ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

Linkii hiriyaa keessaniin isiniif ergamu cal jettanii hin baninaa!
👇👇👇
Sorry ana miti kan erge dursa namatu narratti ergee ture tasa linkicha yoon banu telegram koo guyyaa muraasaf na jalaa hack ta'ee ture. Dhiifama guddaa anaaf barumsa ta'a. Kan si dhibu ammoo hiriyaa amanu irraa na qaqqabe. Linkicha hin banin! 🙏
@Computer_Soln

⚠️ Eeggannoo❗
Link hiriyootaan isiniif ergamu calliftanii banuun
1. Hackeridhaaf isin saaxila
2. Yakki account keessaniin hojjetamnaan dhaabbanni telegram banned akka taatan godha!
Account keessan eeggachuuf:
1. Two-step verification code fayyadamaa!
2. Security management keessan yeroo hundumaa ceck godhaa!
3. Link adda addaa isiniif ergamu, adda baaftanii utuu hin hubatin hin tuqinaa!

♻️ Very important Computer Keywords
CTRL + A - Select all
CTRL + B - Bold
CTRL + C - Copy
CTRL + D - Fill down cell
CTRL + E - Center Alignment
CTRL + F - Find
CTRL + G - Go to current
CTRL + H - Replace
CTRL + I - Italic
CTRL + J - Full justification
CTRL + K - Create hyper link
CTRL + L - Left Alignment
CTRL + M - Tab
CTRL + N - New page
CTRL + O - Open
CTRL + P - Print
CTRL + R - Fill right cell
CTRL + S - Save
CTRL + U - Underline
CTRL + V - Paste
CTRL + X - Cut
CTRL + Y - Redo
CTRL + Z - Undo
❇️𝐒𝐭𝐫𝐢𝐯𝐢𝐧𝐠 F𝐨𝐫 𝐄𝐱𝐜𝐞𝐥𝐥𝐞𝐧𝐜𝐞!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➳ 📚 @Computer_Soln
➳ 📚 @Computer_Soln
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🎲 For Feedback @YaadafiGaaffii_bot
CTRL + A - Select all
CTRL + B - Bold
CTRL + C - Copy
CTRL + D - Fill down cell
CTRL + E - Center Alignment
CTRL + F - Find
CTRL + G - Go to current
CTRL + H - Replace
CTRL + I - Italic
CTRL + J - Full justification
CTRL + K - Create hyper link
CTRL + L - Left Alignment
CTRL + M - Tab
CTRL + N - New page
CTRL + O - Open
CTRL + P - Print
CTRL + R - Fill right cell
CTRL + S - Save
CTRL + U - Underline
CTRL + V - Paste
CTRL + X - Cut
CTRL + Y - Redo
CTRL + Z - Undo
❇️𝐒𝐭𝐫𝐢𝐯𝐢𝐧𝐠 F𝐨𝐫 𝐄𝐱𝐜𝐞𝐥𝐥𝐞𝐧𝐜𝐞!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➳ 📚 @Computer_Soln
➳ 📚 @Computer_Soln
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🎲 For Feedback @YaadafiGaaffii_bot
👍2❤1
Keywords Komputeraa baay'ee Nama Gargaaran | @Computer_Soln
♻️ በጣም ጠሚሚ የሆኑ የኮራሚውተር አቋጮች
CTRL + A - Hundaa filadhu
CTRL + B - Jajjaboo
CTRL + C - Waraabbii
CTRL + D - Man'ee gadi guuti
CTRL + E - Hiriirsa Giddugaleessaa
CTRL + F - Barbaadi
CTRL + G - Gara ammaatti deemi
CTRL + H - Bakka buusi
CTRL + I - Qubee jajjaboo
CTRL + J - Haqa guutuu
CTRL + K - Hidhaa olka'aa uumuu
CTRL + L - Hiriirsa Bitaa
CTRL + M - Caancala
CTRL + N - Fuula haaraa
CTRL + O - Banaa
CTRL + P - Maxxansa
CTRL + R - Man'ee mirgaa guuti
CTRL + S - Qusadhu
CTRL + U - Jala sarara
CTRL + V - Maxxansi
CTRL + X - Muraa
CTRL + Y - Irra deebi'ii hojjedhu
CTRL + Z - Deebi'uu
➳ 📚 @Computer_Soln
➳ 📚 @Computer_Soln
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🎲 Yaadaaf @YaadafiGaaffii_bot
♻️ በጣም ጠሚሚ የሆኑ የኮራሚውተር አቋጮች
CTRL + A - Hundaa filadhu
CTRL + B - Jajjaboo
CTRL + C - Waraabbii
CTRL + D - Man'ee gadi guuti
CTRL + E - Hiriirsa Giddugaleessaa
CTRL + F - Barbaadi
CTRL + G - Gara ammaatti deemi
CTRL + H - Bakka buusi
CTRL + I - Qubee jajjaboo
CTRL + J - Haqa guutuu
CTRL + K - Hidhaa olka'aa uumuu
CTRL + L - Hiriirsa Bitaa
CTRL + M - Caancala
CTRL + N - Fuula haaraa
CTRL + O - Banaa
CTRL + P - Maxxansa
CTRL + R - Man'ee mirgaa guuti
CTRL + S - Qusadhu
CTRL + U - Jala sarara
CTRL + V - Maxxansi
CTRL + X - Muraa
CTRL + Y - Irra deebi'ii hojjedhu
CTRL + Z - Deebi'uu
➳ 📚 @Computer_Soln
➳ 📚 @Computer_Soln
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🎲 Yaadaaf @YaadafiGaaffii_bot
👍5
❒ Haala kamiin Account telegram keessanii hacher irraa of eeggachuu dandeessu?
........///.........
Akkuma beekamu yeroo ammaa kana account telegram namoota baay'ee jalaa hack ta'uudhaan namoonni baay'een channel fi group qaban irraa fudhatamuun akkasumas account isaaniitiin yakki hojjetamuun dhaabbanni telegram "banned" isaan taasisuun baay'inaan dhaga'amaa jira!
Kanaaf furmaanni isin fayyadamuu qabdan inni duraa fi baay'ee barbaachisaan 2-step verification code fayyadamuudhaan. Tartiiba isaa armaan gaditti tokko tokkoon hordofaa!
➊. Akkuma fakkii irraa argitanitti Setting telegram keessan keessa seenuudhaan jalqabaa!
@Computer_Soln
@Computer_Soln
@YaadafiGaaffii_bot

