Dhufa Jecha Kompitaraa.
Jecha "kompitara" jedhu kan jalqaba fayyadame barreessaa biyya Ingilaandi Richard Braithwait kitaaba isaa โThe yong mans gleaningsโ jedhu keessatti ture.
Jechi kun kitaabicha keessatti nama shallaga hojjatu kan ibsu ture, hiikaan jecha kompitara jedhus akkaata kanaan hanga jaarraa 20ffaa walakeessatti itti fufe.
Dhuma jaarraa 19ffaatii kaasee garuu, hiikan jecha kompitaraa gara maashinii shallaga hojjatu kan jedhu kanatti jijjiiramaa deeme.
https://t.me/Computrcom

๐6
Warra tapswap ,coin funaannachaa jirtaniif #Telegram_Wallet
Akkamittiin Telegram Wallet banachuu dandeenya?
Kan itti fufe...
Kutaa darbe keessatti telegram wallet maal akka ta'ee fi maalif akka itti gargaaramnu ilaallee turre, harra ammoo akkamiin wallet kana banachuu akka dandeenyu ilaalla. Kanaafis steppiwwan armaan gadii hordofaa.
#Step_1: Jalqaba Telegram app banuun bakka search irratti @wallet jechuun search goona.
#Step_2: Result nuuf dhufan keessaa kan mallattoo #verified qabu fi #wallet jedhu banna.
#Step_3: Bot bannee jirru #Start gochuun jalqabsiifna.
#Step_4 : Itti aansuun #Open_wallet irratti click gochuun box nuuf dhufu tick goonee #continue jennaan.
#Step_5: Amma milkaa'inaan telegram wallet banannee jirra. #Lets_Go kan jedhu irratti click gochuun gara wallet keessanii adeemuu dandeessu.
๐Dabalataanis #Sidebar menu, jechuunis gara gubbaa sarara sadii jiru irratti click gochuun tarreeffamoota jiran keessaa #wallet kan jedhu irratti click gochuun telegram wallet keessan Sirreeffadha.
Namoonni Hin Jalqabiin Jirtan Immoo Link Kanan Seena Jalqaba.
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_682921441

https://t.me/major/start?startapp=682921441
๐Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
75โญ๏ธ invite bonus for you
200โญ๏ธ if you are Premium Major

Telegram
Major
Welcome to @Major bot. Boost your rating by stars and completing tasks. Convert rating to $MAJOR token soon.
Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.
--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.
Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145
dub 248,581
walitti 503,726
#kan_darban_immoo,
kutaa 6ffaa
dhi 207,141
(81.18%)
dub 201,335
(80.99%)
walitti 408,476
(81.6 %)
gara kutaa 7ffaatti darbaiiru.
Kutaa 8ffaan immoo,
#Kan_qoraman;
dhi 266,238 , dub 273,636
walitti 539,874
#Qormaata kan darban immoo,
dhi 203,520 (%76.44)
dub 191,173 (69.86%)
walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru.
Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an
-----------------
Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.
Kutaa 6ffaaf
--------- https://oromia6.ministry.et/#result
https://oromia6.ministry.et/#result
Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot
- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.
Kutaa 8ffaaf
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/#result
https://oromia.ministry.et/#result
Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot
- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .

#Komii_yoo_qabaattan:
Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.
Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint
yoo ta'u,
Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.
๐ฏ Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.
Qabxii darbiinsaa
-------------
Kutaa 8ffaa
#Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
#Naannawa horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
# Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.
#Qabxii_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_Galchanis_fuuldura_isin_beeksifna!

๐5โค1
Tumsa Keessanin Channel Keenya Hordoftoota 3K Horatee Jira. Ammas Hiriyoota Keessaan Affeeruun Maatii Channel Taasisaa.
Page Kanarraa,
๐ Odeeffannoo Komputeraa Hunda.
๐Akkaata Fayyadama Platform Garagaraa.
๐Website Uumuu Fi Akkaata Itti Fayyadama Isaa.
Softer Develop Fi kannen Biro Page Kana Hordofuu Qofan Argattuu.
T.me/Computersoln

Computer Solution
Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!
๐ฐ BAGA NAGAAN DHUFTAN ๐ฐ
Itiyoo-Teleekom tamsaasa telegramaa sa'aati guutuu afaan oromoodhan jalqabuu ilaalchisee hordoftoota horachuuf badhaasa qopheessera.
Linkii armaan gadii fayyadamuudhan galmaa'uu keessaniif qarshii 1000 ni badhaafamtu. Namoota 30 yemmuu affeertan immoo dabalataan qarshii 3000, tokkoon tokkoon namoota affeertanif qarshii 100 badhaafamtu.
Liinkii affeerraa Gemechu. ๐ฝ
https://t.me/Ethiotelecom_Afaan_Oromoo_bot?start=r0053210195
Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Gemechutiin galmaa'aa.
JOIN | ETHIOTELECOM - AFAAN OROMOO
Itti Fayyadamaa

