Computer Solution
1.86K subscribers
44 photos
46 links
Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!
Download Telegram
Bilbila Networkii fi Interneetii Hojjechuu Dideef Furmaata

➮ Bilbilli tokko rakkoo netwoorkii qaba kan jennu yoo kanneen armaan gadii agarsiisedha. No service, Emergency call, Registration failed, Invalid SIM fi kan kana fakkaatan.

Rakkoowwan akkanaa kun sababoota armaan gaditiin dhufuu danda’u:

➮ Rakkoo Network IC (Hardware Problem)
➮ Rakkoo Anteenaa (Hardware problem)
➮ Yeroo baay’ee rakkoon hojjechuu diduu netwoorkii bilbilaa rakkoo IMEl Number dha.

Rakkoon akkanaa yeroo hedduu bilbiloota xixiqqoo irratti kan mul’atuudha Kanaafuu, furmaatni isaa IMEI number jijjiirudha. IMEI number jijjiiruuf koodii bilbilaa kanneen keessaa kan isiniif hojjete faayyadamaa! *#0160# (Techno baay’ee irratti), *#0161#, *#0162#, *#0066# (Isim), *#0011# (Smadel), *#346#, *#020*#, *#0120#, *#1120#, *#*#601*#*#, *#8378#1# (bilbilloota xixiqqoo hunda irratti ni hojjeta)

➮ IMEI number haaraa erga jijjiirtanii booda bilbila keessan cufaati banaa, networki isiniif deebi’a. Ammallee yoo deebi’ee akkuma duraa tahee akkanumattii IMEI number haaraa kan biraa yaalaa!
Gama biroon osoo SIM CARD bilbila keessa jiruu mallattoolee fi jechoota akka:
Insert Sim Card
No Sim Card Present
No Sim Card Inserted
Sim Card Registration Failed fi kan kana fakkaatan kan agarsiisu yoo ta’e immoo rakkoo alaa (Hardware Problem) waan ta’eef mana suphaa mobaayilaa geessuun ilaalchisaa!dideeqqila interneetii hojjechuu dideeq fi bilbila haaraa akkaataa itti interneetii hojjachiisnu
Akkuma beekamu yeroo tokko tokko bilbilli keenya interneetii guutummaan guutuutti hojjechuu dida ykn immoo waan hunda nuuf hojjachuu didee yeroo nu rakkisu argina. Kanaafuu, yeroo rakkoon akkasii isin mudatu akkaataa fi gosa bilbila keessanii irratti hundaa’uun step armaan gadii hordofaa sirreeffadhaa!

1. Namoonni biyya keessa taatanii bilbila touch screen fayyadamtan: Settings > Network & internet > Mobile network > Access point kan jedhu erga seentanii booda Mallattoo + ykn Add jettu tuquun, bakka ‘Name’ jedhutti etc jedhaa bakka ‘APN’ jedhutti etc.com jedhaa ‘Save’ godhaa.

➮ Namoonni biyya biroo jirtanis ‘access point’ biyyichaa guutaa. Google irratti maqaa siimkaardii faayyadamtanii search gochuun argachuu dandeessu. ykn dhaabbata Telekoomii siimii irraa bitattan yoo gaafattan isiniif himu. akkasuma hiriyoota keessaniin siimkaardii wal fakkaataa yoo faayyadamtan kan isarraa ilaalaa guuttachuu dandeessu.

2. LG mobile kan fayyadamtan warreen biyya keessatiif: Google settings > Wireless & networks > mobile network > access point name > Options > New APN, erga seentanii booda ‘APN’ etc.com ‘Username’ etc ‘Password’ etc ‘Autheatication type’ PAPPAP-CHAP > option > save

3. Nokia mobile kan fayyadamtanwarreen biyya keessatiif: Settings > Connectivity > Packet data > setting > edit active access point, erga seentanii booda: ‘Access point name’ etc godhaa ‘Packet data access point’ etc.com godhaa. itti fufuun gara settings tti deebi’uun:  Settings > configuration > personal > configuration > add new > web, keessa seenuun,  username: etc Password: etc,  Dhumarratti gara configuration deebi’uun: Activate the web taasisaa.

