Akkam akka gaarii ooltanii?
👉Hardha galgala keessaa sa'aatii 2:30 irratti marii gabaabduu ni qabaanna
👉mariin ijoo keenya hardhaa
1, Buusii ji'aa fi ka'umsaa irratti walii galuu
2, Miseensa ijaaruu irratti adeemsa jiru
3, karoora ayyaanaa kanarratti akkamiin adeemuu akka qabnu mari'achuu
Hub-
👉Barfachuun hin danda'amu
👉Namni hunduu marii irratti argamuun dirqama.
👉Kan hin dhageenye waldhageessisaa

Ajandaa marii fi dhimmoota ijoo akka irratti mari'annuuf qophaa'aan.
1. Adeemsa keenya hanga har'a irratti cimina fi wantoota fooyya'uu qaban
2. Buusiin miseensummaa fi kappitaalaa(Hanga yoomitti xumuramuu qaba,adeemsi amma jiru hoo maal fakkaata)
3. Miseensi Admin dabaluu

❤1
Jaallewwan ajandaa marii hin argane ammas irra deebiin siniif maxxanseera