❒ 2-Step Verification code Telegram Account Hacker irraa eeggachuuf:
➊. Setting Telegram Account
➋. Privacy and Security kan jedhu tuquudhaan gara step itti aanutti darbitu
@Computer_Soln
@Computer_Soln
@YaadafiGaaffii_bot
➊. Setting Telegram Account
➋. Privacy and Security kan jedhu tuquudhaan gara step itti aanutti darbitu
@Computer_Soln
@Computer_Soln
@YaadafiGaaffii_bot
👍2
❒ Tartiiba Telegram Account keessan hacher irraa ittisuu dandeessan:
➊. Settings
➋. Privacy and Security
➌. Two-Step Verification code
• @Computer_Soln •
@Computer_Soln
@YaadafiGaaffii_bot
➊. Settings
➋. Privacy and Security
➌. Two-Step Verification code
• @Computer_Soln •
@Computer_Soln
@YaadafiGaaffii_bot
👍3
Bilbila Networkii fi Interneetii Hojjechuu Dideef Furmaata
➮ Bilbilli tokko rakkoo netwoorkii qaba kan jennu yoo kanneen armaan gadii agarsiisedha. No service, Emergency call, Registration failed, Invalid SIM fi kan kana fakkaatan.
Rakkoowwan akkanaa kun sababoota armaan gaditiin dhufuu danda’u:
➮ Rakkoo Network IC (Hardware Problem)
➮ Rakkoo Anteenaa (Hardware problem)
➮ Yeroo baay’ee rakkoon hojjechuu diduu netwoorkii bilbilaa rakkoo IMEl Number dha.
Rakkoon akkanaa yeroo hedduu bilbiloota xixiqqoo irratti kan mul’atuudha Kanaafuu, furmaatni isaa IMEI number jijjiirudha. IMEI number jijjiiruuf koodii bilbilaa kanneen keessaa kan isiniif hojjete faayyadamaa! *#0160# (Techno baay’ee irratti), *#0161#, *#0162#, *#0066# (Isim), *#0011# (Smadel), *#346#, *#020*#, *#0120#, *#1120#, *#*#601*#*#, *#8378#1# (bilbilloota xixiqqoo hunda irratti ni hojjeta)
➮ IMEI number haaraa erga jijjiirtanii booda bilbila keessan cufaati banaa, networki isiniif deebi’a. Ammallee yoo deebi’ee akkuma duraa tahee akkanumattii IMEI number haaraa kan biraa yaalaa!
Gama biroon osoo SIM CARD bilbila keessa jiruu mallattoolee fi jechoota akka:
Insert Sim Card
No Sim Card Present
No Sim Card Inserted
Sim Card Registration Failed fi kan kana fakkaatan kan agarsiisu yoo ta’e immoo rakkoo alaa (Hardware Problem) waan ta’eef mana suphaa mobaayilaa geessuun ilaalchisaa!dideeqqila interneetii hojjechuu dideeq fi bilbila haaraa akkaataa itti interneetii hojjachiisnu
Akkuma beekamu yeroo tokko tokko bilbilli keenya interneetii guutummaan guutuutti hojjechuu dida ykn immoo waan hunda nuuf hojjachuu didee yeroo nu rakkisu argina. Kanaafuu, yeroo rakkoon akkasii isin mudatu akkaataa fi gosa bilbila keessanii irratti hundaa’uun step armaan gadii hordofaa sirreeffadhaa!
1. Namoonni biyya keessa taatanii bilbila touch screen fayyadamtan: Settings > Network & internet > Mobile network > Access point kan jedhu erga seentanii booda Mallattoo + ykn Add jettu tuquun, bakka ‘Name’ jedhutti etc jedhaa bakka ‘APN’ jedhutti etc.com jedhaa ‘Save’ godhaa.
➮ Namoonni biyya biroo jirtanis ‘access point’ biyyichaa guutaa. Google irratti maqaa siimkaardii faayyadamtanii search gochuun argachuu dandeessu. ykn dhaabbata Telekoomii siimii irraa bitattan yoo gaafattan isiniif himu. akkasuma hiriyoota keessaniin siimkaardii wal fakkaataa yoo faayyadamtan kan isarraa ilaalaa guuttachuu dandeessu.
2. LG mobile kan fayyadamtan warreen biyya keessatiif: Google settings > Wireless & networks > mobile network > access point name > Options > New APN, erga seentanii booda ‘APN’ etc.com ‘Username’ etc ‘Password’ etc ‘Autheatication type’ PAPPAP-CHAP > option > save
3. Nokia mobile kan fayyadamtanwarreen biyya keessatiif: Settings > Connectivity > Packet data > setting > edit active access point, erga seentanii booda: ‘Access point name’ etc godhaa ‘Packet data access point’ etc.com godhaa. itti fufuun gara settings tti deebi’uun: Settings > configuration > personal > configuration > add new > web, keessa seenuun, username: etc Password: etc, Dhumarratti gara configuration deebi’uun: Activate the web taasisaa.
4. Bilbila SONY kan faayyadamtan warreen biyya keessatiif Menu > Setting > connectivity > internet setting, keessa seenuun ‘Connect using add’ ps ‘Date name’ etc ‘APN’ etc.com barreessuun ‘save’ godhaa. itti aansuun gara internet option deebi’uun: Internet options > advanced > connectivity > data homepage: etc
Hubachiisa: Bilbiloota asii gadirratti tarreeffaman baay’inaan namoota biyya keessaatuu qabata. kanaaf namoonni biyya alaa jirtan isiniis yoo kan qabaattan taate bakka ‘etc’ jedhu hundatti ‘access point’ biyya keessa jirtanii guutuu qabdu. Share