4. Bilbila SONY kan faayyadamtan warreen biyya keessatiif Menu > Setting > connectivity > internet setting, keessa seenuun ‘Connect using add’ ps ‘Date name’ etc ‘APN’ etc.com barreessuun ‘save’ godhaa. itti aansuun gara internet option deebi’uun:  Internet options > advanced > connectivity > data homepage: etc

Hubachiisa: Bilbiloota asii gadirratti tarreeffaman baay’inaan namoota biyya keessaatuu qabata. kanaaf namoonni biyya alaa jirtan isiniis yoo kan qabaattan taate bakka ‘etc’ jedhu hundatti ‘access point’ biyya keessa jirtanii guutuu qabdu. Share

• @Computer_Soln •
• @Computer_Soln •

@YaadafiGaaffii_bot
👍91
Akkaataa Username telegram itti uummatan (create username)
▭▭▭▭▭▭▭
1ffaa: setting telegram account kee keessa seenudhaan tuqxa!

2ffaa: Username iddoo jedhu sanatti maqaa username kee galchita!

#Faayidaan Username qabaachuu maalidha?

🔍 Namoonni isin barbaadan maqaa keessaniin salphaatti akka isin argatan taasisa!

@Computer_Soln •
• @Computer_Soln
👍3
√ Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii keenya hirrisuu dandeenya?

👇
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off (disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [√] tahe jiru kanneen akka
👉 GIFS
👉 Videos
👉 Stream videos and audio files fi kanneen biroo illee irraa balleessuu yookiin disable gochuu. Kana ta'uu baate jennaan telegraamin fedhii keenya malee photo, gif, video fi kan kana fakkaatan ofiin load gochuun yookiin ofiin banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.

👇
2ffaa: Facebook Lite irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: Facebook lite banuu
#Step_2: Menu(sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On yookiin enable gochuu

👇
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.

👇
4ffaa: ️WhatsApp irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options yookiin irra keessoo sarara (---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (√ ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.

@Computersoln
@Gammishow
@Gemechis430
👍2
Chaayinaan tajaajila interneetii saffisaa addunyaa eegalte! • Computer Solution

🔺 Chaayinaan tajaajila intarneetii saffisaa addunyaa irratti saffisa sekondii tokkotti teeraabaayitii 1.2 eegalte. Tajaajilli intarneetii kun addunyaa irratti intarneetii saffisaa ta'ee sekondii tokkotti fiilmii 150 erguu danda'a jedhameera.

🔺 Dhaabbileen lamaan maqaan isaanii "Huawei" fi "China" jedhaman tajaajila Intarneetii kana irratti waliin ta'uun saffisa sekondii tokkotti giigaabaayitii kuma 1 fi giigaabaayitii 200n hojjetaniiru. Tajaajilli intarneetii saffisaa sarara faayibara optikaalaa kiiloo meetira 300 Beejiing irraa gara Guangzhoutti fayyadamaa jira.

🔺 Tajaajilli kun eegaluu osoo hin qabaatin waggaa lama dura hojiitti akka galfames eerameera. Yeroo ammaa Ameerikaa dabalatee biyyoota adda addaa keessatti saffisi interneetii sekondii tokkotti baayitii 100 hanga 400 gidduutti argama. Intarneetiin saffisa sekondii tokkotti teeraabaayitii 1.2 qabu mana keessatti akka hin fayyadamne gabaafameera.

Computer Solution
6👍3👏1😱1
💻 Boot Key 💻
Computer Solution

▫️ የኮምፒውተሮን OS ለመቀየር ወይንም በሆነ አጋጣሚ Boot Menu ውስጥ መግባት ፈልገው በየትኛው Key እንደሚገባ ግራ ገብቶዎታል?

