Computer Solution
1.86K subscribers
44 photos
46 links
Iccitii komputeraa fi tooftaalee fayyadamiinsa isaa, teeknolojii haaraa irratti xiyyeeffachuun kan irraa argattani dha. Join share taasisaa!
Download Telegram
๐—›๐˜‚๐—ฏ๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐˜‚ | @Computer_Soln

Yeroo ammaa kana account'n telegiraamii namoota hedduu jalaa hatamaa jira. Kunis sababni liinkota garamii akka dhufan hin beekamneeni. Hakeroonni baay'een account telegram hatuu irratti bobba'anii waan jiraniif eeggannoo taasisaa!

Hidhaa/liinki salphamatti namoota gara garaa irraa isnitti seenu callistanii hin tuqinaa! Telegiraamii keessan immoo koodii/code 'Two step Verification' kan jedhuun hidhuun isin barbaachisa.

Odeeffannoo dabalataaf yookin waan isiniif hin galle @YaadafiGaaffii_bot irratti nuuf barreessaa.

Account telegiraami keessaniin walqabatee wanti isin shakkisiisus yoo jiraate nu dubbisuu dandeessu.

Hub: Liinkonni/hidhaan nuti chaanaali kana irratti maxxansinu maddi isaa kan qulqullaa'edha.

#waliifqoodaa
#JOIN_US ๐Ÿ‘‡

  @Computer_Soln
@Computer_Soln
๐Ÿ‘4
Waa Beekuun Gaariidha, kan Beekan Beeksisuun Immooโ€ฆ | @Computer_Soln

โšชโ”โ”โ”๐Ÿ”ดโ”โ”โ”โšซ

โˆš Social media garaa garaa wayita fayyadamnu akkamittiin daataa keenya qusachuun baasii keenya hirrisuu dandeenya?

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
1ffaa: Telegram irratti daataa qusachuuf:
#Step_1: Telegram banuu
#Step_2: Setting seenuu
#Step_3: Data and storage seenuu
#Step_4: Automatic media download kan jedhu jalaa
when using mobile data kan jedhu off (disable) gochuu.
Kana jechuun wantoota [โˆš] tahe jiru kanneen akka
๐Ÿ‘‰ GIFS
๐Ÿ‘‰ Videos
๐Ÿ‘‰ Stream videos and audio files
fi kanneen biroo illee irraa balleessuu yookiin disable gochuu.

Kana ta'uu baate jennaan telegraamin fedhii keenya malee photo, gif, video fi kkf ofiin load gochuun yookiin ofiin banuun daataa guddaa nu jalaa fixa.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
2ffaa: Facebook Lite irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: Facebook lite banuu
#Step_2: Menu (sarara 3 harka mirga irra jiru) cuqaasuu
#Step_3: Data Usage seenuu
#Step_4: Data saver On ykn enable gochuu

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
3ffaa: Messenger irratti daataa qusaachuuf:
#Step_1: messenger banuu
#Step_2: setting cuqaasuu
#Step_3: data saver seenuun On gochuu.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
4ffaa: ๏ธWhatsApp irratti daataa qusachuuf
#Step_1: whatsapp banuu
#Step_2: options yookiin irra keessoo sarara(---) kana cuqaasuu
#Step_3: setting cuqaasuu
#Step_4: data and storage cuqaasuu
#Step_5: whan_using_mobile_data cuqaasuun (โˆš ) kan ta'anii jiran hunda iraa balleessuu.

โ€ข Computer Science โ€ข
โค12๐Ÿ‘6๐ŸŽ‰3
Gatiin bilbila kanaa qarshii miliyoona 72
~
Bilbila jabeenya/qaalii adduunyaa kanaa.
Bilbilli kun bilbiloota adduunyaa irra jiran keessaa isa baay'ee jabeenya/qaalii ta'eedha.

Goldvish jedhama. Qaamni bilbila kanaa warqee kaaraatii 18 akkasumas daayimandii kaaraatii 120'n kan hojjatame yoo ta'u yeroo ammaa bilbili kun firii 3 qofatu hojjatamee argama. Kana jechuun adduunyaa irraa nama sadii qofatu itti fayyadamaa jira jechuudha.

Gatiin bilbila kanaa doolaara miliyoona 1.3 yookaan qarshii biyya keenyaatti yoo deebifnu ammoo qarshii 71,918,340.00 dha.

