WTO - Salaalee
82 subscribers
48 photos
5 videos
29 links
πŸ…£πŸ…žπŸ…šπŸ…šπŸ…€πŸ…œπŸ…œπŸ…πŸ…πŸ… πŸ…–πŸ…πŸ…πŸ…’πŸ…—πŸ…πŸ…πŸ… πŸ… πŸ…”'πŸ…”πŸ…” πŸ…’πŸ…πŸ…›πŸ…πŸ…πŸ…›πŸ…”πŸ…”
Download Telegram
πŸ…΅πŸ…°πŸ†πŸ…³πŸ…° πŸ…ΎπŸ†πŸ…ΎπŸ…ΌπŸ…ΎπŸ…Ύ

πŸ—πŸ—πŸ—
βš«οΈπŸ”΄βšͺ️
πŸ—πŸ—πŸ—

Nu hordofaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/CWTOS
πŸ‘4πŸ‘1
https://www.facebook.com/share/v/NPLf3Zg87hnZxfJV/?mibextid=oFDknk

πŸ†ƒπŸ…ΎπŸ…ΊπŸ…ΊπŸ†„πŸ…ΌπŸ…ΌπŸ…°πŸ…°πŸ…½
# πŸ…·πŸ†„πŸ…ΌπŸ…½πŸ…°
# πŸ…ΌπŸ…ΈπŸ…»πŸ…ΊπŸ…°πŸ…°'πŸ…ΈπŸ…½πŸ…°
πŸ—πŸ—πŸ—
βš«οΈπŸ”΄βšͺ️
πŸ—πŸ—πŸ—

Nu hordofaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/CWTOS

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ—ΊοΈπŸ“https://maps.app.goo.gl/aPyDL8cuscDUyPKn6
Ijoolleen πŸ…’πŸ…πŸ…›πŸ…πŸ…πŸ…›πŸ…”πŸ…” jirtuu?

🌴🌴🌴

πŸ†ƒπŸ…ΎπŸ…ΊπŸ…ΊπŸ†„πŸ…ΌπŸ…ΌπŸ…°πŸ…°πŸ…½
# πŸ…·πŸ†„πŸ…ΌπŸ…½πŸ…°
# πŸ…ΌπŸ…ΈπŸ…»πŸ…ΊπŸ…°πŸ…°'πŸ…ΈπŸ…½πŸ…°

πŸ—πŸ—πŸ—
βš«οΈπŸ”΄βšͺ️
πŸ—πŸ—πŸ—

Nu hordofaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/CWTOS

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ—ΊοΈπŸ“https://maps.app.goo.gl/aPyDL8cuscDUyPKn6
πŸ‘1πŸ₯°1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Barsiisaa Adaanaa Salamoon jedhamu. Shawaa kaabaa salaaleetti dhalatan. Waggaa 17 oliif dhaloota barsiisaa turan. Abbaa ilmaan lamaati dhibee kaansarii isaan mudateen deeggarsa barattoota isaaniitiin yaalamaa turanis amma haala hammaataarra gahaniiru. Adaraaa Abbaa dhalootaa kana waan dandeenyu gargaarree lubbuu isaanii haa baraarru maaloo. Namootni gargaaruu hin dandeenye share godhaa.

Lakkoofsa akkaawuntii 1000154602392 Adana Solomon CBE.

Bilbilli isaanii +251917234175
πŸ‘5❀2
Channel photo updated
Forwarded from Dany Gech
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘4❀2
Salaaleef yaa birmannu
Aayyoof yaa birmannu
Darraaf yaa birmannu

Waamicha Lammummaa Waldaa Tola Ooltummaa Salaalee

Akkuma beekkamu Ummatni Salaalee Aanaa Darraa rakkoo hamaa keessa jiru. Ummatni kun osoo qabeenya qabuu beela’ee, osoo qe’ee ulfoo qabuu mana isaarraa buqqaa’ee dirreerratti gatamee rakkataa jira. Sababa diinni qeyee isaa gubee, qabeenya isaa barbadeessefi ona isaatii isa ariyateef ummatichi rakkoo diinagdee, rakkoo hawaasummaafi xin-sammuu hamaaf saaxilameera hawaasichi.

Ummatichi ammatti waan sooratu gahaa hin qabu. Yoo dhukkubsate mana yaalaas tahee qorsa hin argatu. Uffata jijjirratus hin qabu. Ammoo qeyee ofiitti deebihee akka hin jiraanneef qeyeen isaa ammaayyuu weerara diinaa jala jirti. Ummata sababa Oromoo ta’eef qofa mormi isaa kutame, ijoolleen isaa itti wareegamte kana bira dhaabbachuun dirqama Oromummaati. Lammiitu baras daaraas walbaasa.

Maalree Waldaan Tola Ooltummaa Salaalee akkuma kanaan dura gargaarsa garaa garaa iddoo Oromoo rakkate maratti gahee taasisu ammas Oromoo Salaaleetis waliin taanee yaa dhaqqabnuuf jedha. Aanteewwan ummata keessan gargaaruu barbaaddan Waldichi gargaara maallaqa, meeshaalee, qorichaa fi qaamanillee deemtanii siniif jirra jechuunii yoo barbaaddan waliin taanee ummatichaaf ariitiin yaa dhaqqabnu siniin jedha. Ummata Oromoo kabajamaa akkuma kanaan duras waliif birmatnee rakkoo irratti waliif dhaabbanne ammas qomookee Salaalee aanaa Darraatti rakkoo hamaa jala jiru kanaaf hatattamaan yaa geenyuuf.

Maallaqa keessaniin
Meeshaalee gumaachuun akkasumas
Qorsas kennuu barbaannan karaa Waldaa Tola Ooltummaa Salaalee dhaqqabuu dandeessu. Gargaarsi taasifamu hunduu gabaasnifi odiitiin isaa kan dhiyaatu yoo tahu, itti gaafatamummaa guddaadhan waadaa keessan hawaasa keessan jaalattan biraan isiniif geenya.

Kanaafuu, namootni gargaarsa maallaqaa taasisuu barbaaddaan lakkoofsa Baankilee armaan gadii fayyadamuu dandeessu. Namootnimmoo meeshalee (inkind) gargaarsa taasisuu barbaaddanis waldichi haala mijeesseera. Lakkoofsa bilbilaa maxxanfamee jirurratti bilbilaa.

Waltaanee Waliif taanee waliin taanee ummata keenyaaf yaa qaqqabnu!
Waldaa Tola Ooltummaa Salaalee
πŸ‘2❀1
πŸ†‚πŸ…°πŸ…»πŸ…°πŸ…°πŸ…»πŸ…΄πŸ…΄
Dhugaa dha kan albee baatutu baay'ate. Cobni imimmaanii qooruu dide.😭
πŸ‘1

πŸ‘4❀1

πŸ‘5❀1