▫️ ከዚህ በታች የትኛው Laptop/Desktop በየትኛው Key Boot Menu ወይም BIOS setting ማምጣት እንደምንችል እንመልከት:

👉Acer = Esc, F12, F9, F2
👉Apple = Option Button
👉ASUS = F8, ESC, DEL, F9, F2
👉 COMPAQ = ESC, F9, F10
👉 Dell = F12, F2
👉 Emachines = F12, Tab, Del
👉 Hp = F9, F10, F1, ESC
👉 intel = F10
👉 Lenovo = F8, F10, F1, F12, F1, F2, Fn + F11
👉 NEC = F5, F2
👉 PACKARD BELL = F8, F1, Del
👉 Samsung = F1, ESC, F2
👉 SHARP = F2
👉 SONY = F10, F11, F1, F2,F3
👉 TOSHIBA = F12, F1, ESC

Computer Solution
👍61
𝗛𝘂𝗯𝗮𝗱𝗵𝘂 | @Computer_Soln

Yeroo ammaa kana account'n telegiraamii namoota hedduu jalaa hatamaa jira. Kunis sababni liinkota garamii akka dhufan hin beekamneeni. Hakeroonni baay'een account telegram hatuu irratti bobba'anii waan jiraniif eeggannoo taasisaa!

Hidhaa/liinki salphamatti namoota gara garaa irraa isnitti seenu callistanii hin tuqinaa! Telegiraamii keessan immoo koodii/code 'Two step Verification' kan jedhuun hidhuun isin barbaachisa.

Odeeffannoo dabalataaf yookin waan isiniif hin galle @YaadafiGaaffii_bot irratti nuuf barreessaa.

Account telegiraami keessaniin walqabatee wanti isin shakkisiisus yoo jiraate nu dubbisuu dandeessu.

Hub: Liinkonni/hidhaan nuti chaanaali kana irratti maxxansinu maddi isaa kan qulqullaa'edha.

#waliifqoodaa
#JOIN_US 👇

  @Computer_Soln
@Computer_Soln
👍4
Waa Beekuun Gaariidha, kan Beekan Beeksisuun Immoo… | @Computer_Soln

━━━🔴━━━

√ Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii keenya hirrisuu dandeenya?

👇👇👇👇👇👇👇
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off (disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [√] tahe jiru kanneen akka
👉 GIFS
👉 Videos
👉 Stream videos and audio files
fi kanneen biroo illee irraa balleessuu yookiin disable gochuu.

Kana ta'uu baate jennaan telegraamin fedhii keenya malee photo, gif, video fi kkf ofiin load gochuun yookiin ofiin banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.

👇👇👇👇👇👇👇
2ffaa: Facebook Lite irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: Facebook lite banuu
#Step_2: Menu (sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On ykn enable gochuu

👇👇👇👇👇👇👇
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.

👇👇👇👇👇👇👇
4ffaa: ️WhatsApp irratti daataa qusachuuf
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options yookiin irra keessoo sarara(---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (√ ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.

Computer Science
12👍6🎉3
Gatiin bilbila kanaa qarshii miliyoona 72
~
Bilbila jabeenya/qaalii adduunyaa kanaa.
Bilbilli kun bilbiloota adduunyaa irra jiran keessaa isa baay'ee jabeenya/qaalii ta'eedha.

Goldvish jedhama. Qaamni bilbila kanaa warqee kaaraatii 18 akkasumas daayimandii kaaraatii 120'n kan hojjatame yoo ta'u yeroo ammaa bilbili kun firii 3 qofatu hojjatamee argama. Kana jechuun adduunyaa irraa nama sadii qofatu itti fayyadamaa jira jechuudha.

Gatiin bilbila kanaa doolaara miliyoona 1.3 yookaan qarshii biyya keenyaatti yoo deebifnu ammoo qarshii 71,918,340.00 dha.

Spider Media
Join Us

🔺 Computer Solution 🔻❤️‍🩹
👍9😱21
Username telegram create godhachuudhaaf

1. Setting Telegram
2. Username bakka jedhutti maqaa barbaadde barreessuun save gochuu!
Fakkeenyaf iddoo username jedhutti bifa kanaan 'Getu_Abera' jechuun barreessuu,...