Ethiotelecom - Afaan Oromoo
Baga nagaan gara Itiyoo telekoom dhuftan!
Start jechuudhan galmaa'aa !
Start jechuudhan galmaa'aa !
TONEE_App Kaanirraa Baayye Filatama. Hamma Dalagdan Baafata Deemtu.
Link ๐https://t.me/tonee_app_bot?start=a1322a42
Link ๐https://t.me/tonee_app_bot?start=a1322a42
Telegram
TONEE - Mine-to-Earn
Premier Mine-to-Earn on Telegram
Namni Beekaan:
๐ Arraba xiqqaa!
๐ Ija guddaa fi
๐ฆป Gurra bal'aa qaba!
Kana beektaayii ati?
~
๐๐ข๐ฌ๐ ๐๐๐ง ๐๐๐ฌ:
๐ ๐๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ ๐๐จ๐ฎ๐ง๐
๐ ๐๐ข๐ ๐๐ฒ๐ and
๐ฆป ๐๐ข๐๐ ๐๐๐ซ.
๐๐จ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐ค๐ง๐จ๐ฐ ๐ญ๐ก๐จ๐ฌ๐?
~
แฅแ แ แ แฐแ:
๐ แตแแฝ แแแต
๐ แตแแ แ แญแแ
๐ฆป แฐแ แแฎ แ แแแข
แฅแแแซแ แซแแแ?
Share & Join Usโข
๐ง @Computersoln
๐ Arraba xiqqaa!
๐ Ija guddaa fi
๐ฆป Gurra bal'aa qaba!
Kana beektaayii ati?
~
๐๐ข๐ฌ๐ ๐๐๐ง ๐๐๐ฌ:
๐ ๐๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ ๐๐จ๐ฎ๐ง๐
๐ ๐๐ข๐ ๐๐ฒ๐ and
๐ฆป ๐๐ข๐๐ ๐๐๐ซ.
๐๐จ ๐ฒ๐จ๐ฎ ๐ค๐ง๐จ๐ฐ ๐ญ๐ก๐จ๐ฌ๐?
~
แฅแ แ แ แฐแ:
๐ แตแแฝ แแแต
๐ แตแแ แ แญแแ
๐ฆป แฐแ แแฎ แ แแแข
แฅแแแซแ แซแแแ?
Share & Join Usโข
๐ง @Computersoln
๐2
DOGS Namoonni Dalagaa Turtaan,Baga Gammaddan.
Ammas Namoonni Hojii Kana Barbaaddan Blum Jalqabuun Hojjedha. Link https://t.me/blum/app?startapp=ref_TO4YRRfsNX

Blum
Trade, connect, grow andโฆ farm Blum Points! Made by @blumcrypto team ๐ธ
๐1
Hamster Semptember 26 tti Beellama Qabatee Jira. Namoonni Hin Jalqabiin Jirtan Yeroo Hafetti Fayyadama.
Link https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId6031682730
Link https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId6031682730
Telegram
Hamster Kombat
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Waan Hin Beekne Gaafachuun Qaroomina Akka Ta'e Namni Hin Beekna Jiraachu Mala.
Wallaalummaakee Gaafadhu Bari Malee Sobaan Hin Haguugiin.
Maalif Beekta ?
๐ Gaafa Bubbeen Haqa Bubbisuu Duwwaatti Hafta.
๐ Yeroo Fiigu Qabdutti Kufta.
๐ Dubbii Siif Hin Galleetti Mataa Hin Raasin. Har'a Waan Siif Gale Fakkeessuuf Mataa Raasuun Yeroof Furmaata Sitti Fakkaachu Mala. Garuu Guyyaa Waan Yeroo Sana Gochuu Utuu Qabdu Dhiistef Gaabbiin Mataa Ofitti Raastu Fuldurakee Akka Jiru Yaadadhu.
Yeroo Kamiyyuu Karaan Ati Sobaan Darbituu Ammas Karaa Sobu Si Barbaachisutti Si Geessa. Garuu Galmi Soban Galan Hin Jiru. Yeroof Waan Yaadde Fi Waan Raawwachu Barbaadde Sana Raawwachu Dandeessaa. Garuu Kufaati Tasa Fi Balaqqeessaa Haqa Jala Tartee Bakka Geessu Tokkoyyuu Akka Hin Qabne Hin Dagatiin.
Heroin Ati Qabdu Amma Qofa.
Kanaafu, โ Hin Barfatiin.
โ Hin Bulfatiin.
โ @Gemechis430
Follow us ๐ @Computersoln

โค6๐3