kanaafuu yoo bilbila bitnu Marshmallow fi isa caalaa latest ta’ee osoo bitnee gaarii dha.

● IOS : operating system kun bilbiloota iPhone yoo ta’u, fayyadamtoonni isaa baay’een akka gaarii ta’e ragaa ni bahu. Garuu akkuma faayidaa isaa gatiin isaas qaalii dha.

➎. STORAGE (Kuusaa)
Bilbilli isin bittan osoo bakka kuusaa faayilootaa guddaa qabaatee gaarii dha. Haaluma kanaan 8GB, 16GB, 32GB, 64GB, 128GB argaachuu dandeessu. GB ol’aanaa isaa yoo filattan gaarii ta'a. Fakkeenya, 64GB yookiin 128GB filadhaa! Akkasumas iPhone 10(X) storage’n isaa hanga 512GB gabaa irra ni jira.

Hubachiisa: Storage’n bilbila bituu barbadanii yoo xiqqaa ta’e ‘external memory’ fudhachuu fi hojjachuu isaa check gochuun barbaachisaa dha. sababni isaa bilbilichi yoo guute memory dabalataa bittanii akka itti fayyadamtaniif isin gargaara.

➏. Headphone Jack 3.5mm audio jack osoo ta’ee filatamaa dha. ta’uu baatus yaraa hin jedhamu. walumaa galatti bilbila yoo bituuf jettan ulaagaalee armaan olii fi maallaqa ittiin bituu barbaaddan wal madaalchisuun bilbila gaarii ta’e bitadhaa!

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍61
Telegram Channel & Group | @Computer_Soln

Channel Telegram Akkamitti Yoo beeksifne Join baayee argachuu Dandeenya?

1. Folder beeksisuu?
2. Private link fayyadamuudhaan beeksisuu!

Har'a kan waliin ilaallu channel tokko Akkamitti private link uumuu yookiin (create) gochuu dandeenya isa jedhudha!

Akkuma kanaan dura waliin ilaallee turre
Channel Telegram private link fi Public link qaba! Subscribers (members) channel keenyaaf ariitiidhaan guddisuuf private link fayyadamuu qabna!

https://t.me/Computer_Soln/62

Akkaataa private link uumuu dandeenyu bifa fakkiitiin isiniif dhiheesseera! Itti fayyadamaa! Yaada fi gaaffii yoo qabaattanis @YaadafiGaaffii_bot

@Computer_Soln
@Computer_Soln
#1
1.1. Channel kee dursa "Private Channel" taasisi!
1.2. "Manage Invite Links" tuqxa!

@Computer_Soln
#3 - Dhuma irratti

3. 1. "Request Admin Approval" bani!
3. 2. Create Link tuquudhaan private link haaraa argachuu dandeessa!

Bot namoota join request deebisu add gochuu yoo barbaadde:
@Accept_Auto_Join_Requests_Bot bot kana copy gochuun Admin taasifatta!

Haala kanaan Subscribers Channel fi Group Telegram kee yeroo gabaabaa keessatti guddifachuu dandeessa!

@Computer_Soln
@Computer_Soln
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!