Username telegram create godhachuudhaaf
1. Setting Telegram
2. Username bakka jedhutti maqaa barbaadde barreessuun save gochuu!
Fakkeenyaf iddoo username jedhutti bifa kanaan 'Getu_Abera' jechuun barreessuu,...
๐บ Computer Solution ๐ปโค๏ธโ๐ฉน

๐7
โน๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
โฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโ Checkยป kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

๐2
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ NAMOOTA MIIDIYAALEE HAWAASAA GURGUDDAA ADDUNYAA KANAAF GUMAACHAN MAQAA ISAANII WALIIN:
๐ท. ๐บ๐๐๐๐๐ โ ๐ป๐๐๐๐ข ๐ฟ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ข ๐ฑ๐๐๐
๐ธ. ๐ต๐๐๐๐๐๐๐ โ ๐ผ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น. ๐๐๐๐๐ โ ๐ณ๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐ ๐๐๐ ๐น๐๐๐๐ข ๐๐๐๐
๐บ. ๐๐ ๐๐๐๐๐ โ ๐น๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐๐ข ๐๐๐ ๐ณ๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐
๐ป. ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ โ ๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐
๐ผ. ๐ป๐๐๐๐๐๐ธ๐ โ ๐๐๐๐ ๐ท๐๐๐๐๐๐, ๐ฐ๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐
๐ฝ. ๐ด๐๐๐๐ โ ๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐ข๐ข๐๐๐๐๐๐
๐พ. ๐ถ๐๐๐๐ โ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐
๐ฟ. ๐๐๐๐๐ ๐๐ โ ๐ป๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐ฃ
๐ท๐ถ. ๐ท๐๐๐๐๐๐ โ ๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐
๐ท๐ท. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ โ ๐น๐๐๐๐ข ๐๐๐๐๐
๐ท๐ธ. ๐๐๐ ๐๐๐๐ โ ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐, ๐ฒ๐๐๐ ๐ท๐๐๐๐๐ข ๐๐๐ ๐น๐๐ ๐๐๐บ๐๐๐๐
๐ท๐น. ๐๐๐๐๐๐ โ ๐ฐ๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ท๐บ. ๐ฝ๐๐๐๐๐ฃ๐ฃ โ ๐ผ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐ ๐น๐๐๐ ๐ป๐๐๐
๐ท๐ป. ๐ผ๐ข๐๐๐๐๐ โ ๐ฒ๐๐๐๐ ๐ณ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐
๐ท๐ผ. ๐ธ๐๐๐๐ โ ๐ฐ๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐ข๐๐
๐ท๐ฝ. ๐พ๐ป๐ โ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐ก๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐
๐ท๐พ. ๐๐๐ข๐๐ โ ๐ฝ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐น๐๐๐๐๐ต๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ท๐๐๐๐๐๐
๐ท๐ฟ. ๐พ๐๐๐๐ โ ๐น๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ฃ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ถ๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐ข
๐ธ๐ถ. ๐ผ๐๐ฃ๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐๐๐ก โ ๐ณ๐๐๐ ๐ท๐ข๐๐๐ ๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐ ๐๐๐๐
๐ธ๐ท. ๐๐๐๐๐๐๐๐ โ ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ธ๐ถ๐ท๐น ๐๐ข ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ฟ๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐.
@Computer_Soln

๐7โค2๐1๐คฉ1
Dhufa Jecha Kompitaraa.
Jecha "kompitara" jedhu kan jalqaba fayyadame barreessaa biyya Ingilaandi Richard Braithwait kitaaba isaa โThe yong mans gleaningsโ jedhu keessatti ture.
Jechi kun kitaabicha keessatti nama shallaga hojjatu kan ibsu ture, hiikaan jecha kompitara jedhus akkaata kanaan hanga jaarraa 20ffaa walakeessatti itti fufe.
Dhuma jaarraa 19ffaatii kaasee garuu, hiikan jecha kompitaraa gara maashinii shallaga hojjatu kan jedhu kanatti jijjiiramaa deeme.
Maddi | Wikipedia
https://t.me/Computer_Soln

