Computer Solution
1.86K subscribers
44 photos
46 links
Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!
Download Telegram
Waa Beekuun Gaariidha, kan Beekan Beeksisuun Immoo… | @Computer_Soln

━━━🔴━━━

√ Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii keenya hirrisuu dandeenya?

👇👇👇👇👇👇👇
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off (disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [√] tahe jiru kanneen akka
👉 GIFS
👉 Videos
👉 Stream videos and audio files
fi kanneen biroo illee irraa balleessuu yookiin disable gochuu.

Kana ta'uu baate jennaan telegraamin fedhii keenya malee photo, gif, video fi kkf ofiin load gochuun yookiin ofiin banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.

👇👇👇👇👇👇👇
2ffaa: Facebook Lite irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: Facebook lite banuu
#Step_2: Menu (sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On ykn enable gochuu

👇👇👇👇👇👇👇
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.

👇👇👇👇👇👇👇
4ffaa: ️WhatsApp irratti daataa qusachuuf
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options yookiin irra keessoo sarara(---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (√ ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.

Computer Science
12👍6🎉3
Gatiin bilbila kanaa qarshii miliyoona 72
~
Bilbila jabeenya/qaalii adduunyaa kanaa.
Bilbilli kun bilbiloota adduunyaa irra jiran keessaa isa baay'ee jabeenya/qaalii ta'eedha.

Goldvish jedhama. Qaamni bilbila kanaa warqee kaaraatii 18 akkasumas daayimandii kaaraatii 120'n kan hojjatame yoo ta'u yeroo ammaa bilbili kun firii 3 qofatu hojjatamee argama. Kana jechuun adduunyaa irraa nama sadii qofatu itti fayyadamaa jira jechuudha.

Gatiin bilbila kanaa doolaara miliyoona 1.3 yookaan qarshii biyya keenyaatti yoo deebifnu ammoo qarshii 71,918,340.00 dha.

Spider Media
Join Us

🔺 Computer Solution 🔻❤️‍🩹
👍9😱21
Username telegram create godhachuudhaaf

1. Setting Telegram
2. Username bakka jedhutti maqaa barbaadde barreessuun save gochuu!
Fakkeenyaf iddoo username jedhutti bifa kanaan 'Getu_Abera' jechuun barreessuu,...

🔺 Computer Solution 🔻❤️‍🩹
👍7
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
👍2
𝐁𝐄𝐄𝐊𝐔𝐌𝐒𝐀 𝐖𝐀𝐋𝐈𝐈𝐆𝐀𝐋𝐀𝐀
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔗 NAMOOTA MIIDIYAALEE HAWAASAA GURGUDDAA ADDUNYAA KANAAF GUMAACHAN MAQAA ISAANII WALIIN:

𝟷. 𝐺𝑜𝑜𝑔𝑙𝑒 — 𝙻𝚊𝚛𝚛𝚢 𝙿𝚊𝚐𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝚂𝚎𝚛𝚐𝚎𝚢 𝙱𝚛𝚒𝚗

𝟸. 𝙵𝚊𝚌𝚎𝚋𝚘𝚘𝚔 — 𝙼𝚊𝚛𝚔 𝚉𝚞𝚌𝚔𝚎𝚛𝚋𝚎𝚛𝚐

𝟹. 𝚈𝚊𝚑𝚘𝚘 — 𝙳𝚊𝚟𝚒𝚍 𝙵𝚒𝚕𝚘 𝚊𝚗𝚍 𝙹𝚎𝚛𝚛𝚢 𝚈𝚊𝚗𝚐

𝟺. 𝚃𝚠𝚒𝚝𝚝𝚎𝚛 — 𝙹𝚊𝚌𝚔 𝙳𝚘𝚛𝚜𝚎𝚢 𝚊𝚗𝚍 𝙳𝚒𝚌𝚔 𝙲𝚘𝚜𝚝𝚘𝚕𝚘

𝟻. 𝙸𝚗𝚝𝚎𝚛𝚗𝚎𝚝 — 𝚃𝚒𝚖 𝙱𝚎𝚛𝚗𝚎𝚛𝚜 𝙻𝚎𝚎

𝟼. 𝙻𝚒𝚗𝚔𝚎𝚍𝙸𝚗 — 𝚁𝚎𝚒𝚍 𝙷𝚘𝚏𝚏𝚖𝚊𝚗, 𝙰𝚕𝚕𝚎𝚗 𝙱𝚕𝚞𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝙺𝚘𝚘𝚗𝚜𝚝𝚊𝚗𝚝𝚒𝚗 𝙶𝚞𝚎𝚛𝚒𝚌𝚔𝚎

