Computer Solution
1.86K subscribers
44 photos
46 links
Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!
Download Telegram
1. Plus Setting
2. Notification
3. Show typing toast
❀1
Odeeffannoo teknolojii tokko tokko keessatti wal hubachiisuuf, keessattuu kan irratti xiyyeefatu waa'ee telegraamaati; sababni isaas of duratti social miidiyaa kaaniin irra caalaa wantoota isin tilmaamuu hin dandeenye hedduu of keessaa kan qabuudha; tarii isin odeeffannoo isaa waan hin qabneef ta'a, addunyaa irratti fudhatama argachaa waan dhufeef kanaaf nutis isa irratti wal hubachiisuu barbaanna.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
πŸ‘3❀1
#⃣ #Kutaa 1Ζ’Ζ’Ξ±Ξ±.

✳️ Tarii namoota waa'ee kanaa beektaniif salphaadha, nuti nama hubannoo isaa hin qabne xinnoo beeknu irraa waa hubachiisuufi.

🌍 Dursa mee waa'ee Telegraamaa waan tokko tokko waliin haa ilaallu.

#Telegram akkuma social midiyaalee biroo appii ergaati, kan irratti xiyyeefatu ammoo saffisaa fi securuty/nagenya fayyadamtootaati. telegramaa mobaayilota hedduu irratti fi kompitara, Tableeti, Bilbila harkaa fa'a irrattis fayyadamuu dandeessu.

Telegraamiidhaan chat, Suuraa, Sagalee, Vidiyoo, File garagaraas erguu dandeessu,

Telegraama irratti gruppii dhuunfaa, grouppii walii ummataa/public kan miseensa 200,000 qabuufii chanaala miseensa daangaa hin qabnee akkasuma boti dhuunfaa keessanii jalqabuu/bu'uurefachuu dandeessu.

Ammas namoota lakk/bilbilaa isaa qabdan waliin haasawuu dandeettu, nama lakk/bilbila isaa hin qabne hoo? isallee ni dandeessu @username fayyadmtanii wal qunnamuu dandeessu, dabalataanis waan end to end jedhamus ni jira.

#⃣ Hundeffamni Telegraamaa akka faranjootaatti August 14 bara 2013 biyya ruusiyaatti ture garuu rakkoolee gama motummatiin isaan dhaqqabaa ture dheefa teessoo isaanii Dubaay godhatan ammas achuma jiru.namni isa hundeesse pavel durov yoo jedhamu inni lammi biyya Ruusiyaati. Obboleessi isaa Nikolia jedhamus karaa faaynaansiitiin/maallaqaan isa gargaaraa jira...

πŸ’» Computer Soln πŸ’»
@Computer_Soln
❀6πŸ‘4
Internet irraa Maallaqa Hojjechuun Ni Danda'amaa?

Bilbila yookiin tabletii yookiin laptop keessan fayyadamtanii maallaqa hojjechuu ni dandeessu.

Haata'u malee kanneen maallaqa isiniif kaffala jedhan garuu isiniif hin kaffale ni jiru. Isaan irraa of eegaa isiniin jechaa

Kaampaaniwwan maallaqa isiniif kaffalan muraasni kanneen armaan gadiiti:

1 #Youtube
Video hojjettani channel (account YouTube) keessaan irraatti gadhiisudhaan maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

2 #Facebook
Akkuma YouTube video gadhiisudhaanifi live galuudhan mallaqa hojjechuu ni Dandeessu

3 #Google_ads
Website keessaan irraatti beeksisa beeksisuudhan mallaqa isiniif kaffala

4 #Tiktok
Live stream galuudhan Kenna/gift namoonni isiniif Kennan irra akkasumas video monetize gochuun maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

5 #Telegram
Channel/group telegram banachuun beeksisa irra maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

6 #Instagram
Affiliate marketing fi karaalee biroo hedduudhan

7 #Digital_marketing
Online irraatti meeshaalee garaa garaa gurgurudhan

8 #Up_work
Hojiilee hedduu kan qabu yoo ta'u dorgomtani hojii haala sirrii ta'een yeroo xummurtan maallaqa isiniif kaffala.

9.
:
:
:

Kanneen video ilaalun akkasumas game taphachun isiniif kaffalanis jiru garuu irra caalaan isaani kan sobaa waan ta'aniif osoo hin mirkaneeffatin hin eegalinaa!