๐9โค4
EMAIL AKKAMITTI BANAMA
โโโ
โโโโโโฑโฟโฐโโโโโโ
๐ Email warri hin qabne salphaadhumatti bilbila keessan ykn computer keessan fayyadamuun akkamitti akka banuu dandeessan baruuf duraa duuba armaan gadii hordofaa!!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
1๏ธโฃ Google irratti gmail jedhaa barreessaa ..search godhaa!
2๏ธโฃ Sana booda erga search (mallatto baarbadduu erga xuqxanii boodde) filannoo baay'ee isiniif fida... Isaan keessaa (Gmail sign in) kan jedhu xuqaa...
3๏ธโฃ Sana booda (Create account) kan jedhu xuqaa. Yeroo kana xuqxan filannoowwan armaan gadii lama isiniif Fida
๐For my self fi
๐To manage my business
Isaan kana keessaa isa Jalqabaa(For my self) kan jedhu xuqaa
4๏ธโฃ Sana booda enter your name kan jedhutu isiniif dhufa. Inni kunis qabiyye lama qabda
๐First name iddoo jedhutti maqaa keessan
๐Last name iddoo jedhutti maqaa abbaa keessani barreessaa... Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa
5๏ธโฃ Next erga jettani booddee hima Enter your birth day & Gender jedhu aragattu. Kunis qabiyye lama qaba
๐enter your birthday ( guyyaa dhaloota keessan ) iddoo jedhurratti...Ji'asaa, guyyasaa fi bara isaa guutaa.
๐Gender Iddoo jedhurratti immoo saala keessan guutaa. Isa kana guutudhaf mallatton xiyyaa fakkaattu tokko box sana bukkee gadi garagaltee jirti.ishee gadi yoo qabdan inniyyuu isin filachiisa. Yoo dhiira ta'e (Male ) isa jedhu yoo Durba taatemmoo (Female) isa jedhu filattu.
Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!
6๏ธโฃ Erga next jettanii booda hima (Creat your own gmail address) jedhutu isiniif dhufa. Isa kana gadi xuqaa.sana booda maqaa email keessanii kana booda itti fayyadamuu barbaaddan itti galchaa.
Fakkenyaaf....maqankeee Jabessaa yoo ta'e
Jabeessaa@gamil.com jettee barreessu dandeessa.
Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!!
7๏ธโฃ Erga next jettanii booddee
๐Password isa jedhurratti password salphaatti yaadachuu dandeessan garuu kan namni biraa qabachuu hin dandeenye galchaa... Lakkofsotafaa keessaa makaa... Character 8 utuu gootani filatamaadha.
๐Confirm iddoo jedhurratti isuma password keessatti guuttan irra deebi'aa guutaa!!!
Sana booda Next jedhaa!!
8๏ธโฃ Sana booda barreeffama dheeraa tokko argattu. Barreffamicha asi gadi scroll yeroo gootan (gadii ooftan) jecha ( I agree) kan jedhu argattu. isa gadi xuqaa.
Sana booda email keessan fayyadamuu dandeessu jechuudha.
๐๐๐๐๐๐๐
FAAYIDAALEE EMAIL QABAACHUU
โโโโโโ โ๏ธโ โโโโโ
๐ Storage isaa 25GBdha ( iddoo kuusaa) guddaa qaba. Kana jechuun storage bilbilli keenya qabu ol qabaachuu danda'a jechuudha. Kanaaf yoo bilbilli keenya storage isaa guute gara sanatti send goodhuu dandeenya.
๐ Lafa internet jiru hundumatti salphaatti hojjeta
๐ yeroo baay'ee akka tasaa bilbilli keenya ykn computer keenya nujalaa hatamu ykn formaat ta'uu danda'a. Wanti kun nu qaqqabuu isaatin dura data achirraa qabnu gara email keenyatti erguu dandeenya. Yeroo barbaanne email kenyarraa buufachuu dandeenya. Bilbila namootaa bipbila keenyarra qabnus gara sanatti erguu dandeenya.keessattu warra research hojetanif sirritti barbaachisaadha.
๐ Data baarbaanne walif erguudhaf ni fayyada. Data storage isaani gurguddaa ta'an kan telegram imoo fi kkf nin erguu hin dandeenye karaa email namaaf erguu dandeenya. Fknyf video GB gudda ta'e...
๐ YouTube SUBSCRIBE gochuudhaf dirqama barbaachisa. YouTube channel barbaaddan subscribe, comment fi share gochuudhaf email qabaachuu qabdu. Kanaaf wanta akka salphaatti banamuu danda'u kanaaf jecha information irraa fagaachuu hin qabdan. YouTube channel kos SUBSCRIBE gochuudhaf isin fayyada. ๐๐๐๐ Fi kkf....dha
Hub:
lakkofsa bilbilaa tokkoon email baay'ee banachuu ni dandeessu.
๐ Duraa duuba kana hordofuudhan amma banadhaa!!!
๐๐
Video kana Irraa baradhaa Akkasuma immoo SUBSCRIBE Godhaa!!
๐๐๐
https://youtu.be/C73Vy22ew6k