𝟽. 𝙴𝚖𝚊𝚒𝚕 — 𝚂𝚑𝚒𝚟𝚊 𝙰𝚢𝚢𝚊𝚍𝚞𝚛𝚊𝚒

𝟾. 𝙶𝚝𝚊𝚕𝚔 — 𝚁𝚒𝚌𝚑𝚊𝚛𝚍 𝚆𝚊𝚑 𝚔𝚊𝚗

𝟿. 𝚆𝚑𝚊𝚝𝚜 𝚞𝚙 — 𝙻𝚊𝚞𝚛𝚎𝚕 𝙺𝚒𝚛𝚝𝚣

𝟷𝟶. 𝙷𝚘𝚝𝚖𝚊𝚒𝚕 — 𝚂𝚊𝚋𝚎𝚎𝚛 𝙱𝚑𝚊𝚝𝚒𝚊

𝟷𝟷. 𝚆𝚒𝚔𝚒𝚙𝚎𝚍𝚒𝚊 — 𝙹𝚒𝚖𝚖𝚢 𝚆𝚊𝚕𝚎𝚜

𝟷𝟸. 𝚈𝚘𝚞 𝚝𝚞𝚋𝚎 — 𝚂𝚝𝚎𝚟𝚎 𝙲𝚑𝚎𝚗, 𝙲𝚑𝚊𝚍 𝙷𝚞𝚛𝚕𝚎𝚢 𝚊𝚗𝚍 𝙹𝚊𝚠𝚎𝚍𝙺𝚊𝚛𝚒𝚖

𝟷𝟹. 𝚁𝚎𝚍𝚒𝚏𝚏 — 𝙰𝚓𝚒𝚝 𝙱𝚊𝚕𝚊𝚔𝚛𝚒𝚜𝚑𝚗𝚊𝚗

𝟷𝟺. 𝙽𝚒𝚖𝚋𝚞𝚣𝚣 — 𝙼𝚊𝚛𝚝𝚒𝚗 𝚂𝚖𝚒𝚗𝚔 𝚊𝚗𝚍 𝙴𝚟𝚎𝚛𝚝 𝙹𝚊𝚊𝚙 𝙻𝚞𝚐𝚝

𝟷𝟻. 𝙼𝚢𝚜𝚙𝚊𝚌𝚎 — 𝙲𝚑𝚛𝚒𝚜 𝙳𝚎𝚠𝚘𝚕𝚏𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝚃𝚘𝚖 𝙰𝚗𝚍𝚎𝚛𝚜𝚘𝚗