Spider Media
โ€ข Join Us โ€ข

๐Ÿ”บ Computer Solution ๐Ÿ”ปโค๏ธโ€๐Ÿฉน
๐Ÿ‘9๐Ÿ˜ฑ2โค1
Username telegram create godhachuudhaaf

1. Setting Telegram
2. Username bakka jedhutti maqaa barbaadde barreessuun save gochuu!
Fakkeenyaf iddoo username jedhutti bifa kanaan 'Getu_Abera' jechuun barreessuu,...

๐Ÿ”บ Computer Solution ๐Ÿ”ปโค๏ธโ€๐Ÿฉน
๐Ÿ‘7
โ„น๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             โ‡ฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
๐Ÿ‘2
๐๐„๐„๐Š๐”๐Œ๐’๐€ ๐–๐€๐‹๐ˆ๐ˆ๐†๐€๐‹๐€๐€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ”— NAMOOTA MIIDIYAALEE HAWAASAA GURGUDDAA ADDUNYAA KANAAF GUMAACHAN MAQAA ISAANII WALIIN:

๐Ÿท. ๐บ๐‘œ๐‘œ๐‘”๐‘™๐‘’ โ€” ๐™ป๐šŠ๐š›๐š›๐šข ๐™ฟ๐šŠ๐š๐šŽ ๐šŠ๐š—๐š ๐š‚๐šŽ๐š›๐š๐šŽ๐šข ๐™ฑ๐š›๐š’๐š—

๐Ÿธ. ๐™ต๐šŠ๐šŒ๐šŽ๐š‹๐š˜๐š˜๐š” โ€” ๐™ผ๐šŠ๐š›๐š” ๐š‰๐šž๐šŒ๐š”๐šŽ๐š›๐š‹๐šŽ๐š›๐š

๐Ÿน. ๐šˆ๐šŠ๐š‘๐š˜๐š˜ โ€” ๐™ณ๐šŠ๐šŸ๐š’๐š ๐™ต๐š’๐š•๐š˜ ๐šŠ๐š—๐š ๐™น๐šŽ๐š›๐š›๐šข ๐šˆ๐šŠ๐š—๐š

๐Ÿบ. ๐šƒ๐š ๐š’๐š๐š๐šŽ๐š› โ€” ๐™น๐šŠ๐šŒ๐š” ๐™ณ๐š˜๐š›๐šœ๐šŽ๐šข ๐šŠ๐š—๐š ๐™ณ๐š’๐šŒ๐š” ๐™ฒ๐š˜๐šœ๐š๐š˜๐š•๐š˜

๐Ÿป. ๐™ธ๐š—๐š๐šŽ๐š›๐š—๐šŽ๐š โ€” ๐šƒ๐š’๐š– ๐™ฑ๐šŽ๐š›๐š—๐šŽ๐š›๐šœ ๐™ป๐šŽ๐šŽ

๐Ÿผ. ๐™ป๐š’๐š—๐š”๐šŽ๐š๐™ธ๐š— โ€” ๐š๐šŽ๐š’๐š ๐™ท๐š˜๐š๐š๐š–๐šŠ๐š—, ๐™ฐ๐š•๐š•๐šŽ๐š— ๐™ฑ๐š•๐šž๐šŽ ๐šŠ๐š—๐š ๐™บ๐š˜๐š˜๐š—๐šœ๐š๐šŠ๐š—๐š๐š’๐š— ๐™ถ๐šž๐šŽ๐š›๐š’๐šŒ๐š”๐šŽ

๐Ÿฝ. ๐™ด๐š–๐šŠ๐š’๐š• โ€” ๐š‚๐š‘๐š’๐šŸ๐šŠ ๐™ฐ๐šข๐šข๐šŠ๐š๐šž๐š›๐šŠ๐š’

๐Ÿพ. ๐™ถ๐š๐šŠ๐š•๐š” โ€” ๐š๐š’๐šŒ๐š‘๐šŠ๐š›๐š ๐š†๐šŠ๐š‘ ๐š”๐šŠ๐š—

๐Ÿฟ. ๐š†๐š‘๐šŠ๐š๐šœ ๐šž๐š™ โ€” ๐™ป๐šŠ๐šž๐š›๐šŽ๐š• ๐™บ๐š’๐š›๐š๐šฃ

๐Ÿท๐Ÿถ. ๐™ท๐š˜๐š๐š–๐šŠ๐š’๐š• โ€” ๐š‚๐šŠ๐š‹๐šŽ๐šŽ๐š› ๐™ฑ๐š‘๐šŠ๐š๐š’๐šŠ

๐Ÿท๐Ÿท. ๐š†๐š’๐š”๐š’๐š™๐šŽ๐š๐š’๐šŠ โ€” ๐™น๐š’๐š–๐š–๐šข ๐š†๐šŠ๐š•๐šŽ๐šœ

๐Ÿท๐Ÿธ. ๐šˆ๐š˜๐šž ๐š๐šž๐š‹๐šŽ โ€” ๐š‚๐š๐šŽ๐šŸ๐šŽ ๐™ฒ๐š‘๐šŽ๐š—, ๐™ฒ๐š‘๐šŠ๐š ๐™ท๐šž๐š›๐š•๐šŽ๐šข ๐šŠ๐š—๐š ๐™น๐šŠ๐š ๐šŽ๐š๐™บ๐šŠ๐š›๐š’๐š–