🔺 Computer Solution 🔻❤️‍🩹
👍7
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
👍2
𝐁𝐄𝐄𝐊𝐔𝐌𝐒𝐀 𝐖𝐀𝐋𝐈𝐈𝐆𝐀𝐋𝐀𝐀
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔗 NAMOOTA MIIDIYAALEE HAWAASAA GURGUDDAA ADDUNYAA KANAAF GUMAACHAN MAQAA ISAANII WALIIN:

𝟷. 𝐺𝑜𝑜𝑔𝑙𝑒 — 𝙻𝚊𝚛𝚛𝚢 𝙿𝚊𝚐𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝚂𝚎𝚛𝚐𝚎𝚢 𝙱𝚛𝚒𝚗

𝟸. 𝙵𝚊𝚌𝚎𝚋𝚘𝚘𝚔 — 𝙼𝚊𝚛𝚔 𝚉𝚞𝚌𝚔𝚎𝚛𝚋𝚎𝚛𝚐

𝟹. 𝚈𝚊𝚑𝚘𝚘 — 𝙳𝚊𝚟𝚒𝚍 𝙵𝚒𝚕𝚘 𝚊𝚗𝚍 𝙹𝚎𝚛𝚛𝚢 𝚈𝚊𝚗𝚐

𝟺. 𝚃𝚠𝚒𝚝𝚝𝚎𝚛 — 𝙹𝚊𝚌𝚔 𝙳𝚘𝚛𝚜𝚎𝚢 𝚊𝚗𝚍 𝙳𝚒𝚌𝚔 𝙲𝚘𝚜𝚝𝚘𝚕𝚘

𝟻. 𝙸𝚗𝚝𝚎𝚛𝚗𝚎𝚝 — 𝚃𝚒𝚖 𝙱𝚎𝚛𝚗𝚎𝚛𝚜 𝙻𝚎𝚎

𝟼. 𝙻𝚒𝚗𝚔𝚎𝚍𝙸𝚗 — 𝚁𝚎𝚒𝚍 𝙷𝚘𝚏𝚏𝚖𝚊𝚗, 𝙰𝚕𝚕𝚎𝚗 𝙱𝚕𝚞𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝙺𝚘𝚘𝚗𝚜𝚝𝚊𝚗𝚝𝚒𝚗 𝙶𝚞𝚎𝚛𝚒𝚌𝚔𝚎

𝟽. 𝙴𝚖𝚊𝚒𝚕 — 𝚂𝚑𝚒𝚟𝚊 𝙰𝚢𝚢𝚊𝚍𝚞𝚛𝚊𝚒

𝟾. 𝙶𝚝𝚊𝚕𝚔 — 𝚁𝚒𝚌𝚑𝚊𝚛𝚍 𝚆𝚊𝚑 𝚔𝚊𝚗

𝟿. 𝚆𝚑𝚊𝚝𝚜 𝚞𝚙 — 𝙻𝚊𝚞𝚛𝚎𝚕 𝙺𝚒𝚛𝚝𝚣

𝟷𝟶. 𝙷𝚘𝚝𝚖𝚊𝚒𝚕 — 𝚂𝚊𝚋𝚎𝚎𝚛 𝙱𝚑𝚊𝚝𝚒𝚊

𝟷𝟷. 𝚆𝚒𝚔𝚒𝚙𝚎𝚍𝚒𝚊 — 𝙹𝚒𝚖𝚖𝚢 𝚆𝚊𝚕𝚎𝚜

𝟷𝟸. 𝚈𝚘𝚞 𝚝𝚞𝚋𝚎 — 𝚂𝚝𝚎𝚟𝚎 𝙲𝚑𝚎𝚗, 𝙲𝚑𝚊𝚍 𝙷𝚞𝚛𝚕𝚎𝚢 𝚊𝚗𝚍 𝙹𝚊𝚠𝚎𝚍𝙺𝚊𝚛𝚒𝚖

𝟷𝟹. 𝚁𝚎𝚍𝚒𝚏𝚏 — 𝙰𝚓𝚒𝚝 𝙱𝚊𝚕𝚊𝚔𝚛𝚒𝚜𝚑𝚗𝚊𝚗

𝟷𝟺. 𝙽𝚒𝚖𝚋𝚞𝚣𝚣 — 𝙼𝚊𝚛𝚝𝚒𝚗 𝚂𝚖𝚒𝚗𝚔 𝚊𝚗𝚍 𝙴𝚟𝚎𝚛𝚝 𝙹𝚊𝚊𝚙 𝙻𝚞𝚐𝚝

𝟷𝟻. 𝙼𝚢𝚜𝚙𝚊𝚌𝚎 — 𝙲𝚑𝚛𝚒𝚜 𝙳𝚎𝚠𝚘𝚕𝚏𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝚃𝚘𝚖 𝙰𝚗𝚍𝚎𝚛𝚜𝚘𝚗