𝟷𝟼. 𝙸𝚋𝚒𝚋𝚘 — 𝙰𝚜𝚑𝚒𝚜𝚑 𝙺𝚊𝚜𝚑𝚢𝚊𝚙

𝟷𝟽. 𝙾𝙻𝚇 — 𝙰𝚕𝚎𝚌 𝙾𝚡𝚎𝚗𝚏𝚘𝚛𝚍 𝚊𝚗𝚍 𝙵𝚊𝚋𝚛𝚒𝚌𝚎 𝙶𝚛𝚒𝚗𝚍𝚊

𝟷𝟾. 𝚂𝚔𝚢𝚙𝚎 — 𝙽𝚒𝚔𝚕𝚊𝚜 𝚉𝚎𝚗𝚗𝚜𝚝𝚛𝚘𝚖, 𝙹𝚊𝚗𝚞𝚜𝙵𝚛𝚒𝚒𝚜 𝚊𝚗𝚍 𝚁𝚎𝚒𝚍 𝙷𝚘𝚏𝚏𝚖𝚊𝚗

𝟷𝟿. 𝙾𝚙𝚎𝚛𝚊 — 𝙹𝚘𝚗 𝚂𝚝𝚎𝚙𝚑𝚎𝚗𝚜𝚘𝚗 𝚟𝚘𝚗 𝚃𝚎𝚝𝚣𝚌𝚑𝚗𝚎𝚛 𝚊𝚗𝚍 𝙶𝚎𝚒𝚛
𝚕𝚟𝚊𝚛𝚜𝚘𝚢

𝟸𝟶. 𝙼𝚘𝚣𝚒𝚕𝚕𝚊 𝙵𝚒𝚛𝚎𝚏𝚘𝚡 — 𝙳𝚊𝚟𝚎 𝙷𝚢𝚊𝚝𝚝 𝚊𝚗𝚍 𝙱𝚕𝚊𝚔𝚎 𝚁𝚘𝚜𝚜

𝟸𝟷. 𝚃𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖 — 𝚠𝚊𝚜 𝚜𝚝𝚊𝚛𝚝𝚎𝚍 𝚒𝚗 𝟸𝟶𝟷𝟹 𝚋𝚢 𝚝𝚑𝚎 𝚋𝚛𝚘𝚝𝚑𝚎𝚛𝚜 𝙽𝚒𝚔𝚘𝚕𝚊𝚒 𝚊𝚗𝚍 𝙿𝚊𝚟𝚎𝚕 𝙳𝚞𝚛𝚘𝚟.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍72🎉1🤩1
Dhufa Jecha Kompitaraa.

Jecha "kompitara" jedhu kan jalqaba fayyadame barreessaa biyya Ingilaandi Richard Braithwait kitaaba isaa “The yong mans gleanings” jedhu keessatti ture.

Jechi kun kitaabicha keessatti nama shallaga hojjatu kan ibsu ture, hiikaan jecha kompitara jedhus akkaata kanaan hanga jaarraa 20ffaa walakeessatti itti fufe.

Dhuma jaarraa 19ffaatii kaasee garuu, hiikan jecha kompitaraa gara maashinii shallaga hojjatu kan jedhu kanatti jijjiiramaa deeme.


Maddi | Wikipedia

https://t.me/Computer_Soln
👍94
EMAIL AKKAMITTI BANAMA


━━━━━⊱✿⊰━━━━━━
👉 Email warri hin qabne salphaadhumatti bilbila keessan ykn computer keessan fayyadamuun akkamitti akka banuu dandeessan baruuf duraa duuba armaan gadii hordofaa!!!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇

1️⃣ Google irratti gmail jedhaa barreessaa ..search godhaa!

2️⃣ Sana booda erga search (mallatto baarbadduu erga xuqxanii boodde) filannoo baay'ee isiniif fida... Isaan keessaa (Gmail sign in) kan jedhu xuqaa...

3️⃣ Sana booda (Create account) kan jedhu xuqaa. Yeroo kana xuqxan filannoowwan armaan gadii lama isiniif Fida
👉For my self fi
👉To manage my business
Isaan kana keessaa isa Jalqabaa(For my self) kan jedhu xuqaa

4️⃣ Sana booda enter your name kan jedhutu isiniif dhufa. Inni kunis qabiyye lama qabda
👉First name iddoo jedhutti maqaa keessan
👉Last name iddoo jedhutti maqaa abbaa keessani barreessaa... Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa

5️⃣ Next erga jettani booddee hima Enter your birth day & Gender jedhu aragattu. Kunis qabiyye lama qaba
👉enter your birthday ( guyyaa dhaloota keessan ) iddoo jedhurratti...Ji'asaa, guyyasaa fi bara isaa guutaa.

👉Gender Iddoo jedhurratti immoo saala keessan guutaa. Isa kana guutudhaf mallatton xiyyaa fakkaattu tokko box sana bukkee gadi garagaltee jirti.ishee gadi yoo qabdan inniyyuu isin filachiisa. Yoo dhiira ta'e (Male ) isa jedhu yoo Durba taatemmoo (Female) isa jedhu filattu.

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!

6️⃣ Erga next jettanii booda hima (Creat your own gmail address) jedhutu isiniif dhufa. Isa kana gadi xuqaa.sana booda maqaa email keessanii kana booda itti fayyadamuu barbaaddan itti galchaa.
Fakkenyaaf....maqankeee Jabessaa yoo ta'e

Jabeessaa@gamil.com jettee barreessu dandeessa.