๐Ÿท๐Ÿน. ๐š๐šŽ๐š๐š’๐š๐š โ€” ๐™ฐ๐š“๐š’๐š ๐™ฑ๐šŠ๐š•๐šŠ๐š”๐š›๐š’๐šœ๐š‘๐š—๐šŠ๐š—

๐Ÿท๐Ÿบ. ๐™ฝ๐š’๐š–๐š‹๐šž๐šฃ๐šฃ โ€” ๐™ผ๐šŠ๐š›๐š๐š’๐š— ๐š‚๐š–๐š’๐š—๐š” ๐šŠ๐š—๐š ๐™ด๐šŸ๐šŽ๐š›๐š ๐™น๐šŠ๐šŠ๐š™ ๐™ป๐šž๐š๐š

๐Ÿท๐Ÿป. ๐™ผ๐šข๐šœ๐š™๐šŠ๐šŒ๐šŽ โ€” ๐™ฒ๐š‘๐š›๐š’๐šœ ๐™ณ๐šŽ๐š ๐š˜๐š•๐š๐šŽ ๐šŠ๐š—๐š ๐šƒ๐š˜๐š– ๐™ฐ๐š—๐š๐šŽ๐š›๐šœ๐š˜๐š—

๐Ÿท๐Ÿผ. ๐™ธ๐š‹๐š’๐š‹๐š˜ โ€” ๐™ฐ๐šœ๐š‘๐š’๐šœ๐š‘ ๐™บ๐šŠ๐šœ๐š‘๐šข๐šŠ๐š™

๐Ÿท๐Ÿฝ. ๐™พ๐™ป๐š‡ โ€” ๐™ฐ๐š•๐šŽ๐šŒ ๐™พ๐šก๐šŽ๐š—๐š๐š˜๐š›๐š ๐šŠ๐š—๐š ๐™ต๐šŠ๐š‹๐š›๐š’๐šŒ๐šŽ ๐™ถ๐š›๐š’๐š—๐š๐šŠ

๐Ÿท๐Ÿพ. ๐š‚๐š”๐šข๐š™๐šŽ โ€” ๐™ฝ๐š’๐š”๐š•๐šŠ๐šœ ๐š‰๐šŽ๐š—๐š—๐šœ๐š๐š›๐š˜๐š–, ๐™น๐šŠ๐š—๐šž๐šœ๐™ต๐š›๐š’๐š’๐šœ ๐šŠ๐š—๐š ๐š๐šŽ๐š’๐š ๐™ท๐š˜๐š๐š๐š–๐šŠ๐š—

๐Ÿท๐Ÿฟ. ๐™พ๐š™๐šŽ๐š›๐šŠ โ€” ๐™น๐š˜๐š— ๐š‚๐š๐šŽ๐š™๐š‘๐šŽ๐š—๐šœ๐š˜๐š— ๐šŸ๐š˜๐š— ๐šƒ๐šŽ๐š๐šฃ๐šŒ๐š‘๐š—๐šŽ๐š› ๐šŠ๐š—๐š ๐™ถ๐šŽ๐š’๐š›
๐š•๐šŸ๐šŠ๐š›๐šœ๐š˜๐šข

๐Ÿธ๐Ÿถ. ๐™ผ๐š˜๐šฃ๐š’๐š•๐š•๐šŠ ๐™ต๐š’๐š›๐šŽ๐š๐š˜๐šก โ€” ๐™ณ๐šŠ๐šŸ๐šŽ ๐™ท๐šข๐šŠ๐š๐š ๐šŠ๐š—๐š ๐™ฑ๐š•๐šŠ๐š”๐šŽ ๐š๐š˜๐šœ๐šœ

๐Ÿธ๐Ÿท. ๐šƒ๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š– โ€” ๐š ๐šŠ๐šœ ๐šœ๐š๐šŠ๐š›๐š๐šŽ๐š ๐š’๐š— ๐Ÿธ๐Ÿถ๐Ÿท๐Ÿน ๐š‹๐šข ๐š๐š‘๐šŽ ๐š‹๐š›๐š˜๐š๐š‘๐šŽ๐š›๐šœ ๐™ฝ๐š’๐š”๐š˜๐š•๐šŠ๐š’ ๐šŠ๐š—๐š ๐™ฟ๐šŠ๐šŸ๐šŽ๐š• ๐™ณ๐šž๐š›๐š˜๐šŸ.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
๐Ÿ‘7โค2๐ŸŽ‰1๐Ÿคฉ1
Dhufa Jecha Kompitaraa.