𝟷𝟼. 𝙸𝚋𝚒𝚋𝚘 — 𝙰𝚜𝚑𝚒𝚜𝚑 𝙺𝚊𝚜𝚑𝚢𝚊𝚙

𝟷𝟽. 𝙾𝙻𝚇 — 𝙰𝚕𝚎𝚌 𝙾𝚡𝚎𝚗𝚏𝚘𝚛𝚍 𝚊𝚗𝚍 𝙵𝚊𝚋𝚛𝚒𝚌𝚎 𝙶𝚛𝚒𝚗𝚍𝚊

𝟷𝟾. 𝚂𝚔𝚢𝚙𝚎 — 𝙽𝚒𝚔𝚕𝚊𝚜 𝚉𝚎𝚗𝚗𝚜𝚝𝚛𝚘𝚖, 𝙹𝚊𝚗𝚞𝚜𝙵𝚛𝚒𝚒𝚜 𝚊𝚗𝚍 𝚁𝚎𝚒𝚍 𝙷𝚘𝚏𝚏𝚖𝚊𝚗

𝟷𝟿. 𝙾𝚙𝚎𝚛𝚊 — 𝙹𝚘𝚗 𝚂𝚝𝚎𝚙𝚑𝚎𝚗𝚜𝚘𝚗 𝚟𝚘𝚗 𝚃𝚎𝚝𝚣𝚌𝚑𝚗𝚎𝚛 𝚊𝚗𝚍 𝙶𝚎𝚒𝚛
𝚕𝚟𝚊𝚛𝚜𝚘𝚢

𝟸𝟶. 𝙼𝚘𝚣𝚒𝚕𝚕𝚊 𝙵𝚒𝚛𝚎𝚏𝚘𝚡 — 𝙳𝚊𝚟𝚎 𝙷𝚢𝚊𝚝𝚝 𝚊𝚗𝚍 𝙱𝚕𝚊𝚔𝚎 𝚁𝚘𝚜𝚜

𝟸𝟷. 𝚃𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖 — 𝚠𝚊𝚜 𝚜𝚝𝚊𝚛𝚝𝚎𝚍 𝚒𝚗 𝟸𝟶𝟷𝟹 𝚋𝚢 𝚝𝚑𝚎 𝚋𝚛𝚘𝚝𝚑𝚎𝚛𝚜 𝙽𝚒𝚔𝚘𝚕𝚊𝚒 𝚊𝚗𝚍 𝙿𝚊𝚟𝚎𝚕 𝙳𝚞𝚛𝚘𝚟.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍72🎉1🤩1
Dhufa Jecha Kompitaraa.

Jecha "kompitara" jedhu kan jalqaba fayyadame barreessaa biyya Ingilaandi Richard Braithwait kitaaba isaa “The yong mans gleanings” jedhu keessatti ture.

Jechi kun kitaabicha keessatti nama shallaga hojjatu kan ibsu ture, hiikaan jecha kompitara jedhus akkaata kanaan hanga jaarraa 20ffaa walakeessatti itti fufe.

Dhuma jaarraa 19ffaatii kaasee garuu, hiikan jecha kompitaraa gara maashinii shallaga hojjatu kan jedhu kanatti jijjiiramaa deeme.


Maddi | Wikipedia

https://t.me/Computer_Soln
👍94
EMAIL AKKAMITTI BANAMA


━━━━━⊱✿⊰━━━━━━
👉 Email warri hin qabne salphaadhumatti bilbila keessan ykn computer keessan fayyadamuun akkamitti akka banuu dandeessan baruuf duraa duuba armaan gadii hordofaa!!!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇

1️⃣ Google irratti gmail jedhaa barreessaa ..search godhaa!

2️⃣ Sana booda erga search (mallatto baarbadduu erga xuqxanii boodde) filannoo baay'ee isiniif fida... Isaan keessaa (Gmail sign in) kan jedhu xuqaa...