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!!

7️⃣ Erga next jettanii booddee
👉Password isa jedhurratti password salphaatti yaadachuu dandeessan garuu kan namni biraa qabachuu hin dandeenye galchaa... Lakkofsotafaa keessaa makaa... Character 8 utuu gootani filatamaadha.

👉Confirm iddoo jedhurratti isuma password keessatti guuttan irra deebi'aa guutaa!!!

Sana booda Next jedhaa!!

8️⃣ Sana booda barreeffama dheeraa tokko argattu. Barreffamicha asi gadi scroll yeroo gootan (gadii ooftan) jecha ( I agree) kan jedhu argattu. isa gadi xuqaa.

Sana booda email keessan fayyadamuu dandeessu jechuudha.
👏👏👏👏👏👏👏

FAAYIDAALEE EMAIL QABAACHUU
┄┄┄┄┄❅☕️❅┄┄┄┄┄
👉 Storage isaa 25GBdha ( iddoo kuusaa) guddaa qaba. Kana jechuun storage bilbilli keenya qabu ol qabaachuu danda'a jechuudha. Kanaaf yoo bilbilli keenya storage isaa guute gara sanatti send goodhuu dandeenya.

👉 Lafa internet jiru hundumatti salphaatti hojjeta

👉 yeroo baay'ee akka tasaa bilbilli keenya ykn computer keenya nujalaa hatamu ykn formaat ta'uu danda'a. Wanti kun nu qaqqabuu isaatin dura data achirraa qabnu gara email keenyatti erguu dandeenya. Yeroo barbaanne email kenyarraa buufachuu dandeenya. Bilbila namootaa bipbila keenyarra qabnus gara sanatti erguu dandeenya.keessattu warra research hojetanif sirritti barbaachisaadha.

👉 Data baarbaanne walif erguudhaf ni fayyada. Data storage isaani gurguddaa ta'an kan telegram imoo fi kkf nin erguu hin dandeenye karaa email namaaf erguu dandeenya. Fknyf video GB gudda ta'e...

👉 YouTube SUBSCRIBE gochuudhaf dirqama barbaachisa. YouTube channel barbaaddan subscribe, comment fi share gochuudhaf email qabaachuu qabdu. Kanaaf wanta akka salphaatti banamuu danda'u kanaaf jecha information irraa fagaachuu hin qabdan. YouTube channel kos SUBSCRIBE gochuudhaf isin fayyada.
😂😂😂😂 Fi kkf....dha

Hub:
lakkofsa bilbilaa tokkoon email baay'ee banachuu ni dandeessu.

👉 Duraa duuba kana hordofuudhan amma banadhaa!!!
👏👏

Video kana Irraa baradhaa Akkasuma immoo SUBSCRIBE Godhaa!!

👇👇👇
https://youtu.be/C73Vy22ew6k

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍202
ኮምፒውተር ላይ በአማርኛ እንዴት እንደሚፃፍ ያውቃሉ? ሲጽፉስ ምን ያህል ይፈጥናሉ?
----------------------------

■ ጠቃሚ መረጃ ነው!! ላልደረሰው ያዳርሱ አሁኑኑ ሼር ያድርጉት፡፡

መጀመሪያ Ge'ez 10 Software ያወረዱ እና install ያድርጉት ከዛም አማርኛ መፃፍ ስትፈልጉ power ge'ez status phonetic Unicode Mode (ፎ) ላይ ያድርጉት በ English መፃፍ ስትፈልጉ ደግሞ power ge'ez status English Mode (ኢ) ላይ አድርጉት ከዛም የሚከተሉትን ኣጭር መግላጫ በትክክል ይመልከቱ።