Jecha "kompitara" jedhu kan jalqaba fayyadame barreessaa biyya Ingilaandi Richard Braithwait kitaaba isaa โ€œThe yong mans gleaningsโ€ jedhu keessatti ture.

Jechi kun kitaabicha keessatti nama shallaga hojjatu kan ibsu ture, hiikaan jecha kompitara jedhus akkaata kanaan hanga jaarraa 20ffaa walakeessatti itti fufe.

Dhuma jaarraa 19ffaatii kaasee garuu, hiikan jecha kompitaraa gara maashinii shallaga hojjatu kan jedhu kanatti jijjiiramaa deeme.


Maddi | Wikipedia

https://t.me/Computer_Soln
๐Ÿ‘9โค4
EMAIL AKKAMITTI BANAMA

โ“โ“โ“
โ”โ”โ”โ”โ”โŠฑโœฟโŠฐโ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿ‘‰ Email warri hin qabne salphaadhumatti bilbila keessan ykn computer keessan fayyadamuun akkamitti akka banuu dandeessan baruuf duraa duuba armaan gadii hordofaa!!!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

1๏ธโƒฃ Google irratti gmail jedhaa barreessaa ..search godhaa!

2๏ธโƒฃ Sana booda erga search (mallatto baarbadduu erga xuqxanii boodde) filannoo baay'ee isiniif fida... Isaan keessaa (Gmail sign in) kan jedhu xuqaa...

3๏ธโƒฃ Sana booda (Create account) kan jedhu xuqaa. Yeroo kana xuqxan filannoowwan armaan gadii lama isiniif Fida
๐Ÿ‘‰For my self fi
๐Ÿ‘‰To manage my business
Isaan kana keessaa isa Jalqabaa(For my self) kan jedhu xuqaa

4๏ธโƒฃ Sana booda enter your name kan jedhutu isiniif dhufa. Inni kunis qabiyye lama qabda
๐Ÿ‘‰First name iddoo jedhutti maqaa keessan
๐Ÿ‘‰Last name iddoo jedhutti maqaa abbaa keessani barreessaa... Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa

5๏ธโƒฃ Next erga jettani booddee hima Enter your birth day & Gender jedhu aragattu. Kunis qabiyye lama qaba
๐Ÿ‘‰enter your birthday ( guyyaa dhaloota keessan ) iddoo jedhurratti...Ji'asaa, guyyasaa fi bara isaa guutaa.

๐Ÿ‘‰Gender Iddoo jedhurratti immoo saala keessan guutaa. Isa kana guutudhaf mallatton xiyyaa fakkaattu tokko box sana bukkee gadi garagaltee jirti.ishee gadi yoo qabdan inniyyuu isin filachiisa. Yoo dhiira ta'e (Male ) isa jedhu yoo Durba taatemmoo (Female) isa jedhu filattu.

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!

6๏ธโƒฃ Erga next jettanii booda hima (Creat your own gmail address) jedhutu isiniif dhufa. Isa kana gadi xuqaa.sana booda maqaa email keessanii kana booda itti fayyadamuu barbaaddan itti galchaa.
Fakkenyaaf....maqankeee Jabessaa yoo ta'e

Jabeessaa@gamil.com jettee barreessu dandeessa.

Sana booda NEXT ishee jettu xuqaa!!!

7๏ธโƒฃ Erga next jettanii booddee
๐Ÿ‘‰Password isa jedhurratti password salphaatti yaadachuu dandeessan garuu kan namni biraa qabachuu hin dandeenye galchaa... Lakkofsotafaa keessaa makaa... Character 8 utuu gootani filatamaadha.

๐Ÿ‘‰Confirm iddoo jedhurratti isuma password keessatti guuttan irra deebi'aa guutaa!!!

Sana booda Next jedhaa!!

8๏ธโƒฃ Sana booda barreeffama dheeraa tokko argattu. Barreffamicha asi gadi scroll yeroo gootan (gadii ooftan) jecha ( I agree) kan jedhu argattu. isa gadi xuqaa.