3️⃣ Sana booda (Create account) kan jedhu xuqaa. Yeroo kana xuqxan filannoowwan armaan gadii lama isiniif Fida
👉For my self fi
👉To manage my business
Isaan kana keessaa isa Jalqabaa(For my self) kan jedhu xuqaa

4️⃣ Sana booda enter your name kan jedhutu isiniif dhufa. Inni kunis qabiyye lama qabda
👉First name iddoo jedhutti maqaa keessan
👉Last name iddoo jedhutti maqaa abbaa keessani barreessaa... Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa

5️⃣ Next erga jettani booddee hima Enter your birth day & Gender jedhu aragattu. Kunis qabiyye lama qaba
👉enter your birthday ( guyyaa dhaloota keessan ) iddoo jedhurratti...Ji'asaa, guyyasaa fi bara isaa guutaa.

👉Gender Iddoo jedhurratti immoo saala keessan guutaa. Isa kana guutudhaf mallatton xiyyaa fakkaattu tokko box sana bukkee gadi garagaltee jirti.ishee gadi yoo qabdan inniyyuu isin filachiisa. Yoo dhiira ta'e (Male ) isa jedhu yoo Durba taatemmoo (Female) isa jedhu filattu.

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!

6️⃣ Erga next jettanii booda hima (Creat your own gmail address) jedhutu isiniif dhufa. Isa kana gadi xuqaa.sana booda maqaa email keessanii kana booda itti fayyadamuu barbaaddan itti galchaa.
Fakkenyaaf....maqankeee Jabessaa yoo ta'e

Jabeessaa@gamil.com jettee barreessu dandeessa.

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!!

7️⃣ Erga next jettanii booddee
👉Password isa jedhurratti password salphaatti yaadachuu dandeessan garuu kan namni biraa qabachuu hin dandeenye galchaa... Lakkofsotafaa keessaa makaa... Character 8 utuu gootani filatamaadha.

👉Confirm iddoo jedhurratti isuma password keessatti guuttan irra deebi'aa guutaa!!!

Sana booda Next jedhaa!!

8️⃣ Sana booda barreeffama dheeraa tokko argattu. Barreffamicha asi gadi scroll yeroo gootan (gadii ooftan) jecha ( I agree) kan jedhu argattu. isa gadi xuqaa.

Sana booda email keessan fayyadamuu dandeessu jechuudha.
👏👏👏👏👏👏👏

FAAYIDAALEE EMAIL QABAACHUU
┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
👉 Storage isaa 25GBdha ( iddoo kuusaa) guddaa qaba. Kana jechuun storage bilbilli keenya qabu ol qabaachuu danda'a jechuudha. Kanaaf yoo bilbilli keenya storage isaa guute gara sanatti send goodhuu dandeenya.

👉 Lafa internet jiru hundumatti salphaatti hojjeta

👉 yeroo baay'ee akka tasaa bilbilli keenya ykn computer keenya nujalaa hatamu ykn formaat ta'uu danda'a. Wanti kun nu qaqqabuu isaatin dura data achirraa qabnu gara email keenyatti erguu dandeenya. Yeroo barbaanne email kenyarraa buufachuu dandeenya. Bilbila namootaa bipbila keenyarra qabnus gara sanatti erguu dandeenya.keessattu warra research hojetanif sirritti barbaachisaadha.

👉 Data baarbaanne walif erguudhaf ni fayyada. Data storage isaani gurguddaa ta'an kan telegram imoo fi kkf nin erguu hin dandeenye karaa email namaaf erguu dandeenya. Fknyf video GB gudda ta'e...

👉 YouTube SUBSCRIBE gochuudhaf dirqama barbaachisa. YouTube channel barbaaddan subscribe, comment fi share gochuudhaf email qabaachuu qabdu. Kanaaf wanta akka salphaatti banamuu danda'u kanaaf jecha information irraa fagaachuu hin qabdan. YouTube channel kos SUBSCRIBE gochuudhaf isin fayyada.
😂😂😂😂 Fi kkf....dha

Hub:
lakkofsa bilbilaa tokkoon email baay'ee banachuu ni dandeessu.

👉 Duraa duuba kana hordofuudhan amma banadhaa!!!
👏👏

Video kana Irraa baradhaa Akkasuma immoo SUBSCRIBE Godhaa!!