๐20โค2
แฎแแแแฐแญ แแญ แ แ แแญแ แฅแแดแต แฅแแฐแแแ แซแแแ? แฒแฝแแต แแ แซแ
แ แญแแฅแแ?
----------------------------
โ แ แแ แแจแ แแ!! แแแฐแจแฐแ แซแณแญแฑ แ แแแ แผแญ แซแตแญแแตแกแก
โ แแแแชแซ Ge'ez 10 Software แซแแจแฑ แฅแ install แซแตแญแแต แจแแ แ แแญแ แแแ แตแตแแแ power ge'ez status phonetic Unicode Mode (แ) แแญ แซแตแญแแต แ English แแแ แตแตแแแ แฐแแ power ge'ez status English Mode (แข) แแญ แ แตแญแแต แจแแ แจแแจแฐแแตแ แฃแญแญ แแแแซ แ แตแญแญแ แญแแแจแฑแข
โแโญH_แโญHu_แโญHi_แโญHa_แโญHy_แ โญHe_แโญHo
โแโญL_แโญLu_แโญLi_แโญLa_แโญLy_แโญLe_แโญLo
โแโญShift+h_แโญShift+hu_แโญShift+hi_แโญShift+ha_แโญShift+hy_แโญShift+he_แโญShift+ho
แโญM_แโญMu_แโญMi_แโญMa_แโญMy_แโญMe_แโญMo
โแ โญShift+s_แกโญShift+su_แขโญShift+si_แฃโญShift+sa_แคโญShift+sy_แฅโญShift+se_แฆโญShift+so
โแจโญR_แฉโญRu_แชโญRi_แซโญRa_แฌโญRy_แญโญRe_แฎโญRo
โแฐโญS_แฑโญSu_แฒโญSi_แณโญSa_แดโญSy_แตโญSe_แถโญSo
โแธโญShift+s_แนโญShift+su_แบโญShift+si_แปโญShift+sa_แผโญShift+sy_แฝโญShift+se แพโญShift+so
โแแกโญQ แแกโญQu แแกโญQi แแกโญQa แแกโญQy แ แกโญQe แแกโญQo
โแ แกโญB แกแกโญBu แขแกโญBi แฃแกโญBa แคแกโญBy แฅแกโญBe แฆแกโญBo
โแฐแกโญT แฑแกโญTu แฒแกโญTi แณแกโญTa แดแกโญTy แตแกโญTe แถแกโญTo
โ แธแกโญC แนแกโญCu แบแกโญCi แปแกโญCa แผแกโญCy แฝแกโญCe แพแกโญCo
โแแกโญN แแกโญNu แแกโญNi แแกโญNa แแกโญNy แแกโญNe แแกโญNo
โแแกโญShift +n แแกโญShift +nu แโญShift+ni แแกโญShift +na แแกโญShift +ny แแกโญShift + ne แแกโญShift +no
โแจแกโญKa แฉแกโญKu แชแกโญKi แซแกโญKa แฌแกโญKy แญแกโญKe แฎแกโญKo
โ แธ โcapslock + Shift + h
แน โcapslock + Shift + hu
แบ โcapslock + Shift + hi
แป โCapslock + Shift + ha
แผ โCapslock + Shift + hy
แฝ โCapslock + Shift + he
แพ โCapslock + Shift + ho
โแแกโญ Capslock + H แแกโญ Capslock + HU แแกโญCapslock + HI แแกโญCapslock + HA แแกโญCapslock + HY แ แกโญCapslock + HE แแกโญCapslock + HO
โแ แกโญCapslock X แกแกโญXu แขแกโญXi แฃแกโญXa แคแกโญXy แฅแกโญXe แฆแกโญXoDe
โแแกโญShift +x แแกโญShift +xu แโญShift +xi แแกโญShift +xa แโญShift +xy แแกโญShift +xe แโญShift +xo
โชแแกโญW แแกโญWu แแกโญWi แแกโญWa แแกโญWy แแกโญWe แแกโญwo
โชแแกโญZ แแกโญZu แแกโญZi แแกโญZa แแกโญZy แแกโญZe แแกโญZo
โแ แกโญShift + Z แกแกโญShift + Zu แขแกโญShift + Zi แฃแกโญShift +ZaแคแกโญShift + Zy แฅแกโญShift +Ze แฆแกโญShift + Zo
โชแแกโญF แโญFu แแกโญFi แแกโญFa แแกโญFy แแกโญFe แแกโญFo
โช แแกโญP แแกโญPu แแกโญPi แแกโญPa แแกโญPy แแกโญPe แแกโญPo
โชแแกโญG แแกโญGu แแกโญGi แแกโญGa แแกโญGy แแกโญGe แแกโญGo
โชแฐแกโญD แฑแกโญDu แฒแกโญDi แณแกโญDa แดแกโญDy แตแกโญแถแกDo
โแ แกโญShift + t แกแกโญShift + tu แขแกโญShift + ti แฃแกโญShift+ta แคแกโญShift + ty แฅแกโญShift + te แฆแกโญShift + to
โแจแกโญShift +c แฉแกโญShift +cu แชแกโญShift +ci แซแกโญShift+caแฌแกโญShift +cy แญแกโญShift +ce แฎ: โญShift +co
โแธแกโญCapslock + t แนแกโญCapslock + tu แบแกโญCapslock + ti แปแกโญCapslock + ta แผแกโญCapslock + ty แฝแกโญCapslock + t แพแกโญCapslock + to
โ แโญโCapslock+Shift+t
แโญโCapslock+Shift+tu
แโญโCapslock + Shift + ti
แโญโCapslock + Shift + t
แโญโCapslock + Shift + ty
แ โญโCapslock + Shift + te
แโญโCapslock + Shift + to
โชแแกโญJ แแกโญGu แแกโญJi แแกโญGa แแกโญGy แ แกโญGe แแกโญJo
โชแจแกโญV แฉแกโญVu แชแกโญVi แซแกโญVa แฌแกโญVy แญแกโญVe แฎแกโญVo
แโญCapslock+qwa แงโญCapslock+bwa
แทโญCapslock+twa
แโญCapslock +Shift+nwa
แฟโญCapslock+cwa แโญCapslock+mwa
แทโญCapslock+twa แโญCapslock gwa
แโญCapslock+fwa แฏโญCapslock +rwa แทโญCapslock+dwa แฏโญCapslock+vwa แโญCapslock+hwa แโญCapslock+zwa แงโญCapslock+Shif+zwa
แโญCapslock+nwa แโญCapslock+lwa
แณโญCapslock+kwa แทโญCapslock+swa
แโญCapslock+jwa แงโญCapslock+twa
๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐

๐9โค2
โน๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
โฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโ Checkยป kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
โฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!
Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!
Step 1 :-
Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!
https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492
Step 2 :-
Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโ Checkยป kan jedhu tuqaa!
Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!
Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
โค4
Odeeffannoo teknolojii tokko tokko keessatti wal hubachiisuuf, keessattuu kan irratti xiyyeefatu waa'ee telegraamaati; sababni isaas of duratti social miidiyaa kaaniin irra caalaa wantoota isin tilmaamuu hin dandeenye hedduu of keessaa kan qabuudha; tarii isin odeeffannoo isaa waan hin qabneef ta'a, addunyaa irratti fudhatama argachaa waan dhufeef kanaaf nutis isa irratti wal hubachiisuu barbaanna.
@Computer_Soln
@Computer_Soln
@Computer_Soln
@Computer_Soln
๐3โค1
#โฃ #Kutaa 1ฦฦฮฑฮฑ.
โณ๏ธ Tarii namoota waa'ee kanaa beektaniif salphaadha, nuti nama hubannoo isaa hin qabne xinnoo beeknu irraa waa hubachiisuufi.
๐ Dursa mee waa'ee Telegraamaa waan tokko tokko waliin haa ilaallu.
#Telegram akkuma social midiyaalee biroo appii ergaati, kan irratti xiyyeefatu ammoo saffisaa fi securuty/nagenya fayyadamtootaati. telegramaa mobaayilota hedduu irratti fi kompitara, Tableeti, Bilbila harkaa fa'a irrattis fayyadamuu dandeessu.
Telegraamiidhaan chat, Suuraa, Sagalee, Vidiyoo, File garagaraas erguu dandeessu,
Telegraama irratti gruppii dhuunfaa, grouppii walii ummataa/public kan miseensa 200,000 qabuufii chanaala miseensa daangaa hin qabnee akkasuma boti dhuunfaa keessanii jalqabuu/bu'uurefachuu dandeessu.
Ammas namoota lakk/bilbilaa isaa qabdan waliin haasawuu dandeettu, nama lakk/bilbila isaa hin qabne hoo? isallee ni dandeessu @username fayyadmtanii wal qunnamuu dandeessu, dabalataanis waan end to end jedhamus ni jira.
#โฃ Hundeffamni Telegraamaa akka faranjootaatti August 14 bara 2013 biyya ruusiyaatti ture garuu rakkoolee gama motummatiin isaan dhaqqabaa ture dheefa teessoo isaanii Dubaay godhatan ammas achuma jiru.namni isa hundeesse pavel durov yoo jedhamu inni lammi biyya Ruusiyaati. Obboleessi isaa Nikolia jedhamus karaa faaynaansiitiin/maallaqaan isa gargaaraa jira...
๐ป Computer Soln ๐ป