Sana booda email keessan fayyadamuu dandeessu jechuudha.
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

FAAYIDAALEE EMAIL QABAACHUU
โ”„โ”„โ”„โ”„โ”„โ…โ˜•๏ธโ…โ”„โ”„โ”„โ”„โ”„
๐Ÿ‘‰ Storage isaa 25GBdha ( iddoo kuusaa) guddaa qaba. Kana jechuun storage bilbilli keenya qabu ol qabaachuu danda'a jechuudha. Kanaaf yoo bilbilli keenya storage isaa guute gara sanatti send goodhuu dandeenya.

๐Ÿ‘‰ Lafa internet jiru hundumatti salphaatti hojjeta

๐Ÿ‘‰ yeroo baay'ee akka tasaa bilbilli keenya ykn computer keenya nujalaa hatamu ykn formaat ta'uu danda'a. Wanti kun nu qaqqabuu isaatin dura data achirraa qabnu gara email keenyatti erguu dandeenya. Yeroo barbaanne email kenyarraa buufachuu dandeenya. Bilbila namootaa bipbila keenyarra qabnus gara sanatti erguu dandeenya.keessattu warra research hojetanif sirritti barbaachisaadha.

๐Ÿ‘‰ Data baarbaanne walif erguudhaf ni fayyada. Data storage isaani gurguddaa ta'an kan telegram imoo fi kkf nin erguu hin dandeenye karaa email namaaf erguu dandeenya. Fknyf video GB gudda ta'e...

๐Ÿ‘‰ YouTube SUBSCRIBE gochuudhaf dirqama barbaachisa. YouTube channel barbaaddan subscribe, comment fi share gochuudhaf email qabaachuu qabdu. Kanaaf wanta akka salphaatti banamuu danda'u kanaaf jecha information irraa fagaachuu hin qabdan. YouTube channel kos SUBSCRIBE gochuudhaf isin fayyada.
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ Fi kkf....dha

Hub:
lakkofsa bilbilaa tokkoon email baay'ee banachuu ni dandeessu.

๐Ÿ‘‰ Duraa duuba kana hordofuudhan amma banadhaa!!!
๐Ÿ‘๐Ÿ‘

Video kana Irraa baradhaa Akkasuma immoo SUBSCRIBE Godhaa!!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/C73Vy22ew6k

@Computer_Soln
@Computer_Soln
๐Ÿ‘20โค2
แŠฎแˆแ’แ‹แ‰ฐแˆญ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แŠ แˆ›แˆญแŠ› แŠฅแŠ•แ‹ดแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแˆšแƒแ แ‹ซแ‹แ‰ƒแˆ‰? แˆฒแŒฝแ‰แˆต แˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‹ญแˆแŒฅแŠ“แˆ‰?
----------------------------

โ–  แŒ แ‰ƒแˆš แˆ˜แˆจแŒƒ แАแ‹!! แˆ‹แˆแ‹ฐแˆจแˆฐแ‹ แ‹ซแ‹ณแˆญแˆฑ แŠ แˆแŠ‘แŠ‘ แˆผแˆญ แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰แ‰ตแกแก

โ– แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆชแ‹ซ Ge'ez 10 Software แ‹ซแ‹ˆแˆจแ‹ฑ แŠฅแŠ“ install แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰แ‰ต แŠจแ‹›แˆ แŠ แˆ›แˆญแŠ› แˆ˜แƒแ แˆตแ‰ตแˆแˆแŒ‰ power ge'ez status phonetic Unicode Mode (แŽ) แˆ‹แ‹ญ แ‹ซแ‹ตแˆญแŒ‰แ‰ต แ‰  English แˆ˜แƒแ แˆตแ‰ตแˆแˆแŒ‰ แ‹ฐแŒแˆž power ge'ez status English Mode (แŠข) แˆ‹แ‹ญ แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰แ‰ต แŠจแ‹›แˆ แ‹จแˆšแŠจแ‰ฐแˆ‰แ‰ตแŠ• แŠฃแŒญแˆญ แˆ˜แŒแˆ‹แŒซ แ‰ แ‰ตแŠญแŠญแˆ แ‹ญแˆ˜แˆแŠจแ‰ฑแข

โ—•แˆ€โžญH_แˆโžญHu_แˆ‚โžญHi_แˆƒโžญHa_แˆ„โžญHy_แˆ…โžญHe_แˆ†โžญHo

โ—•แˆˆโžญL_แˆ‰โžญLu_แˆŠโžญLi_แˆ‹โžญLa_แˆŒโžญLy_แˆโžญLe_แˆŽโžญLo

โ–แˆโžญShift+h_แˆ‘โžญShift+hu_แˆ’โžญShift+hi_แˆ“โžญShift+ha_แˆ”โžญShift+hy_แˆ•โžญShift+he_แˆ–โžญShift+ho