👍9❤1
❒ Akkaataa Username telegram itti uummatan (create username)
▭▭▭▭▭▭▭
1ffaa: setting telegram account kee keessa seenudhaan tuqxa!
2ffaa: Username iddoo jedhu sanatti maqaa username kee galchita!
#Faayidaan Username qabaachuu maalidha?
🔍 Namoonni isin barbaadan maqaa keessaniin salphaatti akka isin argatan taasisa!

√ Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii keenya hirrisuu dandeenya?
👇
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off (disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [√] tahe jiru kanneen akka
👉 GIFS
👉 Videos
👉 Stream videos and audio files fi kanneen biroo illee irraa balleessuu yookiin disable gochuu. Kana ta'uu baate jennaan telegraamin fedhii keenya malee photo, gif, video fi kan kana fakkaatan ofiin load gochuun yookiin ofiin banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.
👇
2ffaa: Facebook Lite irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: Facebook lite banuu
#Step_2: Menu(sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On yookiin enable gochuu
👇
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.
👇
4ffaa: ️WhatsApp irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options yookiin irra keessoo sarara (---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (√ ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.
@Computersoln
@Gammishow
@Gemechis430

Chaayinaan tajaajila interneetii saffisaa addunyaa eegalte! • Computer Solution •
🔺 Chaayinaan tajaajila intarneetii saffisaa addunyaa irratti saffisa sekondii tokkotti teeraabaayitii 1.2 eegalte. Tajaajilli intarneetii kun addunyaa irratti intarneetii saffisaa ta'ee sekondii tokkotti fiilmii 150 erguu danda'a jedhameera.
🔺 Dhaabbileen lamaan maqaan isaanii "Huawei" fi "China" jedhaman tajaajila Intarneetii kana irratti waliin ta'uun saffisa sekondii tokkotti giigaabaayitii kuma 1 fi giigaabaayitii 200n hojjetaniiru. Tajaajilli intarneetii saffisaa sarara faayibara optikaalaa kiiloo meetira 300 Beejiing irraa gara Guangzhoutti fayyadamaa jira.
🔺 Tajaajilli kun eegaluu osoo hin qabaatin waggaa lama dura hojiitti akka galfames eerameera. Yeroo ammaa Ameerikaa dabalatee biyyoota adda addaa keessatti saffisi interneetii sekondii tokkotti baayitii 100 hanga 400 gidduutti argama. Intarneetiin saffisa sekondii tokkotti teeraabaayitii 1.2 qabu mana keessatti akka hin fayyadamne gabaafameera.
• Computer Solution •