👇👇👇
https://youtu.be/C73Vy22ew6k

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍202
ኮምፒውተር ላይ በአማርኛ እንዴት እንደሚፃፍ ያውቃሉ? ሲጽፉስ ምን ያህል ይፈጥናሉ?
----------------------------

■ ጠቃሚ መረጃ ነው!! ላልደረሰው ያዳርሱ አሁኑኑ ሼር ያድርጉት፡፡

መጀመሪያ Ge'ez 10 Software ያወረዱ እና install ያድርጉት ከዛም አማርኛ መፃፍ ስትፈልጉ power ge'ez status phonetic Unicode Mode (ፎ) ላይ ያድርጉት በ English መፃፍ ስትፈልጉ ደግሞ power ge'ez status English Mode (ኢ) ላይ አድርጉት ከዛም የሚከተሉትን ኣጭር መግላጫ በትክክል ይመልከቱ።

◕ሀ➭H_ሁ➭Hu_ሂ➭Hi_ሃ➭Ha_ሄ➭Hy_ህ➭He_ሆ➭Ho

◕ለ➭L_ሉ➭Lu_ሊ➭Li_ላ➭La_ሌ➭Ly_ል➭Le_ሎ➭Lo

❖ሐ➭Shift+h_ሑ➭Shift+hu_ሒ➭Shift+hi_ሓ➭Shift+ha_ሔ➭Shift+hy_ሕ➭Shift+he_ሖ➭Shift+ho

መ➭M_ሙ➭Mu_ሚ➭Mi_ማ➭Ma_ሜ➭My_ም➭Me_ሞ➭Mo

❖ሠ➭Shift+s_ሡ➭Shift+su_ሢ➭Shift+si_ሣ➭Shift+sa_ሤ➭Shift+sy_ሥ➭Shift+se_ሦ➭Shift+so

◕ረ➭R_ሩ➭Ru_ሪ➭Ri_ራ➭Ra_ሬ➭Ry_ር➭Re_ሮ➭Ro

◕ሰ➭S_ሱ➭Su_ሲ➭Si_ሳ➭Sa_ሴ➭Sy_ስ➭Se_ሶ➭So

❖ሸ➭Shift+s_ሹ➭Shift+su_ሺ➭Shift+si_ሻ➭Shift+sa_ሼ➭Shift+sy_ሽ➭Shift+se ሾ➭Shift+so

◕ቀ፡➭Q ቁ፡➭Qu ቂ፡➭Qi ቃ፡➭Qa ቄ፡➭Qy ቅ፡➭Qe ቆ፡➭Qo

◕በ፡➭B ቡ፡➭Bu ቢ፡➭Bi ባ፡➭Ba ቤ፡➭By ብ፡➭Be ቦ፡➭Bo

◕ተ፡➭T ቱ፡➭Tu ቲ፡➭Ti ታ፡➭Ta ቴ፡➭Ty ት፡➭Te ቶ፡➭To

◕ ቸ፡➭C ቹ፡➭Cu ቺ፡➭Ci ቻ፡➭Ca ቼ፡➭Cy ች፡➭Ce ቾ፡➭Co

◕ነ፡➭N ኑ፡➭Nu ኒ፡➭Ni ና፡➭Na ኔ፡➭Ny ን፡➭Ne ኖ፡➭No

❏ኘ፡➭Shift +n ኙ፡➭Shift +nu ኚ➭Shift+ni ኛ፡➭Shift +na ኜ፡➭Shift +ny ኝ፡➭Shift + ne ኞ፡➭Shift +no

◕ከ፡➭Ka ኩ፡➭Ku ኪ፡➭Ki ካ፡➭Ka ኬ፡➭Ky ክ፡➭Ke ኮ፡➭Ko

❖ ኸ ☛capslock + Shift + h
     ኹ ☛capslock + Shift + hu
     ኺ ☛capslock + Shift + hi
     ኻ ☛Capslock + Shift + ha
     ኼ ☛Capslock + Shift + hy
     ኽ ☛Capslock + Shift + he
     ኾ ☛Capslock + Shift + ho

❏ኀ፡➭ Capslock + H ኁ፡➭ Capslock + HU ኂ፡➭Capslock + HI ኃ፡➭Capslock + HA ኄ፡➭Capslock + HY ኅ፡➭Capslock + HE ኆ፡➭Capslock + HO