แˆ˜โžญM_แˆ™โžญMu_แˆšโžญMi_แˆ›โžญMa_แˆœโžญMy_แˆโžญMe_แˆžโžญMo

โ–แˆ โžญShift+s_แˆกโžญShift+su_แˆขโžญShift+si_แˆฃโžญShift+sa_แˆคโžญShift+sy_แˆฅโžญShift+se_แˆฆโžญShift+so

โ—•แˆจโžญR_แˆฉโžญRu_แˆชโžญRi_แˆซโžญRa_แˆฌโžญRy_แˆญโžญRe_แˆฎโžญRo

โ—•แˆฐโžญS_แˆฑโžญSu_แˆฒโžญSi_แˆณโžญSa_แˆดโžญSy_แˆตโžญSe_แˆถโžญSo

โ–แˆธโžญShift+s_แˆนโžญShift+su_แˆบโžญShift+si_แˆปโžญShift+sa_แˆผโžญShift+sy_แˆฝโžญShift+se แˆพโžญShift+so

โ—•แ‰€แกโžญQ แ‰แกโžญQu แ‰‚แกโžญQi แ‰ƒแกโžญQa แ‰„แกโžญQy แ‰…แกโžญQe แ‰†แกโžญQo

โ—•แ‰ แกโžญB แ‰กแกโžญBu แ‰ขแกโžญBi แ‰ฃแกโžญBa แ‰คแกโžญBy แ‰ฅแกโžญBe แ‰ฆแกโžญBo

โ—•แ‰ฐแกโžญT แ‰ฑแกโžญTu แ‰ฒแกโžญTi แ‰ณแกโžญTa แ‰ดแกโžญTy แ‰ตแกโžญTe แ‰ถแกโžญTo

โ—• แ‰ธแกโžญC แ‰นแกโžญCu แ‰บแกโžญCi แ‰ปแกโžญCa แ‰ผแกโžญCy แ‰ฝแกโžญCe แ‰พแกโžญCo

โ—•แАแกโžญN แŠ‘แกโžญNu แŠ’แกโžญNi แŠ“แกโžญNa แŠ”แกโžญNy แŠ•แกโžญNe แŠ–แกโžญNo

โแŠ˜แกโžญShift +n แŠ™แกโžญShift +nu แŠšโžญShift+ni แŠ›แกโžญShift +na แŠœแกโžญShift +ny แŠแกโžญShift + ne แŠžแกโžญShift +no

โ—•แŠจแกโžญKa แŠฉแกโžญKu แŠชแกโžญKi แŠซแกโžญKa แŠฌแกโžญKy แŠญแกโžญKe แŠฎแกโžญKo

โ– แŠธ โ˜›capslock + Shift + h
     แŠน โ˜›capslock + Shift + hu
     แŠบ โ˜›capslock + Shift + hi
     แŠป โ˜›Capslock + Shift + ha
     แŠผ โ˜›Capslock + Shift + hy
     แŠฝ โ˜›Capslock + Shift + he
     แŠพ โ˜›Capslock + Shift + ho

โแŠ€แกโžญ Capslock + H แЁแกโžญ Capslock + HU แŠ‚แกโžญCapslock + HI แŠƒแกโžญCapslock + HA แŠ„แกโžญCapslock + HY แŠ…แกโžญCapslock + HE แІแกโžญCapslock + HO

โแŠ แกโžญCapslock X แŠกแกโžญXu แŠขแกโžญXi แŠฃแกโžญXa แŠคแกโžญXy แŠฅแกโžญXe แŠฆแกโžญXoDe

โ–แ‹แกโžญShift +x แ‹‘แกโžญShift +xu แ‹’โžญShift +xi แ‹“แกโžญShift +xa แ‹”โžญShift +xy แ‹•แกโžญShift +xe แ‹–โžญShift +xo

โœชแ‹ˆแกโžญW แ‹‰แกโžญWu แ‹ŠแกโžญWi แ‹‹แกโžญWa แ‹ŒแกโžญWy แ‹แกโžญWe แ‹Žแกโžญwo

โœชแ‹˜แกโžญZ แ‹™แกโžญZu แ‹šแกโžญZi แ‹›แกโžญZa แ‹œแกโžญZy แ‹แกโžญZe แ‹žแกโžญZo

โแ‹ แกโžญShift + Z แ‹กแกโžญShift + Zu แ‹ขแกโžญShift + Zi แ‹ฃแกโžญShift +Zaแ‹คแกโžญShift + Zy แ‹ฅแกโžญShift +Ze แ‹ฆแกโžญShift + Zo