◕ሀ➭H_ሁ➭Hu_ሂ➭Hi_ሃ➭Ha_ሄ➭Hy_ህ➭He_ሆ➭Ho

◕ለ➭L_ሉ➭Lu_ሊ➭Li_ላ➭La_ሌ➭Ly_ል➭Le_ሎ➭Lo

❖ሐ➭Shift+h_ሑ➭Shift+hu_ሒ➭Shift+hi_ሓ➭Shift+ha_ሔ➭Shift+hy_ሕ➭Shift+he_ሖ➭Shift+ho

መ➭M_ሙ➭Mu_ሚ➭Mi_ማ➭Ma_ሜ➭My_ም➭Me_ሞ➭Mo

❖ሠ➭Shift+s_ሡ➭Shift+su_ሢ➭Shift+si_ሣ➭Shift+sa_ሤ➭Shift+sy_ሥ➭Shift+se_ሦ➭Shift+so

◕ረ➭R_ሩ➭Ru_ሪ➭Ri_ራ➭Ra_ሬ➭Ry_ር➭Re_ሮ➭Ro

◕ሰ➭S_ሱ➭Su_ሲ➭Si_ሳ➭Sa_ሴ➭Sy_ስ➭Se_ሶ➭So

❖ሸ➭Shift+s_ሹ➭Shift+su_ሺ➭Shift+si_ሻ➭Shift+sa_ሼ➭Shift+sy_ሽ➭Shift+se ሾ➭Shift+so

◕ቀ፡➭Q ቁ፡➭Qu ቂ፡➭Qi ቃ፡➭Qa ቄ፡➭Qy ቅ፡➭Qe ቆ፡➭Qo

◕በ፡➭B ቡ፡➭Bu ቢ፡➭Bi ባ፡➭Ba ቤ፡➭By ብ፡➭Be ቦ፡➭Bo

◕ተ፡➭T ቱ፡➭Tu ቲ፡➭Ti ታ፡➭Ta ቴ፡➭Ty ት፡➭Te ቶ፡➭To

◕ ቸ፡➭C ቹ፡➭Cu ቺ፡➭Ci ቻ፡➭Ca ቼ፡➭Cy ች፡➭Ce ቾ፡➭Co

◕ነ፡➭N ኑ፡➭Nu ኒ፡➭Ni ና፡➭Na ኔ፡➭Ny ን፡➭Ne ኖ፡➭No

❏ኘ፡➭Shift +n ኙ፡➭Shift +nu ኚ➭Shift+ni ኛ፡➭Shift +na ኜ፡➭Shift +ny ኝ፡➭Shift + ne ኞ፡➭Shift +no

◕ከ፡➭Ka ኩ፡➭Ku ኪ፡➭Ki ካ፡➭Ka ኬ፡➭Ky ክ፡➭Ke ኮ፡➭Ko

❖ ኸ ☛capslock + Shift + h
     ኹ ☛capslock + Shift + hu
     ኺ ☛capslock + Shift + hi
     ኻ ☛Capslock + Shift + ha
     ኼ ☛Capslock + Shift + hy
     ኽ ☛Capslock + Shift + he
     ኾ ☛Capslock + Shift + ho

❏ኀ፡➭ Capslock + H ኁ፡➭ Capslock + HU ኂ፡➭Capslock + HI ኃ፡➭Capslock + HA ኄ፡➭Capslock + HY ኅ፡➭Capslock + HE ኆ፡➭Capslock + HO

❏አ፡➭Capslock X ኡ፡➭Xu ኢ፡➭Xi ኣ፡➭Xa ኤ፡➭Xy እ፡➭Xe ኦ፡➭XoDe

❖ዐ፡➭Shift +x ዑ፡➭Shift +xu ዒ➭Shift +xi ዓ፡➭Shift +xa ዔ➭Shift +xy ዕ፡➭Shift +xe ዖ➭Shift +xo

✪ወ፡➭W ዉ፡➭Wu ዊ፡➭Wi ዋ፡➭Wa ዌ፡➭Wy ው፡➭We ዎ፡➭wo

✪ዘ፡➭Z ዙ፡➭Zu ዚ፡➭Zi ዛ፡➭Za ዜ፡➭Zy ዝ፡➭Ze ዞ፡➭Zo

❏ዠ፡➭Shift + Z ዡ፡➭Shift + Zu ዢ፡➭Shift + Zi ዣ፡➭Shift +Zaዤ፡➭Shift + Zy ዥ፡➭Shift +Ze ዦ፡➭Shift + Zo