❏አ፡➭Capslock X ኡ፡➭Xu ኢ፡➭Xi ኣ፡➭Xa ኤ፡➭Xy እ፡➭Xe ኦ፡➭XoDe

❖ዐ፡➭Shift +x ዑ፡➭Shift +xu ዒ➭Shift +xi ዓ፡➭Shift +xa ዔ➭Shift +xy ዕ፡➭Shift +xe ዖ➭Shift +xo

✪ወ፡➭W ዉ፡➭Wu ዊ፡➭Wi ዋ፡➭Wa ዌ፡➭Wy ው፡➭We ዎ፡➭wo

✪ዘ፡➭Z ዙ፡➭Zu ዚ፡➭Zi ዛ፡➭Za ዜ፡➭Zy ዝ፡➭Ze ዞ፡➭Zo

❏ዠ፡➭Shift + Z ዡ፡➭Shift + Zu ዢ፡➭Shift + Zi ዣ፡➭Shift +Zaዤ፡➭Shift + Zy ዥ፡➭Shift +Ze ዦ፡➭Shift + Zo

✪ፈ፡➭F ፉ➭Fu ፊ፡➭Fi ፋ፡➭Fa ፌ፡➭Fy ፍ፡➭Fe ፎ፡➭Fo

✪ ፐ፡➭P ፑ፡➭Pu ፒ፡➭Pi ፓ፡➭Pa ፔ፡➭Py ፕ፡➭Pe ፖ፡➭Po

✪ገ፡➭G ጉ፡➭Gu ጊ፡➭Gi ጋ፡➭Ga ጌ፡➭Gy ግ፡➭Ge ጎ፡➭Go

✪ደ፡➭D ዱ፡➭Du ዲ፡➭Di ዳ፡➭Da ዴ፡➭Dy ድ፡➭ዶ፡Do

❏ጠ፡➭Shift + t ጡ፡➭Shift + tu ጢ፡➭Shift + ti ጣ፡➭Shift+ta ጤ፡➭Shift + ty ጥ፡➭Shift + te ጦ፡➭Shift + to

❏ጨ፡➭Shift +c ጩ፡➭Shift +cu ጪ፡➭Shift +ci ጫ፡➭Shift+caጬ፡➭Shift +cy ጭ፡➭Shift +ce ጮ: ➭Shift +co

❏ጸ፡➭Capslock + t ጹ፡➭Capslock + tu ጺ፡➭Capslock + ti ጻ፡➭Capslock + ta ጼ፡➭Capslock + ty ጽ፡➭Capslock + t ጾ፡➭Capslock + to
❖ ፀ➭☞Capslock+Shift+t
     ፁ➭☞Capslock+Shift+tu
     ፂ➭☞Capslock + Shift + ti
     ፃ➭☞Capslock + Shift + t
     ፄ➭☞Capslock + Shift + ty
     ፅ➭☞Capslock + Shift + te
     ፆ➭☞Capslock + Shift + to

✪ጀ፡➭J ጁ፡➭Gu ጂ፡➭Ji ጃ፡➭Ga ጄ፡➭Gy ጅ፡➭Ge ጆ፡➭Jo

✪ቨ፡➭V ቩ፡➭Vu ቪ፡➭Vi ቫ፡➭Va ቬ፡➭Vy ቭ፡➭Ve ቮ፡➭Vo


ቋ➭Capslock+qwa ቧ➭Capslock+bwa
ቷ➭Capslock+twa
ኟ➭Capslock +Shift+nwa
ቿ➭Capslock+cwa ሟ➭Capslock+mwa
ቷ➭Capslock+twa ጓ➭Capslock  gwa
ፏ➭Capslock+fwa ሯ➭Capslock +rwa ዷ➭Capslock+dwa ቯ➭Capslock+vwa ኋ➭Capslock+hwa ዟ➭Capslock+zwa ዧ➭Capslock+Shif+zwa
ኗ➭Capslock+nwa ሏ➭Capslock+lwa
ኳ➭Capslock+kwa ሷ➭Capslock+swa
ጇ➭Capslock+jwa ጧ➭Capslock+twa

         𝖏𝖔𝖎𝖓 𝖆𝖓𝖉 𝖘𝖍𝖆𝖗𝖊
          👇👇
     @Computer_Soln
     @Computer_Soln
👍92
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
4
1. Plus Setting
2. Notification
3. Show typing toast
1