โœชแˆแกโžญF แ‰โžญFu แŠแกโžญFi แ‹แกโžญFa แŒแกโžญFy แแกโžญFe แŽแกโžญFo

โœช แแกโžญP แ‘แกโžญPu แ’แกโžญPi แ“แกโžญPa แ”แกโžญPy แ•แกโžญPe แ–แกโžญPo

โœชแŒˆแกโžญG แŒ‰แกโžญGu แŒŠแกโžญGi แŒ‹แกโžญGa แŒŒแกโžญGy แŒแกโžญGe แŒŽแกโžญGo

โœชแ‹ฐแกโžญD แ‹ฑแกโžญDu แ‹ฒแกโžญDi แ‹ณแกโžญDa แ‹ดแกโžญDy แ‹ตแกโžญแ‹ถแกDo

โแŒ แกโžญShift + t แŒกแกโžญShift + tu แŒขแกโžญShift + ti แŒฃแกโžญShift+ta แŒคแกโžญShift + ty แŒฅแกโžญShift + te แŒฆแกโžญShift + to

โแŒจแกโžญShift +c แŒฉแกโžญShift +cu แŒชแกโžญShift +ci แŒซแกโžญShift+caแŒฌแกโžญShift +cy แŒญแกโžญShift +ce แŒฎ: โžญShift +co

โแŒธแกโžญCapslock + t แŒนแกโžญCapslock + tu แŒบแกโžญCapslock + ti แŒปแกโžญCapslock + ta แŒผแกโžญCapslock + ty แŒฝแกโžญCapslock + t แŒพแกโžญCapslock + to
โ– แ€โžญโ˜žCapslock+Shift+t
     แโžญโ˜žCapslock+Shift+tu
     แ‚โžญโ˜žCapslock + Shift + ti
     แƒโžญโ˜žCapslock + Shift + t
     แ„โžญโ˜žCapslock + Shift + ty
     แ…โžญโ˜žCapslock + Shift + te
     แ†โžญโ˜žCapslock + Shift + to

โœชแŒ€แกโžญJ แŒแกโžญGu แŒ‚แกโžญJi แŒƒแกโžญGa แŒ„แกโžญGy แŒ…แกโžญGe แŒ†แกโžญJo

โœชแ‰จแกโžญV แ‰ฉแกโžญVu แ‰ชแกโžญVi แ‰ซแกโžญVa แ‰ฌแกโžญVy แ‰ญแกโžญVe แ‰ฎแกโžญVo


แ‰‹โžญCapslock+qwa แ‰งโžญCapslock+bwa
แ‰ทโžญCapslock+twa
แŠŸโžญCapslock +Shift+nwa
แ‰ฟโžญCapslock+cwa แˆŸโžญCapslock+mwa
แ‰ทโžญCapslock+twa แŒ“โžญCapslock  gwa
แโžญCapslock+fwa แˆฏโžญCapslock +rwa แ‹ทโžญCapslock+dwa แ‰ฏโžญCapslock+vwa แŠ‹โžญCapslock+hwa แ‹ŸโžญCapslock+zwa แ‹งโžญCapslock+Shif+zwa
แŠ—โžญCapslock+nwa แˆโžญCapslock+lwa
แŠณโžญCapslock+kwa แˆทโžญCapslock+swa
แŒ‡โžญCapslock+jwa แŒงโžญCapslock+twa

         ๐–๐–”๐–Ž๐–“ ๐–†๐–“๐–‰ ๐–˜๐–๐–†๐–—๐–Š
          ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
     @Computer_Soln
     @Computer_Soln
๐Ÿ‘9โค2
โ„น๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             โ‡ฃ
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
โค4
1. Plus Setting
2. Notification
3. Show typing toast
โค1
Odeeffannoo teknolojii tokko tokko keessatti wal hubachiisuuf, keessattuu kan irratti xiyyeefatu waa'ee telegraamaati; sababni isaas of duratti social miidiyaa kaaniin irra caalaa wantoota isin tilmaamuu hin dandeenye hedduu of keessaa kan qabuudha; tarii isin odeeffannoo isaa waan hin qabneef ta'a, addunyaa irratti fudhatama argachaa waan dhufeef kanaaf nutis isa irratti wal hubachiisuu barbaanna.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
๐Ÿ‘3โค1
#โƒฃ #Kutaa 1ฦ’ฦ’ฮฑฮฑ.