โค6๐4
Internet irraa Maallaqa Hojjechuun Ni Danda'amaa?
Bilbila yookiin tabletii yookiin laptop keessan fayyadamtanii maallaqa hojjechuu ni dandeessu.
Haata'u malee kanneen maallaqa isiniif kaffala jedhan garuu isiniif hin kaffale ni jiru. Isaan irraa of eegaa isiniin jechaa
Kaampaaniwwan maallaqa isiniif kaffalan muraasni kanneen armaan gadiiti:
1 #Youtube
Video hojjettani channel (account YouTube) keessaan irraatti gadhiisudhaan maallaqa hojjechuu ni Dandeessu
2 #Facebook
Akkuma YouTube video gadhiisudhaanifi live galuudhan mallaqa hojjechuu ni Dandeessu
3 #Google_ads
Website keessaan irraatti beeksisa beeksisuudhan mallaqa isiniif kaffala
4 #Tiktok
Live stream galuudhan Kenna/gift namoonni isiniif Kennan irra akkasumas video monetize gochuun maallaqa hojjechuu ni Dandeessu
5 #Telegram
Channel/group telegram banachuun beeksisa irra maallaqa hojjechuu ni Dandeessu
6 #Instagram
Affiliate marketing fi karaalee biroo hedduudhan
7 #Digital_marketing
Online irraatti meeshaalee garaa garaa gurgurudhan
8 #Up_work
Hojiilee hedduu kan qabu yoo ta'u dorgomtani hojii haala sirrii ta'een yeroo xummurtan maallaqa isiniif kaffala.
9.
:
:
:
Kanneen video ilaalun akkasumas game taphachun isiniif kaffalanis jiru garuu irra caalaan isaani kan sobaa waan ta'aniif osoo hin mirkaneeffatin hin eegalinaa!
Notice:
Karaaleen armaan olitti isiniif eere isaan muraasa dha.

๐7๐1
๐ ๐ โฅ๏ธ ๐ ๐ ๐๐๐ค๐๐คซ๐
Reaction channel keenyaaf yoo barbaanne haala kamiin fayyadamuu dandeenya? Akkasumas tajaajila keenya irratti yaada namootaa hubachuuf reaction baay'ee gaaridha!
Step kana hordofaa!
1. Channel Setting
3. Reaction
4. Enable Reaction
5. Update Reaction

๐5๐ฑ1
Telegram irratti Barreeffama keessanitti link uumuu barbaaduu? Kunis namni yommuu barreeffama keessan irratti gadi tuqe gara link barbaaddaniitti geessuu dandeessu!
Step kana hordofaa! ๐
1. Dura barreeffama edit gochuu barbaaddu irratti tuqxa! Edit Kan jedhu tuqxa!
2. Barreeffama edit gochuu barbaadde select goote "create link" goota
3. "https://" - balleessitee kan barbaadde paste goota!
4. Link channel iddoo sanatti paste goota
5. Ok - jettee xumurta
@Computer_Soln
@Computer_Soln
โ๏ธ @Getu_Abera