Telegram irratti Barreeffama keessanitti link uumuu barbaaduu? Kunis namni yommuu barreeffama keessan irratti gadi tuqe gara link barbaaddaniitti geessuu dandeessu!
Step kana hordofaa! π
1. Dura barreeffama edit gochuu barbaaddu irratti tuqxa! Edit Kan jedhu tuqxa!
2. Barreeffama edit gochuu barbaadde select goote "create link" goota
3. "https://" - balleessitee kan barbaadde paste goota!
4. Link channel iddoo sanatti paste goota
5. Ok - jettee xumurta
@Computer_Soln
@Computer_Soln
βοΈ @Getu_Abera

π2
Baankiin Oromiyaa badhaasa Qarshii 1,000 qopheessee torban torbaniin abbaa carraa badhaasaa jira. Isinis carraa kanatti Akka fayyadamtaniif kunoo isin affeerree jirra!
Namoota 50 qofa affeertanii badhaasa qarshii 1000 argachuu dandeessu!
1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=881749134
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda
Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.
----------
1. α α α΅αα« αα₯α α«ααα ααα αα«α https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=881749134
2. α ααα α Start α¨αααα αα«α
3. Join Channel α¨αααα αα«α
4. αα° α¦α± αααα±
5. Continue α¨αααα α°ααα α¨ααα α£ ααααα α«αα
6. ααα₯αα±α ααα³α ααα΅α α«αα©
ααααα±α α’α«αα΅ α50 α₯α α¨αα« α αα αα³α ααα΅α αΌα α αα΅α¨α α α¨α³ααα± α°αΈαα ααα!
α½ααα± ααα α α¨α³ααα± α αα₯ αα°αΈαααα½ αα°αα³αα£

Computer Solution
β Tartiiba Telegram Account keessan hacher irraa ittisuu dandeessan: β. Settings β. Privacy and Security β. Two-Step Verification code β’ @Computer_Soln β’ @Computer_Soln @YaadafiGaaffii_bot
β Owner Channel/Group telegram namaaf dabarsuuf tartiiba kana hordofna!
Hub. Yommuu Ownership namaaf dabarsinu 2-step verification code gaafachuu waan danda'uuf duraan dursinee 2-step verification code on godhachuu qabna.

π3β€1π1
β How to Create Telegram Channel
1. Telegram Setting
2. Create New Channel
3. Write "Channel name"
And optional description
4. Finally to finish "β "
@Computer_Soln
@Computer_Soln
1. Telegram Setting
2. Create New Channel
3. Write "Channel name"
And optional description
4. Finally to finish "β "
@Computer_Soln
@Computer_Soln
π3
About this item
γHigh Capacity of 20000 mAh and 74WhγHigh capacity of 20000 mAh; Enough capacity to fully charge four Mi 9 phones and still have power left. Built-in smart USB charging controller. Compatible with most phones and
digital devices.

Photo
Redmi PowerBank
γHigh Capacity of 20000 mAh and 74WhγHigh capacity of 20000 mAh; Enough capacity to fully charge four Mi 9 phones and still have power left. Built-in smart USB charging controller. Compatible with most phones and digital devices.
γDual Output & Input More Efficient and ConvenientγRedmi Power Bank 20,000mAh has two USB-A output ports and two input ports (a USB-C and a Micro-USB port). Each output port with a maximum output of 18W when used alone. The combined output of the two ports can reach 5.1 V/3.6 A, so it can be used to charge both phones and tablets.
γAdvanced Circuit ChipsγAdded protection and enhanced safety. The high-precision resistance, inductance, and capacitance components and advanced circuit chips can easily tackle overcharging, over-discharging, overheating, short circuits and other faults, offering reliable protection for both the power bank and devices. Multiple protections and enhanced safety for daily use.
γHigh-density Lithium Ion Polymer BatteryγThe high-density lithium-ion polymer battery provides lasting and reliable battery life for devices such as phones, tablets and digital cameras. So you can recharge wherever you are β in the office or on the go.
γWhat You Getγ1* 20,000mAh Redmi Standard Power Bank; 1 * Micro-USB cable; 1 * Instruction manual. Any cable with a Micro-USB or USB-C port can be used for power bank self-charging.
@ComputerSoln
@ComputerSoln
@Gammishow
@Gemechis430

Odeeffannoo teknolojii tokko tokko keessatti wal hubachiisuuf, keessattuu kan irratti xiyyeefatu waa'ee telegraamaati; sababni isaas of duratti social miidiyaa kaaniin irra caalaa wantoota isin tilmaamuu hin dandeenye hedduu of keessaa kan qabuudha; tarii isin odeeffannoo isaa waan hin qabneef ta'a, addunyaa irratti fudhatama argachaa waan dhufeef kanaaf nutis isa irratti wal hubachiisuu barbaanna.
@ComputerSoln
@Gammishow
@ComputerSoln
@Gammishow
https://t.me/boost/ComputeSoln
Odefannoo Komputeera Fi Dhimmoota Teknolooji Mara Asi Ni Argattuu.
@ComputerSoln
@Gammishow
Odefannoo Komputeera Fi Dhimmoota Teknolooji Mara Asi Ni Argattuu.
@ComputerSoln
@Gammishow
π1
β Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii keenya hirrisuu dandeenya?
π
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off (disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [β] tahe jiru kanneen akka
π GIFS
π Videos
π Stream videos and audio files fi kanneen biroo illee irraa balleessuu yookiin disable gochuu. Kana ta'uu baate jennaan telegraamin fedhii keenya malee photo, gif, video fi kan kana fakkaatan ofiin load gochuun yookiin ofiin banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.
π
2ffaa: Facebook Lite irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: Facebook lite banuu
#Step_2: Menu(sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On yookiin enable gochuu
π
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.
π
4ffaa: οΈWhatsApp irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options yookiin irra keessoo sarara (---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (β ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.

π4