✪ፈ፡➭F ፉ➭Fu ፊ፡➭Fi ፋ፡➭Fa ፌ፡➭Fy ፍ፡➭Fe ፎ፡➭Fo

✪ ፐ፡➭P ፑ፡➭Pu ፒ፡➭Pi ፓ፡➭Pa ፔ፡➭Py ፕ፡➭Pe ፖ፡➭Po

✪ገ፡➭G ጉ፡➭Gu ጊ፡➭Gi ጋ፡➭Ga ጌ፡➭Gy ግ፡➭Ge ጎ፡➭Go

✪ደ፡➭D ዱ፡➭Du ዲ፡➭Di ዳ፡➭Da ዴ፡➭Dy ድ፡➭ዶ፡Do

❏ጠ፡➭Shift + t ጡ፡➭Shift + tu ጢ፡➭Shift + ti ጣ፡➭Shift+ta ጤ፡➭Shift + ty ጥ፡➭Shift + te ጦ፡➭Shift + to

❏ጨ፡➭Shift +c ጩ፡➭Shift +cu ጪ፡➭Shift +ci ጫ፡➭Shift+caጬ፡➭Shift +cy ጭ፡➭Shift +ce ጮ: ➭Shift +co

❏ጸ፡➭Capslock + t ጹ፡➭Capslock + tu ጺ፡➭Capslock + ti ጻ፡➭Capslock + ta ጼ፡➭Capslock + ty ጽ፡➭Capslock + t ጾ፡➭Capslock + to
❖ ፀ➭☞Capslock+Shift+t
     ፁ➭☞Capslock+Shift+tu
     ፂ➭☞Capslock + Shift + ti
     ፃ➭☞Capslock + Shift + t
     ፄ➭☞Capslock + Shift + ty
     ፅ➭☞Capslock + Shift + te
     ፆ➭☞Capslock + Shift + to

✪ጀ፡➭J ጁ፡➭Gu ጂ፡➭Ji ጃ፡➭Ga ጄ፡➭Gy ጅ፡➭Ge ጆ፡➭Jo

✪ቨ፡➭V ቩ፡➭Vu ቪ፡➭Vi ቫ፡➭Va ቬ፡➭Vy ቭ፡➭Ve ቮ፡➭Vo


ቋ➭Capslock+qwa ቧ➭Capslock+bwa
ቷ➭Capslock+twa
ኟ➭Capslock +Shift+nwa
ቿ➭Capslock+cwa ሟ➭Capslock+mwa
ቷ➭Capslock+twa ጓ➭Capslock  gwa
ፏ➭Capslock+fwa ሯ➭Capslock +rwa ዷ➭Capslock+dwa ቯ➭Capslock+vwa ኋ➭Capslock+hwa ዟ➭Capslock+zwa ዧ➭Capslock+Shif+zwa
ኗ➭Capslock+nwa ሏ➭Capslock+lwa
ኳ➭Capslock+kwa ሷ➭Capslock+swa
ጇ➭Capslock+jwa ጧ➭Capslock+twa

         𝖏𝖔𝖎𝖓 𝖆𝖓𝖉 𝖘𝖍𝖆𝖗𝖊
          👇👇
     @Computer_Soln
     @Computer_Soln
👍92
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
4
1. Plus Setting
2. Notification
3. Show typing toast
1
Odeeffannoo teknolojii tokko tokko keessatti wal hubachiisuuf, keessattuu kan irratti xiyyeefatu waa'ee telegraamaati; sababni isaas of duratti social miidiyaa kaaniin irra caalaa wantoota isin tilmaamuu hin dandeenye hedduu of keessaa kan qabuudha; tarii isin odeeffannoo isaa waan hin qabneef ta'a, addunyaa irratti fudhatama argachaa waan dhufeef kanaaf nutis isa irratti wal hubachiisuu barbaanna.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍31
#⃣ #Kutaa 1ƒƒαα.

✳️ Tarii namoota waa'ee kanaa beektaniif salphaadha, nuti nama hubannoo isaa hin qabne xinnoo beeknu irraa waa hubachiisuufi.

🌍 Dursa mee waa'ee Telegraamaa waan tokko tokko waliin haa ilaallu.

#Telegram akkuma social midiyaalee biroo appii ergaati, kan irratti xiyyeefatu ammoo saffisaa fi securuty/nagenya fayyadamtootaati. telegramaa mobaayilota hedduu irratti fi kompitara, Tableeti, Bilbila harkaa fa'a irrattis fayyadamuu dandeessu.

