Ajandaa marii fi dhimmoota ijoo akka irratti mari'annuuf qophaa'aan.
1. Adeemsa keenya hanga har'a irratti cimina fi wantoota fooyya'uu qaban
2. Buusiin miseensummaa fi kappitaalaa(Hanga yoomitti xumuramuu qaba,adeemsi amma jiru hoo maal fakkaata)
3. Miseensi Admin dabaluu

❤1
Jaallewwan ajandaa marii hin argane ammas irra deebiin siniif maxxanseera