Notice:
Karaaleen armaan olitti isiniif eere isaan muraasa dha.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
πŸ‘7πŸŽ‰1
πŸ‘ πŸ™ β™₯️ 😁 πŸ‘‚ πŸ‘πŸ˜πŸ€”πŸ’‹πŸ€«πŸ’”

Reaction channel keenyaaf yoo barbaanne haala kamiin fayyadamuu dandeenya? Akkasumas tajaajila keenya irratti yaada namootaa hubachuuf reaction baay'ee gaaridha!

Step kana hordofaa!

1. Channel Setting
3. Reaction
4. Enable Reaction
5. Update Reaction


@Computer_Soln
πŸ‘5😱1
Telegram irratti Barreeffama keessanitti link uumuu barbaaduu? Kunis namni yommuu barreeffama keessan irratti gadi tuqe gara link barbaaddaniitti geessuu dandeessu!

Step kana hordofaa! πŸ‘‡

1. Dura barreeffama edit gochuu barbaaddu irratti tuqxa! Edit Kan jedhu tuqxa!

2. Barreeffama edit gochuu barbaadde select goote "create link" goota

3. "https://" - balleessitee kan barbaadde paste goota!

4. Link channel iddoo sanatti paste goota

5. Ok - jettee xumurta

@Computer_Soln
@Computer_Soln

✍️ @Getu_Abera
πŸ‘2
Baankiin Oromiyaa badhaasa Qarshii 1,000 qopheessee torban torbaniin abbaa carraa badhaasaa jira. Isinis carraa kanatti Akka fayyadamtaniif kunoo isin affeerree jirra!

Namoota 50 qofa affeertanii badhaasa qarshii 1000 argachuu dandeessu!

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=881749134
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

----------
1. α‰ α‰…α‹΅αˆšα‹« ቀαŒ₯ሎ α‹«αˆˆα‹αŠ• αˆŠαŠ•αŠ­ α‹­αŒ«αŠ‘ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=881749134
2. α‰ αˆ˜α‰€αŒ αˆ Start α‹¨αˆšαˆˆα‹αŠ• α‹­αŒ«αŠ‘
3. Join Channel α‹¨αˆšαˆˆα‹αŠ• α‹­αŒ«αŠ‘
4. α‹ˆα‹° ቦቱ α‹­αˆ˜αˆˆαˆ±
5. Continue α‹¨αˆšαˆˆα‹αŠ• α‰°αŒ­αŠα‹ α‹¨αˆ˜αŒ‹α‰ α‹£ αˆŠαŠ•αŠ­α‹ŽαŠ• α‹«αŒαŠ™
6. መልαŠ₯αŠ­α‰±αŠ• αˆˆα‹ˆα‹³αŒ… α‹˜αˆ˜α‹΅α‹Ž α‹«αŒ‹αˆ©

αˆ˜αˆα‹•αŠ­α‰±αŠ• α‰’α‹«αŠ•αˆ΅ ለ50 αŠ₯αŠ“ αŠ¨α‹šα‹« α‰ αˆ‹α‹­ α‹ˆα‹³αŒ… α‹˜αˆ˜α‹΅α‹Ž ሼር α‰ αˆ›α‹΅αˆ¨αŒ α‰ α‹¨αˆ³αˆαŠ•α‰± α‰°αˆΈαˆ‹αˆš α‹­αˆαŠ‘!
αˆ½αˆαˆ›α‰± ሁሌም α‰ α‹¨αˆ³αˆαŠ•α‰± አርα‰₯ αˆˆα‰°αˆΈαˆ‹αˆšα‹Žα‰½ α‹­α‹°αˆ­αˆ³αˆα£
πŸ‘2
Computer Solution
❒ Tartiiba Telegram Account keessan hacher irraa ittisuu dandeessan: ➊. Settings βž‹. Privacy and Security ➌. Two-Step Verification code β€’ @Computer_Soln β€’ @Computer_Soln @YaadafiGaaffii_bot
❒ Owner Channel/Group telegram namaaf dabarsuuf tartiiba kana hordofna!

Hub. Yommuu Ownership namaaf dabarsinu 2-step verification code gaafachuu waan danda'uuf duraan dursinee 2-step verification code on godhachuu qabna.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
πŸ‘3❀1πŸ™1
❒ How to Create Telegram Channel

1. Telegram Setting
2. Create New Channel
3. Write "Channel name"

And optional description

4. Finally to finish "βœ…"

@Computer_Soln
@Computer_Soln
πŸ‘3
#1 Create telegram Channels
πŸ‘2