❤6👍3👏1😱1
💻 Boot Key 💻
• Computer Solution •
▫️ የኮምፒውተሮን OS ለመቀየር ወይንም በሆነ አጋጣሚ Boot Menu ውስጥ መግባት ፈልገው በየትኛው Key እንደሚገባ ግራ ገብቶዎታል?
▫️ ከዚህ በታች የትኛው Laptop/Desktop በየትኛው Key Boot Menu ወይም BIOS setting ማምጣት እንደምንችል እንመልከት:
👉Acer = Esc, F12, F9, F2
👉Apple = Option Button
👉ASUS = F8, ESC, DEL, F9, F2
👉 COMPAQ = ESC, F9, F10
👉 Dell = F12, F2
👉 Emachines = F12, Tab, Del
👉 Hp = F9, F10, F1, ESC
👉 intel = F10
👉 Lenovo = F8, F10, F1, F12, F1, F2, Fn + F11
👉 NEC = F5, F2
👉 PACKARD BELL = F8, F1, Del
👉 Samsung = F1, ESC, F2
👉 SHARP = F2
👉 SONY = F10, F11, F1, F2,F3
👉 TOSHIBA = F12, F1, ESC

👍6❤1
𝗛𝘂𝗯𝗮𝗱𝗵𝘂 | @Computer_Soln
Yeroo ammaa kana account'n telegiraamii namoota hedduu jalaa hatamaa jira. Kunis sababni liinkota garamii akka dhufan hin beekamneeni. Hakeroonni baay'een account telegram hatuu irratti bobba'anii waan jiraniif eeggannoo taasisaa!
Hidhaa/liinki salphamatti namoota gara garaa irraa isnitti seenu callistanii hin tuqinaa! Telegiraamii keessan immoo koodii/code 'Two step Verification' kan jedhuun hidhuun isin barbaachisa.
Odeeffannoo dabalataaf yookin waan isiniif hin galle @YaadafiGaaffii_bot irratti nuuf barreessaa.
Account telegiraami keessaniin walqabatee wanti isin shakkisiisus yoo jiraate nu dubbisuu dandeessu.
Hub: Liinkonni/hidhaan nuti chaanaali kana irratti maxxansinu maddi isaa kan qulqullaa'edha.
#waliifqoodaa
#JOIN_US 👇

👍4
Waa Beekuun Gaariidha, kan Beekan Beeksisuun Immoo… | @Computer_Soln
⚪━━━🔴━━━⚫
√ Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii keenya hirrisuu dandeenya?
👇👇👇👇👇👇👇
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off (disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [√] tahe jiru kanneen akka
👉 GIFS
👉 Videos
👉 Stream videos and audio files
fi kanneen biroo illee irraa balleessuu yookiin disable gochuu.
Kana ta'uu baate jennaan telegraamin fedhii keenya malee photo, gif, video fi kkf ofiin load gochuun yookiin ofiin banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.
👇👇👇👇👇👇👇
2ffaa: Facebook Lite irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: Facebook lite banuu
#Step_2: Menu (sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On ykn enable gochuu
👇👇👇👇👇👇👇
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.
👇👇👇👇👇👇👇
4ffaa: ️WhatsApp irratti daataa qusachuuf
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options yookiin irra keessoo sarara(---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (√ ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.
• Computer Science •

❤12👍6🎉3
Gatiin bilbila kanaa qarshii miliyoona 72
~
Bilbila jabeenya/qaalii adduunyaa kanaa.
Bilbilli kun bilbiloota adduunyaa irra jiran keessaa isa baay'ee jabeenya/qaalii ta'eedha.
Goldvish jedhama. Qaamni bilbila kanaa warqee kaaraatii 18 akkasumas daayimandii kaaraatii 120'n kan hojjatame yoo ta'u yeroo ammaa bilbili kun firii 3 qofatu hojjatamee argama. Kana jechuun adduunyaa irraa nama sadii qofatu itti fayyadamaa jira jechuudha.
Gatiin bilbila kanaa doolaara miliyoona 1.3 yookaan qarshii biyya keenyaatti yoo deebifnu ammoo qarshii 71,918,340.00 dha.
Spider Media
• Join Us •
🔺 Computer Solution 🔻❤️🩹

👍9😱2❤1
Username telegram create godhachuudhaaf
1. Setting Telegram
2. Username bakka jedhutti maqaa barbaadde barreessuun save gochuu!
Fakkeenyaf iddoo username jedhutti bifa kanaan 'Getu_Abera' jechuun barreessuu,...

👍7