Gurraandhala guyyaa 10 bara 2014 (Wiixata)
👇👇👇❤👇👇👇
Walgahiin keenya guyyaa jalqabaa baay'ee gaarii ture.
Hedduu galatoomaa🙏
⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️
TOKKUMMMAA

❤1
Jaalatamtoota miseensota keenya, galgala keessaa sa'aatii 2 irratti live wal haa agarru.
Hubachiisa 🔊
*Namoonni Eebba kitaaba Galaa Haadha Qeerroo jedhu kan barreessaa Taammiraatin barreeffame irratti hirmaattan hundaaf, lakk. Herreegaa waan banameef hundi keenyayyuu akka irratti hirmaannu affeerramtaniittu.
Lakk herreegaa Baankii daldala Itiyoophiyaa 1000465135917 maqaa weellisaa Tafarii Taaddasaan kan baname waan ta'eef asirratti gatii seensaa akka galchitan kabajaan isin gaafanna.
Odeeffannoo dabalataaf:
Lakk bilbilaa (0912098511) kanaan dubbisaa.
Horaa Bulaa!

Congratulations💎
https://www.facebook.com/tamirat.adugna.71