Telegraamiidhaan chat, Suuraa, Sagalee, Vidiyoo, File garagaraas erguu dandeessu,

Telegraama irratti gruppii dhuunfaa, grouppii walii ummataa/public kan miseensa 200,000 qabuufii chanaala miseensa daangaa hin qabnee akkasuma boti dhuunfaa keessanii jalqabuu/bu'uurefachuu dandeessu.

Ammas namoota lakk/bilbilaa isaa qabdan waliin haasawuu dandeettu, nama lakk/bilbila isaa hin qabne hoo? isallee ni dandeessu @username fayyadmtanii wal qunnamuu dandeessu, dabalataanis waan end to end jedhamus ni jira.

#⃣ Hundeffamni Telegraamaa akka faranjootaatti August 14 bara 2013 biyya ruusiyaatti ture garuu rakkoolee gama motummatiin isaan dhaqqabaa ture dheefa teessoo isaanii Dubaay godhatan ammas achuma jiru.namni isa hundeesse pavel durov yoo jedhamu inni lammi biyya Ruusiyaati. Obboleessi isaa Nikolia jedhamus karaa faaynaansiitiin/maallaqaan isa gargaaraa jira...

💻 Computer Soln 💻
@Computer_Soln
6👍4
Internet irraa Maallaqa Hojjechuun Ni Danda'amaa?

Bilbila yookiin tabletii yookiin laptop keessan fayyadamtanii maallaqa hojjechuu ni dandeessu.

Haata'u malee kanneen maallaqa isiniif kaffala jedhan garuu isiniif hin kaffale ni jiru. Isaan irraa of eegaa isiniin jechaa

Kaampaaniwwan maallaqa isiniif kaffalan muraasni kanneen armaan gadiiti:

1 #Youtube
Video hojjettani channel (account YouTube) keessaan irraatti gadhiisudhaan maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

2 #Facebook
Akkuma YouTube video gadhiisudhaanifi live galuudhan mallaqa hojjechuu ni Dandeessu

3 #Google_ads
Website keessaan irraatti beeksisa beeksisuudhan mallaqa isiniif kaffala

4 #Tiktok
Live stream galuudhan Kenna/gift namoonni isiniif Kennan irra akkasumas video monetize gochuun maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

5 #Telegram
Channel/group telegram banachuun beeksisa irra maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

6 #Instagram
Affiliate marketing fi karaalee biroo hedduudhan

7 #Digital_marketing
Online irraatti meeshaalee garaa garaa gurgurudhan

8 #Up_work
Hojiilee hedduu kan qabu yoo ta'u dorgomtani hojii haala sirrii ta'een yeroo xummurtan maallaqa isiniif kaffala.

9.
:
:
:

Kanneen video ilaalun akkasumas game taphachun isiniif kaffalanis jiru garuu irra caalaan isaani kan sobaa waan ta'aniif osoo hin mirkaneeffatin hin eegalinaa!

Notice:
Karaaleen armaan olitti isiniif eere isaan muraasa dha.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
👍7🎉1
👍 🙏 ♥️ 😁 👂 👏😍🤔💋🤫💔

Reaction channel keenyaaf yoo barbaanne haala kamiin fayyadamuu dandeenya? Akkasumas tajaajila keenya irratti yaada namootaa hubachuuf reaction baay'ee gaaridha!

Step kana hordofaa!

1. Channel Setting
3. Reaction
4. Enable Reaction
5. Update Reaction


@Computer_Soln
👍5😱1
Telegram irratti Barreeffama keessanitti link uumuu barbaaduu? Kunis namni yommuu barreeffama keessan irratti gadi tuqe gara link barbaaddaniitti geessuu dandeessu!

Step kana hordofaa! 👇

1. Dura barreeffama edit gochuu barbaaddu irratti tuqxa! Edit Kan jedhu tuqxa!

2. Barreeffama edit gochuu barbaadde select goote "create link" goota

3. "https://" - balleessitee kan barbaadde paste goota!

4. Link channel iddoo sanatti paste goota

5. Ok - jettee xumurta

@Computer_Soln
@Computer_Soln

✍️ @Getu_Abera
👍2