โœณ๏ธ Tarii namoota waa'ee kanaa beektaniif salphaadha, nuti nama hubannoo isaa hin qabne xinnoo beeknu irraa waa hubachiisuufi.

๐ŸŒ Dursa mee waa'ee Telegraamaa waan tokko tokko waliin haa ilaallu.

#Telegram akkuma social midiyaalee biroo appii ergaati, kan irratti xiyyeefatu ammoo saffisaa fi securuty/nagenya fayyadamtootaati. telegramaa mobaayilota hedduu irratti fi kompitara, Tableeti, Bilbila harkaa fa'a irrattis fayyadamuu dandeessu.

Telegraamiidhaan chat, Suuraa, Sagalee, Vidiyoo, File garagaraas erguu dandeessu,

Telegraama irratti gruppii dhuunfaa, grouppii walii ummataa/public kan miseensa 200,000 qabuufii chanaala miseensa daangaa hin qabnee akkasuma boti dhuunfaa keessanii jalqabuu/bu'uurefachuu dandeessu.

Ammas namoota lakk/bilbilaa isaa qabdan waliin haasawuu dandeettu, nama lakk/bilbila isaa hin qabne hoo? isallee ni dandeessu @username fayyadmtanii wal qunnamuu dandeessu, dabalataanis waan end to end jedhamus ni jira.

#โƒฃ Hundeffamni Telegraamaa akka faranjootaatti August 14 bara 2013 biyya ruusiyaatti ture garuu rakkoolee gama motummatiin isaan dhaqqabaa ture dheefa teessoo isaanii Dubaay godhatan ammas achuma jiru.namni isa hundeesse pavel durov yoo jedhamu inni lammi biyya Ruusiyaati. Obboleessi isaa Nikolia jedhamus karaa faaynaansiitiin/maallaqaan isa gargaaraa jira...

๐Ÿ’ป Computer Soln ๐Ÿ’ป
@Computer_Soln
โค6๐Ÿ‘4
Internet irraa Maallaqa Hojjechuun Ni Danda'amaa?

Bilbila yookiin tabletii yookiin laptop keessan fayyadamtanii maallaqa hojjechuu ni dandeessu.

Haata'u malee kanneen maallaqa isiniif kaffala jedhan garuu isiniif hin kaffale ni jiru. Isaan irraa of eegaa isiniin jechaa

Kaampaaniwwan maallaqa isiniif kaffalan muraasni kanneen armaan gadiiti:

1 #Youtube
Video hojjettani channel (account YouTube) keessaan irraatti gadhiisudhaan maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

2 #Facebook
Akkuma YouTube video gadhiisudhaanifi live galuudhan mallaqa hojjechuu ni Dandeessu

3 #Google_ads
Website keessaan irraatti beeksisa beeksisuudhan mallaqa isiniif kaffala

4 #Tiktok
Live stream galuudhan Kenna/gift namoonni isiniif Kennan irra akkasumas video monetize gochuun maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

5 #Telegram
Channel/group telegram banachuun beeksisa irra maallaqa hojjechuu ni Dandeessu

6 #Instagram
Affiliate marketing fi karaalee biroo hedduudhan

7 #Digital_marketing
Online irraatti meeshaalee garaa garaa gurgurudhan

8 #Up_work
Hojiilee hedduu kan qabu yoo ta'u dorgomtani hojii haala sirrii ta'een yeroo xummurtan maallaqa isiniif kaffala.

9.
:
:
:

Kanneen video ilaalun akkasumas game taphachun isiniif kaffalanis jiru garuu irra caalaan isaani kan sobaa waan ta'aniif osoo hin mirkaneeffatin hin eegalinaa!

Notice:
Karaaleen armaan olitti isiniif eere isaan muraasa dha.

@Computer_Soln
@Computer_Soln
๐Ÿ‘7๐ŸŽ‰1
๐Ÿ‘ ๐Ÿ™ โ™ฅ๏ธ ๐Ÿ˜ ๐Ÿ‘‚ ๐Ÿ‘๐Ÿ˜๐Ÿค”๐Ÿ’‹๐Ÿคซ๐Ÿ’”

Reaction channel keenyaaf yoo barbaanne haala kamiin fayyadamuu dandeenya? Akkasumas tajaajila keenya irratti yaada namootaa hubachuuf reaction baay'ee gaaridha!

Step kana hordofaa!

1. Channel Setting
3. Reaction
4. Enable Reaction
5. Update Reaction


@Computer_Soln
๐Ÿ‘5๐Ÿ˜ฑ1